DHAAMSA AARTISTOOTA OROMOO YOUTUBE CHANNEL MIL'UU ENTERTAINMENT IRRAA HOJJETAN IRRAA NU QAQQABE HAMMA XUMURAATTI OBSAAN DUBBISAA
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa tahu maatii Groupi MIL'UU ENTERTAINMENT warra buleeyyii fi haaraa reefuu kan nutti dabalamtan hunduma keessaniif yaada muraasan qabna Innis maalinni seetan groupin kun maqaa isaa yeroo dhihoo asitti haa jijjiirratu iyyuu malee banamuun isaa har’a yoo xiqqaate waggaa sadii ol taheera maqaa isaa wanti nuti jijjiirreefis maqaan sobaa nu fakkaatu waan banameefidha.Banamuun Waggaa baayyeedha haa tahu iyyuu malee hojii irratti eegaluuf miseensi isaa haa baayyatu jennee eegnus hamma yaadne hin taane waggaa sadii taahee miseensota nama kuma lama illee hin guuttanne kun maqaa Saba keenyaa(OROMOO) Balleessuudha waan baay'ee fokkisudhas Sababni isaa Afaan Oromoo keenya yoo xiqqaate dubbattoota milliyoona shantama ol qaba garuu nuti kuma lama iyyuu guutuu dadhabne kun baayyee nama qaanessa.
Haa ta'u iyyuu malee ammas guddachuun in qaqqabama jennee waan amannuuf Maqaa groupi keenya kanaan dura Egeree Comedy ture gara MIL'UU ENTERTAINMENT jennee moggaafneerra Sababni isaa immoo Youtube channel (MIL'UU ENTERTAINMENT) jedhu bannee Comedy ykn baacoo Sheekkoo tapha ijoollee qophiiwwan nama barsiisaan akkasumas nama bashannansiisaan hedduu qopheessinee hojiitti galuuf Oromoo Galaana kana eegaa jirra Kanaaf nuti ijoollonni obboloonni keessan har’a fuula keessan duratti baanee isin uummata Oromoo malee homaa waan hin qabneef akkasumas quuqama Aartii Oromoo guddisuudhaaf qabnu ibsachuuf hojii Comedy eegaluuf qophii keenya hunduma xumurannee Anaa dhufu siniin jechaa jirra kanaaf Oromoonni keenya Ammuma Youtube keenya seenaati Subscribe,like,share,Comment gochuun nu eeggadhaa. Egaan yeroo baayyee nu'uma ilmaan saba tokkootu wal guddisuu osoo dandeenyu wal cabsina kun waan baayyee jibbisiisaadha Afaan Oromoo dubbachaa an Oromoodha ofiin jechaa Youtube gubbaatti Miidiyaa ykn video ol aantummaa saba keenyaa leellisu dhiifnee Miidiyaa saba biraa saba biraa subscribe goonee hordofna kun wanta Oromoo irraa hin barbaachifne dha Nuti keenyumaan bulla keenyatti iyyuu fayyadamne hin fixne kanaaf Channeli keessan jajjabeessaan dhaamsa kooti channelin Youtube keenyaas MIL'UU ENTERTAINMENT kan jedhu yemmuu tahu linki isa asumarratti siniif dhoobna waan taheef achumaan galaati subscribe godhaa nu eeggadhaa isiniin jenna warri ergaa kana sin bira gahee ykn argitaanii dubbiftan hiriyoota keessaniif akkasumas groupi biraatti qooduudhaan nu gargaara siniin jenna itti dabaluunis Groupi isa kan Telegrami kantti immoo Sabboontota qabdanu yoo xuqqaate bama kudhan kudhan add itti nuuf gadhaa isinii jenna oduu sinitti hin baayyisnu kan kanaan achii hojiidhuma keenyaan sinitti himna Youtube dhuma keenya galaati nu baraa galatooma linkiin youtube keenyas kan armaan gadiiti