Faarfannaa Ortodooksii (ኦርቶዶክስ መዝሙር )
Faarfannaa Ortodooksii sagalee fi bareeffama waliin Diraamota fi Taphoota afuuraa pdfdhaan Barnoota fi kkf.... Channeli kana jalatti ni argattu
Більше- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Триває завантаження даних...
Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. Sinboon Guutamtee F/ttaa D/n Zerufa'eel Bahiruu Simboon guutamte haadha garraamii Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii Deesse nuuf laatte qoricha keenya Isaan raawwatee fayyinni keenya Samiirraa gadi bu'ee yaa dubroo gara keetti Gammachuu kan sitti hime Waaqa bira ergameeti Kuno Ilma ni deessa innis Amaanu'eeli Jedhee si gammachisee ergamaan Gabri'eeli Qoricha lubbuu keenyaa deesse kan nuyif laatte Ilmi Waaqa Iyyesuus dubroo sirraa dhalate Sababa Hewaaniitiin gannatni kan cufame Yaa Maariyaam giifti koo karaa kee nuuf baname Simboodhaan kan guutamte ati ayyaana qabeettii Abdiin keenya siidha yaa dubroo qulqulleettii Karaa kee nuuf argame nyaatni jireenya keenyaa Ilma keetiin arganne nuti hundumtuu naageenya Qulqullummaa keetini ati kan filaatamte Abbaan samiirra taa'ee dubroo kan si jaallate Anis garbittisaati jette akka dubbatte Isatu si filaate kanaaf kan kabajamte #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.…
Faarfannaa Ortodooksii sagalee fi bareeffama waliin Diraamota fi Taphoota afuuraa pdfdhaan Barnoota fi kkf.... Channeli kana jalatti ni argattu
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.