cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jijiramaf Jiradhuu

Advance about religion and recreation B/c both are basic for life

Більше
Рекламні дописи
377
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Quran collection 1 @mishary_rashid_al_afasi 2 @Yassen_Al_Jazairi 3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri 4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan 5 @Abdulbasit_Abdussamed1 6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais 7 Ali_Al_Huzaifi 8 @Khalifah_At_Tonaeijy 9  Ahmad_Al_Ajmy 10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi 11 Emad_Al_Mansary 12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar 13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami 14 @Abdulhadi_Kanakeri 15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly 16 @Sheikh_Adel_Rayan 17 @Khalil_Al_Hussary 18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub 19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany 20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi 21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi 22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi 23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim 24 @Yasser_Al_Dosarii 25 @Muhammad_Al_Kurdi1 26 @Fares_Abbad1 27 @Sheikh_Salah_Bukhatir 28 @Imad_Zuhair_Hafez 29 @Muhammad_AbdulKareem 30 Ahmad_Misbahi 31 @Abdulaziz_Az_Zahrani 32 @Ibrahim_Al_Asirii 33 @Abdulbosit_Qobilov1 34 @Abdullah_al_Matrood1 35 @Afzal_Rafiqov1 36  Hani_Ar_Rifai 37 @Abdullah_Ali_Jaber 38 @Sheikh_Muhammad_Jibril 39 Jazza_Alswaileh 40 Bandar_Balila 41 @Mohammad_Al_Tablawi 42 Wadee_Al_Yamani 43 @Ghassan_Al_Shorbajyi 44  Zaki_Dagistan 45 Ahmad_Al_Lahdan 46 @Abdullah_Xalif 47 @Yasser_Al_Qureshi 48  Nabil_Al_Rifai 49  Salah_Al_Hashem 50  Shirazad_Taher 51 @Tawfeeq_As_Sayeghh 52  Rashid_Al_Arkani 53 @Sheikh_Mustafa_Ismail 54  Ali_Yakupov 55 Abdullah_Kamel 56 @Mahmud_Ali_Albanna 57 @Sheikh_Idris_Abkar 58  Hassen_Saleh 59  Moeedh_Al_Harthi 60  Ahmed_Naina 61  Waleed_Al_Naehi 62 Saber_AbdulHakam 63 @Mohammad_Saleh_Shah 64 @AbdulMuhsin_Qasim 65 Salah_Al_Budair 66  Akram_Alalaqimy 67  Jamaan_Alosaimii 68 @Abdulmohsen_Harty 69 @Abdul_Wadood_Haneef 70 @Mohammad_Al_Abdullah 71  Yahya_Hawwa 72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid 73 Khalid_Al_Jaleel 74 @Noreen_Muhammad_Siddique 75 @Ahmad_Al_Shalabii 76 @Alzain_Muhammad_Ahmad 77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan 78 @Ibrahim_AlAkhdar 79 @Rahmatulloh_qori_Obidov    Quran_Mp3_Collection @HundaafJiradhuu @HundaafJiradhuu
Показати все...
#Of misoomsuu 1. Of beekuu: Of hubachuun jalqabi, cimina kee, . dadhabina, gatii fi amantii. Of beekuun bu'uura guddina dhuunfaa. 2. Galmoota Ifa Ta’an Kaa’uu: Adda ta’e, safaramuu danda’u, galma ga’uu danda’u, barbaachisaa ta’ee fi galmoota yeroon itti murtaa’an (SMART) kutaalee jireenya kee adda addaatiif. 3. Barnoota Walitti Fufiinsa Qabu: Barachuun amala umurii guutuu akka ta’u godhi. 4. Jijjiirama Hammachuu: Jijjiirama fi madaquuf banaa ta’i. 5. Bulchiinsa Yeroo: Yeroo bu’a qabeessa ta’een bulchuun murteessaadha. 6. Yaada Gaarii: Yaada gaarii horachuu. 8. Dandeettii: Duubatti deebi’uu fi kufaatiin qaama... imala guddina dhuunfaa. 9. Fayyaa fi Nageenya: Fayyaa qaamaa fi sammuu kee kunuunsi sochii qaamaa yeroo hunda gochuudhaan 10. Hariiroo: Namoota biroo wajjin hariiroo gaarii, hiika qabu guddisuu. 12. Yaadannoo: Yeroo hunda guddina kee irratti xiinxaluu fi sirreessii tooftaalee akka barbaachisummaa isaatti. 13. Cimina: Guddinni dhuunfaa imala yeroo dheeraa ti. @HundaafJiradhuu       @HundaafJiradhuu
Показати все...
Nama Ogummaa qabu yoo taate: ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Eenyummaa isa dhokataa namni tokko qabuun amala namaa adda baafatta. ➋. Amala fakkeessitoonnii fi warri gadhiisitti jiraatan argisiisan ni balaaleffatta. ➌. Ofii kee bakka gaarii hin taanee fi bu'aa siif hin qabnetti argamuu irraa of dhoowwita. ➍. Beektotaa fi warra ogummaa qaban waliin ooluu filatta. ➎. Haasaa bu'a qabeessa, nagaa fi boqonnaa namaaf kennu dhaggeeffatta, ni haasofta. ➏. Hojii gaarii fi hunda biratti fudhatama qabuu fi jaalatamu hojjetta. ➐. Amalli, yaadnii fi gochi kee namoota baay'eetti tola, ni kakaasa. ➑. Yeroo hundumaa jireenya jiraattutti baay'ee gammadda. @HundaafJiradhuu‌ If you are a Professional: ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. You identify a person's character by his hidden identity. ➋. You condemn the behavior of hypocrites and liberals. ➌. You stop yourself from being in a negative and unproductive place for yourself. ➍. You choose to hang out with the wise and the wise. ➎. You listen and talk in productive, peaceful and relaxing conversations. ➏. You do a good job that is accepted and loved by all. ➐. Your character, thoughts and actions are pleasant and inspiring to many. ➑. You will always be very happy with the life you live. @HundaafJiradhuu Share. Share Join join @HundaafJiradhuu
Показати все...
10.  Beeksisa (promotion):-  Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii ta’uu hin qabu. Beeksisni inni guddaa fi gatii xiqqaan beeksisuu dandeessu karaa maamiloota kee amanamoo (loyal customers) ti. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanamaa ta’u, nama biraas sii fidanii dhufu. 11.  Qulqullina tajaajilaa (service quality):-  yoomuu taanan meeshaan (goods) ykn tajaajilli (service) ati dhiyeessitu qulqulliinni isaa gaaffii keessa galuu hin qabu. Haga danda’ameen qulqullina sadarkaa ol’aanaa ta’een dhiyeessuf yaali. 12.  Madda kaappitaala jalqabaa (source of initial Capital):- Rakkoo guddaan nama keenyaa maallaqa waa ittiin jalqabaniidha. Dhugumatti waa jalqabuuf maallaqni ni barbaachisa.  Maallaqni kun eessaa argama? Ka armaan gadii kana ta’a a.      Qacaramtee hojjechuu:- Mindaan biyya keenyaa akka gahaa hin taane beekamaadha. Qacaramuun kaappitaala jalqabaa qofa argachuuf osoo hin taane, hojiis ni barta, muuxannoo argatta, namoota waliin hariiroo uummatta. Kunimmoo gaafa biizinaii kee eegaltu si fayyada b.      Abbootii qabeenyaa (investors) waliin hojjechuu:-  Namoonni maallaqa qaban kan garuu waan hojjetan hin beekne baay’edha. Namoota akkasiitti siquudhan isaanis fayyaddee ofiifis fayyadamuu dandeessa. c.       Mataa keetirraa (self-funding):- Kun kan ta’u maallaqa xiqqaa argatturraa waan xiqqoo qusachuun yeroo murtaa’en booda biizinasii eegaluu dandessaa. Kana gochuuf baankiwwan biyya keenyaa irra jireessi haala kana waan mijeessaniif dame isinii mijatu dhaqxanii gaafachuu dandeessu. Herreega qusannoo daldalaf (saving account for starting business) ykn maqaa biraas kan qabu, keessattuu biizinasii xixiqqaa eegaluuf kan banamu yoo ta’u, waggaa muraasaf qusannaa dhaabbataa, dhala gaaridhan erga qusattee booda, baankichi, haala walii galtee keessaniit haala liqii isinii mijeessuu ni danda’a d.      Liqeeffachuu (Loan):- Dhaabbileen faayinaansii biyya keenyaa, baankis dabalatee, haala salphaa ta’een maallaqa namaa hin liqeessan. Waan qabsiistu (collateral) danqaa guddaadha. Haa ta’u malee yaada biizinasii bareeda (Best Business Idea) qabaannan carraa liqii argachuu jiraachuu danda’a. Yoo waan qabsiistu kan akka manaa, konkolaataa fi qabeenya dhaabbataa kan biraa qabaatte, qabsiisii liqeeffadhu, hoiitti seeni. e.      Gurmiin hojjechuu:-  Maallaqa xiqqaa qabnu gaafa walitti fidne waan guddaa hojjechuu dandeenya. Maallaqa qofa miti, humnaa fi beekkumsa keenya yoo walitti fidne, waan gaarii baasuu dandeenya. Kanaafuu namoonni beekkumsa gargaraa qaban, qabeenya garagaraa qaban, muuxannoo gargaraa qaban, walitti dhufanii biizinasii eegalun salphaadha. Kun maloota jiran keessaa isa salphaa fi humna xiqqaan waan guddda hojjechuu kan nama dandeessuudha. f.        Maatii fi hiriyaa irraa liqeeffachuu:-  Kunis madda kaappitaala gar biraa kna maatii ykn hiriyaa irraa argamuudha. g.      Karaa “Online” maallaqa sassaabuu (Crowdfunding):-  Biyya keenya keessatti baay’ee baratamuu baatus, biyyoota guddatan keessatti namoonni yaada biizinasii gaarii yoo qabaatan, karaa “online” maallaqa sassaabun baramaadha. Biyya keenya keessattis baankonni fi dhaabbatoonni faayinaansii (Financial Technology) tokko tokko waan akka kanaa jalqabaa kan jiran yoo ta’u, kunis filannoo gar biraa ta’uu danda’a. h.Deeggarsawwan biizinasii xixiqqoof godhamu (small Business Grants):- Dhaabbileen mootummaas ta’ee kan dhuunfaa yeroo baay’ee biizinasii xixiqqoo yaada gaarii qaban ni deeggaru. Fakkeenyaf bankiin Hojii Gamta Oromiyaa "Michuu" Kanaaf carra kanaa Fayyadamaa @HundaafJiraadhuu
Показати все...
Boroon daldalaa akkamiin dongorama? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 "Namni hunduu, keessattuu warri qacaramnee hojjennu, biizinasii eegaluuf fedhii ni qabna. Garuu maalif eegaluu dadhabna? Kun gaaffii nama hundaati. Ogeeyyonni diinagdee (Economist) hedduun, “yaada biizinasii gaarii yoo qabaatte, maallaqni rakkoo hin qabu” jedhu. Anis yaada kana ittan walii galaan. Garuu biizanasii akkamitti eegalla? Maallaqni Eessan dhufa? Kan jedhu gaaffii nama hundaati. Biiziasii eegaluuf; 1.      Fedhii qabaadhu:-  Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabdu milkaa’ina keetif murteessadha. Dhugumaan biizinasii eegaluu barbaaddaa? 2.      Kutannoo qabaadhu:-  gara daldalaa yoo seentu qormaanni hedduudha. Bu’aa-bahii baay’etu jira. Keessattuu biizinasichaaf haaraa yoo taate wanti hundi ni ulfaata. Rakkoowwan akka qulqullina omishaa (product quality), hidhata gabaa (Market linkage), dorgommii (Competition), baasii (cost of production) fi kanneen biroo hedduun ija baasanii si eegu. Kun akka jiru beektee, kutannoo guutun gara biizinasii seenuu qabda. 3.      Obsa qabaadhu:- Hudhaawwan armaan olitti ka’an irra aanuf, obsi (patience) akkan barbaaachisa. Rakkoowwan hundaaf furmaata laachaa, nama mariisisaa deemun jala darbuuf yaaludha malee abdii kutachuun hin barbaachisu. 4.      Cichoomina qabaadhu:- Cichoominni (perseverance) biizinasiis ta’ee jiruu keenya guyyaa guyyaa keessatti faayidaa ol’aanaa qaba. Waan fedhii keetin itti amantee eegalte gufuu xiqqoofis ta’ee guddaaf hin dhiisin, itti cichi, haga dhumaatti deemi, 5.      Filannoo Biraa (plan B) qabaadhu:-  Gaafa daldala eegaltu waan tokko qofa irratti hin xiyeeffatin. Wantoota lama ykn isaa ol akka filannoo biraatti qabadhu (Business Diversification). Fknf, Yoo mana refeensa dhiiraa ykn dubaraa banuu barbaadde, cinaatti dibata gara garaa, urgooftuwwan (shittoo) banii daldali. Yoo qonna jal’isii qotuu barbaadde, loon furdisuu, lukkuu horsiisuu faa akka filannoo biraatti qabadhu. 6.      Galteewwan (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki:-  Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal fa’a? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu ykn karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fknf, Mana Nyaataa (Hotel) qabda yoo ta’e horii qalmaa gabaarraa bituu moo, sangaa isa xiqqaa bittee erga gabbistee booda, qalmaa dhiyeessuu wayya kan jedhu irratti “Cost-benefit” isaa itti yaaduu barbaachisa. 7.      Fedhii fayyadamtootaa (demands) beekuu:- Bu’uurri wanta hunda maamila kee waan ta’eef fedhii isaanii addaan baastee beekuu barbaachisa. Wanta hawaasni tokko hin feene yoo eegalte hin ta’u. Fknf Hawaasa alkoolii hi dhugne keessatti mana dhugaatii banuun faayidaa hin qabu. 8.      Waan addaa (Unique) ta’e jalqabi: Asirratti baay’ee yaadun barbaachisaadha. Waan addaa yoo jennu waanuma haaraa qofa jechuu miti. Waanuma jiru bifa adda ta’een dhiyeessuu jechuudha. Fknf, buna jabanaa gurguruu yoo barbaadde, waanuma namoonni biroo kana dura godhan hin godhin. Xiqqoo waa fooyyessii koottu. Qulqullina bunaa, filannoowwan gargaraa kan akka buna aannaniin, shaayii, Bunaaf shaayii walitti (Ispiriisii), aannan duwwaaa, nyaata dafee qaqqabu (fast food) kan akka Saambusaa, Chiipsii, qoqarii fi kkf cinaatti jalqabi. 9.      Maamiloota kee yaada gaafadhu (feedback): Yeroo hundaa nama waa sirraa fayyadamee deemu maaltu akka fooyya’uu qabu gaafadhu. Namoonni baay’en fedhii isaanii sitti himuu dhiisuu danda’u, garuu dandeettii fuula isaanii irraa waa hubachuu horachuu danda’uu qabda. Fedhiin maamila dugugguruu dugdaa biizinaii keetii waan ta’eef, haaluma kamiinuu fedhii isaa guutuu qabda. Fedhii waan biraa hin jenne ani! @HundaafJiradhuu
Показати все...
It seems to me that my stepsister has gone crazy to publish such candid photos on her blog, look and tell me would you allow this to your sister? https://tinyurl.com/tmeChannelBonita69
Показати все...
Repost from Jijiramaf Jiradhuu
Success is continuously traveling on the path of success, not just reaching a destination in thought. @HundaafJiradhuu @HundaafJiradhuu
Показати все...
Repost from Jijiramaf Jiradhuu
Показати все...
Jijiramaf Jiradhuu

Advance about religion and recreation B/c both are basic for life

Показати все...
Jijiramaf Jiradhuu

Advance about religion and recreation B/c both are basic for life

📌Allaahiin Ati Gabbartu kanuma gabbaramuu haqa godhatudha. JABEESSI👍👇 (●{ وَهُوَ ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۖ لَهُ ٱلۡحَمۡدُ فِي ٱلۡأُولَىٰ وَٱلۡأٓخِرَةِۖ وَلَهُ ٱلۡحُكۡمُ وَإِلَيۡهِ تُرۡجَعُونَ } [Surah Al-Qasas: 70] Inni AllaahdhaIsa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruFaaruun hundi addunyaafi Aakhiraa keessatti kan IsaatiMurtiinis kan IsaatiGaruma Isaa qofa deebifamtu. (●{ وَهُوَ ٱلَّذِي خَلَقَ مِنَ ٱلۡمَآءِ بَشَرٗا فَجَعَلَهُۥ نَسَبٗا وَصِهۡرٗاۗ وَكَانَ رَبُّكَ قَدِيرٗا } [Surah Al-Furqân: 54] Ammas Inni Isa bishaan irraa nama uumee ergasii fira (sanyii)fi soddaa tasiseedhaGooftaan kee danda’aa ta’e (●{ وَهُوَ ٱلَّذِي جَعَلَ لَكُمُ ٱلَّيۡلَ لِبَاسٗا وَٱلنَّوۡمَ سُبَاتٗا وَجَعَلَ ٱلنَّهَارَ نُشُورٗا } [Surah Al-Furqân: 47] Inni (Rabbiin) Isa halkan uffata, hirriba immoo boqonnaa isiniif taasiseefi Guyyaas yeroo olii gadi sochootan taasiseedha (●{ وَهُوَ ٱلَّذِيٓ أَرۡسَلَ ٱلرِّيَٰحَ بُشۡرَۢا بَيۡنَ يَدَيۡ رَحۡمَتِهِۦۚ وَأَنزَلۡنَا مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءٗ طَهُورٗا } [Surah Al-Furqân: 48] Ammas Inni Isa rahmata (bokkaa) isaa dura qilleensa gammachiisaa godhee ergeedhaSamii irraas bishaan qulqulluu buusne (●{ وَهُوَ ٱلَّذِيٓ أَرۡسَلَ ٱلرِّيَٰحَ بُشۡرَۢا بَيۡنَ يَدَيۡ رَحۡمَتِهِۦۚ وَأَنزَلۡنَا مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءٗ طَهُورٗا } [Surah Al-Furqân: 48] Ammas Inni Isa rahmata (bokkaa) isaa dura qilleensa gammachiisaa godhee ergeedhaSamii irraas bishaan qulqulluu buusne (●{ ۞وَهُوَ ٱلَّذِي مَرَجَ ٱلۡبَحۡرَيۡنِ هَٰذَا عَذۡبٞ فُرَاتٞ وَهَٰذَا مِلۡحٌ أُجَاجٞ وَجَعَلَ بَيۡنَهُمَا بَرۡزَخٗا وَحِجۡرٗا مَّحۡجُورٗا } [Surah Al-Furqân: 53] Inni Isa galaana lama, tokko mi’aayaa dhugaatiif mijaa’uu, kaan immoo soogiddoo kuraawaa ta’e, wal maddii qabee gadi dhiisee jidduu isaan lamaanittis dawoofi daangaa daangeffamaa taasiseedha. (●{ قُلۡ أَرَءَيۡتُمۡ إِن جَعَلَ ٱللَّهُ عَلَيۡكُمُ ٱلَّيۡلَ سَرۡمَدًا إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ مَنۡ إِلَٰهٌ غَيۡرُ ٱللَّهِ يَأۡتِيكُم بِضِيَآءٍۚ أَفَلَا تَسۡمَعُونَ } [Surah Al-Qasas: 71] “Mee naaf odeessaa! Yoo Rabbiin halkan walitti aansee hanga Guyyaa Qiyaamaatti tursiise, sila Rabbiin malee gabbaramaan ifaan isiniif dhufu eenyu? Sila isin hin dhageessanuu?” jedhiin. (●{ قُلۡ أَرَءَيۡتُمۡ إِن جَعَلَ ٱللَّهُ عَلَيۡكُمُ ٱلنَّهَارَ سَرۡمَدًا إِلَىٰ يَوۡمِ ٱلۡقِيَٰمَةِ مَنۡ إِلَٰهٌ غَيۡرُ ٱللَّهِ يَأۡتِيكُم بِلَيۡلٖ تَسۡكُنُونَ فِيهِۚ أَفَلَا تُبۡصِرُونَ } [Surah Al-Qasas: 72] Ammas “mee naaf odeessaa! yoo Rabbiin guyyaa walitti aansee hanga Guyyaa Qiyaamatti tursiise, sila Rabbiin malee gabbaramaan halkan isa keessa boqottan isiniif fidu eenyu? Sila isin hin argitanuu?” jedhi. (●{ وَمِن رَّحۡمَتِهِۦ جَعَلَ لَكُمُ ٱلَّيۡلَ وَٱلنَّهَارَ لِتَسۡكُنُواْ فِيهِ وَلِتَبۡتَغُواْ مِن فَضۡلِهِۦ وَلَعَلَّكُمۡ تَشۡكُرُونَ } [Surah Al-Qasas: 73] Rahmata Isaa irraayyi halkaniifi guyyaa akka isa (halkan) keessa boqottanii [guyyaa] tola Isaa irraa barbaaddattanii fi, akka Isa galatoomfattaniif isinii taasise. ●){ وَرَبُّكَ يَخۡلُقُ مَا يَشَآءُ وَيَخۡتَارُۗ مَا كَانَ لَهُمُ ٱلۡخِيَرَةُۚ سُبۡحَٰنَ ٱللَّهِ وَتَعَٰلَىٰ عَمَّا يُشۡرِكُونَ } [Surah Al-Qasas: 68] Rabbiin kee waan fedhe uuma; ni filatasIsaaniif garuu filannoon hin jiruAllaahn waan isaan itti dabalan irraa qulqullaa’ee olis ta’eera (●{ وَٱبۡتَغِ فِيمَآ ءَاتَىٰكَ ٱللَّهُ ٱلدَّارَ ٱلۡأٓخِرَةَۖ وَلَا تَنسَ نَصِيبَكَ مِنَ ٱلدُّنۡيَاۖ وَأَحۡسِن كَمَآ أَحۡسَنَ ٱللَّهُ إِلَيۡكَۖ وَلَا تَبۡغِ ٱلۡفَسَادَ فِي ٱلۡأَرۡضِۖ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يُحِبُّ ٱلۡمُفۡسِدِينَ } [Surah Al-Qasas: 77] “Waan Rabbiin siif kenne keessattis mana Aakhiraa ittiin barbaadiAddunyaa irraas qohoda kee hin dagatinAkkuma Allaahn tola gara keetti oole atis tola ooli Dachii keessattis badii [facaasuu] hin barbaadinDhugumatti Allaahn balleessitoota hin jaalatu.” @HundaafJiradhuu @HundaafJiradhuu
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.