BARNOOTA DIINAL ISLAAM
Відкрити в Telegram
Chaanaalii Kana Irratti Barnoota Diinii Islimnaa Garaa-Garaatu barruudhaa fi Sagaleen Mashaayikhotaa Fii Ustaazota Sunnaa(Salafiyyootaa) Garaa-Garaatiin Barsiifama. Teessoon:- Godina jimmaa, Magaalaa Asandaaboo irraa
Показати більше2 873
Підписники
-324 години
-37 днів
+1730 день
Архів дописів
+1
عاجل:
رؤية هلال شهر محرم في السعودية.. وغدًا بداية العام الجديد 1448 هـ.
(المحكمة العليا)
Sa'udiitti harra galgala baatiin waan mullateef guyyaan wiixataa(09/10/2018) Bara haaraa kan kaalaandarii islaamaa hijraa 01/01/1448 ta'a jechuudha!
عيدكم مبارك!
تقبل الله منا ومنكم!
Baga Ayyaana Iid Al-Adhaa Kan Bara 1447ffaatiin isin gahe!
ዉድ የተከበራችሁ እህት ወንድሞች እንኳን ለ1447ተኛው የኢዲ አል_አድሃ አረፋ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!!
ኢድ ሙባረክ!!
"Eid Mubarak!
"To all the Muslim community around the world, happy Eid al-Adha of the year 1447!"
©️ Ibnu Idrees
t.me/barnootadiinalislaam
Repost from BARNOOTA DIINAL ISLAAM
KARAA GAODHAMUU TAKBIIRAA MUQAYYADII(SALAATA BOODAA) FI YEROO ISAA
≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈≈=
📌 مشروعية التكبير المقيد، ووقته.
[ الله أكبر الله أكبر، لا إله إلا الله، والله أكبر الله أكبر، ولله الحمد ]
- يُشرع التكبير المقيد بعد السلام من صلاة الفريضة بدلالة أقوال وأفعال الصحابة الصحيحة، واتفاق العلماء.
- Takbiiraa muqayyadii eega salaata waajibaarraa salaamata bahanii booda jechuun karaa godhamaadha, ragaan isaas:- jecha fi gochaawwan sahaabotaa fi waliigaltee ulamaa'iitiin.
- ووقته:
من صلاة فجر يوم عرفة إلى صلاة عصر آخر يوم من أيام التشريق، ثم يُقطع.
- YEROON ISAA:- Salaata subhii guyyaa arafaa(guyyaa bor iidiidha jedhamu) irraa kaasee hanga salaata Asrii guyyaa 3ffaa Ayyamu_ttashriiq(guyyaa idaan maletti guyyaa 3ffaa)ttiidha. ergasii ni dhaabbata takbiiraan.
-والمشهور عند فقهاء المذاهب الأربعة:
أنه بعد السلام من صلاة الفريضة مباشرة وقبل أذكار وأدعية بعد الصلاة.
لأنه شعار هذه الأيام، ومختص بها، فقدم.
- Deemsa Fuqahaa'ii Mazhaba Afranii biratti beekamaan:- salaata waajibaa irraa akkuma salaamata bahaniin fi utuu zikrii fi du'aa'ii salaata boodaa hin jedhin dura takbiiraa kana jedhuudha, sababni isaas:- isatuyyu(takbiiraan kun) mallattoo fi dhuunfaa guyyoota kanaa waan ta'eef dura takbiiraan jedhamuudha barbaachise.
✏️الشيخ عبد القادر الجنيد
✍Ibnu Idrees
🌎 t.me/barnootadiinalislaam
Sooma Guyyaa Arafaa
===================
👉Ergamaan rabbii -Sallallaahu Alayhi wasallam- Akkana jedhan:-
"Sooma guyyaa arafaa wanjala waggaa darbee fi kan waggaa dhufuu akka naaf dhiifamuttin rabbirratti hassabadha."
📚رواه مسلم - 1162
قال الشيخ عبد الله بن عبدالرحمن البسّام رحمه الله :
صوم يوم عرفة هو أفضل صيام التطوع بإجماع العلماء .
📚توضيح الأحكام (٢٠١/٣)
Shaykh abdallaah al-bassaam -rabbiin haamararfatu- Akkana jedhan:-
"Waalii galtee ulamaa'ii tiin Soomni guyyaa arafaa irra caalaa soomowwan sunnaa hundaati."
📚Tawdiihul-ahkaam 3/ 201
Guyyaa arafaa borii soomuu irratti haa jajjabaannu.
✍Ibnu Idrees
🌎 t.me/barnootadiinalislaam
4⃣QUR'AANA QARA'UU:- qura'aana qara'uu heddummeessuun barbaachisaadha. Yoo jabaatanii yeroo tokko fi isaa ol buusan gaaridha.
5⃣SADAQAA HEDDUMMEESSUU:- sadaqaa misakiinaaf kennnuu baayi'suu.
6⃣BARNOOTA BARACHUU:- barnoota shari'aa barachuunis akkasuma kurnan kana keessa barabaachisaadha.
7⃣UDUHIYYAA QALUU:- uduhiyyaa qaluun sunnaa jabeeffamaadha, namni utuu qaluu danda'uu dhiisuun jibbamaadha.
8⃣HOJIIWWAN KAYRII BIROO:- hojiiwwan khayrii jedhaman kan akka:-
👉Haadhaa fi abbaatti toltuu ooluu.
👉firooma fufuu.
👉ollaatti toltuu ooluu.
👉nama hundumaafuu gaarii dalaguu fi hojiiwwan kayrii mara irratti jajjabaachuudha.
👌dhuma irratti jecha ibnu usayminiitinin goolaba.
▪️قال الشيخ ابن عثيمين -رحمه الله-:
🔶"فإني أحث إخواني المسلمين على اغتنام هذه الفرصة العظيمة، وأن يكثروا في عشر ذي الحجة من الأعمال الصالحة؛ كقراءة القرآن، والذكر بأنواعه من تكبير وتهليل وتحميد وتسبيح، والصدقة والصيام، وكل الأعمال الصالحة اجتهد فيها.
✅والعجب أن الناس غافلون عن هذه العشر! تجدهم في عشر رمضان يجتهدون في العمل. لكن في عشر ذي الحجة لا تكاد ترى أحداً فرَّق بينها وبين غيرها.
◾️ وإذا قام الإنسان بالعمل الصالح في هذه الأيام العشر يكون قد أحيا ما أرشد إليه النبي -ﷺ- من الأعمال الصالحة...".
📙[اللقاء الشهري (٦٣)].
🔶shyakh ibnu usayiimiin -rabbi isaan haa maraarfatu- akkana jedhu:-
"Ani obboleewwan koo Muslimaa hiree guddoo kana booji'achuu irrattin isaan kaasa. Kurnan kana keessa hojii gaggaarii akka jarri heddummeessan irrattin kaasa...
✅wanti nama dhibu namoonni kurnan zulhijjaa kanarraa dagachuu isaaniiti, kurnan ramadaanaa keessa jajjaabaachuu isaanii agartu, garuu kurnan ZUL-HIJJAA keessatti namuma yedduu guyyoowaan kurnan kanaa fi guyyuuwwan biroo irraa adda baase arguutti hin dhihaattanu.
◾️gaafa ilmi namaa guyyoowwwan kurnan kana keessa hojii gaariidhaan dhaabbatee jedhe, waan ergamaan rabbii hojii gaarii irraa itti qajeelchan fayyisee jira jedhama".
📚alliqaa'u ashahrii (63)
والله أعلم.
RABBIIN NAMA KAYRII GUYYOOWWAN KURNAN KUN QABU HUNDA ARGATEE ITTIIN MILKAAHU NUHAA GODHU!
_♤♤☆☆♧♧_
✍ Ibnu Idrees
30/ 11/ 1442 H.C
03/ 11/ 2013 E.C
10/ 07/ 2021 G.C
SADARKAA GUYYOOTA KURNAN JI'A ZULHIJJAA
============================
🌙فضائل العشر من ذي الحجة
✍Rabbiin ilma namaa kana kan inni uumeef akka ibaadaadhaan isa qobaa basaniifiidha. Ibaadaan kunis bootaa fi yeroodhaan walcaala.
Akka fakkeenyaatti kurnan ji'a ZUL-HIJJAA fudhannee haa ilaallu.
Guyyoowwan kurnan ji'a ZULHIJJAA keessa jiran kun irra caaltuu guyyoowwan addunyaa kanaati. Caalummaa waan qabduuf rabbiin qura'aana keessatti halkanittii kurnan kanaan kakate :-
( وليال عشر ) [ الفجر - 2 ]
Halkanowwan kurnaniin kakadhe. ( AL-FAJRI - 2 )
قال ابن جرير : أجمع العلماء على أن المراد عشر ذي الحجة.
Ibnu jariir -rabbiin isa haa mararfatu- akkana jedhe:-
"Halkan kurnan (kan rabbiin ittiin kakate) kun halkan kurnan zulhijjaati jechuu irratti ulamaa'iin walii galan". Jedhe
▪️ عن ابن عباس -رضي الله عنهما- قال: قال رسول الله -ﷺ-: «مَا مِنْ أَيَّامٍ الْعَمَلُ الصَّالِحُ فِيهَا أَحَبُّ إِلَى اللهِ مِنْ هَذِهِ الْأَيَّامِ» يَعْنِي أَيَّامَ الْعَشْرِ، قَالُوا: يَا رَسُولَ اللهِ، وَلَا الْجِهَادُ فِي سَبِيلِ اللهِ؟ قَالَ: «وَلَا الْجِهَادُ فِي سَبِيلِ اللهِ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ، فَلَمْ يَرْجِعْ مِنْ ذَلِكَ بِشَيْءٍ».
📙 [رواه البخاري]
▪️Ibnu abbaas -rabbiin irraa haa jaallatu- akkana jedhe: ergamaan rabbii -ﷺ- akkana jedhan:-
"Guyyoowwan irraa hin taane kan hojiin/dalagaan keessa dalagamu kan gara rabbiitti jaaallataamaa ita'e guyyuuwwan kurnan zul-hijjaa kana irra hin jiru. sahaabonni: yaa ergamaa rabbii! karaa rabbii keessatti jihaadii(qabsaa'uu)n illee moo(guyyoowwan kurnan kana hin caalanuu)? Ergamaanis:- karaa rabbii keessatti jihaadiin illee(guyyoowwan kurnan kana hin caalanu) yoo nama lubbuu isaatii fi horii(qabeenya) isaatiin gara jihaadaatti bahee, sanarraa(waan manaa fudhatee bahe irraa) waan tokkoon kan hin deebi'in yoo ta'e malee".
📚bukhaarii ( 2/ 381 )
قال ابن حجر في الفتح: "والذي يظهر أن السبب في امتياز عشر ذي الحجة، لمكان اجتماع أمهات العبادة فيه؛ وهي الصلاة والصيام والصدقة والحج، ولا يأتي ذلك في غيره".
ibnu hajar -rabbiin haa mararfatu- akkana jedhe:-
"Akka mul'atutti kurnan zulhijjaa sababaan inni sadarkaa kanaan qobaa baheef, haadhoowwan ibaadaatu keessatti waliti qabame waan ta'eefi. Isiinis:- salaata, soommana, sadaqaa fi hajjiidha. Sun immoo(ibaadaan kun Walitti qabamuun) ji'a biraa keessatti hin dhufu".
Kanaafuu ragooleen nuti armaan olitti dubbanne kun kurnan zul-hijjaa guyyoota biroo, kurnan dhumaa ramadaanaas caaluu isaa irratti nu akkeka. Kurnan xumara ramdaanaa halkan isiidhaa laylatul-qadrii waan of keessaa qabduuf haa caaltuyyu malee, garuu guyyaatti yoo ilaalle kurnanuma zulhijjaatu caala.
✅Kurnan kun caalummaa waan qabduuf hojii gaggaarii keessa hojjachuunis barbaachisaadha.
Hojiiwwan gaggaarii kurnan kana keessatti hojjachuun barbachisaa ta'e keessaa muraasni:-
1⃣SOOMUU:- kurnan kana keessa guyyaa sagal (9) soomuun sunnadha. Hojii gaggaarii kurnan kana keesa hojjataman keessa seena waan ta'eef. Keessattuu guyyaa arafaa(guyyaa gaafa 9) soomuun baayyee jaallatamaadha. Ergamaan sooma guyya arafaa irraa gaafatamnii akkana jedhan:-
🔺"يكفر السنة الماضية والباقية".
📚رواه مسلم (الحديث: 196)
"Wanjaala kan wagga darbee fi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa". Jedhan
📚Muslim (hadiisa: 196)
💥HUBACHIISA: "guyyaa arafaa" jechuun guyya iidii osoo hin taane, guyyaa bor iidiidha jedhamuudha.
2⃣SALAATA YEROOTTI SALAATUU:- salaata jama'aan salaatuu, akkasuma salaata sunnaa heddummeessuu.
3⃣TAKBIIRAA HEDDUUMMEESSUU:- guyyoota kurnan kan keessa waatoota sunnaa ta'an keessaa:- takbiiraa(allaahu-akbar), tahmiida(AlHamdulillah), tahliila(Iaa ilaaha-illa Allaah) fi tsabiiha(subhaanallaah) jechuu hedduummeessuudha.
▶️Abuu hurayraanii fi ibnu umar guyyoowwan kurnan kana keessa gara magaalaa deemanii takbiiraa jedhu, namoonnis yeroo takbiiraa jaraa dhagahan qoba qobaa ofiitti takbiiraa jedhu, walgahanii sagalee tokkoon miti. Sagalee tokkoon walgahanii jechuun karaa godhamaa miti.
+1
🔴عاجل:
أعلنت #المحكمة_العليا بـ #السعودية عن ثبوت رؤية هلال ذي الحجة وعليه سيكون:
#يوم_عرفة الثلاثاء 26 مايو .
و #عيد_الأضحى الأربعاء 27 مايو.
Sa'udiitti Halkan kana jiini zul-hijjaa akka mullatee fo boru guyyaan wiixataa zul-hijjaa 1 akka ta'e manni murtii waliigalaa sa'udii beekisee jira!
Kanaafuu torban arbii dhufuu(19/09/2018) guyyaa Iid al-Adhaa ta'a jechuudha!
Nama guyyoota Kurnan kanarraa fayyadamu nuhaagodhu!!
Assalaamu'alaykum warahmatullah wabarakatuhu
Hubachiisa:- Guyyaan xinnaa harraa akka kaalandarii ru'yaa shar'iyyaatti(ilaalcha baatiitti) Zul-Qa'dah 28 dha malee 29 miti, garuu akka kaalaandarii ummal quraa(ilaalcha shari'aa irratti kan hin hundoofne) tiin immoo 29 dha, inni sirriin kan ilaalcha shari'aa 28 madha. kanaafuu bor guyyaa guddaa(dilbataa) borii halkan ilaalama baatiin zulhijjaa mullachuu fi mullachuu dhabuun.
Kanaafuu bor gonkumaa zulhijjaan 1 ta'uu waan hin dandeenyeef hin burjaaja'inaa baarakallaahu fiikum!!
Waldhabbiin ji'aa kun akka mudachuu danda'e kan jedhuuf immoo inshaa allaah bali'anaan guyyaa biraa walitti deebina!
قال ابن رجب -رحمه الله تعالى -:
Ibnu Rajab Rabbi isa haa mararfatu akkana jedhe :-
"احفظ الله يحفظك ".
"Rabbiin eeggadhu Rabbi si tiksaa ".
وحفظ الله لعبده نوعان :
Rabbiin gabroota isaa tiksuun gosa lama :
حفظه في دنياه كحفظ بدنه وأهله وماله ،
1) Dunyaa isaa keessatti isa tiksuu dha : akka qaama, maatii fii horii isaa isaaf tiksuu
وحفظه في دينه من الشبهات و الشهوات،
2) Diinii isaa keessatti isa tiksuu dha : shubuhaataa fii fedhinnaa lubbuu gara garaa irraa
هذا أشرف النوعين
Inni lammaffaa kun gosa lamaan keessaa isa erra guddaadha.
📕 جامع العلوم والحكم [٥٥٦] .
📕 Jaami'ul Uluumi wol hikam [556] .
BARNOOTA DIINAL ISLAAM(1)
🌐 t.me/barnootadiinalislaam
📍محاضرة بعنوان:- وتزودوا فإن خير الزاد التقوى
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📍Irra caalaan galaa sodaa rabbiiti
🎙أحمد بن يونس (أبو عبدالله) حفظه الله
🎙Ahmad Yuunus (Abuu Abdlillaah)
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 26ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 06/11/1447 A.L.H (16/08/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
t.me/barnootadiinalislaam
Sagantaan keenya eegaluufi seenaa seenaa!!
وتزودوا فإن خير الزاد التقوى
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat
💥ODUU GAMMACHIISAA💥
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- وتزودوا فإن خير الزاد التقوى
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📍Irra caalaan galaa sodaa rabbiiti
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 26ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 06/11/1447 A.L.H (16/08/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
Sagantaan keenya eegaluufi
وتزودو فإن خير الزاد التقوى
Sheikh Abdurrazzaaq Khaliifaa tiin
seenaa seenaa!!
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat
💥ODUU GAMMACHIISAA💥
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- وتزودوا فإن خير الزاد التقوى
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📍Irra caalaan galaa sodaa rabbiiti
🎙 الشيخ عبدالرزاق خليفة حفظه الله
🎙 Sheikh Abdurrazzaaq Khaliifaa - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 26ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 29/10/1447 A.L.H (09/08/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyoot
t.me/barnootadiinalislaam
Hojiin gaariin Namaa rabbiin biratti nama irraa qeebalamuuf ulaagaa meeqatu guutamuu qaba?
📍محاضرة بعنوان:- ماذا بعد رمضان
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegalee kan kenname.
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
t.me/barnootadiinalislaam
Sagantaan keenya eegaluufi
Ramadaana booda akkam ta'uu qabna?
الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله ورعاه
Seenaa seenaa!!
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa?videochat
💥ODUU GAMMACHIISAA💥
📍إعلان عن محاضرة بعنوان:- ماذا بعد رمضان
📍MUHAADARAA MATAA DUREE :
📌Ramadaana booda akkam ta'uu qabna
🎙 الشيخ إسماعيل عمر حفظه الله
🎙 Sheikh Ismaa'iil Umar - Rabbi isaan haa tiksu -
۞«Sagantaa Muhaadaraa Torbanii - 25ffaa »۞
🗓Guyyaa jimaataa 15/10/1447 A.L.H (25/07/2018 A.L.I)
⏰halkan sa'aa 3:00 irraa eegale
..
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
https://t.me/barnootadiinalislaam
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
