cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

The Christ Missionaries

"Then you will know the truth, and the truth will set you free." John 8:32

Більше
Рекламні дописи
478
Підписники
-224 години
-47 днів
-1230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
KUTAA 624 BINEENSA ITOOPHIYAAN SIMATTE •••• Dhaloonni kun ilmaan biyya lafaati kan jennuuf waa malee miti. Bakka buufatasaa hin beeku. Funyoon buufatasaa gola gubannaa barabaraa jala bu’eera. Luugama hin qabu, waanti ittiin karaatti isa deebisanis matumaa hin argamne. Takaallaa kutatee laga du’aa keessa gaallabaa oola. Kanumaan jireenya jedha. Mirga dirqama hin qabnetti gadi of dhiisee erga manca’ee jarraan lakkaa’amaa jiru. Akka bidiruu galaanarraa qilleensi fuudhee badee gara itti deemu hin beekneettis karaan harkaa badee gola sagal lixaa oola. Kana waa malee hin jenne, Biyoonsee ergama bineensichaa fudhattee addunyaarra naannoftu labati iji jaame kun konsertii sirbaa isheen qopheessitu maratti akka jaamaa/goondaa toora qabatee itti fiiga. Biyyoota garaagaraa irraa konkolaataa hanga xaayyaaraa, bidiruu hanga lafoon imaluun waltajjii isheen irraa fagaa ooltu ho’isaafii oola. Biyoonseen agarsiisa walleelee ishee hunda irratti agarsiisa siidawwan seexanaaf bocamanii, mallattowwan dhaloota xuraa’ummaaf kakaasan, iccitii seexanni ittiin bara dhumaatti biyya lafaa seerratu, gochawwan Waaqayyoon xiqqeessuu yaalanii fi seexana waaqessan agarsiisuudhaan beekamti. Sirbitoota addunyaan keenya keessummeessite keessaa iccitiin jireenya isaanii hanga amma kan hin beekamne Biyoonsee fi Maayikal Jaaksan toora duraa qabataniiru. Foon uffatan malee bifa seexanummaan akka isaan deddeebi’an ragaa hedduutu jira. Biyoonseen amma lubbuun jirtu Biyoonsee jalqabaa akka hin taanee fi Biyoonseen jalqabaa balaa konkolaataan akka duute qabatamaa hedduun odeeffameera. Bifaa fi waan hundumaan garaagarummaa kan hin qabne Biyoonsee lamaan, isheen kun eessaa baate kan jedhu gaaffii sammuu nama hundaa keessaa kililchuudha. Isa kana bira haa tarru! Ji'a darbe keessa Biyoonseen konsartii sirbootashee itti agarsiistu qopheessuuf biyyoota Awurooppaa waliin gahaa turteetti. Konsertii sirbaa isheen tibba kana Awurooppaa irra naannoftee geggeessaa turtes raajii hedduu qabatee gadi ba’eera. Mata duree miidiyaa addunyaa kanaas ta’eera. Biyyoota Awurooppaa Biyoonseen daawwii sirbaa itti qopheessite keessaa tokko ammoo Siwiidin ture. Sababa dhaloota luugama hin qabne weellistuu kana arguudhaaf bakka gara garaatii dhufaniif hoteelonniifi manneen-nyaataa guutanii bakka xaafiin bu'ullee hin turre. Biyya Awurooppaa dureettii Siwiidin keessatti qaala'insi jireenyaa ji'a Caamsaa keessa hanga tilmaameen ol ta'uun % 9.7 galmaa'uun gaaffii kaase. Biyyattiinis maaltu sababa ta'e jettee dinagdee ishee gaafa ilaaltu Biyoonseen sababa tokko taatee argamte. Hamma dinagdeef yaaddoon dhalatutti dhaloonni seexanaaf dibbee reebaa jira. Mata dureen agarsiisa sirba ishee bara kanaa “Renaissance Tour” jedhama. Kunis akka “Daawwannaa Haaromsaa” jechuuti. Kan isheen maqaa kana laatteefis, isaan warri ergama addunyaa kana guutuutti mancaasuun bittaa bineensichaa jala galchuuf deemaa jiranii hojii dhaloota xuraa’ummaatti dadammaqsuu guddaa hojjetaa waan jiraniifi. Kunis dhaloonni ergama keenya hammam simataa jira isa jedhu ilaaluuf yoo ta’u, gufuuwwan yoo jiraatan ammoo haaromsa gochuudha. Hubadhaa! Dhaloonni kun seexanaaf sirbuuf waanti inni hin taane hin jiru. Qabeenya qabu hunda aarsaa godhee waltajjii maraattootaa dhiphisaa oola. Dargaggeessi Awurooppaa fi Kaaba Ameerikaa waldaa kristiyaanaa cufee dallaa sagaagalummaa saaqee bineensichaaf aarsaa dhiyeessaa jira. Waanti baay’ee nama gaddisiisu konsertii Awurooppaa bara kana qopheessite irratti Biyoonseen ifatti qaama saalaa ishee agarsiisuun “Pornodance” raawwattee jirti. Isa kanaaf ammoo konsartiin sirba ishee biyya Ingilaand istaadiyoomii Tootenaam irratti qophaa’e ragaadha. Qaamni saalaa ishee bakkeetti mul’iftee yeroo labati girriisaan ilaalee harka reebuuf kolfa gabaabaa tokko kofaltee harkaan akka dhokfachuu taati. Utuu haasofnu Biyoonseen waggaa lama dura dursaa mootummaa Itoophiyaatiin Waldaa Ortodoksii giddugaleessaan Finfinneetti simatamtee turte. Erga isheen biyya keenya seentee baatee sochiin Illuminaatotaa haalaan biyyattiitti lafa qabataa jira. Ergamni isheen simatamteefis ifaadha!
Показати все...
“Wanti bakkeetti baafamuu hundinuu ifaa dha. Kanaaf, "Ati yaa isa raftuu, dammaqi! warra du'aan keessaa ka'i, Kristos siif in ibsa" jedhame.” -Efe.5:14 —Oliifan Margaa tiin. Join @TheCM2019 #TheCM2023
Показати все...
Akkam nagaa jirtuu, hordoftoota The Christ Missionaries? Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo bakka jirtan hundatti isin haa qaqqabu jechaa; 1. Geggeessitoonni #Page kanaa ammaan dura karaa addaa addaatiin barnoota isiniif kennaa turuun ni yaadatama. Amma immoo fedhii isaaniitiin bulchitoota (administration) #Page kanaa nama irratti hojjechuuf fedhii qabuuf kennanii jiru. Nutis har'arraa kaanee mata-dureewwanii fi dhimmoota addaa addaa irratti waliin wal barsiisaa turra. 2. Barnoota waliif qoodnu akkuma barbaachisummaa isaatti kutaan qoqqoodnee itti fufna. 3. Bifa gaaffii banaa ta'een dhimmoota Macaafa Qulqulluu keessatti falmiif namoota saaxilan dhiheessuun deebii barsiisota Macaafa Qulqulluu irraa isiniif katabna. Isinis irratti hirmaattu. Eebbifamaa!! #TheCM2023
Показати все...
Показати все...
PAULOS T BULCHA : YAA BARATTII BARA SANAA ! !

Director 🎬 Wako Desu S Cinematographer 🎥 Bonney Wakjira Camera 📷 2 Sami T Mosisa, Drone operator Henok G Music 🎵 Raja Dingeta Featuring : Yadasa S , Lidiya D, Hirpa B , Bikila K , Adonai MN Thank you for watching.. Subscribe for more gospel songs from me.

https://www.youtube.com/channel/UCuC0gmIsM_GMPh0EN783Kag

Показати все...
Tamam Faris Yasuus Qofa IJOO MEDIA (official Video)

Faarfataa Tamaam Faaris | Yasuus qofa

QUESTION: Who was going to take away the sin of the world? Since John 1:17 takes about grace, does that mean that the Law was not important? Firstly, grace is an attribute of God exercised toward undeserving human beings. We did not seek for it, but it was sent in search of us. God rejoices when He bestows His grace upon us, not because we are worthy, but because we are so utterly unworthy. Our only claim to His mercy is our great need Romans 6:1-2 (KJV) _1 What shall we say then? Shall we continue in sin, that grace may abound?_ _2 God forbid. How shall we, that are dead to sin, live any longer therein?_ Since it's given to a sinner it doesn't mean that it's a passport to break his law. For instance, if you forgive someone when he least expects it, it doesn't mean that you are giving him permission to do more harm. Likewise with Christ. Romans 7:7-9 (KJV) _7 What shall we say then? Is the law sin? God forbid. Nay, I had not known sin, but by the law: for I had not known lust, except the law had said, Thou shalt not covet._ _8 But sin, taking occasion by the commandment, wrought in me all manner of concupiscence. For without the law sin was dead._ _9 For I was alive without the law once: but when the commandment came, sin revived, and I died._ Paul didn't know that he was a sinner until the law was revealed to him, because the law exposes sin. John 1:17 (KJV) _17 For the law was given by Moses, but grace and truth came by Jesus Christ._ Grace and law kiss each other, and they both agree on one. The Lord God through Jesus Christ holds out His hand all day long in an invitation to the sinful and fallen. He will receive all. He welcomes all. It is His glory to pardon the chief of sinners. He will take the prey from the mighty, He will deliver the captive, He will pluck the brand from the burning. He will lower the golden chain of His mercy to the lowest depths of human wretchedness, and lift up the debased soul contaminated with sin. Every human being is the object of loving interest to Him who gave His life so that He might bring men back to God. Souls guilty and helpless, liable to be destroyed by the arts and snares of Satan, are cared for as a shepherd cares for the sheep of his flock. The Saviour's example is to be the standard of our service for the tempted and the erring. The same interest and tenderness and long-suffering that He has manifested toward us, we are to manifest toward others. _"As I have loved you,"_ He says, _" that ye also love one another."_ John 13:34. By Eric (Scriptura)
Показати все...
_*The Law and Grace*_ MEMORY TEXT John 1:17 (KJV) _17 For the law was given by Moses, but grace and truth came by Jesus Christ._ NB To understand the relationship between Law and Grace. We want to know that by the coming of Christ does that mean we were done away by the Law? NB QUESTION: Who wrote the moral law? Exodus 31:18 (KJV) _18 And he gave unto Moses, when he had made an end of communing with him upon mount Sinai, two tables of testimony, tables of stone, written with the finger of God._ *The Law was written by Christ himself and he gave it to Moses.* Jehovah revealed Himself, not alone in the awful majesty of the judge and lawgiver, but as the compassionate guardian of His people: _"I am the Lord thy God, which have brought thee out of the land of Egypt, out of the house of bondage." He whom they had already known as their Guide and Deliverer, who had brought them forth from Egypt, making a way for them through the sea, and overthrowing Pharaoh and his hosts, who had thus shown Himself to be above all the gods of Egypt—He it was who now spoke His law."_ The law was not spoken at this time exclusively for the benefit of the Hebrews. God honoured them by making them the guardians and keepers of His law, but it was to be held as a sacred trust for the whole world. The precepts of the Decalogue are adapted to all mankind, and they were given for the instruction and government of all. Ten precepts, brief, comprehensive, and authoritative, cover the duty of man to God and to his fellow man; and all are based upon the great fundamental principle of love. -"Thou shalt love the Lord thy God with all thy heart, and with all thy soul, and with all thy strength, and with all thy mind; and thy neighbour as thyself."_ Luke 10:27. See also Deuteronomy 6:4, 5; Leviticus 19:18. In the Ten Commandments, these principles are carried out in detail, and made applicable to the condition and circumstances of man. QUESTION: Did Christ come to change the law, since John 1:17 says that he came with Grace and truth? Matthew 5:17-18 (KJV) _17 Think not that I am come to destroy the law, or the prophets: I am not come to destroy, but to fulfil._ _18 For verily I say unto you, Till heaven and earth pass, one jot or one tittle shall in no wise pass from the law, till all be fulfilled._ After his baptism, Christ emphasized he came not to destroy but to fulfil. For he is God he changes not. He is the one who gave the law to Moses and he is the same Who came to fulfil it. In his words, he said, Matthew 5:27-28 (KJV) _27 Ye have heard that it was said by them of old time, Thou shalt not commit adultery:_ _28 But I say unto you, That whosoever looketh on a woman to lust after her hath committed adultery with her already in his heart._ That was a fulfilment of the Law not to change. QUESTION: How many laws do we find in the Bible? We have moral precepts (Ten Commandments) (James 2:8, 12) referred to as the royal law. Which was spoken by God himself (Deuteronomy 5:22), and written with God's finger. Secondly, we have the ceremonial laws (Ephesians 2:15; Hebrews 9:15) contained in ordinances. This was given to Moses to speak to the people (Exodus 24:13 (KJV); Exodus 24:3). _3 And Moses came and told the people all the words of the LORD, and all the judgments: and all the people answered with one voice, and said, All the words which the LORD hath said will we do._ *Brief explanation about the ceremonial laws* This was given after man had sinned as a remedy for sin. (Leviticus 6:1, 7) John 1:29 After an individual had sinned in ancient Israel, he had to provide a lamb, goat, cow, or dove according to his prosperity to offer as a sin offering and he had to confess all his sins on the animal, then the priest slaughtered the animal and collect its blood and sprinkle it in the sanctuary. QUESTION: Which law was nailed at the cross? Colossians 2:14, Matthew 27:51 It is the law of ordinances or ceremonial laws which were nailed at the cross because they pointed to Christ as the true lamb (John 1:29).
Показати все...
Ifa baafnee yoo dubbanne shubbifni keenya har’aa harki caalaan isaa kan biyya lafaa fakkaachuuf taasifnuu fi naamusa mana Waaqayyoo daareedha. Kun ammoo ulaa itti dargaggoonni miira isaaniif dhiichisan ta’ee mul’ataa jira. Miira ofiif dhiichisuu keessa ammoo qorama fedhii fooniin gubachuutu jira. Sansakkaan qaama keenyaas salphatee waan mul’atuuf dargaggoonni akka salphaatti fedhii isaaniif akka wal barbaadaniif karaa saaqa. Har’a daangaan kabaja namummaa saal-faallaa jidduu dhibuudha keessumaa mana Waaqayyoo keessatti dargaggoonni kufaatii hamaa akka keessummeessaniif sababa kan ta’u. Yeroo hedduu aadaa kee qabattee Waaqeffachuu waanti si dhorku hin jiru jedhama. Kun garuu gaalee dhugaa Wangeelaa irraa fagaateedha. Aadaa ofii qabatanii kan waaqessan hamma dhugaa Wangeelaa sana hin faallessinetti. Aadaa ofii qabatanii bakki itti waaqessan akkuma jiru, ulaan dhiisuu qabanis hinuma jira jechuudha. Kanaaf Shubbisni fedhii cubbuu ofii keenyaas ta’e namoota birootti kakaasu kamiyyuu cubbuudha. Qajeeltoo dubbii Waaqayyoo armaan olii kanatti yoo taane eeggannaan dhiiraaf dhalaan naannoo shubbisaatti gochuu qaban guddaa ta’uu isaati. Aadaa keenya jennee dhiiraaf dhalaan ulaa tokko qabannee walitti sirbuun Waaqayyoofis aarsaa hin ta’u, nuufis waaqeffaa miti. Egereen ishee immoo qorumsa ejjaa ykn ejjadha. Maatewos 18:6 Yesus itti fufee, "Eenyu illee warra xixinnaa anatti amanan kana keessaa tokko gufachiisuu irra, dhagaan daakuu guddaan morma isaatti hidhamee tuujjuba galaanaa keessatti liqimsiifamuu isaaf wayya ture.” Akka Shubbisa keenyaa kutaa kanaan walitti hiinee yoo ilaalle ijoo guddaa gufannaan wal-qabatu agarra. Waan nama biraa cubbuutti gufachiisu gochuun keenya guutummaatti dhiifama akka hin qabne kutaan kun nutti hima. Waanti nuti goonu nutti qajeelaas fakkaatee mul’atu garuu obboloonni keenya kan itti gufatan yoo ta’e dhiisuu akka qabnu Phaawuloos nu barsiisa. Foon nyaachuun cubbuu miti! Garuu obboleessa koo isa xinnaa kan gufachiisu yoo ta’e nan dhiisa jedha! “Kanaafis nyaata akkasiitti dhi'aachuun sababii obboleessa koo kuffisu yoo ta'e, ani obboleessa koo akkan hin kuffifnetti matumaa deebi'ee foon hin nyaadhu.” -1Qor 8:13 Asitti waanti beekamuu qabu akki Shubbisa keenyaa gaarii fakkaatee nuttis haa mul’atu garuu obboloota kaaniif guffannaa yoo ta’e, aarsaa ati dhiyeessaa jirtu sanatti Waaqayyo waan gammadu sitti fakkaataa? Obboleessa kee gufachiisaa waaqeffannaa ati na waaqessitu hin simadhu siin jedha Waaqayyo! Waanti asitti jala muramee beekamuu qabu, waanta gumii saba Waaqayyoon hidhame, hidhamaa akka ta’e beekuu qabna. Obboloonni haala Shubbisa keenyaa yoo ciigga’an, fudhatama hin qabu jettee Waldaan Kristiyaanaa kan ifattu yoo ta’e, akkasuma amantoonni waan nuti goonutti mufannaa yoo qabaatan dhiisuu qabna. Isa kanaaf sagaleen Waaqayyoo kun qajeelfama guddaadha. “Garuu waan hundumaa qoraa, isa gaarii jabeessaatii qabadhaa! Waanuma hamaa ta'e dhiisaa!” -1Tas 5:22-23 Inni biroon Waldaan Kristiyaanaa naamusa mataa isheetii qabdi. Naamusa kanaan wal-qabsiifnee akki shubbisa amantootaa naamusaa fi daangaa mataasaa ni qabaata. Shubbisni sirba biyya lafaa (Secular Music) keessaa mul’atan mana Waaqayyoo keessa seenuu hin qaban. Keessumaa shuubbisni gosa “Twerking” jennee waamnuu mana Waaqayyoo keessatti gufannaa hamaa fidu. “Twerking” gosa shubbisa dhiiraa fi dhalaan waloon sirban kan miira saal-quunnamtiif nama kakaasu jechuudha. Yeroo hedduu dhaloonni har’aa morma nu kutaa aadaa keenya Waldaa Kristiyaanaatti ol galchinee ittiin dhiichifna jedhu. Namuu aadaa isaa hedduu jaal’ata. Eenyummaa isaaf bakka kan hin laannes jira natti hin fakkaatu. Garuu aadaan fayyina keenyaan mormu kamuu Waldaa Kristiyaanaa keessatti fudhatama hin qabu. Aadaa Shubbisa keenyaa keessa gosa shubbisaa “Twerking” dhiiraaf dhalaan walitti sirban hedduutu jira. Ija aadaan yoo ilaalle jaalala dhiiraaf dhalaa ibsuu mala. Garuu mana Waaqayyoo keessatti kun raawwatee fudhatama hin qabu. Jaalala obbolootaa malee addatti mana Waaqayyoo keessatti jaalalli dhiiraaf dhalaa ibsamu hin jiru, hin jiraatus.
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.