cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

AL-RISALA HUMANITY CENTER

#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER, 1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu 2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu 3- #Seenaa babbareedaa 4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

Більше
Рекламні дописи
2 798
Підписники
+224 години
+137 днів
+4630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
*_*بشرى سارة لطلاب وطالبات العلم الشرعي عموما ولأهل مدينة روبى خصوصا** تعلن المدرسة السلفية عن بدإ تسجيل الطلاب الراغبين للالتحاق بكلية الإمام النووي وذلك ابتداء من يوم الإثنين ٢ محرم ١٤٤٦ للهجرة الموافق ٨/٧/٢٠٢٤ م  ١/١١/٢٠١٦ بالتوقيت المحلي وفي نفس التوقيت يبدأ التسجيل في مركز تحفيظ القران الكريم للدفعة الثانية اقروا الشروط عن الصفحة التالية. للإستفسار ٠٩٠٢٤٤٨٧٨٥ ٠٩٦٨٧٠٩١٤٩ ٠٩٣٥١٩٧٣٢٦
Показати все...
*_*بشرى سارة لطلاب وطالبات العلم الشرعي عموما ولأهل مدينة روبى خصوصا** تعلن المدرسة السلفية عن بدإ تسجيل الطلاب الراغبين للالتحاق بكلية الإمام النووي وذلك ابتداء من يوم الإثنين ٢ محرم ١٤٤٦ للهجرة الموافق ٨/٧/٢٠٢٤ م ١/١١/٢٠١٦ بالتوقيت المحلي وفي نفس التوقيت يبدأ التسجيل في مركز تحفيظ القران الكريم للدفعة الثانية اقروا الشروط عن الصفحة التالية. للإستفسار ٠٩٠٢٤٤٨٧٨٥ ٠٩٦٨٧٠٩١٤٩ ٠٩٣٥١٩٧٣٢٦
Показати все...
الجامعة الإسلامية بمينيسوتا فرع إثيوبيا *إعلان مهم* تعلن الجامعة الإسلامية بمينيسوتا فرع إثيوبيا بفتح باب القبول والتسجيل للدفعة السادسة (الفصل الدراسي الأول لعام 1446/ 2024) ويستمر التسجيل لعشرة أيام من بداية التسجيل. *بداية التسجيل:* 14 ذو الحجة 1445 الموافق 20 - 6- 2024 *التخصصات للبكلاريوس والماجستير والدبلوم:* القرآن وعلومه الدرسات الإسلامية الشريعة والقانون الفقه وأصوله اللغة العربية وآدابها الإعلام الإقتصاد وإداراة الأعمال *التخصصات للدكتوراة:* 1. القرآن الكريم وعلومه(التفسير وعلوم القرآن ) 2.السنة وعلومها 2.الدراسات الإسلامية باللغة العربية 3.الدراسات الإسلامية باللغة الإنغليزية 4.العقيدة والمذاهب المعاصرة 5.الفقه وأصوله 6. اللغة العربية وآدابها 7.الإعلام والعلاقات العامة 8. الإدارة 9.الإقتصاد الإسلامي 10. التاريخ والحضارة الإسلامية وغيرها من التخصصات المهمة. *ملحوظة*: في مرحلة الدكتوراة ليس لدينا مسار المقررات (المواد) الا الرسالة (البحث فقط). لإجراءات التسجيل يرجى التواصل على الأرقام التالية: المسجل: +251905465555 السيكريتر +251905475555 تابعونا على قنواتنا واتساب https://chat.whatsapp.com/LlwPWXWszdI6Tje2qbfL0j تيليغرام https://t.me/ium_et فيسبوك https://www.facebook.com/profile.php?id=100093535593261&mibextid=ZbWKwL
Показати все...
الجامعة الإسلامية بمينيسوتا فرع إثيوبيا مجتمع جديد

WhatsApp Group Invite

👍 1
Halaala hojjataa jiraachuu kee laali malee,galiin kee hanga fedhe yoo xinnaate,Rabbitu barakaa keessa sii kaahaa hubadhu. Eeeee Hanga sirraa barbaadamu hojjachuu keetiifi hujii xurii hin qabne hojjachuu kee hubadhu malee,kan walitti sii qabu Rabbii beeki,hujii gadi jedhii hojjadhu,deega balaaleffadhu,kan sanirraa hafeef immoo Rabbirratti erkadhu. Jaaloo Biyya hiyyeettii keessatti durummaan faayaa beeki, maa hojjachuu dhabde jechuu irraa,eessaa fuute jechutu irra itti dhihaataa beeki,kan harki muduudaa kan taa’ee gaafa namni waa argate sakaaluuf karaa irra jirutu jiraa,hujii kee waa hundarraa qulqulleeffataa deemi. Obbolaa Rakkoo biyyaa,rakkoo kee hin godhinii dhiisi,biyya osoo bishaan lafa jalaa itti burqee mana jalaa gonbisu namni biratti dheebuun du’u keessa jirtaa beeki,biyya bishaan lagaa kumaatamaan keessa yaa’u,kan ufii beelaan dhukkeen irraa kaatu keessa jirtaa xiinxalli, rakkoo biyyi furachuu qabdu rakkoo dhuunfaa keetii gootee mataa kee hin garagalchinii dhiisii,gahee kee qofa bahi. Namana Hiyyeessa sammuu qurcuu tahuu irra,sosochootee gahee kee bahuu wayyaa socho’i,bishaan lafaatuu yoo bakka tokko taa’e hafuura godhataa gulufuu dadhabdu akkaabi,akkaabbii dadhabdu sosocho’i, hanga biyyi tee meeshaa dhiistee nama kabajuu jalqabdutti eeguuf harka marattee hin taa’inii,hujii kee humna qabdu hundaan hojjadhuu sammuu kee gabrummaa namaa jalaa bilisa baasi. Hey Dureessi hiyyeessa sagal keessatti gale kurnaffoon isa tahaa uf eegi,hiyyeessi dureessa kudhan keessatti gales,kurnaffo isa tahaa hubadhu,kanaafuu oolmaa kee filadhu,siyaasni nama isaan malu qabaa,siyaasa diinagdee kan namuu sirraa bakka bu’ee durummaa sii hin fidne sana,atumti oofadhu. Ekaa Hatuu,kijibuu,butuu,cubbuun walitti funaanuun,ija duniyaa teetii keessaa balleessaa,duniyaa karaa Rabbiin haraama godheen irraan argamturraa uf qusadhu,haqa hojjannaan,dhugaa dubbannaan barakattee beeki,ija bishaanii dhuguufi qarruu qabanii dhuguunuu ifaajeen isaa wal-addaa,mi’aan isiitis akkasii hubadhu. Yes Waan sababa sitti hin taane hin sababatinii dhiisi,biyyi badde jechuu dhiisii,akka wajji baddee dhukkeen sirraa hin kaane,akka hiyyummaan daaraa gootee galaa biyyee si hin taasisne,osoo durfamtee deegaan hingalaafatamne,hiyyummaa tee hujiidhaan ufirraa galaafadhu.
Показати все...
👍 3
➖Ati Nama Hedduu Caaltaa Bar ❤️EE Simaan jedhaa jira 🔹Maqaa kee itti Barreeffadhu ______________________ ➖Har'a mee dandeettii kee ka namni si jalaa dhoksee sitti himuu didee si haa barsiisu . ➖Of ilaali mee Sammuun Ta Ajaa'ibaati ➖Dandeettii waan Qabachuu ➖Bal'iftee Yaaduu ➖Ful dura keetiif Bakka Kennuu ➖Bilchina Yaadaa ➖Kabaja Ati Namaaf Qabdu ➖Jaalala Kee Hiriyyoota waliin ➖Cimina kee Qulqullummaa keessaa keetii ➖Waan Baayyeen Faayamtee jirta . ➖Wanni Kamuu sirraa Bareeda ➖Ati Dhugumatti Nama Addaati ➖hiriyyoonni kee Waa'ee keetii osoo ittin yaadin si dhoksan . ➖Amala fi Hiriyyummaa Atis isaan waliin qabdu osoo sii ibsanii jechoota baay'ee Hamilee sitti horaniin si ibsuu danda'an . ➖Namni biroo kana hin qabu bar .... ➖hiriyyooni Hedduun Bu'aaf wal jala Fiigan 🔸Ati immoo Keessi kee Hundaafuu Qulqulluudha . 🔸Kanaaf ofiif Bakka Kennuu Qabda ... Jechootaaf Gochoonni Hedduun si miidhuu danda'an . 🔸Namni Hedduun Gubbaa kee ilaalee yaada sitti Baduu Danda'a . 🔸Uffata kee , Rifeensa kee , Sochii kee laalee Namni waa jedha . 🔸Nana kamuu hin komatin .. isaan waan Mul'atuun si madaalanii . 🔸Gaarummaa kee , Tolinna kee , Amala kee san situ Mul'isuu Qaba . 🔸Boru immoo Deebi'anii Akkana sin seene Dhiifama sin Jedhu . 🔸Rakkoon qabu Dhiifama Godhiif ... Waan HAfetu Caala jedhiin . ◾️Biliclicii Namni gubbaa laalee ittiin si Madaalus Eeggachuu qabda . ◾️Akka cabanitti waan Hokkolaniif Hokkoliif . ◾️Dibadhuuf , Uffadhuuf , isaanii jedhi Bareedii Deemi ◾️Guyyaa Mucaa Fuudhaa itti Fakkaadhu ◾️Gaafas immoo dhufanii Maal Har'a immoo sagantaa Wahii Qabdaa siin ♦️jechuun isaanii hin Hafu . ♦️Ee Keenna Guyyaan Guutuu sagantaa jedhiin . ♦️Guyyaan Hunduu Cidha Jedhiin . ♦️Hadaraa ija Namaa Duratti Osoo qabdu xiqqaattee hin Mul'atin . ♦️Gorsa Guddaa ilmi Namaa Na Gorse si Gorsa . 🔺Akkana Naan Jedhan 🟦Namaaf Yoomuu Gadin Jedhin . 🟦Nama Duratti Xiqqaattee itti Hajamtee hin Mul'atin . 🟧Anis Kanuma Si Gorsa 🔻Jecha Koo Gorsa Kanaan Haa Goolabu 🔸itti Yaadaa Dubbisi 🔸هذه الحياة مليئة بالأمور التي ضدنا فلا تكن أنت ضد نفسك . 🎴Addunyaan Tun Wantoota Hedduu Faallaa Keenna Hedduun Guutamte . Atis Faallaa Lubbuu keetii hin Ta'in . ➖Lubbuu Kee jechoota gaggaariidhaan Of Waami . 🎈Hamilee abdii Gaarii OfittinHori ☺️Ani Dadhabaadha 😞Ani Laafaadha Kophaan jira 😐Carraan Kiyya Dhumate Jettee jechoota Abdii Si Kutachiisan ofirratti hin dubbatin . ❤️Rasuulli Hadiisa Keessatti Akkana Jedhan : (يمسك المرء من لسانه) ➖Namni Waan Afaan isaa Dubbatteen Qabama Jedhan . 🔸Lubbuu keetiin dadhabaa yoo jettee Dadhabinatu sirratti Barreeffama jedha Yaadni Hadiisichaa . ✅Kanaaf jechoota Ciccimaan Of waamutu si cimsa 👍Kanaaf jechoota Gaggaariidhaan of jajjabeessi . 🥸Qorattoonni Saayikoloojii tokko Akkana jedha في علم النفس :( أن خمسين من مائة من ثقة الشخص تكون من كلماته لنفسه ) ➖Qorattoonni Waa'ee Lubbuu xinxalan Akka jedhanitti ( ilmi Namaa Haasaa isaa keessatti Parsaniin 50 ol Waan Of Amansiisetu hojirra oola Jedhan . ➖Rabbiinis Qur'aana keessatti : (إن الله لا يغير ما بقوم حتى يغيروا ما بأنفسهم ) "Rabbiin Hanga Abbaan Tattaafatee of jijjiirutti isa hin jijjiiru " ➖Ofiif jechoota Dadhabinaa ofirratti Dubbattee ofin Ajjeesin . ➖Ati Nama cimaadha waa Hedduu jijjiiruu dandeetta , Dura keessa Kee Amansiisi . 🤞Namni Hunduu Dandeettii Garagaraa of biraa Qaba Garuu si Bira Dandeettii Addaattu jira Of Keessatti hin Ukkaamsin Of Amansiisi Ati Dhugumaan Nama Milkaa'aadha . ➖Wanti hin taane hin jiru Rabbiin si Haa Gargaara . 💧Ammumma ka'i Karoorfadhu Bakka Guddaa Siif Hawwa . ▪️Hin Fagaatin Deebinee Wal Agarra ... 🔹Ani si ❤️ ✔️ Waan Siin Jedhe hin dagatin . ♦️Nagatti ▪️Said leader
Показати все...
👍 10
Фото недоступнеДивитись в Telegram
More than 1.83M Muslim pilgrims from over 200 countries performed Hajj in 2024, slightly less than 2023’s figures. Saudi Arabia’s GASTAT announced this year’s data on June 15
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Manguddoon Furtuun Balbala Ka’abaa 🕋 Harka Turtee fi Itti Gaafatamaa Dhimma Ka’abaa Gama Aakiraa Godaanuun Dhagahame
Показати все...
Manguddoon Furtuun Balbala Ka’abaa 🕋 Harka Turtee fi Itti Gaafatamaa Dhimma Ka’abaa Gama Aakiraa Godaanuun Dhagahame INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Dr Sheikh Saalih Al-Sheybiin hortee Gosa Banii Sheybaa jedhamtu,tan Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) amaanaa furtuu Ka’abaa itti kennan irraa kan dhalatee dha. Akka galmee seenaatti; Furtuun Ka’abaa jarraa 16 dura Abaabayyuu Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) isa shanaffaa kan tahe, Qusayyi Bin Kilaab kan jedhamu harka turte. Ilmaan Qusayyi kanarraa ilmi Sheybaa jedhamu gaafa dhalaterraa furtuun ka’abaa isatti kennamte. Gaafa sanirraa waggaa 1600 irraa hortee Banuu Sheybaa kanatti osoo dabarfamtu jaarraa 16 lakkoofsiftee har’a dhaqqabdee jirti. Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gaafa Makkaan bananis amaanaa furtuu isaanirraa hin fuune, akkas jechuun itti jabeessan;” Furtuu tana qabaa yaa Banii Sheybaa. Abadan harkuma keessan haa teessu. Nama jallataa malee namni isin harkaa fuudhu hin jiru “ jedhaniin. Gaafa sanirraahis qabee Baniin Sheybaa furtuu Ka’abaa qabuu qofa osoo hin taane,Ka’abaa dhiquu,uffata isii yoo moofe irraa jijjiiruu,Warra isii Ziyaaruu dhufu simatuu, Maqaama Nabi Ibraahiim (Aleyhissalaam) tiksuudhaan itti gaafatamummaa guddicha kana har’aan gahaniiru. Dr Sheikh Saalih Sheybii warroota furtuun Ka’abaa harka turte keessaa Abaabayyuu Ergamaa RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) irraa namaa dhibbaa fi saglaffaati,akka Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Makkaan banan irraa ammoo nama 77 dha. Namni kuni yeroo 100 ol Ka’abaa akka dhiqe hima. Akkasuma namni suuraa isaa argitan kun nama 109 booda Nabi Muhammadiin abbaa tokkorratti walitti deebi’an jechuudha. Har’a ganama gama fuula RABBII deemuun dhagahame. RABBIIN furtuu JANNATAA isaaf haa kennu. Warra Nabi Muhammadiin jannata keessatti wal argu isaan haa taasisu. صلوات ربي وسلامه على أشرف الأنبياء والمرسلين
Показати все...
Qaamoleen kitaaba Saayinsii hawaasummaa kutaa 7ffaa irratti amantaa Islaamaa bifa dogongoraatiin ibsan ifatti bahanii dhiifama akka gaafatan waamichi dhihaate … Haarun Miidiyaa:Waxabajjii 13/2016 … Haarun Miidiyaan kitaaba Saayinsii hawaasummaa kutaa 7ffaa (Social Studies), kan biiroon barnoota magalaa Finfinnee qopheessee fi amantaa islaamaa bifa dogongoraatiin ibsu ilaalchisee tibbana ogeessa sirna barnootaa Obbo Abdulfattaah Kabbadaa waliin turtii godheera. Obbo Abdulfattaan akka jedhanitti, kitaabonni barnootaa yeroo qophaahan of eggannoo cimaan tahuu akka qabu himuun, keessumattuu dhimmoota amantaa irratti barreeffamni barattootaaf dhihaatu osoo hin maxxanfaminiin duratti, hayyoota amantichaatiin qoratamanii mirkanaahuu qabu jedhan. Kanaan alatti dogongorri hammana gahu kan uumamu amanticha hubaachuu dhabuu irraa, yookaan ammoo jibbiinsa amantaa Islaamaatii qaban irraa tahuu mala jedhan. Bifuma kanaan qaamoleen kitaabicha qopheessan ifatti bahanii ummata muslimaa dhiifama gaafachuu akka qaban hubachiisan. Ogeessi barnootaa kun akka jedhanitti, dogongorri hamaan kun sirraahuu kan dandahu garuu, kitaabni saayinsii hawaasummaa kutaa 7ffaa kun sassaabamee akka haarayaatti sirreeffamee maxxanfamuu qofa taha jedhan. Dabalataanis dogongorri akkanaa lamuu akka hin uumamne, kallattiin cimaan kaahamuu qaba jechuun Haarun Miidiyaaf himan. ... ©Haarun Miidiyaa
Показати все...
👍 4
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.