cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

☪️Addunyaa Barnootaan Haa Guddisnuu 🕋🕍

( إِنَّنِي أَنَا اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدْنِي وَأَقِمِ الصَّلَاةَ لِذِكْرِي ) طـه (14) ( إنني أنا الله لا إله إلا أنا فاعبدني ) ولا تعبد غيري ، ( وأقم الصلاة لذكري ) قال مجاهد : أقم الصلاة لتذكرني فيها ، وقال مجاهد : إذا تركت الصلاة ثم

Більше
Рекламні дописи
402
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Rabbi Rabbuma, Iyyasuus kiristoos namuma, ni shakkita moo??? --------- Rabbii tokko malee kan biraa hin beeknu, Tokkicha uumaa hundaa dhiifnee Makluuqa jala hin deemnu. -Rabbi! Rabbuma, Iyyasuus Namuma. Ni nyaata, ni dhuga ni rafa, ni beela'a, ni qorama, ni uffata, mana fincaaniis ni dhaqa. -Kanaafuu, Nuti qamaa nyaatee, dhugee, mugee, rakkatee, tumamee, harree yaabbatee, kabalamee, fuularratti tufamee, sheeyxaanaan qoratameen Rabbi hin jennu. Rabbiin uumamtoota hunda uume kana hundarraa qulqulluu dha. Inni uumamtoota hundaa uume hin rakkatu, hin nyaatu, hin mugu, sheeyxaanaan hin qoratamu, hin dhalatu, ilma hin qabu, uffanni itti hin uwwifamu, harree hin yaabbatu. Inni of danda'aa hirkoo waan hundaati. Uumamtoonni hundi isatti haajamu, Garuu inni uumamtootaatti hin haajamu. -Rabbiin uumamtoota hunda uume jiraachisee ajjeesa, ajjeesee kaasa, dhukkubsee fayyisa, kadhatamaaniis isuma qofa. Ajaa'iba! Addunyaa kana keessa hawaasni na Ajaa'ibu! Hawaasa yeroo rakkinaa Rabbiin qofa kadhatu, kan ergasii ammoo' Iyyasuus kiristoos waaqayyo jedhuudha. Mee Eessatti aangoo waaqummaa argate? Deebii---- Yuhaannis 1:1, Yuhaannis 1:14,Yuhaannis 3:16 hayyee! Itti fufa. Deebii, Muslima, hunduu Rabbummaa isaa hin ibsu. Kiristaana; lakki ni Ibsaa, Muslima; Akkamitti? Kiristaana; Iyyasuus Namalle, ilmalle, hafuura qulqulluudhas jennee amanna, Muslima; akkamitti? Kiristaana; dhimmi kun sillaaseedha, bifa kanaan Malee Rabbummaan Iyyasuus hubatamuu hin danda'u. Muslima; dhimmi kuni sillaaseedhaa miti ree, Kirisitaana; Eeyyeen! Muslima; Jechi sillaasee jedhamu hoo macaafa qulqulluu keessatti barreeffamee jiraa? Kiristaana; lakki kallattiidhaan barreeffamee hin jiru, Muslima; akkamitti itti amantu ree? Kiristaana; akkuma kanatti itti amanna, Muslima; waan kitaaba keessa hin jirre akkamitti itti amantu, kiristaana; Nuuf ta'eera, Muslima; Akkamitti? Kiristaana; mormii hin barbaachisu, maaliif jennaan dunuunfattee amanuu si gaafatu, sanuu qaamaa fi qalbii guutuudhaan, Muslima; qaama Rabbi hin taanetti nuti hin amannu... 1ffaa; kitaabuma keessan keessattuu bakka Iyyasuus ani waaqayyoodha jedhe hin agarre. 2fffaa: kitaaba macaafa qulqulluu sirritti yoo xinxallitee dubbifte, Iyyasuus tokkochummaa Rabbii barsiiseera. Wangeela Maarqoos 12: 29, Wangeela Yohaannis 17:3, irraa dubbisuu ni dandeessa. 3ffaa; Iyyasuus ani humna tokkoo hin qabu jedheera, wangeela Yuhaannis 5:30 dubbifachuu ni dandeessa. 4ffaa: Iyyasuus wangeelli ani isin barsiise kan koo miti jedhee dubbadheera, wangeela Yuhaannis 7:16 irraa dubbisuun dhugaa tana hubachuu ni dandeessa. 5ffaa: Iyyasuus ani gabbaruun yookaan waaqqessuun keessan gatii hin qabu jedheera. Wangeela Maatiwoos 15:9 irratti barreeffameera. 6ffaa: Iyyasuu gara waaqayyoo kiyyaa fi keessanii deemuuf jedhee dubbateera. Y Wangeela Yuhaannis 20:17 irratti dubbatameera. 7ffaa: macaafa keessatti Iyyasuus dhalatee gaafa guyyaa saddeettaffaa kittannate jedha, wangeela Luqaas 2:21 irratti ibsameera. Qabxiileen macaafa qulqulluu keessatti eeraman hedduudha. Hundi isaaniituu Iyyasuus akka Rabbi hin taane addeessu. Amma hoo hin amantanii? Kiristaana: lakki nuti inni waaqayyoon ta'uu isaa waan amannee jirruuf of duuba deebi'uu fi karaa abnootii keenyaa gadi dhiisuu hin barbaannu. OK akkas taanaan dongoongoratanii jirtu. Kiristaana; lakki nuuf ta'eeraa nu dhiisikaa, muslima; yoo nuti isin dhiifnes dhugaan isin dhiisaa hin jirtu. Kiristaana; obboleessoo mataa nu hin dhukkubsin nuuf ta'eeraa, Muslima; hayyee akkas taanaan muslima ta'uu koo ragaa bahikaa, kiristaana; tole, duraa muslima ta'uu kee nan beeka. Muslima Hayyee dhugaa tana Rabbi siif haa galchu, Kiristaana; Aamiin https://t.me/maashaallaah1
Показати все...
☪️Addunyaa Barnootaan Haa Guddisnuu 🕋🕍

( إِنَّنِي أَنَا اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدْنِي وَأَقِمِ الصَّلَاةَ لِذِكْرِي ) طـه (14) ( إنني أنا الله لا إله إلا أنا فاعبدني ) ولا تعبد غيري ، ( وأقم الصلاة لذكري ) قال مجاهد : أقم الصلاة لتذكرني فيها ، وقال مجاهد : إذا تركت الصلاة ثم

#Imala_kaayyoo Gaafa manaa baatu san Tilmaamtee fuuldura kee Abjuu hojiin dhugoomuuf Qopheeffattee galaa kee Nama taatee argamuuf Jalqabdee adeemsa kee Silas adeemsi hundi Akka yaadan hin ta'u Dafqaaf kutannoo malee Imalli galma hin ga'u Karaatti si mudata Wanti yaada keen faallaa Of duuba si deebisuuf Siif qopheessuu sakaallaa Yoos atimmoo nama ta'i Nama kaayyoon adeemu Nama bariif galgalas Galma ga'uuf guungumu Ati abdii sin kutachiisin Sakaallaan karaa keessaa Wareegamas kaffali Waan sirraa eegamu aarsaa Rabbii kee faana adeemi Bakka yaadde ni geessaa!!! https://t.me/maashaallaah1
Показати все...
☪️Addunyaa Barnootaan Haa Guddisnuu 🕋🕍

( إِنَّنِي أَنَا اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدْنِي وَأَقِمِ الصَّلَاةَ لِذِكْرِي ) طـه (14) ( إنني أنا الله لا إله إلا أنا فاعبدني ) ولا تعبد غيري ، ( وأقم الصلاة لذكري ) قال مجاهد : أقم الصلاة لتذكرني فيها ، وقال مجاهد : إذا تركت الصلاة ثم

As wr wb Baga Geessan ! Hundi keessan Galaana Rahmataa Saamunaa Qalbii nama Kortoo Jannataa Milkii har'a borii Baga ramadaanaan isin gahe. Ramadaanni baranaa kun:- 👍_Kan milkii addunyaa fi aakira 👍_kan Gammachuu 👍_kan Jaalala 👍_kan Tokkummaa ❤️_Kan barakaa ❤️_kan umrii dheerinnaa 👍_kan waan ati yaadde hunda Rabbiin ittiin si milkeessu @caaltuun jannata firdoosiin ... Siif haa ta'u ka obbol. koo Kan Islaamaa RAMADAAN MUBAARAK RAMADAAN MUBAARAK RAMADAAN MUBAARAK !!
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Oduu GAMMACHIISA #Kebor_multimedia_production irraa Akkuma asiin dura keyeroon 1ffaa fi 2ffaa sagantaa ajaa'ibaa isiniif dhieessee ture ammas keyeroon 3ffaan sagantaa ifaa Aalamaa jedhu qabatee qopheessee isin eega jira maare osoo tikkeettiin isin jala hin dhumin dafaa bitadhaa iddoon ganda 010 keellaa green area Shaashamannee gaafa guyyaan sambata guddaa dhufu 12/10/2014
Показати все...
Barbaachisummaa amala gaarii *****As *****Wr*****Wb***** Amala jechuun haala nama keessa sirriitti gadi seenee osoo baay'ee itti hin yaadin hojiin isarraa madduudha. Hojiin amala kana irraa maddu yoo gaarii ta'e amalli sun 'Amala Gaarii' jedhama. Yoo hojiin isarraa maddu badaa ta'e immoo amalichi sun 'Amala Badaa' jedhama. Amalli namaa kun kan uumamaan gaaromuufi kan inni gaarummaa of leenjisutu jira. Fkn namoonni gariin uumamaan obsuu, dhugaa dubbachuu, nama kabajuufi kkf qabu. Namoonni gariin immoo uumamaan ni dallanu, ni ariifatu ni boonu. Warri kun of leenjisanii amala badaa kana sirreeffachuu ni danda'u. Ergamaan Rabbiis (SAW) akki jedhan "nama amala badaa irraa of tikse Rabbiin isa tiksa. Nama kadhaa irraa of duroomse Rabbiinis isa duroomsa. Nama obsa of leenjise Rabbiin obsa kennaaf." Kanaafuu amala badaa of keessaa baasanii gaariidhaan bakka buufachuun ni danda'ama. Qajeelfamni isaas qalqaba akka huccuun xuriin baafatamee qulqulluun uffatamu amalli badaan ofirraa baafamee qulqulluun bakka buufama. Namoota collee biratti amala badaa baasanii gaarii bakka buusuun akkuma huccuu xurii baasanii qulqulluu uffachuutti ilaalama. Namoota of jijjiiruuf karoora hin qabne biratti immoo bishaan darbe akka waraabuutti ilaalama. Amalli gaariin Rabbiin biratti kabajaa gurguddaa qaba: 1. Hanga amala gaarii qabaannutti iimaana guutuu hin qabaannu. Nabiyyiin (SAW) ni jedhan: "Mu'umintoota keessaa kanneen iimaana guutuu warra amalli isaanii akkaan gaariiti." 2. Nama hunda caalaa Nabiyyii (saw) biratti jaalatama; hundarras isaanitti dhihaata. Rasuulli (SAW) ni jedhan: "Isin keessaa namni guyyaa qiyaamaa akkaan ana biratti jaalatamuufi qubannaan isaa natti dhihaatu nama amala gaariiti." 3. "Isin keessaa namni akkaan filatamaan nama akkaan amala gaarii qabuudha." Rasuul (SAW) Ummatuma jechuun amala gaariidha. Yoo amalli gaariin hin jiraanne ummanni sunuu badeera. Kun hiika walaloo Arabiffaa wahiiti. 4. Wanti amala gaarii caalaa guyyaa qiyaamaa miizaana Mu'uminaa irratti ulfaatu hin jiru. Rasuul (SAW) Kanaafuu amalli gaariin toltuu guddaa, waan baay'ee Rabbitti nama dhiheessuudha. 5. Mu'uminni amala gaariidhaan sadarkaa nama laylii salaatuufi guyyaa soomuutti dhaqqaba. Rasuul (SAW) 6. Amalli gaariin qabeenya kamuu ni caala. Nabiyyiin (saw) ni jedhan: "yeroo amala afur qabaatte addunyaa irraa wanti ati dhabde homaa si hin miidhu: amaanaa tiksuu, dhugaa dubbachuu, haala gaaromuufi nyaata keessatti of eeguu." 7. Gosoonni khayrii hunduu amala gaarii keessatti argama. "Khayrii jechuun amala gaariidha." Rasuul (saw) 8. Amalli gaariin dhaamsa Nabiyyiin (saw) ummata isaaniitiif dhaamaniidha: "amala gaariidhaan namoota waliin jiraadhu." Rasuul (saw) 9. Rabbiin (SW) amala gaariitti Nabiyyii isaa ajaje. "Dhiifama godhi; gaariitti ajaji. Wallaalaa irraa garagali." (Qur'aana) Nabiyyiinis (saw) akka addaatti itti xiyyeeffatu turan. "Sababni ani ergameef amala gaarii guutuudhaaf." Rasuul (saw) Amalli Ergamaa Rabbii (saw) Qur'aana akka ta'e haati keenya Aa'ishaan nutti himan. Ati amala guddaa irra jirta. (Qur'aana) 10. Tooftaa gaariin ittiin namoota gara Islaamaatti waamnu amala gaariidha. Kanaafuu Rabiin "ogummaa gaariifi gorsa bareedaadhaan gama karaa Rabbiitti waami" jedhe. "Osoo amala goggogaa qabaattee sibiraa bittinnaa'u ture." (Qur'aana) 11. Amalli gaariin fedhii Muslima hundaati. Inumaa Ergamaan Rabbiis (saw) kadhataa turan. "Yaa Rabbi akkuma uumaa kiyya tolchite amala koos tolchi." Rasuul (saw) Yaa Rabbi amala isa irra gaariitti na qajeelchi, amala gaariitti si malee kan qajeelchu hin jiru." Rasuul (saw) 12. Nama amala gaarii qabuuf Ergamaan Rabbii (saw) jannata olaanaa waadaa seenan. "Irra hedduun waan namoota jannata seensisuu sodaa Rabbiifi amala gaariidha." Rasuul (saw) Akkamitti amala gaarii argatta? Namni uumamaan amala gaarii qabu carraa guddaa Rabbiin isa badhaase. Garuu warri of leenjisee amala isaa gaaromfate mindaa dachaa argata. Kanaafuu amala gaarii irratti of leenjisuun baay'ee barbaachisaadha. Kallattiin biraa kan ittiin amala gaarii horatan namoota gaggaariin saahiboomuudha. T.me/IslaamummaanFiriiAakraati
Показати все...
Amantiin Haqaa Islaamummaadha

As~Wr~Wb💄 Barnoota Amantii Islaamaa fi kiristaana ragaa isaa wojjiin ni dhiyeessina Azzaariyaati Aya: 56 ( وما خلقت الجن والإنس إلا ليعبدون ) Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne. @Ahmadkadiir_official @DiiniiKeenyaHaaIjaarannu

Worri ji'a ramadaanaa qofa salataa ji'a kaani hin salaannee isin rabbiin hin gabbarree ji'a sana gabbarruu yaatan malee islaamni ji'a ramadaana qofa hin salaatu yeroon kamuu isaaf walqixaa @IslaamummaanFiriiAakraati @IslaamummaanFiriiAakraati https://t.me/IslaamummaanFiriiAakraati
Показати все...
Amantiin Haqaa Islaamummaadha

As~Wr~Wb💄 Barnoota Amantii Islaamaa fi kiristaana ragaa isaa wojjiin ni dhiyeessina Azzaariyaati Aya: 56 ( وما خلقت الجن والإنس إلا ليعبدون ) Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne. @Ahmadkadiir_official @DiiniiKeenyaHaaIjaarannu

#RAAYYAA_ABBAA_MACCAA 35ffaa Hanga Guutuun Isaa Dhufutti Kana #Sher Gochuun Nu Eegaa!! #SHaER$ #JOIN 👇👇 @IslaamummaanFiriiAakraati @DiiniiKeenyaHaaijaarannu
Показати все...
Manzuumaa_Raayyaa_Abbaa_Maccaa_Vol._35_Irraa(128k).mp35.52 MB
As wr wb buufadhaa dhageefadhaa ittiin booharaa
Показати все...
Abuu_Mujaahid,_Haasida_Jinniif_Insii,_Nashiidaa_Haaraa,_2022_.mp35.91 MB
Innaalillaahi wo`innaa ileeyhi raaji`uun guyyaa har`aa sheeka sheekota maraa Abbaa toowhiida Abbaa qabsoo sabaa Kan diina diin islaamaa karaa kaasan Kan diina Oromoo heddu qilee buusaan Goota ija barbadaa #H/Hasan Gammadaa du`aan ofi biraa dhabnee jirra Rabbiin jannatul firdoosiin nuuf haa qubsiisuu Iddoon salaataa janaaza magaala shaashamannee istaadiyeemitti jedhan waan ta`eef qophii isin irraa eeggamu bahadhaa
Показати все...
00:48
Відео недоступнеДивитись в Telegram
﷽✍●~Aslamuu aleykuum Warhmatulaahi Wabaratatuhu .! ●~Yeroo kamuu Keessa Wanti Argamaa ta'e islaamummaaf gad jechuu dirqama qaba Malee; Islaamummaan Waan Haaraya Argamuuf gad jechuu hin qabu.❤ ● يجب إخضاع الواقع للإسلام لا إخضاع الاسلام للواقع. صلى على حبيبي محمد🌺 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ❣ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ❣ https://telegram.me/Nasihatuzawaj @Nasihatuzawaj Linki kana tuqaa seenaa .❤👌 Waatu Waatu jiraa. 🙄 ♡Hijab Hiwote Naw!.💚
Показати все...
20.85 MB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.