ODAA TARBII
Yaadaafi Oduulee garaa garaaa Waliin dabarsina Qoosale garagaraa😂😂 Sirboottan A/oromoo🎤
Більше- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Триває завантаження даних...
@Oromo DJ Provide Your Favourite Songs with Lyrics Video. Check out:- Shukri Jamal Released Single Music Lyrics Watch full Video and Enjoy it. #lyrics(Walaloo) Deemuus ta'uus an yaadan badaa Of miliqeen an of barbaada Akka hin baanetti seene Rakkoo Mala dhabe kankeef kankoo An nan dhiisne yaadni kee hoggayyuu Yaadaan si faana bada An goodaanniisa Seena natti taate si dhabuun Garaan jaalate gowwaa hin fayyisu sossobuun Natti hin laalin jaalala teeti wa na miite Arraaf boru dhufta osoon eegu natti dhiite Huulaan manakoo takkaa hin cufamne siif dheebotte Mee maalumaan siif godha maaf yaaditan gadditee na hiraarsita Yaadaafi yaaddoo kee kanatu ruhii tiyyatti ulfaate Harqoota jaalala tee akka taane na fiite The End! #Like #Shukrijamal #Godaannisa #oromolyrics #oromomusic #ethiopianmusic #Andualem #yosangetahun #lovesongs #Sirbajaalala #new2021 Uploading or duplicating this content Strictly prohibited by YouTube Copyright policy. Copyright ©️ @Oromo DJ 2022
#AfanOromoSubtitles #like #kuchkuchhotahai #lyrics