cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Abdii Tube☪♨

Akkumaa lubbuun jiraachuuf nyaattuu.. Jaannataa Rabbii argachuuf Ibaadattii jabaachuu qabda T.me/AbdiiTube ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ @Wel_come_get_in

Більше
Рекламні дописи
456
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐢. 𝐈𝐥𝐦𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚:- Ilmi Namaa uumama rabbiin kabajee uume Waan ta’eef kabaji. 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐅𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚:- Jara Kana Lamaan Rabbiin Waan Sadarkaa Isaanii Ulfeesseef, Atis Kabaji. 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚:- Namoota Jireenya Keessatti Waan Gaarii Si barsiisan kabaji. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢:- Dubartiin Amaanaa Rabbii Waan Taateef Kabaji. Amaanaa Rabbii Hin Nyaatin. 𝐇𝐨𝐨𝐠𝐠𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞:- Namni si Hoogganu Beekkumsaa Fi umriinis sii gadi Yoo ta’e kabaji. Isa kabajuu keessa kabajaan Kee jira. 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢:- Amantii Keetii Fi Kan Nama biraatis kabaji. Ayyaana wajjiin kabaji Siin Hin jenne. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨:- Yeroon Meeshaa Qara qabu Waan ta’eef kabajaan itti fayyadami ykn kabajaa sirraa mulqa. 𝐎𝐥𝐥𝐚𝐚:- Ollaan Kee qabaataas ta’u hiyyeessa siif gaaddisa rakkoo Waan ta’eef kabaji. 𝘼𝙣𝙖𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙔𝙤𝙤 𝙨𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙏𝙤𝙡𝙚 𝙆𝙖𝙗𝙖𝙟𝙞, 𝙃𝙤𝙢𝙖𝙖 𝙨𝙞𝙣 𝙆𝙖𝙛𝙖𝙡𝙘𝙝𝙞𝙞𝙨𝙪. By Abdunasir Tufa.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dirree keessaattis ta'ee Dirreen Alattis hiriyaa gaarii waliif turan Jara lamaan keessaa hardhaa tokko gadduun isaa waan hin oollee.... Enyuu laata??? @ispoortii433
Показати все...
👍
👎
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Yaa Rabbii atii ittiin nu gayikaa 😭😭😭😭
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
congratulations Morocco
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
04:55
Відео недоступнеДивитись в Telegram
18.75 MB
Yaa Rabbii....... 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii atii argaa keessa fii alaatii... 😭Yaa Allaah Rakkoo too tan keessaa koo jirtuu fi Alaa nutti jirtullee Atii furmaata kee nuuf godhiiii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii atii to'ataa waa maraatii 😭Yaa Rabbii Nutii nama waan biraatii mitii nabsee teennaa too'atee hin dandeennee..Mee Tikaa kee keessa nuu oolfadhuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii Atii handhuurfataa waa maraatii.. 😭Yaa Rabbii bakkaa nuuf maluu wahii Atii nu kaayii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii atii uumaa waa maraatii Yaa Rabbii Atii jireenyaa keennaa kan gandaa lamaaniituu nuuf tolchiii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii atii beekaa waa 😭maraatii Yaa Rabbii Beekkumsaa nuuf maluu atii nuuf kennii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭yaa Rabbii atii kennaa waa hundaatiii Yaa Rabbi waan nutii si kadhannee hundaa Hatantamatti nuuf kennii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭Yaa Rabbii atii danda'aa waa maraatii 😭Yaa Allaah Wantaa nuttii ulfaatee maraa atii nurraa lafa kaayii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Yaa Allaah Anii miskiinaa namaaatii nama hundaa caalaa situu nabeekaa waan anii sikadhadhee hundaa Anaafii hiriyyootaa kiyyaa fii nama Aaamiiin jedhee hundaafuu osoo irraa najaalaa hin hambisiin Naa kenniifiiii Yaa Rahmaaaan.😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 @AbdiiTube @AbdiiTube T.me/AbdiiTube
Показати все...
Abdii Tube☪♨🌟

Akkumaa lubbuun jiraachuuf nyaattuu.. Jaannataa Rabbii argachuuf Ibaadattii jabaachuu qabda T.me/AbdiiTube ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ @Wel_come_get_in

JECHA HAYYICHA KEENYA DR ZAAKIR NAAYIK SEERA 10 JIREENYA GAARIIDHAAF 1. Yoomiyyuu nama hin jibbin onnee kee qulqulleessi. 2. Hin yaaddawin Rabbitti irkadhu. 3. Jireenya salphaa jiraadhu jiruun siif salphata fedhii rabbiitiin. 4. Xiqqoo eeggadhu waanuma argattetti gammadi Alhamdulillaah jedhi. 5. Hedduu kennitu hedduu argatta ni badhaafamta fedhii rabbiitiin. 6. Yeroo hundaa seeqadhu seequun sadaqaadha namoonni birootis yoo si wajjiin jiran ni gammaduutii. 7. Jaalalaan jiraadhu namoota birootis rabbiif jecha jaaladhu. 8. Adaduma/Lakkoofsa hedduu salaattuun hedduu badhaafamta. 9. Beekkumsa kee namaaf qoodi yoo kan aayata takkollee qur`aana keessaa kan beektu taate. 10. Yeroo hundaa rabbii kee yaadadhu waan hafe onneen kee ni barbaddiitii. @AbdiiTube @AbdiiTube
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.