cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Більше
Рекламні дописи
9 176
Підписники
+3024 години
+1847 днів
+67430 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
Maatiin Tafakkur hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
3254Loading...
02
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun .. Sh/ Xaariq jedhaman.... nama yeroo baay'ee Gaazaadhaaf dubbataa ture... akkasuma du'aa'ii godhaa tureedha. Guyyaa hardhaa tana, bakka ulfaattuu tanatti, guyyaa ulfaataa fi sa'aatii ulfaattu tana keessa gaara Arafaa gubbatti osoo du'aa'ii godhatu gara Rahmata Rabbii godaaneera. Namoonni isa wajjiin turan akka irraa haasahanitti, sheekni Kun dirree Arafaatti imimmaan buusee, hirqifatee warra Gaazaatiif du'aa'ii godhaa tureera... osoo imimmaan suni ija isaarraa hin qoorin gara Rahmata Rabbii godaane. Mashallaah Rabbiin isa milkeessee jira.... carraa kana hunda keenyatu hawwaa ture.... katmiin namaa toluun haala kanaan... Rabbiin isaafis haa araaramu... nullee katmii nu haa tolchu... warra Gaazaafis haa birmatu.... https://t.me/tafak_or
71912Loading...
03
Oolmaa guyyaa hardhaatiin Wal qabatee daqiiqaa muraasa booda na eegaa isiniif katabaa
6071Loading...
04
Udhiyyaan wal qabatee ergaa ariifachiisaa tana share naaf godhaa....! 1fffaa: Bakka namoonni hedduun walgahanitti gatii Udhiyyaa irraa haasahuun; hiriyyoota kee biratti baasii Udhiyyaadhaan bittee fi qaalayiinsa hoolaa irraa haasahuun jaalatamaa miti .. Ilaa....Ati kan qalaa jirtu Rabbittiin kalaahuuf malee, chirchaaroo gueguruuf miti...! ✍ Haasaa Kee sana Rabbiin ni dhagaha immoo...!, hifachuu fi rifachuun maleetti qalbii qulqulluudhaan Rabbiif dhiheessuu qabda...! ✍ Osoo hoolaa takka keessummaa sitti dhufeef qaluudhaaf bittee, garuu sihii gatii hoolaa Sanaa tasa dhaadhessitu si dhagahee... miira akkamii fi deebii akkamii keessumicha sanarraa argita ?! ولله المثل الأعلى...... 2ffaa: Yeroon Udhiyyaadhaa kalaahuudhaan wal qabatee .. dargaggeesaa fi dargaggeettii islaamaa... walumaagalatti obboleewwan islaamaa gorfachuun barbaada.... Social media gubbatti.... waan Udhiyyaadhaan wal qabatu... wantoota cooraa fakkaatan suuraa fi barreeffama qoosaadhaa... copy godhuus tahee, barreessuu; ykn comment kennuu irraa uf haa qusannuu isiniin jechuu barbaada. Yeroo hedduu hoolaa huqqattuudhaan qoosuu fi kkf hedduun waan post godhamuuf...! Rabbiin qur'aana isaa keessatti akkana nuun jedha: { ذَلِكَ وَمَنْ يُعَظِّمْ شَعَائِرَ اللَّهِ فَإِنَّهَا مِنْ تَقْوَى الْقُلُوب } . Share👇 https://t.me/tafak_or
9037Loading...
05
#Arafaa.... ✍ Namoota hedduu kan haajaa jajjaba Rabbiin gaafachuu didee, guyyaa Arafaa Rabbiin gaafadha jedhee... guyyaa kanaaf ol kaahate Rabbiin na garsiise... 🤲 “ Arafaa liman arafah” kanaaf jedhama lakkaa.... Arafaan nama itti beekee qofaaf..... kan akka kiyyaaf keetii osoma rafnu nu jala tara..... Rabbiin nu haa milkeessu.... https://t.me/tafak_or
7211Loading...
06
✍ Afaaniin duuddee hin taa'inii Tasbiiha godhi.... لا تجلس صامتا 🤐 Subhaanallaah, Allaahu Akbaru, laa ilaaha illalllaahu.... سبحان الله، الله أكبر، لا إله إلا الله
6772Loading...
07
Du'aa'ii guyyaa Arafaa... - "رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّا إِنَّكَ أَنْتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ" - "رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً ۚ" - "رَبَّنَا آتِنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً وَهَيِّئْ لَنَا مِنْ أَمْرِنَا رَشَدًا" - "رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ" - "قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي*وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي" - "رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا" - "لَّا إِلَٰهَ إِلَّا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ" - "رَّبِّ أَنزِلْنِي مُنزَلًا مُّبَارَكًا وَأَنتَ خَيْرُ الْمُنزِلِينَ" - "ربنا هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ" - "رَبَّنَا هَبْ لَنَا مِنْ أَزْوَاجِنَا وَذُرِّيَّاتِنَا قُرَّةَ أَعْيُنٍ وَاجْعَلْنَا لِلْمُتَّقِينَ إِمَامًا" https://t.me/tafak_or
7855Loading...
08
Hardhi guyyaan Arafa... اليوم يوم عرفة.. ✍ Waa'ee guyyaa kana soomuu ilaalchisee Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) akkana jedhan: “ Badii waggaa darbitee fi waggaa dhuftuus akka nurraa harcaasu Rabbiin irratti hirreegadha...” ✍ Guyyaa Arafaa caala, guyyaan Rabbiin gabroottan isaa ibiddarraa baraaru hin jiru, Rabbiin keenna guyyaa Arafaa gadi kalaahee, malaa'ikoota isaatti ittiin uf dhaada jedhan Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam. وقال ﷺ: (ما مِن يوم أكثر من أن يعتق الله فيه عبداً من النار من يوم عرفة وإنه ليدنو ثم يباهي بهم الملائكة) ✍ Ergamaan Aalmaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) akkana jedhan Irra caaltuun du'aa'ii du'aa'ii guyyaa arafaati. Irra caalaan jechaa kan anii fi Nabiyyoonni anaan duraa fayyadamaa turanis jecha tana: “ Laa ilaaha illalllaahu wahdahuu laa shariika lah, lahul mulku, walahul hamdu, wahuwa alaa kulli shey'in qadiir....” وقال ﷺ:(خير الدعاء دعاء يوم عرفة، وخير ما قلت أنا والنبيّون من قبلي:لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك، وله الحمد، وهو على كل شيء قدير )🤍 Uf hin dagatinaa... nullee hin dagatinaa....!! https://t.me/tafak_or
8493Loading...
09
#Arafaa..... ✍ Rabbii koo badiin koo guddaadha... garuu Rahmanni kee badii kankoo caala guddata.... Irra naaf tari...... 🤲
7633Loading...
10
✍ Hoo'a kanaan Wal qabatee dargaggeessi qunxaadhaan🩳 salaattan uf eeggadhaa... mogolee teessan dhoksaa.... Mogoleen owraa irraahi....! https://t.me/tafak_or
1 2102Loading...
11
Guyyaa 8ffaa.... Guyyaa Tarwiyyaa wanti jedhameef ? Keessummoonni Rabbii guyyaa kana keessa bishaan qabatanii Makkaan irraa gara Arafaa imaluudhaaf guyyaa keessa siinqeffatan... ykn Guyyaa kana keessa Makka irraa gara Minaa waan deemaniif jedhama.... wlhu A'alam.... https://t.me/tafak_or
1 0590Loading...
12
✍ Zul-Hijjaa guyyaan hardhaa guyyaa 8ffaati... Guyyaa #Tarwiyaa jedhama.... guyyaa Hujjaajonni Rabbii Ibaadaa keessa eegalan... Guyyaan boruu ammoo guyyaa 9ffaati.... guyyaa Arafaa.... guyyaa guddaadha.... Rabbiin guyyoota kanarraa warra milkaahu nu haa taasisu... 🤲
9571Loading...
13
Return to Allah...... 🤲
9450Loading...
14
Tafakkur jechuun ana... ana jechuun Tafakkur.... Maatii jaalalaa... warra hanga hardhaa Mucaa qaldhaa kana hin beekneef.... 🙏
1 0394Loading...
15
Hoogganaa Tafakkur eennu beektuu ? 🥲 Mee guyyaa jalqabaatiif vedio isin affeeraa....
100Loading...
16
#Kana_beektuu_laata...! 1) Rabbiin Ramadana qur'aana keessatti yeroo takka qofa dubbate, garuu kurnyan Zul-Hijjaa tana yeroo afurii ol dubbate.... A) Suuraa fajrii jalqabarratti, B) Suuraa A'araaf... keeyyata 142, C) Suuraa Hajjii keeyyata 28, D) Suuraa Buruuj.... 2) Rabbiin waa'ee Ramadaanaa irraa osoo hin dubbatin dura waggaa 13/14n dursee waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa dubbateera. Aayanni waa'ee kurnyan Zul-Hijjaa haasoftu aayatoota yeroo jalqabaa buufaman keessaa tokko. Rabbiin sahaabaa Rasuulaa osoo Randaanaan hin laanjisin kurnyan Zul-Hijjaa tanaan leenjise....! 3) Kurnyan Zul-Hijjaa jechuun guyyoota ka'abaan 🕋 keessa ijaaramte.... 4) kurnyan Zul-Hijjaa Guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Ismaa'iliin lubbuu isaa keessa baraare.... 5) Guyyoota Rabbiin lowhii Nabiyyallaahi Muusaadhaaf keessa barreesse...! 6) Guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Muusaa keessa dubbiseen....! 7) Guyyoonni kunneen guyyoota Nabiyyallaahi Muusaan Aleyhissalaam Nyaataa fi dhugaati tokko malee halkaniif guyyaa walitti dhaabee ibaadaa keessa dalagaa tureedha. 8) Guyyaa Aayanni Islaamummaan guuttamuu ilaalchisee dubbattu keessa buufamteedha... اليوم أكملت لكم دينكم........! 9) Inumaa Hadiisa garii keessatti akka dubbatametti guyyoonni kunneen guyyoota Rabbiin Nabiyyallaahi Daawudiif Aleyhissalaam keessa araaramedha.... فغفرنا له......! Guyyoota salphaa nutti fakkaata... Irra hedduun keenya hanga yeroo Ramadaanaa zahmaa goonu guyyoota kana quba hin qabnu.. akkamitti Irra caaltuu guyyoota addunyaa tanaa taate jettee uf gaafattee beektaa... !? Dhugaa hin fakkaatu mitii... !! https://t.me/tafak_or
1 0539Loading...
17
Ani waan arge hunda hin barreessu... garuu waanan beeku sana bifa addaatiin akka barreessu uf beeka.... uf jajuu kootii miti..... waan Rabbiin naaf kenne himadhe Alhamdulillaah... waan ajaa'iba takka isiniif himuuf deema inshallah.... waan na ajaa'ibeef.....
1 0460Loading...
18
Baatii Ramadaanaattu caala moo.... kurnyan Zul-Hijjaa tanatu caala...?! waan amanuun isinitti ulfaatu tokko isinitti himuu Mee ?!
1 0690Loading...
19
👉 Waa hojjachuu qofaa miti, waan hojjatan sana bareechanii hojjachutu akka dhiiroo.....! ✍ Nama hedduu biratti beekkamtii argachuuf jecha waan hin danda'amne wahii dalaguun sirraa hin eeggamu.... homa jaalattu tokko bifa addaatiin bareechitee yoo dalagde, osoo nama tokko qofallee taatee namni si beeku yoomuu sin dagatu.... Share👇 https://t.me/tafak_or
1 2600Loading...
20
✍ Rabbiin Subhaanahu wata'ala Maqoota 99 qaba... Mee amma kamtu sammuu kee keessa dursee si dhufe....?! Comment jalatti barreessi ajrii warra dubbisee argattaa.... 👇
1 1780Loading...
21
📮 #حقيقة ✍ Dhiirtis intala yeroo inni laafe isa hin kaddamtu; yaala isaatiif tan hirriba dhabdu; hanga gaafa inni fayyee lafaa ol jedhutti, akka haadha isaatti tan isa kunuunsitu yoo hin fuunee... maal fuudhe jedhamaree....! Dubartiinis nama yeroo isheen dhibamte rifatuuf; yaala isheetiif ganamaaf galgala nama yaadu; hamma danda'uun akkuma haati finna ufii kunuunsitu nama ishee kunuunsu yoo hin argannee... heerumte hin jedhamtu...! ✍ Yeroo hundaa Rahmata Rabbiin gidduu keessan kaahe yaadadhaa... waliif Rahmata oolaa.... ‏ "وجَعلَ بينَكُم مودَّةً ورحمَة". Share👇 https://t.me/tafak_or
1 3121Loading...
22
7ffaan.... galgala....
1 4011Loading...
23
5ffaan: #Barraaqaa Barraaqaa jechuun... dubartii dibata heddummeessitu, dubartii garmalee uf babbareechisuu yaaltu.... Bareedinni ishee sun Abbaa manaa ishee gammachiisuuf osoo hin taane, namoota biraa gowwoomsuuf ykn Bareedinna ishee sana ummatatti mukdhifachuuf... hanga namni hundi waa'ee ishee haasahu takka kan uf bareechitu jechuudha... tana hin fuudhinaa walumaagalatti..... 6ffaa: #Shaddaaqaa/Odeessituu... Shaddaaqaa jechuun: dubartii yeroo hundaa iyyitu; ta oduu addaan hin kunne; tan haasaa ishee keessatti kijiba heddummattu... Tan oduu bu'aa hin qabne hanga namni ishee hifatutti haasoftu jechuudha.... Beekkamaadha oduun ishee qiletti akka si gatu.... irraa fagaadhu.... 7ffaa: Rabbuu ittiin isin hin mokkorin..... 7ffaan😁 Share👇 https://t.me/tafak_or
1 4097Loading...
24
5ffaa fi 6ffaan.... 😁
1 1281Loading...
25
#Baatiiwwan_hajjii ” الحج أشهر معلومات.....“ “ Hajjiin baatiiwwan beekkamtuudha......” Baatiiwwan hajjiidhaa sunniin: 1) Shawwaal, 2) Zul-qa'adaa, 3) Kurnyan duraa Zul-Hijjaa irraa.. Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu Rabbiin.... Share👇 https://t.me/tafak_or
1 2862Loading...
26
Eennutu badhaafamuu qaba amma ? 😁
1 3550Loading...
27
Deebiin #Hama/Wal hamachuu ✍ Kan muka Jala ciisu sun sihi ... mukni Marge Kun immoo dalagaa tanteeti... dalagaa ati ifaajjee... keeyrii ati dalagatte. Firii isaa situ nyaachuu qaba ture... garuu toltuu ati dalagatte, warra ati isaan hamataa oolte santu sirraa guurata guyyaa qiyaamaa... ni ifaajja...kan ifaajju ammoo nama biraatiif.... walumaagalatti Suuraan waan hedduu ibsa, Suuraan Kuni Kitaaba guddaadha... hundi keessanuu akka keessanitti argattanii jirtu.... garuu sirritti kan inni ibsu... hama/nama hamachuu ibsa. Family Tafakkur baay'ee galatoomaa... garuu nama tokko qofatu yaada kiyya kanatti dhihaate.... Share👇 https://t.me/tafak_or
1 4275Loading...
28
Hanga ammaa warri yaaltan hunduu baay'ee galatoomaa...deebiin isin yaaltan hedduun sirritti itti qajeela... garuu kan nuti barbaanne deebii qofa osoo hin taane... The best answerdha... Deebiin isaa...... 👇 Obsaan na eegaa... badhaafamtoonnis yoo jiraatan... isiniif himaa
1 2880Loading...
29
Daqiiqaa 30 qofa qabdan... achiin boodatti namni deebise..... sadaqaa jaariyaa siif taati malee... kaardiin Akka nama Udhiyyaa salaata dura qaleeti....
1 3240Loading...
30
Suuraan Kuni maal Ibsa.... nama dursee argate.... kaardii Abbaa 50 badhaasaan...
1 3814Loading...
31
Kan shamaraa akkuma fixeen dhiiratti dabra...... isiniin ooltu isinillee.... 😁
1 2850Loading...
32
Hin_fuudhinaa.....👇 3ffaan: #Hannaanaa, Hannaanaa jechuun tan warra isii malee gadi hin dhaabanne... Tuni dubartii mana ufii hin beekne, dubartii heeruma jechuun mana ishee sirritti qabuu akka tahe isiif hin galleedha. Ganama warra deemtee, guyyaa deemtee... galgala galti. guyyatti yeroo lamaa ol mana maatii ishee deemti. #Hubachiisa: Kana yoo jennu mana maatii hin dhaqinaa osoo hin taane, erga mana maatii keetii baatee... manni kee inni hundeedhaa... Jaarsaa fi ijoollee tantee wajjiin mana keetitti booharuudha. 4ffaa; #Haddaaqaa... Haddaaqaa jechuun: dubartii ija gogeettii jechuudha... dubartii economically lafaan si geettu jechuudha... Akka tasaa waan addaa wahii mana nama biraatti ykn harka dubartoota biraatti yoo agarte... hanga ati waan sana bittutti gadi sin teessiftu. Dubartii waan haaraa argite hundaa nama bichisiiftu... dubartiin akkanaa yoomuu hin quuftu, waan mana namaatti argite hundaa isheedhaaf bituun dirqama..... tanas isin haa baasu... 😁 4ffaa 5ffaan..... uuuuuuuu 😁 Nu haa baraaru.... 👇 https://t.me/tafak_or
1 49511Loading...
33

10Loading...
34
Hin_fuudhunaa.....👇 3ffaan: #Hannaanaa, Hannaanaa jechuun tan warra isii malee gadi hin dhaabanne... Tuni dubartii mana ufii hin beekne, dubartii heeruma jechuun mana ishee sirritti qabuu akka tahe isiif hin galleedha. Ganama warra deemtee, guyyaa deemtee... galgala galti. guyyatti yeroo lamaa ol mana maatii ishee deemti. #Hubachiisa: Kana yoo jennu mana maatii hin dhaqinaa osoo hin taane, erga mana maatii keetii baatee... manni kee inni hundeedhaa... Jaarsaa fi ijoollee tantee wajjiin mana keetitti booharuudha. 4ffaa; #Haddaaqaa... Haddaaqaa jechuun: dubartii ija gogeettii jechuudha... dubartii economically lafaan si geettu jechuudha... Akka tasaa waan addaa wahii mana nama biraatti ykn harka dubartoota biraatti yoo agarte... hanga ati waan sana bittutti gadi sin teessiftu. Dubartii waan haaraa argite hundaa nama bichisiiftu... dubartiin akkanaa yoomuu hin quuftu, waan mana namaatti argite hundaa isheedhaaf bituun dirqama..... tanas isin haa baasu... 😁 4ffaa 5ffaan..... uuuuuuuu 😁 Nu haa baraaru.... 👇 https://t.me/tafak_or
120Loading...
35
1) #Mannaanaa.. Tan Abbaa manaa ishee irratti waan taateefiin uf faarsitu. fkn: Gaafa inni rakkate Ani mallaqa hanganaa liqeesseefii; rakkoo akkanaa keessaa baasee; abbaan kiyya akkas akkas taheefii; warri kiyya waan akkanaa jaarsa kiyyaa godhanii;..... akkasiyyoo tahee .... hii.... kanuma hafarsaa oolti bakka geettetti. 2) #Annaanaa; Tan yeroo maraa dhibee himattu. Tama osoo dhibee hin qabnellee, dhibee ufitti faarsitutu jira. Intaloo mee akkana godhi .. ana mataa na dhukkubaa; garaa na qabee; qaama guutuu na hoo'isaa; na haxaxxeessa..... na bobeessaa .... uuuuuuuuy Dhiiroo kijiba isii irraa kan ka'e .. ni hifattaayyu... garuu bar yeroma si argitu dhubamti malee namoota hafan wajjiin fayyaa qabdi.... 3ffa: #Hannaanaa..... #Itti_fufa...Jalaa share godhaa, bakka takkatti isin maraachitii😁 👇 https://t.me/tafak_or
1 43416Loading...
36
✍ Dubartoota Armaan gadii tanneen hin fuudhinaa... 1) Mannaanaa, 2) Annaanaa, 3) Hannaanaa, 4) Haddaaqaa, 5) Barraaqaa, 6)Shaddaaqaa, 7) Ushbatud-daar jedhaman..... Isiniif galee? haa hiikkamuu ?😁 https://t.me/tafak_or
1 4397Loading...
37
#Deebii 1) Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam Muslimtootaan Hajjii takka qofa hajje, waggaa 10ffaa keessa... hajjiin suni hajjatal wadaa'i/Hajjii dhaamannaa jedhamti. 2) Rasuulli Umraa afur godhàn. isaanis: A) Umraa hudeybiyyaa, waggaa 6ffaaa.. B) Umraa Qadaa'aa, waggaa 7ffaa keessa. C) Umraa ji'iraanaa waggaa 8ffaa fi D) Umraa hajjiin wajjiinii.. Sadan duraa baatii Zul-qa'adaa keessa ture. Hedduun keessan yaaltanii jirtu Share👇 https://t.me/tafak_or
1 70010Loading...
38
#Gaafii... 1) Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) Hajjii meeqa hajjan ? bara kam keessa ? hajjiin Suni maal jedhamti? 2) Rasuulli yeroo meeqa Umraa godhan ? Umraa sana yaamuu dandeessaa ? comment 👇
1 6324Loading...
39
Yoo kana #share gootan waa'ee Udhiyyaas qabxiilee 60 ol barreessee isiniif gadi lakkisa.... Dafaa kaa maatii jaalalaa
1 6983Loading...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Maatiin Tafakkur hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
Показати все...
9👍 6
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun .. Sh/ Xaariq jedhaman.... nama yeroo baay'ee Gaazaadhaaf dubbataa ture... akkasuma du'aa'ii godhaa tureedha. Guyyaa hardhaa tana, bakka ulfaattuu tanatti, guyyaa ulfaataa fi sa'aatii ulfaattu tana keessa gaara Arafaa gubbatti osoo du'aa'ii godhatu gara Rahmata Rabbii godaaneera. Namoonni isa wajjiin turan akka irraa haasahanitti, sheekni Kun dirree Arafaatti imimmaan buusee, hirqifatee warra Gaazaatiif du'aa'ii godhaa tureera... osoo imimmaan suni ija isaarraa hin qoorin gara Rahmata Rabbii godaane. Mashallaah Rabbiin isa milkeessee jira.... carraa kana hunda keenyatu hawwaa ture.... katmiin namaa toluun haala kanaan... Rabbiin isaafis haa araaramu... nullee katmii nu haa tolchu... warra Gaazaafis haa birmatu.... https://t.me/tafak_or
Показати все...
28👍 2
Oolmaa guyyaa hardhaatiin Wal qabatee daqiiqaa muraasa booda na eegaa isiniif katabaa
Показати все...
👍 4 2
Udhiyyaan wal qabatee ergaa ariifachiisaa tana share naaf godhaa....! 1fffaa: Bakka namoonni hedduun walgahanitti gatii Udhiyyaa irraa haasahuun; hiriyyoota kee biratti baasii Udhiyyaadhaan bittee fi qaalayiinsa hoolaa irraa haasahuun jaalatamaa miti .. Ilaa....Ati kan qalaa jirtu Rabbittiin kalaahuuf malee, chirchaaroo gueguruuf miti...! ✍ Haasaa Kee sana Rabbiin ni dhagaha immoo...!, hifachuu fi rifachuun maleetti qalbii qulqulluudhaan Rabbiif dhiheessuu qabda...! ✍ Osoo hoolaa takka keessummaa sitti dhufeef qaluudhaaf bittee, garuu sihii gatii hoolaa Sanaa tasa dhaadhessitu si dhagahee... miira akkamii fi deebii akkamii keessumicha sanarraa argita ?! ولله المثل الأعلى...... 2ffaa: Yeroon Udhiyyaadhaa kalaahuudhaan wal qabatee .. dargaggeesaa fi dargaggeettii islaamaa... walumaagalatti obboleewwan islaamaa gorfachuun barbaada.... Social media gubbatti.... waan Udhiyyaadhaan wal qabatu... wantoota cooraa fakkaatan suuraa fi barreeffama qoosaadhaa... copy godhuus tahee, barreessuu; ykn comment kennuu irraa uf haa qusannuu isiniin jechuu barbaada. Yeroo hedduu hoolaa huqqattuudhaan qoosuu fi kkf hedduun waan post godhamuuf...! Rabbiin qur'aana isaa keessatti akkana nuun jedha: { ذَلِكَ وَمَنْ يُعَظِّمْ شَعَائِرَ اللَّهِ فَإِنَّهَا مِنْ تَقْوَى الْقُلُوب } . Share👇 https://t.me/tafak_or
Показати все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 4🔥 4
#Arafaa.... ✍ Namoota hedduu kan haajaa jajjaba Rabbiin gaafachuu didee, guyyaa Arafaa Rabbiin gaafadha jedhee... guyyaa kanaaf ol kaahate Rabbiin na garsiise... 🤲 “ Arafaa liman arafah” kanaaf jedhama lakkaa.... Arafaan nama itti beekee qofaaf..... kan akka kiyyaaf keetii osoma rafnu nu jala tara..... Rabbiin nu haa milkeessu.... https://t.me/tafak_or
Показати все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

👍 2
✍ Afaaniin duuddee hin taa'inii Tasbiiha godhi.... لا تجلس صامتا 🤐
Subhaanallaah, Allaahu Akbaru, laa ilaaha illalllaahu.... سبحان الله، الله أكبر، لا إله إلا الله
Показати все...
7
Du'aa'ii guyyaa Arafaa... - "رَبَّنَا تَقَبَّلْ مِنَّا إِنَّكَ أَنْتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ" - "رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً ۚ" - "رَبَّنَا آتِنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً وَهَيِّئْ لَنَا مِنْ أَمْرِنَا رَشَدًا" - "رَبِّ اجْعَلْنِي مُقِيمَ الصَّلَاةِ وَمِن ذُرِّيَّتِي ۚ رَبَّنَا وَتَقَبَّلْ دُعَاءِ" - "قَالَ رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي*وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي" - "رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا" - "لَّا إِلَٰهَ إِلَّا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ" - "رَّبِّ أَنزِلْنِي مُنزَلًا مُّبَارَكًا وَأَنتَ خَيْرُ الْمُنزِلِينَ" - "ربنا هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ" - "رَبَّنَا هَبْ لَنَا مِنْ أَزْوَاجِنَا وَذُرِّيَّاتِنَا قُرَّةَ أَعْيُنٍ وَاجْعَلْنَا لِلْمُتَّقِينَ إِمَامًا" https://t.me/tafak_or
Показати все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

11👍 3
Hardhi guyyaan Arafa... اليوم يوم عرفة.. ✍ Waa'ee guyyaa kana soomuu ilaalchisee Rasuulli ( Sallallaahu aleyhi wasallam) akkana jedhan: “ Badii waggaa darbitee fi waggaa dhuftuus akka nurraa harcaasu Rabbiin irratti hirreegadha...” ✍ Guyyaa Arafaa caala, guyyaan Rabbiin gabroottan isaa ibiddarraa baraaru hin jiru, Rabbiin keenna guyyaa Arafaa gadi kalaahee, malaa'ikoota isaatti ittiin uf dhaada jedhan Rasuulli Sallallaahu aleyhi wasallam. وقال ﷺ: (ما مِن يوم أكثر من أن يعتق الله فيه عبداً من النار من يوم عرفة وإنه ليدنو ثم يباهي بهم الملائكة) ✍ Ergamaan Aalmaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) akkana jedhan Irra caaltuun du'aa'ii du'aa'ii guyyaa arafaati. Irra caalaan jechaa kan anii fi Nabiyyoonni anaan duraa fayyadamaa turanis jecha tana: “ Laa ilaaha illalllaahu wahdahuu laa shariika lah, lahul mulku, walahul hamdu, wahuwa alaa kulli shey'in qadiir....” وقال ﷺ:(خير الدعاء دعاء يوم عرفة، وخير ما قلت أنا والنبيّون من قبلي:لا إله إلا الله وحده لا شريك له، له الملك، وله الحمد، وهو على كل شيء قدير )🤍 Uf hin dagatinaa... nullee hin dagatinaa....!! https://t.me/tafak_or
Показати все...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

9🥰 2

8👍 5