cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Ramadan Official

Àķķá fěêťèțţí jìŕåâćhū ńï đàňđèêtţä gatii hìń qàbùûf malee

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
247
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

#Hibiibii(SAW) Salawaata Nabiyyii keenyarratti buusuun wantoota armaan gadiitiif furmaata nuuf ta'a, isaanis: ✔ Du'aa'iin teenya awwaatamuuf. ✔ Badii teenya Rabbiin nuuf araaramuuf. ✔ Waa nu yaachisaa hunda akka Rabbiin nuuf gahuuf. ✔ Guyyaa qiyaamaa Rabbii keenyatti dhihaachuuf sababa nuuf taha. #Ibnul_Qayyim irraa صلوا على حبيب الله! صلى الله عليه وسلم Join👇 @Ramadanofficial
Показати все...
المُنافسة الحقيقية دائماً ما تكون بين ما تقوم بعمله وما أنت قادر على عمله، إنك تقيس نفسك مع نفسك وليس مع أي شخص آخر.💪🏾 Real competition is always between what you do and what you are able to work, you're restricting yourself with yourself, not with anyone else. Join👇 @Ramadanofficial
Показати все...
#Qur’aana Muslimtoonni asiin duraa bahaa fi seensa addunyaa kanaa kan moohaa turaniin Qur’aana kanaan ture, nutis osoo #Qur’aana kana jala deemnee silaa addunyaa tana guutuu moo'achuu ni dandeenya. Join👇 @Ramadanofficial
Показати все...
Namni tokko nama guddaa dha kan jedhamu guddina qaamaatiin osoo hin taane bilchina sammuutiini. Hedduu namaattuu jira kaan qaamni guddaa sammuudhaan xiqqaa, akkasuma kan qaamni xiqqaa sammuudhaan guddaa. Ati nama sammuudhaan guddaa kan fageessee yaadu kan bilchina qabu tahi. @Ramadanofficial
Показати все...
Namni rakkina hundumaa injifatee dhalate hin jiru hundumtuu rakkina isa quunnamu injifachuuf dhalate, 🌹🌹🌹 Join👇 @Ramadanofficial
Показати все...
Karaalee Milkaa'inaa (Ways of Success) ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Ofitti amanamummaa! ➋. Kaayyoo qabaachuu! ➌. Fuulduratti tarkaanfachuu! ➍. Tarkaanfii fudhachuu! ➎. Namoota biroo jajjabeessuu! ➏. Itti gaafatamummaa fudhachuu! ➐. Hojiitti amanuu! ➑. Obsa qabaachuu! ➒. Yeroo ofiitti fayyadamuu! ➓. Haala rakkisaa mijeessuu! sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @Ramadan @Ramadan 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Показати все...
Seenaa_Ajaa'ibaa #Rabbiin_waan_sii_kenne_tokk_yoo_ati_seeraan_itti_hin_fayyadamin_sirraa_fudhachuun_isaa_hin_oolu. ➫ Intalli takka guyyaa tokko namticha dureessa tokkotti jeerumte, namtichi kun suuqii guddaa tokko kan uffata adda addaa keessatti gurguru wahii qaba. Garuu waan nama ajaa'ibaa namtichi kun dureessa #dondhummaan beekkame. Abbaan qabeenyaa kuni guyyaa tokko lukkuu wahii bitee haadha warraatiin akkana jedheen: " mee lukkuu tana galii Irbaataaf nuu qopheessi..!" Jedheen. Haati warraas ajaja abbaa warraa fudhachuun galtee Irbaata qopheessite, galgala osoo isaan Irbaata nyaataa jiranuu, akka tasaa namni wahii dhufee balabala isaanitti dhadhahe. Achumaan #Abbaanqabeenyaa kuni ka'ee balbala yeroo banu, namticha hiyyeessa wahii kan beelli laaffisee kufuuf ta'u tokko balbalarra dhaabatee nyaata isaanirra barbaadu arge.... Itti fufa... Join👇 @Ramadanofficial
Показати все...
Seeqadhu mee!!! Namchitti tokko osoo kotorobaandii 📱moobaayilii konkolaataa guutee fe'ee utuu galchuu qabamee. Yoo maal jedhe gaariidha? . . . . Bilbiloota ollaa kootii chaarjii gochuu sudaanitti geesseeti.😂😂🙈 👍like tuquu hin dagatin Hiriyootakee 3f share godhi! ┄┄┉┉✽̶»̶̥🌺✿»🌺̶̥✽̶┉┉┄┄ 💫JOIN @Ramadanofficial 🔥JOIN @Ramadanofficial ┄┄┉┉✽̶»̶̥🌺✿»🌺̶̥✽̶┉┉┄┄
Показати все...
Nama Hin dogongorre ta'uuf hin yaalin Kun waan hin danda'amneedha. Haa ta'uu malee Nama Dogongora isaa irraa baratu ta'i. Kun Waan guddaadha Waan Ta'eef. @Ramadan
Показати все...
Ajaa'iba hardha mootummaan faraansay Emanuel Makroon osoo Ummataa Dubbisuutti Jiranii Kabalaman @Ramadan
Показати все...
9.69 KB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.