cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

QUBE JENRATION(DQ)

yeroo ammaa kana dhalonni qubee hojiifi injifannon isaan roga maraan galmeessa jiran ğaara irratti jigsanii ťulluu itti fonqolchanis kan đhøķăťūū mitï join qube jeneration

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
279
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from Imala Jireenyaa
Показати все...
𝐀𝐥-𝐑𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 Group

Namaa kamiifuu kabaja qabda taanan Ati nama milkaa'aa Addunyaa kanatii!!

Repost from Ummatii Production
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Yaa_Doktar! #Galatoomaa! Mana diigame, Mana dhimmisu, Mana harka dhaddee seene ,Waggaa sadi wajjiin rakkachuun laaftuu miti. Rakkoo ummatni hin argine hedduudha kan isin dhandhamtan. Tokkummaa Islaamaa Eeguuf hanga tuffii bira dabree harkaan rukutamutti. Obsa, Namummaa, Eenyummaa fi Ejjannoo nu barsiiftanii jirtu! Har'as Angoo mi'ooftuu fi guddoo tana dabarsitanii ummata islaamaaf Amaanaa ofirraa galchitan! Galata keessan jechi hanqisus harki RAHMAAN isiniif haa kafalu! Isin Gaaddisa keenya, Gaara Obsaati, Galaana beekkumsaati, Fakkeenya dhalootaati! Umriin haa Atootu Diinni keessan haa hadoodu! 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Channel Kana Irraa Maal Argachuu barbaaddu?
Показати все...
📖 Qur'aana 📖
🕌 Da'awaa 🕌
🤩 Nashiidaa 🤩
😇 Seenaa 😇
🌒Barnoota waahee Soomanaa 🌒
🕋Barnoota waahee Salaataa🕋
🌐Odeeffannoo waaytawaa🌐
🎁 Gaaffii fi Deebii 🎁
Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf
👉ʝσιи👈
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Channel kanarraa maal Argachuu barbaaddu?
Показати все...
Daعwaa
Qur'aana
Hadiisa
Seenaa
Barnoota Amantii
Barnoota Salaataa
Odeeffannoo waaytawaa
Jechoota Hayyooa Islaamaa
Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf
Join godhaa
Repost from Ummatii Production
Фото недоступнеДивитись в Telegram
➝ Yomuman si Argaaf qalbin na hirartee😔 ➝ Jaalalti tee seente onnee to waraante💔 ➝ Jaalala teetirraa onneen dhukkubsattee😓 ➝ Ijuman si Arguuf heddu na dheebotte😒 . . . . . #Muhammad صلی_الله_علیه وسلم# 🥰 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Repost from Ummatii Production
#‏أخي_المسلم: ‏احرص هذه الفضائل ‌ #يوم_الجمعه⁩ لتكسب أجوراً عظيمة: ‏✓ غسل يوم الجمعة ‏✓ الطيب ‏✓ السواك ‏✓ لبس الجميل ‏✓ التبكير إلى المسجد ‏✓ الإنصات للخطبة (وجوبا) ‏✓ قراءة سورة الكهف ‏✓ كثرة الصلاة على النبي ﷺ ‏✓ الصدقة ‏✓ ولا تفوتك ‌ #ساعة_الاستجابه⁩ (آخر ساعة من يوم الجمعة) #‏تقبل_الله_منا_ومنكم. 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Repost from Ummatii Production
አምስት ነገሮች ከወፈቀህ አምስት ነገሮችን አይከለክልህም ➝ ➀ ምስጋና ማድረስን ከወፈቀህ የመልካም ነገርን ጭማሪን አይከለክልህም ➝ ➁ ዱአ ማድረግ ከወፈቀህ ምላሹን አይነፍግህም ➝ ➂ ኢስቲግፋር ማድረግን ከወፈቀህ ምህረቱን አይከለክልህም ➝ ➃ ተውባ መግባትን ከወፈቀህ ተቀባይነትን አይከለክልህም ➝ ➄ ሰደቃ መስጠትን ከወፈቀህ አጅሩን አይከለክልህም 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Repost from Ummatii Production
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gariin namaa gubbaan nama gaarii fakkaatus: keessi isaa fokkinaa fi shira sheyxaannuu dinqisiifatu of keessaa qaba! 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Repost from Ummatii Production
#Ustaaz_Ahmedin _Jebel #አሕመዲን_ጀበል Guyyaa Iidaa Mana Sirreessaa kan duran itti hidhamanitti waamicha isaaniif godhameen Salaata iidaa Achitti salaatanii turan. Suuraaleen armaan Olitti argitan olmaa guyyaa Iidaarraa fudhatamteedha. Osuma Diinni isaa boodaa wacuu, deemsi Ustaaza keenyaa Addunyaa wal gaha. Ustaazni leenca, Gaara dhiibaa oolan hin jigne. #JemalSheikhBakri1 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultimedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Repost from Ummatii Production
#Waliif_gammadaa_malee #Walitti_hin_gammadinaa! ➾ Mucucni obboleessa keetii yoo kan si gammachiisu taate...onnee tantee keessa dhukkubatu jiraa beeki...! إذا أفرحتكَ عَثرَةُ أخيك فَفي قَلبِكَ مَرض. ➬ Meeqa kamtu kufaatii kee yaada !? Meeqatu sitti gammadaa oola !? ➾ Hunda keessanuu dhukkuba hamaa kanarraa isin haa baraaru. 🌺ʝσιи🌺 @alrayyanmultmedia @alrayyanmultimedia
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.