cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

CARCAR SP⚽️RT

⚽️Odeffano kubba milaa guyya guyyan 📝Wa'ee jijjira taphatootaa gazexawan adda adda iraa 🏟Seenaa killabota kubba milaa 🎯Taphaa kallatidhan Walin taanee guddina aartii oromof hatumsinu yaadakessanif @Ka_Carcar ykn @CARCARSPORTbot nun gahu dandessu

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
3 523
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Piriimeer Liigii bara 2021/22 🏆Shaampiyoonaa 👉Maanchister Siitii 🔥Yiroopaa Liigii 👉Arsenaal 👉Maanchister Yunaayitid 🔥Konfrees Liigii 👉Westhaam ⚽️Dorgommii goolii hedduu lakkoofsisuu 👉Moo Saalaa 23 👉Soon Hung Miin 23 🎯Dorgommii kubbaa hedduu mijjeessuu 👉Mohamad Saalaa 13 🧤Clean sheet heedduu 👉Edersaan Moraayes 20 👉Alisaan Beekar 20 ❌Kilaboota gadi Bu'aan 👉Burniley 👉Waatfoord 👉Norwiich @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅Gabatee Piriimeer Liigii Inglaand haala kanaan xumurame @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Venishuus Juniiyer bara dorggoomii kanaan 2️⃣1️⃣ Galchee 2️⃣0️⃣ Kubbaa mijjeesee kennee Seenaa isaa keessattis Hatriikii jalqabaa Riyaal maadriidif galmeesisee jiraa @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Top Scorer of Riyaal Maadriid @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅Pol Labele Pogbaan gaaffii Jijjirraa Maanchister Siitii kufa taasiseera. Pogbaan waliigalteen Yunaayitid waliin qabu ganna kana yoo xumuuramuu Yunaayitid akka gadhiisuu beekameera. @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅Akka The Athletic gabaasetti Erliing Haaland Maanchister Siitii waliin waliigalteera gaheera. @CARCARSPORT @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Taphoota kaleessa taasifaman 🇪🇹 Betking Pirimer Ligii Itiyoophiyaa Sabbataa 0-0 Hawaasaa Qiddus Giyoorgis 1-0 Adaamaa Walaayittaa Dichaa 0-0 Bahirdaar 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Pirimer Ligii Ingilaand Arsenaal 2-1 Liids Leestar Siitii 1-2 Evartan Norwich 0-4 Westaham Maanchister Siitii 5-0 Niwukastil 🇪🇸 Laaliigaa Ispeen Heetafe 0-0 Raayoo Vaayikanoo Viraaliyaal 1-1 Siviyaa Ispaanyol 1-1 Osaasonaa Atileetiko Maadrid 1-0 Riyaal Maadrid 🇮🇹 Seeriyaa Itaalii Ispeeziyaa 1-3 Atalantaa Veenizyaa 4-3 Bolonyaa Salarentinaa 1-1 Kaagilarii Helaas Veeroonaa 1-3 AC Miilan 🇩🇪 Bundasligaa Jarman Firaankifart 1-1 Moncheegilaadba Bayeer Muniik 2-2 Istutgaart Leebzish 4-0 Ogusbarg 🇫🇷 Ligii Faransaay Meetz 3-2 0Liyoon Angeers 4-1 Boordoo Kilermoont 2-1 Monpeelee Reems 1-2 Liins Loorent 0-3 Maarsee Psg 2-2 Tirooyes @CARCARSPORT
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👉Taphoota Piriimeer Liigii Inglaandin guyyaa boori geggeefamaan ⏱ 11:00 👉 Bireentfoord Fii Sawuuzhampiitan 👉 Barnileey Fii Astoon villaa 👉Cheelsii Fii Wolviis 👉Kiristaal Palaas Fii Waatfoord 01:30 🕐 Birayteen Fii Man Yunaayitid 03:45 🕐 Liverpool Fii Totteenaham @carcarsport
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
OFFICIAL - Cheelsiin abbaa qabenyaa Bituu argatee. Abbaan qabenyaa Cheelsii Ibraahimovich weraara Rashiiyan Yukireen irraatti tasiiften kan ka'ee kubbaa millaa Cheelsii kana booda abbaa qabeenyumaan akkaa bulchuu hin dandenyee qoqqoobi kan irraa ka'aame ta'uu kan yadataamu yoo ta'uu killaabiin kun abbaa qabenyaa haaraa namaa Bituu dhabee turee hata'uu malee oddeeffannoo ammaa bahaa jiraanin BOHEEL, KILIIRLARKKAPIITAL, MAATK WALTEER FII HANSIYOYAARG WIS namoota jedhaamani aksiiyonaa qabaan gutuuman killaaba cheelsii of harkaa galchuu yaddaaniru jedhamee jiraa. Gatii isaa ittiin bitaan naannoo qarshii dollaari Billiiyoona $4.9 siqaa jedhamee jiraa. Ammaa kan egamuu motuuma Ingiliizi irraa eyyaama argachuu qoofa akkaa ta'ee killaabni Cheelsii beksiisa jiraa. Killaabota akkaa Los Angeles Dodgers, Lakers Fii sparks abbaa qabeenyumaan namaa bulchuu dha Boheers @carcarsport [ Fabrizio Romano ]
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gonder || 😭 😭
Показати все...