cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Faaruu Tewaayidoo

Faaruuwwan Ortodoksii haaraa,Barnoota adda addaa, argachuuf. Wanti gaffi isiinitti ta'uu yoo jiraate gafaachuu ni dandeessuu. Link keenya share godhati YouTube keenyamo SUBSCRIBE taasisaa!

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
179
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Показати все...
New Ethiopiaan Ortodooksi mezmur afaan oromoo #Ani nama hin qabu f/ttuu Simboo Giddiisaa

Показати все...
New Ethiopian orthodox afaan oromoo mezmur. NUUF GOLGI f/taa Dursaa Dhuunfaa(Darajjee)

New ethiopian orthodox tewahido afan oromo niseha mezmur Nuuf golgi f/ta Dursaa Dhuunfaa ykn darajjee faaruu gaabbi afaan oromoo አዲስ የኦሮምኛ ንስሐ መዝሙር harawaa gara gaabbitti kan nudeebisu faaru ajaiba kan ta'e EMANA Tube subscribe gochu hin irraanfatina. Emana pictures Nekemte 2022

Показати все...
"UFFATA WARQEE" | F/dn Lammii Tarfaasaa

🔴 በማኅቶት ቲዩብ የተለቀቁ ተወዳጅ መዝሙሮችን ለማግኘት ይህንን ሊንክ ይጫኑ፡፡ 👇 👇 👇

https://bit.ly/3C2YHGp

"UFFATA WARQEE" | F/dn Lammii Tarfaasaa

Watch "🔴 Abbaa Bara Baraa | F/taa Dn Hiikaa Bultii Faarfannaa Ortodoksii haaraa New Ethiopa Orthodx Mezmur" on YouTube https://youtu.be/L0DK0AYwVIw
Показати все...
🔴 Abbaa Bara Baraa | F/taa Dn Hiikaa Bultii Faarfannaa Ortodoksii haaraa New Ethiopa Orthodx Mezmur

#abbaa_bara_baraa #faarfannaa_afaan_oromoo #አኪያ_Tube #FaaruuHaaraa #መዝሙር #አዲስ_ዝማሬ #faaruu #ማህቶት link Faarfannaa haarawaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/UMM4LXlHwDI

https://youtu.be/y6Svrq_oIbc

https://youtu.be/wWdkWTnMhxg

Watch "Haadha Jaalalaa F/ttuu Meetii Eefreem" on YouTube https://youtu.be/2tbG9UoGrPs
Показати все...
Haadha Jaalalaa F/ttuu Meetii Eefreem

Показати все...
Faaruu Tewaayidoo

Faaruuwwan Ortodoksii haaraa,Barnoota adda addaa, argachuuf. Wanti gaffi isiinitti ta'uu yoo jiraate gafaachuu ni dandeessuu. Link keenya share godhati YouTube keenyamo SUBSCRIBE taasisaa!

Показати все...
#Farfattoota Waldaa Afuura Barattota oromoo ortodokosii tewaayidoo Damee Dire Dawa University

Ayyaana cuuphaa bara 2014 A. L.I

👏👏BAGA GEESSAN!👏👏 Guyyaa Yaadannoo Ergamaa Qulqulluu Gabri'eel kan ji'a Muddee!!! ✍Muddee 19 kan yaadatamu seenaa Anaaniyaa, Azaariyaa fi Misaa'eliin kan walqabatudha. Mootichi Nabukadanatsoor waaq-harkee warqee irraa hojjetame dhaabee, warri bulchiinsa isaa jala jiran hundi akka sagadaniif labsiidhaan ajajeen. Ijoolleen sadan kun garuu waaq-harkee harka namaati tolfameef hin sagadnu jedhanii didan. Mootichis, kana yemmuu dhagahu isaan waamee akka waaq-harkee inni dhaabeef sagadan akeekkachiise, yoo akkas gochuu baatan garuu kan harka isaatii isaan baasu akka hin jirre isaanitti in hime. Isaan garuu, waaqani nu waaqeeffannu abidda laboobaa kana keessaa nu baasuu danda'a, harka kee irrayis nu baraara kanaaf hin sagadnu jedhaniin. Innis, abiddaa laboobaa nama sodaachisu keessatti akka darbataman taasise. Qulqulluu Garbi'eel garuu battala sana bu'ee muka fannootiin abiddicha yemmuu tuqu, abiddichi nidhaame, uffata isaanii irrayyuu hin buune. Isaan abidda laboobu keessaa waaqayyo waan isaan baraareef, sagalee isaanii olkaasanii waaqayyoon galateeffatu ture. ✍Nabukadanatsooriis yemmuu isaan galateeffatan sagalee isaanii dhagahee daddafee ka'ee "kan abiddatti darbine namoota sadi hin turree? Amma garuu, namootni afur yemmuu abiddaa keessa deddeebi'an nan arga; homtuu isaan hin tuqne; inni afraffaan kun ilma waaqayyoo fakkaata" jedhe, "koottaa bahaa" jedheeniira. Isaanis fayyuma isaanii ni ba'an. Innis waaqayyof ni sagade; waaqa isaanittis ni amane. Maqaan ijoollee kana sadanii inni biraas Sidraaq, Misaaq fi Abdinaagoo jedhamus( Dan 3:22) 👏Sugni Ergamaa Qulqulluu Gabri'eel hunda keenya wajjin haa ta'u! ✍Madd:- Qulqulloota fi Ayyaana Yaadannoo Isaanii 👉 @Araaraat 👉 @Araaraat
Показати все...
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Faaruu dhaloota goofta keenya setby Merga Ayana.pdf7.66 KB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.