uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Fedhasaa (Assis.Prof)

Fedhasaa (Assis.Prof)

Відкрити в Telegram

Hubannoo hojii bizineiif

Показати більше
5 992
Підписники
Немає даних24 години
-77 днів
-2630 днів
Архів дописів
https://vp.poppolive.com/c7kzF7 ☝️☝️☝️Leenjii jalqabeer

https://vp.poppolive.com/NbYtKa Akkam ooltan? Namoonni haaraa galmooftanis tahe warri leenjii hinfudhatin Amma kottaa!

https://vp.poppolive.com/FAxmts ☝️☝️☝️☝️ Leenjiin namoota haaraaf kennamu Amma jalqabaa kottaa!

Leenjii.kottaa 3:00-4:00 https://vp.poppolive.com/cWt5wR

https://vp.poppolive.com/4NKzGS Leenjii kottaa! 3:00-4:00 part kiyyarratti leenjii Nan kenna. Link kana tuqaa kottaa!

Голосове повідомлення00:51

Beeksisa Namoota Haaraaf 👇 Akkam jirta? Hojii Toora Interneetiin Hojjetamu sadii afur keessaa, kanan waggaa lamaa oli irraa galii argadhe tokko si afeera. Hojii 1ffaa Dursii viidiyoo ilaali https://t.me/qubeenquba/398 Itaansii app buufadhu akkuma viidiyoo irratti galmaayi👇 https://invite-poppo.com/DJTGyJ My ID:45969839 Yeroo inni gara namoota tataa'aniitti sigeessu, mallattoolee gara gadiin  jiran 5'n keessaa isa gama mirgaan dhumarratti argamu tuqi, gara profile kee sigeessa. Achiin waan lama xumuri. 1. My agency kee keessa seenii Id kiyya 45969839  (please inter agents Id tuqii) guuttadhuu garee kootti makami. 2. Auth... kan jedhu keessa galii waan lama sigaafatu xumuri. 3. Viidiyoo olitti kaayame sana hordofii bakka part ykn guest kottuu reward kee guyyu fudhadhu. Hubachiisa: A. Tartiiba galmee dogoggortee nama biraa jala ofgalchitee booda ana hinkomatin. B. Leenjiin galgala 3:00-4:00 app sana keessaa part kiyya irratti kennama.     ======================================== Hojii 2ffaa     Itti fufa.... Fedhasaa (Assis. Prof) (0946677313/0911787196) Whatsap na argaatta!

https://vp.poppolive.com/PaQFA4 Link kana tuqaa leenjii kottaa!

YEROOTTI FAYYADAMUU: MILKAA'INAAFI BU’UURA JIREENYAA "Yeroo kee har’a sirnaan fayyadami; bu’aan kee boru mul’ata." Seensa Yeroon qabeenya nama hundaaf walqixa kennamedha. Namni hundi guyyaatti sa’aatii 24 qaba; garuu namni hundi bu’aa walqixa Yeroo irraa hinargatu. Garaagarummaan kun kan uumamu, akkaataa yerootti fayyadaman, hojii isaaniif itti dursa kennan, akkasumas galma isaanii irratti xiyyeeffatan irraa madduu danda’a. Kanaaf, yeroo sirnaan fayyadamuun milkaa’ina dhuunfaa, barnootaa, hojiifi bizinesii keessatti gahee guddaa qaba. Maaliif Yerootti Sirnaan Fayyadamuun barbaachisee? 1. Galma keenya bira ga’uuf: Namni galma isaa beekuufi yeroo isaa hojii galma sanaaf isa dhiheessu irratti ramadu bu’aa gaarii argachuu danda’a. Stephen R. Covey kitaaba isaa "The 7 Habits of Highly Effective People" jedhu keessatti hojiiwwan barbaachisoo ta’an irratti xiyyeeffachuufi dursa kennuu irratti xiyyeeffata (Covey, 1989). 2. Hojii keenya bu’a qabeessa gochuuf: Yeroo hojii tokkoof ramadame sirnaan fayyadamuun hojii walitti kuufamu ariitiin hojjechuufi dogoggora hir’isuuf gargaara. Guyyaa guyyaa karoorfachuun immoo hojii barbaachisaafi ariifachiisaa adda baasuufis nifayyada. 3. Carraa akka hindhabneef: Carraan tokko yeroo hundumaa hinturu. Namni yeroo isaa sirnaan fayyadamu barachuuf, dandeettii isaa guddisuuf, hariiroo gaarii ijaaruufi carraa hojii uumamu fayyadamuu danda'a. As irratti wanti hubatamuu qabu, carraan ofumasaa milkaayinaan nama hingahu. Carraaqqiidhaan carraa ofii dhugoomsuu feesisa. Yeroo fayyadamuu dhiisanii, carraa ofii abaaruun sirrii miti. Yeroo Sirnaan Fayyadamuuf Tarsiimoo - Galma hojii guyyaa, torbaniifi ji’aa kaa’uu. - Hojiiwwan barbaachisummaa isaaniitiin tartiibessuu. - Hojii guddaa gara hojiiwwan xixiqqaatti qooduu. - Yeroo hojii keessatti wantoota xiyyeeffannoo namaa bittinneessan hir’isuu. - Hojii raawwatame madaaluufi karoora fooyyessuu. - Boqonnaa, hirriba gahaafi yeroo maatii waliin dabarsan karooratti karoorsuu. Brian Tracy kitaaba "Eat That Frog!" jedhu keessatti hojiiwwan barbaachisoofii ulfaatoo ta’an jalqaba irratti raawwachuun yeroo fi humna sirnaan fayyadamuuf akka gargaaru ibsa (Tracy, 2001). Yeroofi Milkaa’ina Milkaa’inni yeroo dheeraa fudhachuu danda’a. Kanaaf, yeroo keenya hojii bu’aa yeroo gabaabaa qofa kennu irratti osoo hintaane, beekumsa, dandeettii, fayyaafii bu’uura jireenyaa keenya fooyyessu irratti ramaduun barbaachisaadha. Yeroo sirnaan fayyadamuun hojii baay’ee hojjechuu qofa osoo hintaane, hojii sirrii yeroo sirrii irratti hojjechuu jechuudha. Xumura Yeroon qabeenya deebi’ee hinargamne keessaa isa tokkodha. Kanaaf, guyyaa keenya karoorsuu, hojiiwwan barbaachisoo ta’an irratti xiyyeeffachuufi yeroo keenya itti fayyadamne madaaluun barbaachisaadha. Namni yeroo isaa kabaju carraa guddinaafi milkaa’inaa isaa guddisuu danda’a. Yeroo kee har’a sirnaan fayyadami; bu’aan kee boru mul’ata. Wabiilee (For further reading) 1. Covey, S. R. (1989). The 7 Habits of Highly Effective People. Free Press. 2. Tracy, B. (2001). Eat That Frog!: 21 Great Ways to Stop Procrastinating and Get More Done in Less Time. Berrett-Koehler Publishers. 3. Drucker, P. F. (1967). The Effective Executive. Harper & Row. 4. Allen, D. (2001). Getting Things Done: The Art of Stress-Free Productivity. Viking.

https://vp.poppolive.com/PDG4jn ☝️☝️☝️ Tuqaa kottaa sa'aatii 3:00-4:00 leenjiin nikennama!

Beeksisa Namoota Haaraaf 👇 Akkam jirta? Hojii Toora Interneetiin Hojjetamu sadii afur keessaa, kanan waggaa lamaa oli irraa galii argadhe tokko si afeera. Hojii 1ffaa Dursii viidiyoo ilaali https://t.me/qubeenquba/398 Itaansii app buufadhu akkuma viidiyoo irratti galmaayi👇 https://invite-poppo.com/DJTGyJ My ID:45969839 Yeroo inni gara namoota tataa'aniitti sigeessu, mallattoolee gara gadiin  jiran 5'n keessaa isa gama mirgaan dhumarratti argamu tuqi, gara profile kee sigeessa. Achiin waan lama xumuri. 1. My agency kee keessa seenii Id kiyya 45969839  (please inter agents Id tuqii) guuttadhuu garee kootti makami. 2. Auth... kan jedhu keessa galii waan lama sigaafatu xumuri. 3. Viidiyoo olitti kaayame sana hordofii bakka part ykn guest kottuu reward kee guyyu fudhadhu. Hubachiisa: A. Tartiiba galmee dogoggortee nama biraa jala ofgalchitee booda ana hinkomatin. B. Leenjiin galgala 3:00-4:00 app sana keessaa part kiyya irratti kennama.     ======================================== Hojii 2ffaa     Itti fufa.... Fedhasaa (Assis. Prof) (0946677313/0911787196) Whatsap na argaatta!

Injiannoo ajaayibaati!
Injiannoo ajaayibaati!

https://vp.poppolive.com/CZr6Az Namoonni haaraan 3:00-4:00tti leenjii fudhachuu hindagatinaa! Amma kottaa!

Hojii 2ffaa, 3ffaa (Namoota haaraaf)     (Dursa Hojii 1ffaa, isuma kana gararraa jiru eegali! Leenjii cimaa kan barbaadu Isa waan taheef) Hojii 2ffaa eegaluuf link kanaan app buufadhu! https://web.hehala.com/h5/index.html#/share_gamePage?uid=1143187 Tuquun banii galmaayi. Erga form guuttee: 1. 'ME'  bakka jettu tuqii setting keessa gali, account manager seeni.... security and password tuqii ashaaraa kenni. Bakka siif dhufutti lakkoofsa password hindaganne (lakkoofsa digits 6) guuti. 2. Agency seenii join agent irratti 1143187 (ID kiyya) barreessii join godhi. 3. PART mataakee uummattee sa'atii mutaayeef teessa. Point 6000 badhaasa fudhatta guyyaa 7f walitti fufa.  4. Yeroo nadhaasa keetii gaafa dhumu Saha lama teessee point 100 argatta... kan hafe waan hojjettus leenjii siif Kenna achirratti =========≈============================== Hojii 3ffaa (Platform haaraadha. Erga jalqabee ji'oota muraasa) Desd... live jedhama. Akka kaffalu mirkaneesseen jira. Inni kuni yoo nama afeertanis coins 12k isiniif kenna. Kanaaf app buufadhaatii galmayaa! Haalli hojiisaa part nama kan biraa irras tahe keessan irra teessanii point hojjetachuudha. Badhaasa guyyaa torbaa qofa kenna. Sana booda tattaaffii keessan barbaada. 1. Adeemsi galmee link tuqaa app buufadhaa! https://web2.desdes.net/download?userCode=365531165&type=1&page=1 2. Akka viidiyoo irra jirutti ilaalaatii galmee xumuri! https://t.me/qubeenquba/518 viidiyoo Hubachiisa! App lammanuu hanga 'Pop Live' hingahu. Isa dhiiftanii kanneenitti akka hindeebifne. Yeroo mijeeffadhaa lammanuu hojjedhaa Jabaadhaa! Fedhasaa (Assis. Prof) (0946677313/0911787196) Whatsap na argaattu!

Beeksisa Namoota Haaraaf 👇 Akkam jirta? Hojii Toora Interneetiin Hojjetamu sadii afur keessaa, kanan waggaa lamaa oli irraa galii argadhe tokko si afeera. Hojii 1ffaa Dursii viidiyoo ilaali https://t.me/qubeenquba/398 Itaansii app buufadhu akkuma viidiyoo irratti galmaayi👇 https://invite-poppo.com/DJTGyJ My ID:45969839 Yeroo inni gara namoota tataa'aniitti sigeessu, mallattoolee gara gadiin  jiran 5'n keessaa isa gama mirgaan dhumarratti argamu tuqi, gara profile kee sigeessa. Achiin waan lama xumuri. 1. My agency kee keessa seenii Id kiyya 45969839  (please inter agents Id tuqii) guuttadhuu garee kootti makami. 2. Auth... kan jedhu keessa galii waan lama sigaafatu xumuri. 3. Viidiyoo olitti kaayame sana hordofii bakka part ykn guest kottuu reward kee guyyu fudhadhu. Hubachiisa: A. Tartiiba galmee dogoggortee nama biraa jala ofgalchitee booda ana hinkomatin. B. Leenjiin galgala 3:00-4:00 app sana keessaa part kiyya irratti kennama.     ======================================== Hojii 2ffaa     Itti fufa.... Fedhasaa (Assis. Prof) (0946677313/0911787196) Whatsap na argaatta!

Profile keenya pop live kana godhadhaa!
Profile keenya pop live kana godhadhaa!