cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dr heeraan

Telegraama kana irra barnoota garagaraa argatu wa'ee fayya irratti john share godha

Більше
Рекламні дописи
1 677
Підписники
+324 години
+27 днів
+1830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Namoonni hanga amma app tap tap kun akkasuma kanneen biraa akka ko soba jecha turtan ofii keenyaaf sobama jirra waan ta'eef fayyadamaan isiniin jedha Inni dhugaa tokko kanaadha Link kanaan seena https://t.me/hamster_kombat_Bot/start?startapp=kentId951538045
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

3
Tap tap kunis kafaluuf jedha hamma humna keessanii irra fayyadama https://t.me/hamster_koMbat_bot/start?startapp=kentId951538045
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

2
Baga nagaan gara dhaabbata keenya dhuftan  Dhabbanni keenya taajaajila biyyoota alaafi akkasuma biyya keessatti namoota hojii barbaadanii fi namoota hojjataa barbaadan walitti finnee hojii dhabaa biyya keenya keessatti bayyataa jiruu hirisuudha Gaaffi ummataa kana godhuuf maal nu barbaachisa? 1ffaa biyya deemuuf barbaadu 2ffaa maqaa keessan guutu 3 lakkoofsa bilbilaa 4 warqaa enyummaa yok pasaport Hubachisa namoonni pasport hin qabnees hatatamaan baafanaaf Pasaport yoo qabaatu baattan galmooftanii waraqaa dhaloota erguu dandeessu Kafaltii galmee Biyya keessatti yoo qacaramuu barbaadan qarshii 3000 Biyya alaa biyya barbaadan yoo ta'e 5000 Hubachiisa qarshiin isiin kafaluu qabdan erga biyya deemtaniif dhaqtanii mindaa ji'a keessan irra 100%20 kafaltu Bakka barbaadan teessani galma'u dandeessa guyyaa isiin barbaachise isiin waamu galatooma #globalresources1 irraa
Показати все...
👍 13 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Position wal quunnamtii Saa*laatiif gammachiisoo ta'an. ••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Wal quunnamtiin saal*aa(S£X) dhiiraa fi dubara gidduutti gaggeeffamu akkuma ibidda qabateeti. Yoo wal hin gargaarre, yoo wal faana hin dhaamsine, walitti qabee walitti dhufeenya namaa bobeessee daaraa godhee balleessuu danda'a. Akkaataa ciisicha garaa garaa jijjiiranii wal raawwachuun madda gammachuutiif, miiraa walii eeguuf, jaalala jabeessu fi bultii miidhagsuuf baay'ee barbaachisaadha. @drheeraan1
Показати все...
👍 8 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Qaamni saa-laa dhiira hundumaa bocaan tokko miti. Kaan yeroo ka’u diriiraa yoo tahu kaan gara bitaa,mirgaa,gadi ykn olitti xiqqoo ni jal’ata. Dhiironni hedduun kana ofirratti arganii yeroo dhiphataniif ofitti amanamummaa dhaban ni argina. Yeroo tokko tokko sababa dhibeewwan keessoo maashaa qaama saal-aa dhiiraa madaa’uu irraan kan ka’e (peyronies disease)qaamni saal-aa dhiiraa akka jal’atu gochuu danda’a. Kanaaf dhiironni qaamni saa-laa keessan jal’aa tahe yoo yeroo saal-qunnamtii ykn yeroo qaamni saalaa keessan ka’u qaama saal-aa keessan isin dhukkuba yoo tahe mana yaalaa deemuun filatamaadha Yeroo tokko darbee darbee qaamni saal-aa dhiiraa uumamaan garmalee jal’aa tahe akkasumas yeroo kahu baay’ee dhukkubu dhiirota muraasa irratti ni mul’ata. Rakkoon kun yaalii baqaqsanii yaaluun kan yaalamu taha. Fayyaa hin dhabinaa! Share wallif godha telegraama ko kanas john godha @drheeraan
Показати все...
👍 7 5
Hordoftoota ko namoonni kennaa gara garaan saport na gochuuf fedha qabadan link kanaan seena hamma barbaadaniin saport na godha https://t.me/boost/drheeraan1
Показати все...
Dr heeraan

Boost this channel to help it unlock additional features.

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Walqunnamtii saalaa daqiiqaa hammamiif irraa turuu qabna? Deebii gabaabaa: Atii fi haati mana kee hammam akka dheeratu barbaaddan??? Garuu qorannoon saayinsii dhimma kana irratti gaggeeffame daqiiqaa 3 hanga 13 gidduutti akka ta'u agarsiisa. Akka Armaan gaditti qoodne ilaalla dandeenya. 1). Daqiiqaa 1–2 “baay’ee gabaabaa” jedhamee kan murtaa’e yoo ta’u,  2). Daqiiqaa 10–30 ammoo “baay’ee dheeraa” jedhamee fudhatame. 3). Gama biraatiin, Daqiiqaa 3–7 “gahaa” jedhamee, 4). Daqiiqaa 7–13 ammoo “kan barbaadamu” jedhamee madaalame. Garuu giddu galeessaan walqunnamtii saalaa qaama saalaatiin daqiiqaa 3-7 ture, Kanaafu ani hin dandanne jette ofii hin cinqiin/ dhipisiin. Hiriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne @drheeraan1
Показати все...
😱 7👍 6 2
Показати все...
andualem gosa Artist caalaa dagaffaa Artist Gadaa hamdaa leencoo guddina dhaamsa isaanii

Repost from Dnkisa dabalaa
Link kanaan seena subatibe godhaaf https://youtu.be/c-zJle-YqqQ l
Показати все...
andualem gosa music comng soon yaada Artistoota Oromoo

#new

1
Repost from Dnkisa dabalaa
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Harka fuune akkam jirtan ilmaan oromo adunyaa mara irratti argamtan ani naga galata Rabbi arra oduu gammachiisa tokkoon isiniif qabadhee dhufe oduun app tiktok garaa garummaa tokkoo hin qabne kan video ilaalu qofaan qarshii namaaf kafaluudha dhugaa Rabbi waanan ofii kootii arge itti amaneedha Akkuma beekkamu media kana irratti sobaan waan akkana waan akkasi jedhanii kan olii gad nama ofan nan arga garuu anii kana waanan itti amanee fin isiniif fidee dhufe irra fayyadama jedhe kanaaf sobaaf dhugaa ta'uu isaas ilaala dhiisa yoo soba ta'e namnni keenya beekta waan ta'e sobaan arge hunda sobaan amana waan ta'eefi Kanaaf carra akkana kanaas waliif qooduun keenya dirqama share godha hiriyoota keessaniif Link asii gadii kanaan buufadha https://getlee.co/r/0a65c1419f
Показати все...
👍 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.