uk
Feedback
መርጌታ የወሴፍ የበሀል መዳኒት ቀማሜ

መርጌታ የወሴፍ የበሀል መዳኒት ቀማሜ

Закритий канал
920
Підписники
Немає даних24 години
-97 днів
-2630 днів
Архів дописів
Namoonni gaaffiilee waa'ee komputeraa fi kanneen walfakkaatoo nuuf dhiheessitan galatoomaa! Isin jalaa turuu keenyaaf dhiifama isin gaafachaa🙏 Deebii isiniif deebisuuf haala mijeessaa jirra. Barnoota walfakkaatan waliin walitti qindeessinee waan isiniif dhiheessinuuf obsaan nu eegaa🙏 ❓ @getpostbot@getpostbot Computers Solution © @Computers_soln @Computers_soln

ℕ𝕦𝕥𝕚 𝕒𝕜𝕜𝕦𝕞𝕒 𝕞𝕒𝕢𝕒𝕒 𝕜𝕖𝕖𝕟𝕪𝕒𝕒 𝕕𝕙𝕦𝕘𝕒𝕒𝕟 𝕙𝕠𝕛𝕛𝕖𝕟𝕟𝕒 𝕕𝕙𝕦𝕘𝕒𝕒𝕗 𝕙𝕒𝕛𝕛𝕖𝕟𝕟𝕒... 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐚𝐦𝐦𝐮𝐦𝐚 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐤𝐚𝐦𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚𝐚!! ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ➲ Jechoota barsiisoo ➲ Ergaa Beektota addunyaa! ➲ Yaadolee Onnachiisoo ➲ Dinqisiisooo Addunyaa ➲ Maxxansa isin fayyadu hunda isaa waliin!

Gosa Xaxoo (Link) Telegram ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➜ Xaxoo (Link) Telegram gosa lamaan fayyadamuu akka dandeessan beektuu? ➜ Namoonni Channel fi Group telegram qabdan (owner) taatan link gosa lamaan fayyadamuu dandeessu. AKKAMITTI? MAAL FAYYADA? ➛ Xaxoon (link) channel telegram nuti fayyadamuu dandeenyu bakka lamatti qoodama. ➀. Public Channel Link Fakkeenyaaf: @computers_soln yookiin https://t.me/computers_soln ➁. Private Channel Link Yookiin "Joinchat link" jedhama. https://t.me/joinchat/sMiQ9MnsPiJkMWI0 Yeroo beeksisa channel keenyaaf hojjennu yoo "private channel link" fayyadamne join baay'ee argachuuf filatamaadha. ➛ Kunooti tartiiba isaa hordofuun ammuma link private (joinchat link) create godhadhaa! Link lamaanis fayyadamaa! channel setting ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ channel info ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ channel type ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ private channel ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ create link (joinchat link) Barnoota suuraadhan deeggarame illee isiniif dhiheessina. ➛ Hiriyyoota keessaniifi #share gochuu hin dagatinaa!!! Galatoomaa!! Gaaffii yoo qabaattan nu gaafadhaa! Waan baruu barbaaddan yoo jiraates nuuf dhiyeessaa nus qindeessinee isiniif dhiyeessina. ✍ @getpostbot Computer Solution 💻 @Computers_soln 💻 @Computers_soln