cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Kolfaa fi Beekumsa™

Kaayyoon koo mukii keessaa si baasudha. Umurii dheeraa jiraachuuf na filadhu. Hiriyaa kee sanaafis share godhi. GALATOOMI. @eliaszgreat @kolfaabot

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
168
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Jaalalleewwan tokkootu qarqara galaanaa jiraachaa turan. Kana abbaan manaa ishee kun galgala bakka turu turee gafa manatti galuuf balbala rukutu akkana jettiin: #Jaartii:" deem bakkuma irraa dhuftetti deebi'i sa'atii kanaan an balbala sirraa hin banu jatteen. #Jaarsa : Balbala narraa bani ykn galaana kana keessattiin of darba malee." Jedhe ishee sodaachisuuf #Jaartii:"maal narakkiseree dantaa keetii,"jatteen. Inniis dhagaa guddaa fuudheetuma bishaan mana isaa biraa kana keessati 'dip' godhe. Hoggaa kana rifattee naduraa kute jettee qullaa sireerraa kaatee paantii qofaan alatti gadi baate bishaan keessa laaluu jalqabde. Inni ammoo mana jalatti dhokatee waan jiruuf manatti ol lixee balbala danqaraa hoodho jedheen. Isheeniis amma narraa bani jetteen Inniis hin banu jennaaniin "nan iyya malee bani" jetten isheeniis Maal narakkise ree yoo iyyite malee sirra hin banu jedheen inniis. Maaliif hoggaa isheen jettuun inniis yoo maal jedhe wayya. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Halkan kanaan qullaa paantii qofaan eessaa akka dhefte ollaan naaf haa barukaa. Hin jedhu seetanii Dubbiftee fixxeemii 👍👍xuqii darbi @haceekof
Показати все...
Kunis Gorsa Waa 3 Jabeeffadhu 1. Amantaa kee 2. Haadha fi Abbaa kee 3. Hadha warra ykn Abbaa warraa kee Waa 3 akka si hin qabne eeggadhu 1. Koronaa 2. Jaalala Sobaa 3. Elektirikii Waa 3 Ijaan hin Laalin 1. Aduu 2. Dubartii Ajnabaa 3. TV Qaanaa Waa 3 Hin dhageeffatin 1. Nama Kijibaa 2. OBN 3. Sirba Teedii Yoo Sitti Tole ❤️ Gaafi ykn Yaadaf ✍ Yoo isni Aarse 💔
Показати все...
Abbee fi kabbee 😂😂😂😂😂🤣🤣 Abbee:Kabbe hoolaa keenyaa argiteettaa Kabbee:Hoolattiin ishe diimtuudhaa? Abbee: Eeyee Kabbee:ilmoo lama qabdii? Kabbee:Eeyee Kabbee:Dabbasooftuudhaa? Abbee:Eeyee Kabbee:Hin argine😀😁🤣😁😂😁😁😂😂🤣🤣🤣🤣🤣😂🤣😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 👇👇👇👇👇 JION&SHEARE @haceekof
Показати все...
😂 @Samiioffical 🤣 Guyyaa hardha nadabaraa jira Calliseen ... gara waajjira poolisiitti bilbila📞 Poolisii...heloo kun waajjira poolisii magaalaati ...maal siin gargaaru Ana...adaraa keessan naaf birmadhaa namoonni kuma 6 ta'an na hordofaa jiru Poolisii... iddoo kam jirta?Eessa si hordofa Jiru? Ana..."Telegram" irratti na hordofu😛🤣😛😛😛 @haceekof
Показати все...
#ilma Nama Gaafatee narraa dhabne Hundumaa fedha saa Maaf naaf hingalee Ammayuu sookoon saa Leenca koo nan jedha Goota na taasisaa Garaa isaalee beeku Gaarummaan hasaasaa ~ Farda kooti jedhe Fardas na godhate adeemsa galmasaaf Ana kadhimatee ~ harree kootis jedhu Harreen isaaf ta'ee Balfaaf horfa isaa Baachutan gad-taa'ee ~ amma sodaadheeraa Na jeennan attii hoolaa Ayyaanasaa gahee moo Qalmaaf na kajeelaa ......✍aroo
Показати все...
14.Nama tokko osoo jaalatanii guyyoota sadii caalaa itti mufatanii turuun hindanda'amu.Yoo ati yookin namni ati jaalattu tokko guyyoota sadii caalaa mufatee ture jaalalti dhumatte jechuudha. 15.Dhungoon umurii dheeressa . Saayinsiin namni haadha/abbaa -manaa isaa/ishee ganamuu dhungatu/ttu umurii waggoota 5 dabalataa jiraachuu akka danda'u/dandeesu mirkaneessitee jirti. 16.Nyaanni yeroo namni biraa qopheesse namatti mi'aawa. 17.Sooshaal miidiyaan saaykoolojiidhaan akka suusii nama qabsiisutti qophaa'a. 18.Aangoon akka namni waa'ee nama biraa dhimma hin qabaanne nama taasisa. 19. Nama hargansuun isaa jeeqame tokko itti dhiyaattee sagalee olfuudhuudhaan hargantee hargansuu isaa sirreessuu ni dandeessa. Kana jechuun nama tokko itti dhiyaattee hargansuu isaa to'achuu nidandeessa jechuudha. 20.Jaalalleenkee/tee yoo yeroo ati miidhamtu yookin dhukkubdu siwaliin boo'e/boosse , gonkumaa sidhiisee hin deemu/deemtu. Itti fufa...🔑🔑🔑🔑🔑🔑🔑 @haceekof
Показати все...
Oduu amma nu ga'een Dr Abiy Lukkuulee sababa ayyanaaf qe'ee isaanii irraa buqqa'an daawwatan @haceekof
Показати все...
#Kutaa_12ffaa Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa onkololessa gara walakkaa akka kennamu eejensiin madallii barnootaa fi qorumsaa biyyaalessaa beeksise. Daayirektarri dhimma sab-qunnamtii hawaasaa obbo Reedii Shifaa guyyaan qormaataa akka hin dheereffamnes himanii jiru. Barattoota naannoo Tigraay osoo hin dabalatin barattoota kuma 620tu qorama jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 T.me/ABDII_SABAA T.me/ABDII_SABAA 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/channel/UCYQjkhE2BbOiAG3vjMcjuqg https://www.youtube.com/channel/UCYQjkhE2BbOiAG3vjMcjuqg 📚KITAABA BARATAA📚 https://t.me/joinchat/oe6pQ99DIjs1OTBk https://t.me/joinchat/oe6pQ99DIjs1OTBk 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot
Показати все...
ABDII SABAA

Chaanalli kun ijoollee keenya sababa dhiibbaa garaagaraa biyya keessa jiruuf barnoota isaanii haalan barachuuhin dandeenyeefi miidhaa garaagaraatiin fiixaan bahiinsa dhabaniif gargaarsa ta'a jedhamee kan banameedha.yaadaaf @yaadaafqeeqabot @WALGAII

atileet qananiisaa baqqalaan hattuu manasaatii argee osoo duuka fiiguu . . . . . . . Yeroo bira gahu dorgommiidha se'eet bira darbee sadarkaa 1ffan xummure 😄😁😁😁 @haceekof
Показати все...
Mucaa Inni Finfinnee Waggaa Sadi jiraate sun gaafa abbaan isaa du'e yommuu boo'u . . . . . . . Ere abbaayyee in dabbara Ere abbaayyee in dabbara. Maaligaa kolfanii dhiisuun share gochuudha malee. @Haceekof
Показати все...