cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jesus is Love

እኛ የምህረት ውጤቶች ነን 👇👇👇 አዳዲስ መዝሙሮች መንፈሳዊ ግጥሞች አስተማሪ አባባሎች ተከታታይ ትምህርቶች @Iyesusfkirnw_bot መዝሙር ለመላክ👉 @abdii1213556 Or @abdiimook ያላችሁን አስተያየትinbox @abdii1213556 @abdiimook Subscribe https://youtube.com/channel/UCwbd05T9qkuFLWcf-34fGFQ +251922403906

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
180Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

🔥 ተወዳጁ FIAS777 ከ 1,000 ብር ቦነስ ስጦታ ጋር በቴሌግራም መቷል አሁኑኑ ይቀላቀሉን 🤑 🔴 ስልኮን ብቻ በመጠቀም በወር እስከ 30,000 ብር ተከፋይ ይሆናሉ 😱 ✅ የFIAS777 ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 1,000 ብር ስጦታ በተጨማሪም 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ በየቀኑ የ 100 ብር ቋሚ ክፍያ ✅ ዛሬውኑ ይጀምሩ ስኬትን ከ Fias777 ጋር ያጣጥሙ 🔥 🔥 ከስር ባለው ሊንክ ቦቱን ያስጀምሩ👇👇 https://t.me/Fias777_bot?start=r04786723330 https://t.me/Fias777_bot?start=r04786723330
Показати все...
FIAS777 ®

🔥 የ Fias777 ቤተሰብ ይሁኑ👇👇

https://t.me/+KkN18JJbFeEwMWNk

https://t.me/+KkN18JJbFeEwMWNk

በ 1" ሰው 100 ብር የሚከፍል ብቸኛ ቦት‼️

#forward
Показати все...
Показати все...
AYI HINQORAMTU | Milto W. Wesen

Burayu Preparatory Fellowship - Maaraanaataa 2021 @weedduu
Показати все...
Показати все...
Gooftaa Hin Raafamne | The Unshakeable God - Seifu Fufa (Doshaa)

Subscribe and stay connected to listen and watch more blessing songs video songs. #SeifuFufa #BW

Seifu Fufa - Gooftaa Hin Raafamne 2022 @weedduu
Показати все...
Yoh. 14 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Yesus itti fufee bartoota isaatiin, "Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa! ² Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema. ³ Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha. ⁴ Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe. @weedduu
Показати все...
Burayu Preparatory Fellowship - Maaraanaataa 2021 @weedduu
Показати все...
Milto W. Wesen - Ati Hin Qoramtu 2022 @weedduu
Показати все...
Jabaachuu Qabna #Da’imman taane yeroo jirutii deemsa jalqabuuf yemmuu yaaluu kufuu fi kahu bayy'ee keessa darbineti ture😁. Yemmuus namoonni haala keenyatti ni kolfuu dabalees ni bashannanuu turan. "Irraa deddebi’ee kufeera, inumaayyuu immo kan kolfa ta’uu irraa deemsichii yoo natti hafe hoo?"... Jedhe da'imnii deemsa dhabee garuu hin jiru😊. Eega ammas ofii kee of danda’uf ykn jireenya hafuraa kee guddisuuf yoo yaaltu rakkinni sii mudatu waan ammanaa hin jedhamnedha😔. Karaa bayy'een wantii dhibee si kuffisu jirachuuf maala🤔. Ammaa akka gaafa da'imummaa kee sana abdii kutate dhabachuu irraa ofiike qusata tanan " Jireenya kee mo'achuufi isaa Waaqayyoo sin jedhe sanaas dhaaluun kee waan gonkumaa hin hafneedha"😊. Kanafuu Jabadhu😊 Kirstoos isa humna siif kennuun hundumaa dandessaati.😊 @faruu ~✝
Показати все...