uk
Feedback
Kaayyoo koo

Kaayyoo koo

Відкрити в Telegram

My Purpose ➢ "Ati abdii hin kuttu taanaan amanis amanuus dhiisi hinuma milkoofta. ━━━━━━━━━ ➥Yaadaf @Kaayyoobot

Показати більше
6 149
Підписники
-624 години
-357 днів
-19030 день
Архів дописів
🚨 KUTAA 1FFAAN GADI LAKKIFAMEERA! 🚨 ​Akkuma waadaa isiniif gateetti, jalqabni asoosama haaraa fi onnee nama hawwatu: 🔥 "BOFA MIILA HIN QABNE" 🔥 ​Kutaa 1ffaan kunoo amma kallattiidhaan channel keessan 🌟 FINNA OROMOO 🌟 irratti gadi lakkifameera! Dubbisa gaarii isiniif haa ta'u! Linkii asii gadii seenun dubisaa dubisaa garii👇👇👇👇👇👇👇👇👇

📱BAKKALCHA BARII PROMOTION ✅𝗠𝗔𝗔𝗟 𝗕𝗔𝗥𝗕𝗔𝗗𝗗𝗨 ?Kun 🎥 Faaruu Media Bakka faarfannaa qalbii tuqu, ergaa mootummaa Waaqaa fi video itti argattan. 🎶 Faarfannaa Afaan Oromoo fi kan biraa 📖 Ergaa Waaqayyoo 🎬 Video garaa garaa 🔆𝗪𝗮𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮 𝗚𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗢𝗹𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗼𝗹𝗹𝗮𝗻 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝘂 #𝗝𝗶𝗼𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝗱𝗵𝗮𝗻 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗳𝗮 𝗙𝗿𝗲𝗲 𝗣𝗿𝗼𝗺𝗼𝘁𝗲 👉 @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT 👇👇👇👇👇👇👇👇

✅𝗠𝗔𝗔𝗟 𝗕𝗔𝗥𝗕𝗔𝗗𝗗𝗨 ? 𝗞𝘂𝗻𝗻𝗼 𝗛𝗮𝗿𝗿𝗮 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 𝗛𝗮𝗳𝘂𝗿𝗿𝗮 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝘁𝘁𝗼𝘁𝘁𝗮 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚! 𝗤𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗤𝗮𝗯𝗮𝗻𝗻𝗲 𝗜𝘀𝗶𝗶𝗻𝗳 𝗗𝗵𝘂𝗳𝗻𝗻𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗮 #𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝗻 ----------- 👉 𝗙𝗮𝗮𝗿𝗳𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗛𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 👉 𝗟𝗶𝘃𝗲 𝗪𝗼𝗿𝘀𝗵𝗶𝗽 👉 𝗕𝗮𝗿𝘀𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗻𝗴𝗲𝗲𝗹𝗮 👉 𝗟𝗮𝗹𝗹𝗮𝗯𝗯𝗮 𝗪𝗮𝗻𝗴𝗲𝗲𝗹𝗮 👉 𝗗𝗶𝗿𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗛𝗮𝗳𝘂𝘂𝗿𝗮 🔆𝗪𝗮𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮 𝗚𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝗮𝗿𝗮𝗮 𝗢𝗹𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗼𝗹𝗹𝗮𝗻 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝘂 #𝗝𝗶𝗼𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝗱𝗵𝗮𝗻 𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝗳𝗮 𝗙𝗿𝗲𝗲 𝗣𝗿𝗼𝗺𝗼𝘁𝗲 👉 @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT 👇👇👇👇👇👇👇👇

All Program 👩‍💻 BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 03 » Computer online barachuuf » Website hojjechuuf » Rakkoolee bilbilaa fi » Komputeraaf qajeelfama furmaataa yoo barbaaddan channel kanatti dabalamuun tajaajila hunda argachuu dandeessu! ✍Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama

AFFEERRAA CHANNEL BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 02 "Ati abdii hin kuttu taanaan amanis amanuus dhiisi hinuma milkoofta. Channel barumsa dinqii kenuu itti dabalamaa

Lammaffaa dhalachuu jechuun maal jechuudha? 👉 Dubbiin “lammaata dhalate” jedhu kana dura ammaan qaama biraa irraa akka dhalate agarsiisa. Inni fedha foonii fi dhiigaa irraa kan dhalate waan ta'eef guutummaatti foon waan ta'eef Waaqayyo isa, hafuura ta'ee wajjin walitti dhufeenya hin qabu ture. Yohaannis 3:6: Nama fooniitti kan dhalate foon, hafuuraatti kan dhalate hafuura. 👉 Macaafa Qulqulluu keessatti yaadni jecha “dhaloota” ykn “mucummaa” jedhu “maatii” ykn “maalummaa warraa qooddachuu” fi gamtaa guutuu ta'e agarsiisa. Kanaaf lammaffaa dhalachuun sirna dhalootaa namoota gidduu jiru irraa guutummaatti adda. Yesus ilma Waaqayyootti jennu Waaqayyo wajjin tokko ta'ee uumama isaa qooddata jechuun keenya. Amanaan bishaanii fi hafuuraan lammaata dhalata. Yohaannis 3:5: Kanaaf Yesus, “Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee bishaanii fi Hafuura Qulqulluutti yoo dhalachuu dhaabaate, mootummaa Waaqayyootti galuu hin danda'u.” Ayyaanni warra gooftaa keenya Yesus Kristosin jaalala hin badneen jaallatan hundumaa wajjin haa ta'u. Ameen.” — Efesoon 6:24👐

🤝 WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 📖 BEEKSISA JALQABA CHANALII TOKKO (1FFAAA) HUBADUU➥ ᴄʜᴀɴᴀʟɪɪ ʜᴀꜰᴜᴜʀᴀᴀ ʙᴀʀʙᴀᴀᴄʜɪsᴏᴏ ᴛᴀ'ᴀɴ ǫᴀʙᴀɴɴᴇᴇ ᴅʜᴜꜰɴᴇᴇʀʀᴀ ɪᴛᴛɪ ɪᴅᴀ'ᴀᴍᴀᴀ 📌ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ʜᴀꜰᴜᴜʀᴀ ✍ 📌ǫᴏ'ᴀɴɴᴀᴀ ᴍᴀᴄᴀᴀꜰᴀ ǫᴜʟǫᴜʟʟᴜᴜ📖 📌ꜰᴀᴀʀᴜ ʜᴀᴀʀᴀᴀ ᴀᴋᴋᴜᴍᴀ ʙᴀ'ᴇᴇɴ 🆕 📌ꜰᴀᴀʀᴜ ᴅᴜʀɪɪ ɪʀʀᴀɴꜰᴀᴛᴀᴍᴇ🆒 📌ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ʜᴀꜰᴜᴜʀᴀᴀ🕊 📌ᴡᴏʀsʜɪᴘ (ᴡᴀᴀǫᴇꜰꜰᴀɴɴᴀ)🎧 📌ꜰᴀᴀʀᴜ ʙɪꜰᴀ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏᴛɪɪɴ📃 📌sᴇᴇᴇɴᴀᴡᴡᴀᴀɴ ɴᴀᴍᴀ ʙᴀʀsɪɪsᴀɴ💬 👇ᴅᴀʙᴀʟᴀᴛᴀᴀɴ👇 📌ᴋɪᴛᴀᴀʙᴏᴛᴀ ʜᴀꜰᴜᴜʀᴀᴀ ᴘᴅꜰ ᴛɪɪɴ📚 📌ʟᴜǫɪsɪɪ ᴍᴀᴄᴀꜰᴀᴀ ʙɪꜰᴀ sᴜᴜʀᴀᴀᴛɪɪɴ🖼 📌sᴀɢᴀʟᴇᴇ ɢᴜʏʏᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ📣 📌sᴀɢᴀʟᴇᴇ ᴛᴏʀʙᴀɴɪɪ✨ Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT ʜᴜɴᴅᴀ ǫᴀʙᴀɴɴᴇᴇ ᴅʜᴜꜰɴᴇᴇʀʀᴀ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀ 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

02 AFFEERRAA CHANNEL BAKKALCHA BARIIPROMOTION- 02 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ!     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! BAKKALCHA BARII PROMOTION Advertising Telegram    Channels & Groups ✍Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

​🚨 WAAFEE KUN ISIN HIN DARBIN! 🚨 ​Iccitii fi dubbii dhokataa kitaba Mul’ata Yohaannis gadi fageenyaan beekuu ni barbaaddaa?
​🚨 WAAFEE KUN ISIN HIN DARBIN! 🚨 ​Iccitii fi dubbii dhokataa kitaba Mul’ata Yohaannis gadi fageenyaan beekuu ni barbaaddaa? Keessattuu Kutaa 5ffaan gaaffii fi deebii nama bashannansiisuu fi dandeettii hafuuraa keessan madaaluun gadi lakkifamee jira! ​🔥 Waan Qophaa'e: ​Gaaffiwwan dhaloota dammaqsan ​Deebiiwwan ifaa fi gabaaboo ​Hubannoo hafuuraa haaraa ​Gaffiiwwan kanneen deebisuun jireenya keessan ijaaraa, amantii keessan gadi fageessaa! BY. PASTER ERMIYAAS DAANYUU TILAHUN ​👇 Ammuma deebii keessan argachuuf linkii gadii cuqaasaa nu hordofaa: 🔗 [@LAGA_JIREENYAA_CHANNEL] [@LAGA_JIREENYAA_CHANNEL [@LAGA_JIREENYAA_CHANNEL

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

WELCOME KUN BAKKALCHA BARII PROMOTION 🔱 🤝 BAGA NAGAAN DHUFTAN: ᴋᴜᴜғᴀᴍᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ᴀʀᴍᴀᴀɴ ɢᴀᴅɪᴛᴛɪ ᴅʜɪʜᴀᴀᴛᴀɴ ʜᴜɴᴅᴜᴍᴀᴀ ғɪʟᴀɴɴᴏᴏ ᴋᴇᴇssᴀɴ ɢᴏᴅʜᴀᴅʜᴀᴀ! 🔱 HUBADHU 🔱 👇Utuu nuti jirruu     👇👇👇 ❏ sᴀɢᴀɴᴛᴀᴀʟᴇᴇ ʙᴀsʜᴀɴɴᴀɴsɪɪsᴏᴏ ❏ ǫᴏᴘʜɪɪ ғɪ ʙᴀʀsɪɪsᴀ ᴅɪɴǫɪsɪɪsᴏᴏ ❏ ᴇʀɢᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ɢᴜʏʏᴀᴀ ❒ ʜᴀᴀʟᴅᴜʀᴇᴇ ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀᴀ ❒ ᴡᴀʟᴀʟᴏᴏ ғɪ ᴀᴀʀᴛɪɪ ❒ ᴅᴜʙʙɪɪ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ fi kanneen kana fakkaatan kan barbaaddan join godhachuun itti gargaaramaa! #Walumaa_galatti nama kadhachun hafeera!! #Dursa filannoo keessan nu godhadha👇👇👇 🔱❤️🔱❤️ JOIN ❤️🔱❤️🔱 gochun keessa seenaa, sana booda buufachu qofadha! Beeksisaaf @LAGA_JIREENYAA_CHENNAL_BOT nu qunama 👇FILANNOON KEESSAN MAALI👇

Repost from JIREENYA BORUUF
‎Maalif dorgomaa jirta? ‎Kutaa 3ffaa ‎ ‎ ‎Bara jireenya keenyaa keessatti iji hojii hafuuraa nurraa argamuu qaba. Namni gooftaa Yesuus kiristoos fayissaa lubbuu isaa godhatee fudhatte kam iyyuu Hafuura qulqulluu of keessaa qaba. Kanaaf hafuurrii kun immoo mataan isaa iyyuu waaqayyodha. Kanaaf namni kam iyyuu fedha isaa akka hojjettu barbaada. ‎ ‎ ‎Biyya lafaa kana irratti wanti Hojjetamu baay'eedha. Isaan keessaa namaa fi Waaqayyo biratti kan dhorkaa hin qabnedha. Kun immoo ija hojii keenyaa muldhisa. ‎ ‎Wantoota ija hojii hafuuraa ta'an haa ilaallu.
‎1) Jaalala ‎2) Gammachuu ‎3) Nagaa ‎4) Obsa ‎5) Gaarummaa ‎6) Arjummaa ‎7) Amanamummaa ‎8) Garraamummaa ‎9) Of dhowwuu dha.
‎ ‎Kutaa 4ffaan tokko tokkoon isaa waliin ilaallan. ‎ PJB4 Kiristaannummaan jireenya. Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa         SHARE AND JOIN       ✍ t.me/jireenyaboruuf       ✍ t.me/jireenyaboruuf       YAADA FI GAAFFIIF       @Dawitpost_bot

Repost from JIREENYA BORUUF
Maaliif Dorgomaa Jirtaa? ‎ ‎ Kutaa 2ffaa ‎ ‎Osoo dinqiin kam ta'eee iyyu namni hojii waaqayyoo fi dubbii waaqayyoo irraa ija isaa deeffatee jira. Ani qoricha seexanni ija amantoota keenyaa itti goote kana hin beeku malee mee koottaa isa badhaasa qabutti ija keenya haa deeffannu. ‎ ‎ ‎Badhaasa sana harka namaa miti kan namaaf kennu hoolicha waaqayyotti malee. Isa bira immo wal caalchissuun hin jiru tarii lafa kana irratti yoo ilaaltuu namni isa ati hojjettetti iyyuu gatii hojii kee si dhorkachuu danda. Gooftaa keenya Yesuus bira garuu kun matumaa hin jiru.  ‎ ‎ ‎Wanti baayyee nama aarsu garuu warri iddoo sanaaf hin malle ille akka jiran beekuu qabda. kaanaafuu maalif dorgomaa jirta. Kaayyoon kee lafa kana irratti qofa moo Mootummaa waaqaa fi Waaqayyoo keessatti nama Jabaa taatee mootii ta'uudha. ‎ ‎ ‎Gamoo ati qabdu jiguu danda'a. ‎Qabeenyi kee si ganuu danda'a. ‎Firri fi hiriyyaan si jibbuu danda'a. ‎Obboleessi si ganuu danda'a. ‎Abbaaf haati kee si dhiisuu danda'u. ‎ ‎Garuu dorgommiin keenya kan bara baraaf malee kan yeroo muraasaf ta'uu hin qabu.  Isa nun dhiifne, isa waan hunda iyyuu gatii isaaf malu kennuuf sana biraa gatii keenya ni arganna. ‎ ‎ ‎Murtiin Yesus kiristoos kennu murtii dhugaadha. Akka carraa ta'e namni waa tokko yeroo murteessu dogongorra murteessuu ni danda'a, kana irraan kan ka'e dhugaan namaa ni dhabama. Abbaan murtii beekaman addunyaa kanas dogongoruu danda'a. Ragaa namni kennu ilaalee jechuudha. Yesus immoo ragaa namaa hin barbaadu inni iji isaa akka barbaada abida waan ta'eef waan hunda iyyu qore bira ga'ee beeka. Kanaaf isa bira wal caalchissuun gonkummaa hin jiru. Akka hojii hojii keeti murtii siif Kenna kanaaf akkaataa fiigicha keenyaa sirreeffachuu qabna. ‎ ‎Bara jireenya keenyaa keessatti iji hojii hafuuraa nurraa argamuu qaba. Kutaa 3ffaan itti fufa... PJB3 Kiristaannummaan jireenya. Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa         SHARE AND JOIN       ✍ t.me/jireenyaboruuf       ✍ t.me/jireenyaboruuf       YAADA FI GAAFFIIF       @Dawitpost_bot

Repost from JIREENYA BORUUF
Maaliif Dorgomaa Jirtaa? ‎Kutaa 1ffaa ‎Barri nuti keessa jirru kun bara dorgommii ta'ee jira. Dhalli namaa hundi iyyuu guyyaa guyyaan fiigicha badhaasa qabu gaggeessaa jira. Dorgommiin kam iyyuu yoo itti jabaatan mo'icha qaba. Inni mo'e immoo badhaasa qaba. ‎ ‎ ‎Namni ilmaa Waaqayyoo Yesuus kiristoos itti amane hundi iyyuu jireenya qaba. Garuu iddoo jireenyaa sun keessatti kan wal nama caalchissu jira innis ija gatii hojii ofiitti. Namni waanuma facaase galfata jedha macaafni qulqulluun keenya. ‎ ‎ ‎Waaqayyo kan akka lafa kana irra jiraannu barbaaduuf yoo jiraate tokkicha ulfinna isaa muldhifnee akka darbinuufidha. Garuu bara kana keessa Kiristaanni kiristoosiin fakkaachuu dhiisee dorgommii isaa gara walii walii isaatti erga naannessee bubbulee jira. Kunis fuula waaqayyo abbaa fi fuula nama gurra qabu isa hafuurri qulqulluun jedhu dhaga'u jalaa dhokataa miti. ‎ ‎ ‎ ‎Bara kana keessa bara hafuurri qulqulluun nama hunda itti dubbattu fakkaatu kana keessa osoo wantoota ta'aa jiru ija macaafa qulqulluun ilaallee bara hafuurri qulqulluun nama dhabe keessa akka jiru hubanna. Kanas kanan jedhe sababan qaba. ‎ ‎ ‎ ‎Sababni koos barra kana keessa namni fedha waaqayyoo barbaaduu irra fedha ofii isaa duukaa kan bu'edha. Kanaaf fedha foon isaa ykn namummaa foonii cimsuuf halkanif guyyaa dhama'aa oola. Namni namummaa foonii qofaf dhama'u immoo waan muraasa qofa argata garuu waan baayyee immoo ni dhaba. ‎ ‎ ‎ ‎Gochaan nuyi bara lafa kana irra jiraannu keessatti goonu ykn hojjennu hundinnuu akka fiigichaatti ilaalama. Kana jechuun namni kam iyyuu osoo beekuus osoo hin beekinis dorgomicha jalqabee jira jechuudha. Kanaaf dorgomicha immo sadarkaadhaan osoo hin ta'in, akka seera dorgomichatti nama fiigee xumurettu badhaasa argata.“Namni dorgomeetti jiru akka seera isaatiitti yoo dorgome malee, gonfoo mo'ichaa hin argatu.” ‎  — 2Xim. 2:5 ‎ ‎Ammas ani jechuu kanan barbaadu maaf ilmi namaa wanta isaaf malu jibbee, wanta hin barbachifne isa aduudhaa gadii duukaa bu'ee? Isa baduuf hin dhama'iin yoos isa hin bande isa gadii deebi'a hin adeemne argatta. ‎ ‎ ‎Nyaata baduuf hin dhama'inaa! Nyaata jireenya bara baraatiif argamuuf dhama'aa malee! Ilmi namaa inni Waaqayyo abbaan mallattoo itti godhe, nyaata kana isiniif kennuuf jira" isaaniin jedhe.” ‎  — Yoh. 6:27 ‎ ‎ ‎Kutaa 2ffaan itti fufa...             PJB2 Kiristaannummaan jireenya. Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa         SHARE AND JOIN       ✍ t.me/jireenyaboruuf       ✍ t.me/jireenyaboruuf       YAADA FI GAAFFIIF       @Dawitpost_bot

Kaayyoo koo - Статистика та аналітика Telegram каналу @kaayyookoo