cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Oro Joker Vine

Our channel programs are 🔷Vine 🔷Prank video 🔷Music challenge 🔷Dance challenge Thanks for subscription 🙏🙏🙏

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
189
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Situ fide dhibee Kan dawaansa dhibe An maalan balleesse? Sitoo na madeesse. Jaalala ijoollummaa Mi'ooftu akka dammaa Summii itti naqxe Karaarras ni maqxe. Dhibeekeen wallaale Maaltu akka si dhaane Si tuqanii laata? Moo suma maraata? Qarshiidha hawwiinke? Safuu! yaa qalbiike! Utuun akkas beeke Rakkina keessake Waarsha birriin bana Maaliifan siin dhabaa? Naaf hin galle malee Ati aramanee Kan anaan doomsite Jechaan gowwoomsite Sin jaal'a siin du'a Boollayyu siin bu'a Jecha natti kuulte Hallayyaa na buufte. Anoo sin abdadhe Yaaddookoo dagadhee Akka dhala dhabaa Harkarran si qaba Naaf taatan si sa'e Waan fedhes yoo ta'e Ati silaa akkasi? Murtuu akka maqasii. Waan hundaa itti dhiise Kaayyookoo gadhiisee Biqiltuu jaalala Kan onnee koo jalaa Kunuunsuudhaf jedhee Cabeen gadi jedhe Hiriyaakoo biraa Naafadheetan jira Carraa baruumsakoo Jireenya boruukoo Siif jedheen gadhiise Siin of abdachiisee Akkas yooman se'e Oduukee dhaga'e Ergamaa fakkaatta Silaa hirmii baatta. Maatiin na barsiisu Warri na guddisu Boriikoo abdatu Obsaan na eeggatu Anoo kiyyoon lixee Ergamakoos fixee Daliilaa na nyaate Garraamii fakkaate. Imaana lammiikoo Kan eegan firiikoo Karaatti doomsite Sammuukoos onsite. Qoree dhoqqee keessa Gantuu baakkoo keessa Kan akkakee hin jiru Kan na nyaatte tiruu Quullaa na hambiste Sammuu na dhiphiste Waan gochaan wallaale Maaltu akka na dhaane. MAAL JETTE YAADATTA? Waadaakee yaadatta? Maal jeette hubatta? "Haalli yoo jabaate Dhabdes yoo qabaatte Rawwadhe sin buusuu Hamminas hin kuusu Yoomiyyu sin ganu Dubbiif adda hin baanu Dhugaa sin jaalladha Yoomu sin abdadha Ati abbaakooti Michuu lubbuukooti Eenyuun sin qixxeessu Dhugaadha sin dhiisu" Jette waada galte Kanafaa dagatte Naafoo homaa miti Kankoo harka rabbiiti Naan hiyyeessa goote Qoqqobbii nat goote? Badhaadhummaaf jette Waadakee dagatte. Maqaa waaqa waamte Inni ati kakatte In naaf hafa seete? Waaqan nama seetee? Inni akkatti hin dhiisu Nama itti ga'isu. SILAAYYU NAA MALTU. Silaayyu naan maltu Namni waada haaltu Bishaan gabateerra Kan hin beekne seena Birri faana dhoofti Dubbii battee dhoofti Dhaabbanna hin qabdu Waan yaaddus hin qabdu Garaamaaf jiraatti Bakkee namaa laalti Waan hin banneesete Qabeenyi ati feete? Innoo baayyee hin turu Kan inni tortoru Si jala qabanii waan ati jaallattu Isa kuftee kaate ati iyyaafattu Baga ittin si ga'e waan fedha garaake Eessan baatee badda fakkattu abbaake Kiyyoo qabeenyaatiin bitintirtee kufte Jaalala naaf qabdu huute boolla buufte Rabbi nama qaba kan seerasa eegdu Ulaaga jaalala nama eegu beektu Akka niiti looxii kan hin laalle duuba Kan jallisuu feene yoomu seera uuma Jaalalaf kan laattu bakka olaanaasa Dhagahuu hin feetuu kan diina asaasa Kan akkasitika kanan fedhee hawwu Gooftaan na gargaarran an hammake hin dhabu Guddaama of seete ofimmo hin bokoksiin Dhugaa jajalliste dhukkamsite hin dhoksiin Eenyuyyu hin hafu hiyyummaa jalatti Yeroo eega malee bor akka harra miti. Gantuu gantuun olii kan bakkeen miidhagde Keessan summii baatta dammuma afaanke Ishee akkakeeti kan lammii gurguru Nama wal nyaachise dhiiga dhugaa oolu Anaan ni ashoofta, isa tokko hin shoomta Akka ani hin barreef ofiin fala dhoofta. Akkuma daa'ima afaaniin na sobde Damma fakkeessite dhoqqee natti dhoobde Naan hiite na keesse ofii bakkee oolta Akkan kufee hafuuf boolla meeqa qotta Yaaliin ati goote akkan maraadhuufii Anaaf waaqni jira ofumaa hin gugguufiin. NAGAATTI. Jedhi nagaan taa'i yaa jaalallee duri Chidhakoo osoon argiin hadaraammo hin du'iin Garuummoo waan shakke akkuma diingata Hammattoo jaarsikee du'innayyu laata? Abbakeemo isa eenyutu hangafaa? #Koroonaan yoo qabe danda'ee irra hafaa? Dafii itti heerumi si jalaa dadhaba Waan qabu hundumaa innuu siif farrama. Gaaddisaaf hin ta'u yoomu mukti laafto Nagaatti naaf taa'i Haannaa intala Daamxo. Haadha fira birrii kan hin beekne seena Hundi akkakee hin ta'iin dhaloonni si'anaa Kankee nama miti seexannuu hin odeessa An homaa sin goone kankeeti balleessaan. @orojokervine @orojokervine @orojokervine
Показати все...
🎙 JOIN US @ADDIS_MUSIC
Показати все...
🎙 JOIN US @ADDIS_MUSIC
Показати все...
🎙 JOIN US @ADDIS_MUSIC
Показати все...
⭕️ 1 ሰው በእርስዎ ሊንክ አማካኝነት የ 🇪🇹🇪🇹Ethio Birr ቦት ሲቀላቀል 1 ብር ያገኛሉ 🔗የእርስዎ መጋበዣ ሊንክ:👇👇 https://t.me/EthioCard_bot?start=r0687693356
Показати все...
ሚስት በምጥ ስትሰቃይ ባል ያይና የዛሬን ብቻ ተገላገይ እንጂ ሁለተኛ ምንም አላደርግም ይሄው እምላለሁ እያለ ሲል... . ሚስት እያቃሰተች "አደራ እንዳይምል ያዙልኝ.." 😁😂🤣🤣🤣
Показати все...
አስማት ምናምን አልልህም ግን 10ብር ጠፍቶብህ ከምትናደደው በላይ . . . . የ10ብር ካርድ ሲጠፋህ ትናደዳለህ😌👍👍💓
Показати все...
Riftvalley ፈተና ላይ "Name" ብሎ ክፍት ቦታ ሲያዩ . . . . ጭራሽ ዳሽ ሙላም አውጥተዋል 👀😂😂
Показати все...
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷ED🌹MUBAREK🌷 ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBARE ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK @Love_Aphorisms ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREk ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK @Love_Aphorisms ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK ED🌹MUBAREK
Показати все...