cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Muddassir mohammed 👉official

(صحبت الرسور) ألهم ارزقنا رؤيته فى المنام ورزقنا صحبته فى الجنان @ صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه 👇👇👇👇👇 Yaada qabdan Naaf kennu dhaaf Linkii Asii gadii kana tuquudhaan Naqunnamuu ni dandeessan 👇👇👇 @Muudiyyee

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
626
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Watch "Nashiidaa Akka malee namatti toltu dhageyfattu malee bira hin dabrin" on YouTube https://youtu.be/0MfTpmtMXuY
Показати все...
Nashiidaa Akka malee namatti toltu dhageyfattu malee bira hin dabrin

1. Wɑ sɑdii eegii ⭐biyyɑ ⭐hɑɑdhɑ ⭐ijɑ 2. Wɑ sɑdiif qophɑɑ'i ⭐dirqɑmɑ sitti lɑɑtɑmu ⭐beekumsɑɑf ⭐gɑɑ'ilɑɑf 3. Wɑ sɑdii kɑbɑjjii ⭐wɑɑdɑɑ ke ⭐hiryɑɑ ke ⭐gɑɑ'ilɑ ke 4. Wɑ sɑdii too'ɑdhuu ⭐Arɑbɑɑ ke ⭐dɑllɑnsuu ke ⭐miirɑ ke 5. Wɑ sɑdii dinqisiifɑdhu ⭐bɑreedinɑ ⭐jireenyɑɑ ⭐uumɑmɑɑ 6. Wɑ sɑdii jibbii ⭐komii ⭐inɑɑffɑɑ ⭐hɑmeenyɑ 7. Wɑnti sɑdii bɑyyee si bɑrbɑɑchisuu ⭐Amɑntɑɑ ⭐Abdii ⭐jɑɑlɑlɑ 🙏 yeroo Gɑɑrii 🌺 @muddassirmohammed 🌺
Показати все...
*Qabriin marraa 5 lallaba akkana jedha:* ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Ani mana kophaati qur'aana taasifadhu saahiba kee . ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Ani mana dukkanaati salaata halkaniitiin na ibsi ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Ani mana biyyeeti taasifadhu firaasha kee dalagaa gaarii ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Ani mana boofaati ballaqqisa baahadhu inni sunuu maqaa rabbiitii ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Ani mana munkirii nakiri heddummeessi jecha shahaadaa lamaanii ╬═╬ ╬═╬ ╬═╬ Share godhi sababaa seensa kiyyaaf keetii tahu malaa jannata insha Allah Osoo share hin godhin dura * bismillahi arrahmaani arrahiim jedhi* (Risaalaa akkanaa tana akka namarra naannoftu taasisii ajrii isii fudhadhu , waan duniyaan dhabamtuu taate) Du'aa'ii tana nama meeqatu share godha ? *( yaa rabbi haadha tiyya dubartoota jannataa irraa taasisi )* *( Abbaa kiyyas ollaa nabiyyii keenaa muhammad ﷺ jannatatti )* Namni dubbisee geesse hundinuu share godhi grouppii sibira jiru hunda keessatti sifayyaduu hin ooltuu aakiraa tee keessatti. Waa shanan tana itti fayyadami ........................................................ ☞1- Kana bektaa Hoggaa azaanamu arraba keessan hin sochoosinaa du'aa'iin malee hanga azaanni xumuramutti , share godhi namni biraa hin beekuu.↓ ☞2-Kana hoo bektaa Eessa kaayamti diliin tee hoggaa ati salaattu ?* ☘Ergamaan rabbi 🍃S A W🍃 akkana jedhan gabrichi yoo salaatuuf qophaahu dilii isaa hundaa baahatee dhufa mataa isaatii fi gurmuu isaatirra kaahamti yeroo inni ruku'a bu'e yookaa sujuude isarraa buuti )* ☞Yaa nama rukuu'aa fi sujuuda ariifachiiftu sujuuda keetii fi ruku'a keetis dheeressi haga dandeessu akka sirraa buutu diliin ifin dabarsin ajrii kana " Namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama "* ☟ *Kana hoo bektaa Intalti gaariin takka duutee wayta qabrii isii bira dabran hundaa foolii akkaan urgooftu suufan jaarsi isii akkana jedhe isiin yeroo hundaa suuraa almulki qara'uu hin dhiiftu osoo hin rafin dura atis isii qara'i isiin azaaba qabrii irraa najaa nama baaftii nama jaalattuuf himi ani waan sijaaladhuuf sii himee .* ☞Kana hoo bektaa Yoo aayatal kirsiyyii qaraate salaata hunda booda jidduu keetii fi jidduu jannataa du'a qofatu jira .* 👇 ☞Kana hoo bektaa ! Hoggaa salaata xumurte hin ariifatin waa xiqqo turi sababaan waan malaa'ikaan siif kadhattuufi rabbii kee biratti. * *_If biratti qabdee hin taa'iniin ilmii keyrii mindaa ittiin argattu ☞ilmii kheyrii mindaa irratti argattu ifbiratti qabdee hin taa'iniin >><<>><< Sakandii 20 keessatti qormaata qabda ↪️Sheyxaana kee qormaati Sheyxaana injifatuu beekuu barbaaddaa ?? Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii ☝Allaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih Astaghfurulahil aziim Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ... ☝Alhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan 👉Yoo rabbii kee jaalatte 💔message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/ Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah / Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaa☝😭 🌷Astaghfurullaahil aziim ... ... ... ... ... ... ... ... .... ... ... ... .
Показати все...
Waa Sadi Namni Hunduu Qabaachuu Ni Hawwa !!! ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1: Beekkumsa 2: Qabeenya 3: Fayyaa • Waa Sadii Jaalalaan Qabachuutu Barbaachisa 1: Dubartii 2: Dhibamaa 3: Abbaa Taaytaa • Waa Sadii Qalbii Nama Qabbaneessan 1: Bishaan 2: Miidhagina ykn Bareedina 3: ilillii • Waa Sadii Kabajaa Namatti Godhan 1: Naamusa Gaarii 2: Arjummaa 3: Dhiifama Namaaf Godhuu • Waa Sadii Gammachuudha 1: Qulqullina 2: Of Gad Qabuu 3: Miidhagina • Yaa Rabbi Jiruu fii Jireenya Keenya Hunda Nuuf Bareechi Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa @alyaqiintube @alyaqiintube @alyaqiintube
Показати все...
彡• Horii eegee hin qabne, cirriin hin sodaattu. 彡• Bobbaa yoo tolan, gala tolan. 彡• Du’arraan baqadhatti, mana du’aa seente.
Показати все...
彡• Horii eegee hin qabne, cirriin hin sodaattu. 彡• Bobbaa yoo tolan, gala tolan.
Показати все...
Watch "TOKKUMMAA_NEW_NASHEED_2021_KHADIJA_DA'AWA_GROUP" on YouTube https://youtu.be/hf-nNNWUyiQ
Показати все...
TOKKUMMAA_NEW_NASHEED_2021_KHADIJA_DA'AWA_GROUP

#Khadija #Nasheed_2021 #Da'awa_Group t.me/@Groupkhadijaa

Watch "TOKKUMMAA_NEW_NASHEED_2021_KHADIJA_DA'AWA_GROUP" on YouTube https://youtu.be/hf-nNNWUyiQ
Показати все...
TOKKUMMAA_NEW_NASHEED_2021_KHADIJA_DA'AWA_GROUP

#Khadija #Nasheed_2021 #Da'awa_Group t.me/@Groupkhadijaa

Показати все...
Ani Sin Jaaladha Muhammad

Walaloo An Sin Jaaladha Muhammad Jattu By Bishaaro Abdii Walaloo tana isin afeere laala Like Share Subscribe Godhaa Galatomma Khadiijaa D.Group Bisharo Abdi Official

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.