Narsaddiin Abdallaa🎙
Channel~kiyya ergawwan islaamaa 1👉Nashiidaa fi Da'awaa gara garaa🎤 2👉Walaloo fi yadaloo🎤 3👉Goofataa fi diraamaa gaggabaabaa🎤 Amantaa fi saba jiddu gala godhate Isiniif raabsa!!!
БільшеКраїна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
178
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Показати все...
Ilaahii koo Nashiidaa Haaraya Bara 1443H part 2
Показати все...
Nashiidaa Haaraya Bara 1443H Du'aa'ii by Abdallaahi Ahmed part 1
✍Dawaan Qalbii waa shan (5) (jedhe Hayyuun tokko) :
➛ #1ffaa : Qur’aana hubannaan qara'uudha.
➛ #2ffaa : Garaan qullaa ta'uudha (Soomana soomuu).
➛ #3ffaa : Dhaabbata halkanii ( Salaata Leylii ).
➛ #4ffaa : Yeroo obboroo/Suhuuraa sana Rabbitti warwaachuu.
➛ #5ffaa : Namoota gaggaarii wajjiin jiraachuu.
Join👉@tafak_or
@tafak_or
@NasraddiinAbd
Repost from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Fuxuur
✍Du'aaii yeroo soomana furanii :
ذهب الظمأُ وابتلَّت العروق، وثبت الأجر إنشاء الله
➛ Zahaba-zzama'u, wabtallatil-Uruuqu, wasabatal Ajru Inshaa'allaah....
Join👉@tafak_or
Repost from Qobbo multimedia
Показати все...sheek amiin ibroo #Baga jala bultii baatii ramadaanaa nagayaan geessan #Qobbo multimedia 2022
warreen channala kiyyaaf haaraya taatan subscribe like share naaf godhaa
Repost from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Baga_geessan
Ramadaana yeroo ibsinu salphaadhumatti ;
➛ Ramadaanni guyyaa gabaabaadh, guyyoota gabaabduu tana keessattis ufitti gabaabachuun hin barbaachisu.
➛ Baatiin Ramadaanaa Seenuu fi bahuun isheetis qixuma dadhabbiin nurraa hin eegamu.
➛ Yeroo dadhabbii fi laafinni sitti dhaga’ame keeyyata Qur’aanaa akkana jettu tana yaadachuu qabda :
"أيَّاماً معدوداتِ......"
Ramadaanni guyyoota lakkaa’aman wahii qofa...osoo hin beekin nama jalaa dhuman.
➛ Ramadaanni baatii 12 keessaa akka fakkeenya Nabiyyallaahi #Yuusuf (عليه السلام) gidduu Obboleewwan isaa 12 keessaa san :
✍ Baatii Ramadaanaa waan hin taaneen uf jalaa hin ajjeesinaa!.
✍ Baatii Ramadaanaa keessa uf tiksuu dadhabdanii, boollatti/Eelatti uf jalaa hin gatinaa!.
✍Guyyoota gabaabduu tana mallaqa rakasatti uf jalaa hin gurguratinaa.
✍ Simannaa gaarii godhaafii, qobsuma gaarii qubsiisaa....maaltu beekaa asumattuu nu fayyaduu danda'a ykn boru jaarsummaa nu dhaabachuu danda'a.
➛ Anaa fi isinillee warra baatii tana saamatu Rabbiin nu haa godhu....baga geettan baga geessan.
كل عام وأنتم بخير.....!
Obboleessa keessan durataa'aa miidiyaa Tafakkur (Ibraahim Eda'oo) irraa.
..🤎 🌙
_____
https://t.me/tafak_or
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁 Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa, jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf➛Nama sadi kadhaan/Du'aa'iin isaanii hin deebifamtu ;
➫Nama soomana afaanii qabu hanga hiikutti,
➫Hoogganaa/Imaama haqa dalagu,
➫Miidhamaa.
Rasuula keenyarraa (SAW).
Rabbiin Ramadaanaan nu haa gahu kaa!.
Join👉@tafak_or
@NasraddiinA
Repost from MAHER ZAIN☞ Official
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#ODUU_GAMMAACHISA😊
Qebaltti #somana ilalchise #da'illee Bekkamoodhaan sagaanta #Daعwa Qopheeysinee Jira.
#Hawaasni nannawa #DIRE_DAWA Jirattan hundaf baati #bitootteessa
GUYYAA O4-O7-2O14
Ganama sa.a 1:3O egallee akka hirmaatan isiin afeerreti jira.
IDDOON =Duroo Keellaa Galma Mana Barumsaa #Addisuutii 🌴
#Da'ille_Babekkaamoo Qophii irratti hirmataan keessa kan akka...
#Ustaz_ABU_YASSIR 🌴
#Ustaz_ABU_HAYDAR 🌴
#Sheikh_ABDULLAHI 🌴
#Sheikh_ABDURAZAQ🌴
#Tiketa sensa👇
#VIP birri 2OO fi
normal kan birri 15 ni jira
#BUS_Makina🚌🚌 Jira kan gara sagaanta bilashiti isiin geysu insha allah
#BUS🚌tokko #Ashawa (Alay bade) dhabata
#BUS🚌tokko ammo #Saphiyan_Saido dhabata
akka isiin hin dabarre kotta qodaa irra furadha😊
Pls yeroo dubiste #share godhi🌴
https://t.me/Maherzain123
✍Namoonni gaggaariin asiin dura dabran waa 3 waliif dhaamaa turan:
1ffaa; Nama gidduun isaatii fi gidduun Rabbii tolte, Rabbiin gidduu isaatii fi gidduu ilma namaa bareecha.
2ffaa : Nama keessi isaa tole Rabbiin gubbaa isa tolcha.
3ffaa : Namni Aakiraan isa yaachifte Rabbiin waan ganda duniyaa fi Aakiraallee isaaf gaha .
#Ibnul_Qayyim
Join👉@tafak_or
@Nasraddiinabd
Показати все...
Nashiidaa Markaza Diyaaul Waxan#Ganda gabbataa
Hordoftoota Channel kiyyaa Share Like gochuu hin dagatinaa? Warroonni Haarayni Subscribe gochuudhaan maatii tiyyatti dabalamaa?