cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

EDUCATION CHANNEL

#Urgent Dear freshman students @gadanews prepared the following material to make you fully successed and join good department! Those materials are:👇👇👇 👉 PDFs 👉 Guide books 👉 Short notes 👉 worksheets 👉Mid exams 👉Final exams 👉Assignments

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
306
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Wochamo University mid exam Join our telegram channel 👇 👇👇👇👇 https://t.me/gadanews
Показати все...
EDUCATION CHANNEL

#Urgent Dear freshman students @gadanews prepared the following material to make you fully successed and join good department! Those materials are:👇👇👇 👉 PDFs 👉 Guide books 👉 Short notes 👉 worksheets 👉Mid exams 👉Final exams 👉Assignments

Arba minch University Anthropology mid exam. Miidii Anthropology yuunibarsiitii Aarbaminch. Join our telegram channel 👇👇👇 https://t.me/gadanews
Показати все...
Arbaminch mid anthropology @Qarooacademy.pdf6.46 KB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Fayisa's Theorem Kanaan dura theorem'n maqaa faranjootaa qofaan beekamu, amma gara Oromootti ce'eera. Barataa Fayyisaan barataa kutaa 12ffaa Baakkoo yemmuu ta'u Foormulaa Herragaa Haaraa #Fayyisas_Theorem hojjatee badhaafame. WAA'EE BARNOOTAA DABALATAAN ARGACHUUF 👇👇👇👇👇👇 @gadanews @GADANEWS
Показати все...
AASTU logic work shit 🔴JOIN FOR MORE ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️ @gadanews @gadanews @gadanews 📣Share Contact as @gadanews
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Kun yakka guddaa Iyyaa Dabarsaa! Barattoota Oromoo 18 yeroo tokkotti Yuuniversiitii irraa badii malee ari'uun maal jachuudha? Yuuniversiitii Naannoo Somalee Yuuniversiitii Qabri Dahar Barattoota Oromoo 18 Welcome Barattoota irratti Walluu Yoosa Geetahun kan "Bulloo" jadhu dhageeffattan jachuun Barattoota kana erga hidhamanii booda. Yuuniversiitii irraa badii malee ari'uun gara maatiitti akka deebi'an godhaniiru! Murteen Yuuniversiitii badii malee Barattoota Oromoo irratti murteesse kun daba guddaadha. Akkasumaas yakka guddaadha. Hogganni Yuuniversiitii Dabri Dahar badii malee Barattoota kana hunda Barnoota irraa waan ariitaniif qoosaan akkasii hin hojjatu Barattoonni gara Yuuniversiitiitti deebi'anii barnoota isaanii akka hordofan godhaa! Qaamni dhimmi kun ilaalu hunda hatattamaan furmaata Barattoota kana kennuun Barattoonni kun Yuuniversiitiitti deebi'anii barnoota isaanii akka hordofaan godhuu qabu jannee gaafanna! Barreeffama kana Saffisaan Waliif Dabarsuun Barattoota Oromoo kanaaf sagalee ta'aaf! #JusticeForOromoStudents! https://t.me/gadanews
Показати все...
EDUCATION CHANNEL

#Urgent Dear freshman students @gadanews prepared the following material to make you fully successed and join good department! Those materials are:👇👇👇 👉 PDFs 👉 Guide books 👉 Short notes 👉 worksheets 👉Mid exams 👉Final exams 👉Assignments

Akkam jirtu Miseensonni educational channel mee maal akka isiniif dhiyeessinu barbaaddan?Anonymous voting
  • Qoosaa gabaabaa
  • Seenaa goototaa
  • Oduu guyyaa guyyaa
  • Meeshaalee barnootaa
0 votes
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.