cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dhaamsa Jaalalaa 💝

"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!.

Більше
Рекламні дописи
6 574
Підписники
-724 години
+277 днів
+33030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Maallaqni kirpitoo yeroo ammaa qotamaa (mine) godhama jiru seera qabeessa ta’uu isaa fi adeemsi albuuda baasuu (mining) gattii qabeessa ta’uu isaa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan armaan gadii kana hordofuu dandeessu: 1. Blockchain Explorer ilaali: _Kana jechuun maallaqa amma dura online ta'ee gatii qabuu kessaa issa Kam waliin haariirroo qabaa. _Fknf Notcoin 👉 Blockchain TON _TAPSAWP 👉 Blockchain Salona iraa jiran - Daldalaa fi ugguraa mirkaneessuuf qorataa bilookicheenii kan maallaqa kirpitoo adda ta'e fayyadamuu. - Hojiin albuudaa galmee ummataa irratti akka galmaa’u ni taasisa. 2. Puulii Albuudaa Mirkaneessuu: - Yoo poolii albuudaa fayyadamtan, maqaa gaarii fi hundeessaa ta’uu isaa mirkaneessuu. - Madaalli, yaada fayyadamtootaa, fi istaatiksii poolii (hash rate, payout schemes fi kkf) ilaali. 3. Saffisa Haashii Neetwork Mirkaneessuu: - Hash rate waliigalaa networkii hash rate software mining keessaniin gabaafame waliin wal bira qabuu. - Garaagarummaan dhimmoota mudachuu danda’an agarsiisuu danda’a. 4. Sooftiweeri Albuudaa Irra Deebi'uu: - Software albuudaa amanamaa fi yeroo ammaa maddoota beekamoo ta’an irraa fayyadamuu. - Fooyya’iinsa sooftiweerii fi yaada hawaasaa ilaaluu. 5. Kaffaltii Hordofuu: - Saantima qotame boorsaa (wallet ) keessanitti galfamuu isaa mirkaneessuu. - Kaffaltii mirkaneessuuf daldala blockchain irratti taasifamu mirkaneessuu. 6. Hawaasa fi Misooma sakatta'uu: - Hawaasa fi garee misoomaa maallaqa kirpitoo qorachuu. - Misoomni sochii qabuu fi hawaasni cimaan yeroo baayyee pirojektii seera qabeessa ta’e agarsiisa. 7. Argama Gabaa Xiinxalu: - Maallaqni kirpitoo jijjiirraa gurguddoo irratti galmaa'uu isaa mirkaneessuu. - Heddummina daldalaa fi dhangala’aa isaa ilaaluu. Bakkewan armaan gadii kanneen keessatti sakatta’iinsa gadi fageenya qabu gaggeessuudhaan, seera qabeessummaa maallaqa kirpitoo albuuda baasu mirkaneessuu dandeessu. Namooni Tapswap join godhu Barbaadan linkin isaa 👎 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift -Hamstercombat coin link isaa https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId6865794652 Yaada keessaniif karaa @samii_koo na qunnamaa! @orolovechats
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

👍 1
Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kanaa affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu. Namni tokko yoo bot kana tuqee start godhe qar 10 (kudhan) argata. Isan karaa telebirr ykn Awash Bank fi CBE baafachuu dandaha. https://t.me/Hojionlinebot?start=r0243425108
Показати все...
👍 7
Ijoolleen teenya telegram qabdan seena irraa fayyadama waan kana🙏💖 ✅️ #TapSwap ilaalchisee wantoonni beekuu fi gochuu qabnu. 1. TapSwap'n akkuma Not coin crypto currency haaraa gabaa Dijitaalaa seenaa jiru ta'ee ammatti kan coin bilisaa bittinsaa jiruudha. Amanamummaan isaas kan Not coin gadi miti. Garu dhugummaan isaa 100% miti. 2. May 30 ibsi ni kennama. May be, akkuma Not coin'n amma gurguramaa jiru kana TapSwap'nis sana booda gurguramuu jalqaba ta'a. 3. Akkam haa goonu? ✔Tarii akkuma Not coin sana dhugaa ta'uu waan maluuf ofii keenyaa gatii osoo hin itti hin baasin(yeroo yoo qabaanne) callifnee Tap Tap gochuudhaan coin bilisaa haa sassaabbannu. ✔Yeroo hunda harka keenyaan Tap Tap gochuun yeroo keenya qisaasessuu hin qabnu. Boast keessa gallee coin 200,000'n Tap Bot yoo bitanne yoo nuti offline taanes ofumaan taphata. ✔Task warra jalqabaa qofa hojjachuudhaan coin gara Miliyoona tokkoo walitti qabachuu in dandeenya. Task'n akka isiniif baay'atuufimmoo Application VPN on godhadhaa. #Hub: Task jechuun Telegram jaraa join gochuu fi Twitter isaanii follow gochuu faa yoo ta'u link Twitter isin gaafatu bantanii qofa yoo deebitan rakkoo hin qabu dirqama follow gochuu hin qabdan. Telegram jaraas join gootanii kaatanii erga task fixxanii booda leave gochuu in dandeessu. ✔ Boast keessa galaatii Tap guru (bonus) guyyaatti al tokko yoo isiniif bane tuqaatii dafaa dafaa Tap godhaa(Tap takka shaniin siniif baay'isa). ✔Boast keessa seenaatii coin qabdaniin; Multitap, Energy limit fi Recharging speed bitadhaa. ✔League tokkorraa isa itti aanutti yemmuu dabartan bonus waan qabuuf ishees claim godhaa. Warri kana dura hin eegalin link kanaan seenaatii 'Start" godhaa! 👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показати все...
👍 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram

Yeroon akkaataa ati itti na jaalattu, akkaataa ati itti naaf yaaddu, akkaataa ati itti na mararfattu, akkaataa ati itti na hubattu, akkaataa ati itti na dhaggeeffattu, akkaataa ati itti na abdattuuf itti gaafatamummaa koo fudhattu ilaale. Anis akkan dachaa godhee itti gaafatamummaa keef kan jaalala kee fudhadhu na taasista! Eeyyeen, anis itti gaafatamummaa keef kan jaalala keen qaba. Onneekee ishee na jaalattuuf na mararfattu san kunuunsa isheen narraa barbaaddu godheefii, ishee gammachiisuuf boqochisuuf yeroo hunda qophooftuudha. Kunuunsa onneenkee narraa barbaadu godheefii ishee gammachiisuuf boqochisuun Anaaf gammachuu dachaati. Yeroo hunda gammachuu keen arguu fedha, yeroo hunda sin jaaladha Tokkicha koo.❤️😘 Wal jaalachaa bulaamee sabni.🥰🙏 Leelloo @orolovechats
Показати все...
10👍 4
Niiraa Qaraatis qara'aatuma niiraa dalagachuu ni feetanii? Hayyee! Nama waa sodaatu hin tahinaatii link asii gadii tanaan seenaatii taptap godhaa! Dhugaa Rabbii dhugaadha. https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift @orolovechats
Показати все...
👍 8
Dhuga moo soba? Ilmi dhiiraa hanga kiisha isaa irratti hundaahee jaalata, yoo hiyyeessa tahe ta nama madaalti ja'u takka laalee jaalata, yoo duroome immoo isii hiyyummaa keessatti jaalate san ta caaltu argachuu fadha.Anonymous voting
  • Dhuga
  • Soba
0 votes
👍 20
Here's your invite link: https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_8c95544191 Use it to invite friends and receive bonuses!
Показати все...
MemeFi Coin

Fight ghost enemies and collect MemeFi Coin rewards in the fastest-growing Telegram app! News:

https://t.me/memeficlub

Share link
"Dubartiin takka si jeequu dhiisnaan, Maaf kana goote maaf san goote jattee xiqqoofii guddoof mataa si nyaachuu dhiifnaan jaalalati isiin siif qabdu dhumee jiraa hubadhu" jacha ja'u kanaaf hedduu takka bakka guddaa hin qabaatinaamee dubartoonni keenya. Wal hubannaa, waliif irra dabruufii wal kabajuu keessa jaalalati jirtu jaala wal cinquufii wal wareersuu keessa jirtu irra tasgabbiifii mi'aa qabdi. Mee takka akka xiyyeeyfannaan keessan sassaabamuuf walitti iyyaa ooluu tana xiqqeessaa. Walitti iyyaa ooluun qofti maaf akka obsituu jaalalaat isini mullate? 🎋Tasgabbii=pure love❤️‍🔥 :¨·.·¨:  `·.   @Jaalala_qulqulluu
Показати все...
👍 3 1