cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Mubarik Beshir

@mubarikBeshir @mubarikbeshir Join this group and

Більше
Рекламні дописи
204
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
+230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Baayyee nama gaddisiisa
Показати все...
Youtube Qubee TV 'Subscribe' gochuun nu jajjabeessaa miidiyaa keessan guddisaa gahee Oromummaa keessan bahaa waan Subscribe gootaniif dursinee isin galateeffanna. https://www.youtube.com/@Qubeetv2023
Показати все...
Показати все...
Qubee TV; Badhaasni Odaa Marsaa 7ffaan Mudde 11, 2016 akka Gaggeeffama

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kabajni Ayyaana Iida Shawwalaa Dhaabbata Barnootaa, Saayinsiifi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ('UNESCO')n hambaa aadaa kiliyaa (hinqaqqabamne) ta’ee galmaa’e.
Показати все...
1
Baankiin Raammis Yaa'ii Waliigalaa Waggaa 1ffaa Abbootii Aksiyoonaa Galma Barkumeetti Geggeessaa jira. Qubee TV (Muddee 3, 2023) Finfinnee. Baankiin Dhala Irraa Bilisaa Raammis Yaa'ii Waliigalaa Waggaa 1ffaa Abbootii Aksiyoonaa Galma Barkumeetti Dilbata Har'aa Geggeessaa jira. #Oromiyaa #Itoophiyaa Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420 Tiktok : https://www.tiktok.com/@Qubee_
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
WOREEGAMA GAAFATA Hagamuu karoorfattus Yoo itti hin kaffalle gatii Galma kamuu hin geessu Boris achuma ati! Tarsiimoo baafatteen Deemuuf galma kaayyoo Woreega gaafata Aarsaa hin taane laayyoo Rakkoon sitti cima Dheebottee beelofta Waan garaan kee yaade Kajeeltee seenofta Gufuun si takaala Lagnis sitti guuta Nama kaayyoo taanaan Atis itti duuta! Calaqqee galma isaa Fuulleetti argee fiigaa Hedduutu qoreedhaan Woraanamee dhiiga Kan hin kulkulfatin, Adeemu okkolaa Shakkii tokko male, Qorumsicha of-kola Kutataan galma ga'ee Roorroo booree baafata Milkiin tola hin jiru Woreegama gaafata
Показати все...
👍 2
Показати все...
Qubee TV: Qophii Addaa Eebba Fiilmii Dookimenterii USAID, Dhabbata CDCBfi Qubee TV Waliin Qophaa'ee.

Qubee TV: Qophii Addaa, Eebba Fiilmii Dookimenterii Mata Dureen Isaa "Nagaan Jireenya" Jedhu, Kan USAID, Dhabbata CDCBfi Qubee TV Waliin Qophaa'e Guutuu Isaa. ( Hagayya 19, 2023) Finfinnee! Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
1
Перейти до архіву дописів
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.