cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Kolfaaf😂

@Justforlaugh

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
212
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

😂😂😂. @efagrm
Показати все...
Kaabineen kooti hin qabdu kan kennaniif uffatti. Ofii beekumsa hin qabdu kan jedhi jedhan dubatti😂 @efagrm
Показати все...
Dubbisaan Hayyuudha Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha!! 👉 Beekumsa walii galaa 👉 Xiinsammuu 👉 Seenaa Ajaayibsiisoo tokko tokko 👉 kitaabota Pdf 👉Jechoota Hayyootaa 👉 Odeeffannoo wayitawaa 💬 Yaadaaf @O_Post na quunnamaa. https://telegram.me/Dubbisaan_Hayyuudha
Показати все...
Dubbisaan Hayyuudha

Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha!! 👉 Beekumsa walii galaa 👉 Xiinsammuu 👉 Seenaa Ajaayibsiisoo tokko tokko 👉 kitaabota Pdf 👉Jechoota Hayyootaa 👉 Odeeffannoo wayitawaa 💬 Yaadaaf @O_Post na quunnamaa.

KANA BEEKTUU? Bakkakkaan (Lithning) eessatti ykn fageenya hangamii sirraa fagaatee akka bu'e beekuu barbaaddaa? Tooftaa kana beekuuf fayyadu jalqaba akkuma beekamu ifatu dura mul'ata. Isinis akka ifti mul'ateen sekondii lakka'uu ni eegaltu. Fkn sekondii 10 yoo lakkooftanii sagalee bakakkaa dhageessan, lakka'uu itti dhiiftu. 10sec×300m=> 3km ta'a jechuudha. Garuu ifa isaa argitanii sagalee isaa hin dhageenye taanan formulaan isaa salphaadha; innis rukutamteetta jechuudha! 👇👇👇#SHARE 👇👇👇 @Dubbisaan_Hayyuudha
Показати все...
😂😂😂😂 @efagrm
Показати все...
Dubbisaan Hayyuudha Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha!! https://telegram.me/Dubbisaan_Hayyuudha
Показати все...
Dubbisaan Hayyuudha

Namni dubbisu hundi hayyuu ta'u baatuus, Hayyuun garuu dubbisaadha!! 👉 Beekumsa walii galaa 👉 Xiinsammuu 👉 Seenaa Ajaayibsiisoo tokko tokko 👉 kitaabota Pdf 👉Jechoota Hayyootaa 👉 Odeeffannoo wayitawaa 💬 Yaadaaf @O_Post na quunnamaa.

Kana beektuu?? ✍ Dhala namaatti aansuun bineensi saala wal fakkaatu gidduutti wal qunnamtii saalaa godhu simbira halkanii qofa!! @efagrm
Показати все...
🤵 Teacher: Do you understand? 🙎‍♂ Me: yes! 🤵 Teacher: what did I say? 🙎‍♂ Me: Do you understand! 😂😂 @efagrm
Показати все...
Siif Galeeraa!-1.pdf37.75 MB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.