cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Amantaa kee bari/ሃይማኖትህን እወቅ

👉Kun Chaanaalii barumsi afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu🤲 Br/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH) ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ ትምህርት የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ🤲 መ/ር ዲ/ን ባጫ ነጋሳ (BTH)

Більше
Рекламні дописи
2 526
Підписники
+824 години
+287 днів
+5530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Barumsa dubbii Kiristoos Br/saa Baacaa Nagaasaatiin(BTH) https://youtube.com/watch?v=OEJ60oLIrH8&feature=shared
Показати все...

5👍 3
Sirna jireenyaa (7) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-7-07-15
Показати все...
Sirna jireenyaa (7)

Beellama kabaji (3) Dachee kanarra beellamoota hedduutu jiru! Beellamni michuu wajjinii jira! Beellama kana keessatti amanamaa ta'uu dhabuun michuu sana dhabsiisuu danda'a. Michuu dhabuun immoo beelaa fi dheebuu jaalalaatiin adabamuu dha. Akka mana kiristiyaanaatti fo'insa (ውግዘት) kan jedhamu nama gorfamee, akeekkachiifamee deebi'uu dide adda baasuu fi jaalala dhabee akka beela'u gochuudha. Jaalala dhabuun ykn michuu ofii gaddisiisuun ofiin of fo'uudha. Beellamni mana murtii jira! Beellamni mana murtii sababaanuu…

👍 1
"Hojii Abrihaamiin hojjedhaa!" Yoh. 8:39 – Telegraph https://telegra.ph/Hojii-Abrihaamiin-hojjedhaa-Yoh-839-07-13
Показати все...
"Hojii Abrihaamiin hojjedhaa!" Yoh. 8:39

Lallaba barreeffamaan! Maxxansa hagayya 28/2015 maxxanfame iraa deebiidhaan! Dubbisaa!👇👇👇 Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen! Adoolessi 7 guyyaa uumaan uumatootaa Sillaaseen bifa namaatiin gara mana Abrihaam dhufuusaa itti yaadatamudha. Seenaa guyyaa kanaarraa waan hedduu kan barannu yoo ta'u, keessumattuu garraamummaan Abrihaam, inaaffaan seexanaa fi arjummaan Sillaasee sirriitti guyyaa ifoomedha. Maarree nutis yoo Sillaaseen nuuf eyyeme seenaa guyyaa kanaa bu'uura godhannee…

15
Sirna jireenyaa (6) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-6-07-12
Показати все...
Sirna jireenyaa (6)

Beellama kabaji (2) Waaqayyoo Waaqa beellama eegale qofa osoo hin taane Waaqa beellama kabajuudhaan beekamudha. Beellama baroota 5500 osoo hin hirraanfatii kan raawwate isa qofa. Duuka bu'ichi kana yemmuu ibsu akkas jedha; “Barri murameef sun yeroo guutetti garuu, Waaqayyo ilma isaa erge; innis yeroo ergame dubartii irraa dhalatee, seera jala galfame.” Gal. 4:4 Waaqayyoo beellama irraa barfachuu ykn turuu hin beeku. Kanas raajichi akkas jechuun ibseera. “Mul'anni kun yeroo itti raawwatamuun isaaf ta'u in eega…

10👍 1
Sirna jireenyaa (5) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-5-07-10-2
Показати все...
Sirna jireenyaa (5)

Beellama kabaji (1) Beellama kan eegale Waaqayyodha. Addunyaan kun adduyaa beellama Waaqummaatiin uumamedha. Gooftaan bara hin qabne namootaaf bara kenne. Yeroo namni yakkee kufetti fayyisuudhaaf beellama kenneefi. Namni osooma Waaqayyorraa adda hin ba'iin Waaqayyorraa adda ba'e😥. Garaa isaatiif nyaata, somba isaatiif qilleensa kan argatu Waaqayyorraati. Lafa kanarra mitiitii Si'ol keessayyuu kan jiraatamu jirachisuu Waaqayyootiini. Gooftaan keenya kan inni gara biyya lafaa dhufeef buddeena foonii nuuf kennuuf…

10
Sirna jireenyaa (5) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-5-07-10
Показати все...
Sirna jireenyaa (5)

Beellama kabaji! Dachee kanarra beellamoota hedduutu jiru! Beellamni michuu wajjinii jira! Beellama kana keessatti amanamaa ta'uu dhabuun michuu sana dhabsiisuu danda'a. Michuu dhabuun immoo beelaa fi dheebuu jaalalaatiin adabamuu dha. Akka mana kiristiyaanaatti fo'insa (ውግዘት) kan jedhamu nama gorfamee, akeekkachiifamee deebi'uu dide adda baasuu fi jaalala dhabee akka beela'u gochuudha. Jaalala dhabuun ykn michuu ofii gaddisiisuun ofiin of fo'uudha. Beellamni mana murtii jira! Beellamni mana murtii sababaanuu…

Seenaa jireenyaa (4) – Telegraph https://telegra.ph/Seenaa-jireenyaa-4-07-08
Показати все...
Seenaa jireenyaa (4)

Yeedaloo Yeedaloon fedhii gadi fagoo lubbuu namaa keessa taa'edha. Yeedaloon nama biyya lafaa kan samii kan taasisudha.(ምድራዊውን ሰው ሰማያዊ የሚያደርግ ነው). Yeedaloon Ibsituu jiraachuu lubbuuti. Yeroo lubbuun haareffamtu foonis duukaa akka haareffamtu yeedaloon nutti hima. Yeedaloon fedhii namoonnii fi bineeldonni waliin qooddatanidha! Bineensotumti hamoo jedhamanillee yeedaloo yemmuu dhaga'an ni booji'amu. Yeedaloon dandeettii gara-jabeessa naashu/garaa laaffisu qaba! Lubootni "nan rakkadhe" jedhu malee, "nan dhiphadhe"…

10
Sirna jireenyaa (4) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-4-07-08-2
Показати все...
Sirna jireenyaa (4)

Yeedaloo Yeedaloon fedhii gadi fagoo lubbuu namaa keessa taa'edha. Yeedaloon nama biyya lafaa kan samii kan taasisudha.(ምድራዊውን ሰው ሰማያዊ የሚያደርግ ነው). Yeedaloon Ibsituu jiraachuu lubbuuti. Yeroo lubbuun haareffamtu foonis duukaa akka haareffamtu yeedaloon nutti hima. Yeedaloon fedhii namoonnii fi bineeldonni waliin qooddatanidha! Bineensotumti hamoo jedhamanillee yeedaloo yemmuu dhaga'an ni booji'amu. Yeedaloon dandeettii gara-jabeessa naashu/garaa laaffisu qaba! Lubootni "nan rakkadhe" jedhu malee, "nan dhiphadhe"…

Sirna jireenyaa (4) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-4-07-08
Показати все...
Sirna jireenyaa (4)

Yeedaloo Yeedaloon fedhii gadi fagoo lubbuu namaa keessa taa'edha. Yeedaloon nama biyya lafaa kan samii kan taasisudha.(ምድራዊውን ሰው ሰማያዊ የሚያደርግ ነው). Yeedaloon Ibsituu jiraachuu lubbuuti. Yeroo lubbuun haareffamtu foonis duukaa akka haareffamtu yeedaloon nutti hima. Yeedaloon fedhii namoonnii fi bineeldonni waliin qooddatanidha! Bineensotumti hamoo jedhamanillee yeedaloo yemmuu dhaga'an ni booji'amu. Yeedaloon dandeettii gara-jabeessa naashu/garaa laaffisu qaba! Lubootni "nan rakkadhe" jedhu malee, "nan dhiphadhe"…

Sirna jireenyaa (3) – Telegraph https://telegra.ph/Sirna-jireenyaa-3-07-06
Показати все...
Sirna jireenyaa (3)

Galateeffadhu! Addunyaan kun namoota hedduudhaaf dirree qabsoo ulfaataa taatus, galateeffattootaaf garuu salphoodha. Yeroo galateeffannu rakkina keenyarra Waaqayyoon agarra. Yeroo galateeffannu isa dhabne osoo hin taane isa qabnu yaadanna. Yeroo galateeffannu isa bade/deeme osoo hin taane isa arganne/isa jiru yaadanna. Yeroo galateeffannu isa bira ga'uu hankaakne osoo hin taane isa itti milkoofne yaadanna. Galateeffannaan ija ibsa! Galateeffannaan waan hundumaa zeeroodhaan baay'isuu irraa nu baraara! Galateeffannaan…

9
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.