cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SAGLII SHOW

YOUR LINK TO CHINA AND THE WORLD! We provide the latest news from all over Africa. Whether you need to keep up with emerging issues in politics, business and sports, as well as insights on African entertainment, lifestyle or technology news, we have got

Більше
Рекламні дописи
12 970
Підписники
+524 години
+867 днів
+49530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
‘Misaayelli diroonichi baatee kufe tokkoon isaa yoo xiqqaate birrii miiliyoona 3.5 baasa’ Tibba kana suur-sagaleen diroonii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaa irratti qoodamaa jira. BBCn ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxaluun yeroo dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubachuu ibseera. Dhabbanni ittisaa Sibylline jedhamuu dirooniin kufee caccabe ''Baayiraaktaar TB2 kan Raayya Ittisa Biyyaa Itoophiyaa ta'uun mirkanadha'' jedhe. Ogeessii dhaabbatichaa BBC'tti dubbate, ''dagalee diroonichaarra barreeffamni Propeller jedhu ni mul'ata sun Diroonii Tarkii ta'uuf agarsiistuudha,'' jedhe. Gatiin diroonii tokko doolaara miiliyoona 5-6 gidduu akka ta'u, akkasumas misaayelli diroonichi baatee kufe tokkoon isaa yoo xiqqaate birrii miiliyoona 3.5 akka ta’u ogeeyyiin himaniiru.
Показати все...
👏 13👍 6 2
05:06
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Ajaja Poolisii ilmaan oromoo lafa irraa duguugaa ture WBO baleessina jedhe MAKKALAKIYAA daandii agarsiisaa kan turee WBO Zoonii Kaabaan booji'ame
Показати все...
👍 12 8
00:41
Відео недоступнеДивитись в Telegram
WBO kan sadarkaa kanaan gahe uummata oromooti
Показати все...
77👍 15👏 13
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Dirooniin ABIY Qe'ee oromoo gubuu dhaqxee Godina Horroo guduruu wallaggaa aanaa Abee Dongoroo ganda CAANCOO jedhamutti kuftee caccabdee jirti Ooruu Qonnaa keessaatti
Показати все...
👍 105 29🤩 2
DAWWATOOTA SAGLII Rakkoo fayyaa xiqqoo namudateef Odeessaa Oolmaa guyyaa guyyaan isin biraan geenyuu guyyoota sadii darbee dhiyeessuuf hindandeenye Yoo rabbii jedhe yeroo dhiyootti Walitti deebina (BEENYAA GAMMADAA) Namoonni isatti Baddee jettaani kaneen nu gaafacha turtan hundii keessaan Galatooma
Показати все...
👍 82 35
hogana waraanaa fi tika mootummaa finfinnee irraa ka'e wallaga lixaa Mandii bakka Beenguwaa jedhamu deemuun Dafqee bulaa hojii humna [qansiraa] barbaadu fakkaachun ganda baadiyyatti galuun haleellaa diroonii fi haala mijaasaa kan ture fi sochii WBO hordofee gabaasaa mootumaa dhuyeessaa kan ture maqaan isaa ajaja gaantaa KUUSAA MALLASEE GIBEE jedhamu WBOn toowatamee jira
Показати все...
👍 60 19🥰 1
Показати все...
Gabaasaa BBC Afaan oromoo bu'a BUNAA & Shayii faayidaa fi miidhaa isaa

5👍 3
Показати все...

👍 20
Показати все...

👍 24 5
Показати все...
Marii Hayyoota oromoo HAROMSA GADAA JAARRAA 21ffaa dhaha urjii sagantaa barnoota

👍 30