cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Cifa's Poems

well come 2 my ✍️✍️✍️ Here u gt my poems,, join it🙏 .:-Any comm,sugg 👇👇 @hopefullllllllllllllllll

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
209
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Jireenyi carraa moo filannoo dha?Anonymous voting
  • Carraa dha
  • Filannoo dha
0 votes
Video_20220702011711817_by_Viddo.mp419.60 MB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
TAAJJABBII😒 Namnis gosa lama😏 Gaafa dhabasaatii Yeroo harka duwwaa Yeroo guutuun dhumee Keessaaf alaan qullaa... Gaafa itti bareedee Mullachuu jalqabu Gaaffiif rakkinasaa Of cinaatii dhabu Gaafa lafa yaade Hundumaa qaqqabu.. Gaafa qofummaasaa..😢 Baadhatu ba'aasaa Gaafa dukkanaa'ee Dheeratu karaansaa... Gaafammoo ta'eefii Jireenyi mijatu😊 Gaafa hedduu gammadee Gaddasaa dagatu.... Lafa keessa dhufe Maaliif hin yaadatu??? Galatakee jedhee Maaf galata hin galchu🤲 Akkuma kaleessaa Maaf nama hin kabaju🤷‍♀ Maaltu amala haaraa Calaqqisuu fide...?💁‍♀ Nan taajjabe dhugaa Yeroon taa'ee ilaalu..... Namni gaafa dhabeef Gaafa isaaf guutu Waliyyuu hin madaalu....🤦‍♀
Показати все...
poem by sifo.aac2.36 MB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Фото недоступнеДивитись в Telegram
....Ati yoomuu GAARII dha..... An hin barreem gaafas akka anaaf yaaddu Waan gaariis nacaalaa akka naaf barbaaddu... Hin fakkaatu tureem Tasuma waan gaarii Garuu waan hubadhe Yaadi inni kankeettii Namarraa gargari😍 ................. Yaada kiyya dhiiseen Yaadakeef bitama Karaakoo hambiseen Karaakeerradeema Waan jireenyaaf ta'u Soora har'aaf borii Anaaf situ qaba Yoomuu wanta gaarii.... Akan si hubadhuuf Maaloo na gargaari🙏😊😊😊
Показати все...
01:39
Відео недоступнеДивитись в Telegram
4.25 MB
01:50
Відео недоступнеДивитись в Telegram
21.50 MB
INTALA MOOTII mucaa ta'uu Sanaayyuu kan mootii Bulchiinsi abbaakoo Hundinus kankooti Kan naaf raawwatamu Akkuman jedhetti..😌 Mootiidha abbaankoo Kan yaade raawwata Mucaasaa ergan ta'ee Maaltu natti hir'ata😴 Homaa yaaddoo hn qabu Waanan fedhe hin dhabu Inni qooda kooti Ani intala mootii Qabeenyaan abbaakoo Hundisaa kankooti Yeroo kana yaaddu Lubbuunkoo hin boqotti😌😍
Показати все...
Yaadi keenya jireenya keenya irratti dhiibbaa hammamii akka geessisu utuu barree, yaada hamaa hin yaadnu ture. 😒 Akkasumas wanti nun dubbannu hammam akka nurratti ija godhatu utuu barree waan hamaa ofirratti hin yaadnu ture. 👉akka qoosaattillee ofirratti waan hamaa dubbachuu hin qabnu. Seexanni yeroo baay'ee wantuma nun dubbanneen jireenya keenya kiyyeessa. Yaada hamaa ofiif godhannee yeroo ofirratti dubbannu akkuma wanta gaarii nun haasofnu Waaqayyo nuuf gochuuf dhimmu, dubbii hamaa nun ofirratti raajnu ammoo seexanni nurratti raawwachuuf dhimma... .... Jechoota Seexanni nuun jechuu barbaadu ofiin ofirratti jechuu hin qabnu...fknf (ani nama hin ta'u, anaaf naan milkaa'u, ofumaan dadhaba malee...kkf) Jennee ofitti himuu hin qabnu. 👉Kanaafuu waan hamaa ofirratti yaaduuf dubbachuurraa of haa qusannu. Yooma argaa hin jirru ta'eyyuu waan gaarii ofirratti haa raajnu. By-Sif (stay blessed)
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.