cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

MUSLIM DAWAH

#KAAYYOO CHAANAALAA 👉ISLAAMUMMA 👉GORSA 👉ODUU HAALA YEROO ISLAAMAA #share waliif godhaa Baarakallahu fiikum @muslimaaf 👇👇👇👇👇 #Chaannel kana obboleessa kee muslimaaf #share godhii @islamaaf

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
192
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from ABDII SABAA MEDIA
#Oduu_Ammee Muslimimooni India Mana hidhaa India keessatti rebama jiruu FB ilaala dabalataa 👇👇👇👇👇👇👇👇 #linke kana #follow #lake https://www.facebook.com/102221911767027/posts/pfbid0dg3stUPw8ueSaZM9A5HDqA9zejg3WUwPRTcKrLKVThe785tUx5Q6nsbrXpbnicPQl/?sfnsn=mo
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Oduu Gammachiisaa! Sheek Mohammed Ali Al Amuudiin President Majalisa Federaalaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa fi Dr Jeeylaaniif Konkolaataa V8 Nissaa modelii haaraa 2022 kan birr miiliiyoona (28,000,000)'n biyya Jaappaan irraa gara biyyaa galche badhaasee jira! Sheekkota keenya Congratulations 👏 @ABDII_SABAA3 @ABDII_SABAA3
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...
Repost from ABDII SABAA MEDIA
Watch "ABDII SABAA3 Tube" on #YouTube keenya #subscribe godhuu hin dagatina 📚👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇📚 https://youtube.com/channel/UCouUFPGJR1kZ1LOIzteMbnw
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Congratulations
Показати все...
Repost from ABDII SABAA MEDIA
#Oduu Gammachiisa link FB kana Tuqii #follow #lake Nuu hordofaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/102221911767027/posts/pfbid02e13qrLd43Pa7ouHnbfa5F8mDF5hPPwKjiHVd7abAMN4ZEeCNUfoKHisFJECP6Esvl/?sfnsn=mo SABA GUDDAA WAAN TANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA MALA @ABDII_SABAA3 @ABDII_SABAA3
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Repost from ABDII SABAA MEDIA
Wal dorgommii idil Adunyaa biyyoota 56 irratti hirmaatan Magaalaa guddoo Oromiyaa kan taate Finfinneetti nagaan tumurame 💪SABA GUDDAA WAAN TANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA @ABDII_SABAA3 @ABDII_SABAA3 Group texbook students @Top_student @Top_student
Показати все...
Repost from ABDII SABAA MEDIA
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bankin gamtaa Oromiyaa wal dorgommii Qur'aana magaala finfinne biyyoota 56 irratti hirmaatee irratti kan tokkoffa bahef dolara America 10'k badhaasa kanarraa Bankii gamta oromiyaa bayy'ee galatoma Lammii biyya jordan kan ta'e mahamad nuur badhaasa fudhate jira #Congratulations Mahamad nuur biya jordaniya 1ffaa baheera 💪SABA GUDDAA WAAN TANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA @ABDII_SABAA3 @ABDII_SABAA3
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...
Oduu Gammachiisaa! Sagantaan Dorgommii Quraana Sadarkaa Idil-Addunyaatti kan duraan har'a Istaadeemii Finfinneetti gaggeeffamuuf ture kan shira gara garaan haqamee ture. Guyyaa boruu akka Istaadeemii Finfinneetti gaggeeffamu murtaa'ee jira! Ummatni keenya Muslimaa hundi baga Gammaddan! Sheek Hajjii Ibraahim dabalatee warri dhimmi kun akka milkaa'uuf irratti hojjachaa turtan hundi Galatoomaa! @Muslimaaf
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.