SOF UMAR MEDIA
Відкрити в Telegram
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world.. Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Показати більше7 250
Підписники
+324 години
+227 днів
+6930 день
Архів дописів
7 252
💰 Akkata Itti Facebook Account Qarshii Hojjatuu Itti Banatan Vidiyoo Kana Kessattii Ni Argatuu.Guutuu Isaa Link Kana Tuquun Dawwadha.
7 252
Egaluun Hojjadha Guy's Hanga Dollar 200 Argachuu Dandessuu Bybit Mini App New Task
7 252
Join WSOT 2025 with me! Get up to $110 in new user rewards and a shot at a $10,000,000 prize pool.
https://www.bybit.com/en/wsot2025/?autoRegister=1&ref=NA6NEML
7 252
📱 Warroota YouTube ,Facebook,Vlog,Interview Adda adda Hojiatanif Microphone Aja'ibaa Sagaalee Quality Qabu.Gaatii Muraasan Tajaajila Gudda Argachuu Dandeessuu.
7 252
📲 Bilbilaa Hundii Kessanuu Bitachuu Qabdan "SAMSUNG GALAXY M16 5G.
✅ Sagalee Qulqullina Qabu
✅ Kameraa Quality Qabu
✅Video Editing
✅ Battery Yeroo Dheera
Kana qofa miti Tiktok'f,YouTube fi Midiyaa Hawaasa Hundaf Qulqullinan hojjata.
📲 Bilbilaa Haarawa Yeroo Bitan Wantoota Sirreffachuu Qabdan 6️⃣ ni ilaala.guutuu isa Link,kana tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📱 https://youtu.be/PK3A1t8fIqQ
7 252
➡️ Guys Live Jiraa Kotaa🙏
Bara Haarawa Mal hojjachuu Kaarorfatan? Akkamitti? Maliif? Marii Taasifna.
➡️ Barnoota Yoom Eegalamaa?
Link➡️ https://youtube.com/live/eDGpbp4ibkQ
7 252
📲Oduu Gammachisaa: Rakkowwaan Media Haawasa Hundaa Sirreffachuu Namoota Barbadaniif:Kafaltii Muraasan Isiniif Sirressuuf Qophidha.
📱 Taajajillii Nutii Kenninuu:
1.Rakkoo Youtube Hundaa
➡️ Youtube Monetization Apply Gochu
➡️ Rakkoo AdSense
➡️ Youtube Review
➡️ Profile Fi Banner Youtube Sirressuu
➡️ Akkata,Subscriber fi Sa'atti Itti Argatan Gorsa Fi Setting Sirreffatan
2.Rakkoo Tiktok,Imo,Telegram,Fb,Email Fi WhatsApp Guutumman
3.Crptocurrency Adda Adda Bituu Fi Gurgurru
4.Wallet Adda adda banuu fi isiniif Sirressuu
5.Gorsaa Hojii Online fi.k.k.f
Attention: Namonni Hojachifachuu Barbadan:
1.Sa'atiin Hojii Ganama 2:00Am-12:00
➡️ Galgalaa 2:00Pm-5:00Pm
2.Kafaltii Rawwachuu.Osoo Kafaltiin hin rawwatiin Hojiin hin egalamuu
🤲 Galmaa Yaade Gahuuf Tattafadhuu!
🙏Taajajilaa kenyaa wan fayyadamtaniif Galatooma🙏
For More Information:
📲 +251910174714
Telegram: @moheoro40
7 252
📲 Sagantaan Kee Live Sa'aati Murasaa Boodaa Ni Egaala.Sababa Rakkoo Networkittiin Sa'atii 4:30 Irraa Kasee
➡️ Barnoota YouTube
➡️Hojii Onlinee
➡️ Gaffii Deebii Kessan Wajjin Nan Dhufaa.
Link Kana Tuquun Sa'aatii 4:30 Irratti Seenuu Dandessuu
LINK➡️ https://youtube.com/live/rqG-agSQjs8?feature=share
7 252
📲 Akkata Maqa Facebook Fi Maqa Imo Kessanni Itti Jijjirtan Guutuu Vidiyoo Kana kessaa ni argatuu.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📲 https://youtu.be/x5bjbgrRCic
7 252
📲 Facebook Xalafamee Hikuu Akkasummas Wfi Nama Password akkata Ittin argatan guutuu vidiyoo kana kessaa ni argatuu.Guutuu isa link kana tuquun dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📲 https://youtu.be/FaUh5PJZXLo
7 252
📲📖💸 Kabajaamtoota Hordoftootaa Koo Warronni Dursitani Kafaltii Barnoota Youtube Kessan Xumurtaan Hedduu Galatoomaa🙏
✅ Warronni hangaa Addolleessa 29/ August 5ti Galmooftan Parsantii 15 hir'inaa/Discount/qabduu qarsii 3000 qofa kafaaltuu.Carra Kanattii Faayadama.
✅ Warronni Hin Kafaliin Kafaltii kessaan kafaluun carraa kanatti fayyadama.
✅ Galmeen kun Hangaa August 15/Hagayaa 9ti ni turaa.Course Kenyaa Qarqarsaa Rabbittin August 17/ Hagayyaa 11 Ni Egalaa.
📲 Hubbachisaa Har'aa Guyya Kessaa Sa'aatii 8:00 Irrattii Sagaanta Youtube LIVE Qabna.Marii ni taasifna Dhimmotaa Garagaraa irratti.Kessattu Barnoota Youtube/YouTube Course/ irratti yeroo maarii garii qabna.Galaatooma🙏
7 252
📱📒💰 Bilbilaa Qofan Barnoota YouTube (YouTube Full Course) Galmee Eegaluu Kenyaa Yoo Isiif Ibsinuu Gammachudhanii.
📲 Barnoota YouTube, YouTube Banachuu Irra Kasee Hangaa Qarshii Hojjatan Harkaa Kessaan Gahutti Barnoota Guutuu Ni Argatuu.
➡️ Barnoota,Akkamitti Akka Egaltaan Link Kana Tuquun Dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📖 https://youtu.be/qWkA52wOols
7 252
📲 PART 2 Ijjolleen Shammaranii Fi Dhiraa Biyyaa Ormaa Hojjatan Of Eggannoo Gochuu Qabdan:
➡️ Imo Wal Qabatee
➡️ WhatsApp Wal qabatee WhatsApp Xalafamee Fi Ilaaluu Fi Ofirra hikuu Akkata itti Dandessa,
Guutuu Vidiyoo har'aa kessatti ni ilaala.Guutuu isaa dawwachuu Link kana tuqa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📲 https://youtu.be/q0OuysITREU
7 252
📲 GUYS AKKAM JIRTU? Vidiyoo Kanan Akkata Wfi Fi Data Tokko Malee Vidiyoodhan Walii Bilbiluu Dandessaan Ni ilaala.Intarneetii Fi Wfi tokko malee waliif bilbiluu dandessu.Akkumma Imo,WhatsApp,Messenger,Botom,Telegram Fi.k.k.fakkatanin Walif bilbiluu dandessuu Data Fi Wfi Tokko Malee.Guutuu isaa link kana tuquun dawwadha.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📲 https://youtu.be/VA7P0n49n4k
7 252
📲 Bilbilotaa Tajajiila VoLTE Service Support Godhaan Ilaluuf⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
📲 https://www.ethiotelecom.et/vas/
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
