1 587
Підписники
Немає даних24 години
+107 днів
+4730 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Qophii OBN kolleejjii saayinsii fayyaa naqamtee waliin qopheesse ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
https://fb.watch/rGjTq_Y1pA/
Nagaa oolte?bu’aa jijjiirraa kolleejjii keenyaati ilaalii nuumaxxansi komiin yoo jiraate lakk telegram ykn bilbilaan guyyoota jedhametti akka dhiyeeffatan nuu beeksisi
0912880660/0917818156
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Beeksisa
Guyyaa qormaata namoota callallii jijjiirraa dabartaniif
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Hordoftoonni Amantaa lslaamaa Hundi
Boga Ayyaana lid Al Faxirii
Nagaan Geessan !
Ayyaanaa Gaarii
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Beeksisa
Leenjifamtoota ooggummaa midwifery irratti qormaata fudhattan hundaaf
Guyyaan galmee 1-3/8/2016 waan ta’eef waliigaltee barnootaaf isin barbaachisu waajjira fayyaa godina itti galmooftaniitti guutuun qabattanii akka dhiyaattan isin beeksisna.
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Beeksisa Jijjiirraa Oogummaa BSC midwifery
Hubachiisa
kan HR godinaan qindaa'ee dhiyaatu kan dorgomtoota sadarkaa Aanaa irraa dorgomaniiti.kan dhaabilee fayyaa biiroof yaamaman hospitaala,baankii dhiigaa.kolleejjotaa fi Bulchiinsa magaalaa karaa HR isaaniitin dhiyaata
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.