cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

Більше
Рекламні дописи
264
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
-730 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

🕋GAADDISA ISLAAMAA♥️ظلال الإسلام✍: Seenaa kana irraa maal baratta?? Gaafa tokko mootiin bosonaa leenci beelaye jeedala qabee nyaata naaf fidi yoo nyaate dhabe sima nyaadha jedheen. Jeedallis qaroo waan taateef lubbuu ishee baraaruuf nyaata isaaf barbaacha osoo deemtu harreetti dhufte. Harricha kanaan mootiin bosonaa obbo leencoon waan dulloomeef angoo isaa nama dabarsee kennuuf  barbaada naan jedhe kanaafuu ati bakka isaa yoo buute sirraa tola carraa kana fayyadami jetteen. Harrichis fiigaa leenca bira dhaqe yoo mootii ergaan kee na qaqqabee dhufe jedheen. leencis harricha qabee  gurra isaa irraa murate harrichi sana booda utaalee harkaa bahee gara jeedalaa dhaqee angoo naaf kennuuf osoo hin taane na nyaachuuf na waame gurra kiyya narraa kutate jedheen. Jeedaltichis ayii ati gowwaadha gurrii kee dheeraa waan ta’eef akkamitti koofiyaa mootii sitti godhan saniif gurraa kee ganaabsuufi malee si miidhuufii miti amma dafii itti deebi’i angoo kana osoo namni biraa hin fudhanne jetteen. Ammas harrichi fiigaa itti deebi’e leencichi ammas itti utaalee harricha qabatee eegee isaa irraa kute. Harrichi ammas akka ta’e ta’ee harkaa baafate aariidhaan jeedalticha bira dhaqee ati ni sobda leenci na nyaachuufi malee aangoo naa kennuuf miti jedheen. Ammas jedaltichi qaroo waan ta'eef mala biraa baase  ati eegeen kee dheeraa waan ta’eef akkamitti teessoo mootii irra taa’uu dandeetta saniif sirraa mure malee si miidhuufii miti ati mootii keenna ta’uu hin barbaaddu moo ammas ooo carraan kun si hin dabrin dafii deebi’i jetteen ammas harrichi fiigaa gara leenca deebi’e . Leencichis yeroo kana harricha morma isaa qabate harrichis akkuma barate harkaa bahuuf tattaafate garuu harkaa baafachuu hin dandeenne nyaata leencaa tahee hafe jedhama. HUBADHU: Namni qaruuxeen dhagaa tokkoon si’a lama hin madaa’u jedhama.  Gufuun yeroo takka si dhooyte yoo lamuu sitti deebite gufuu si dhahe osoo hin taane siitu gufuu dhahe. Rakkoon yeroo takka si dhahe si’a itti aanu hanga sitti deebiu hin eegin Nama jaalattus yoo takka si gane jaaladhu malee hin amanin. Dhiifamaa fi Galata..!!😌🙏😊 Galata..!!🙏😊 Jireenya jiraannu kana keessatti ilmi namaa hundi walitti haajamoodha. Gaafa walitti haajamnu ammoo miira ittiin haajaa san wal baafnu barbaanna. Kan haajamee haajaa behe ammoo gaafa galata wallaalu nama dhiba. Yoo uumaa nu uume Rabbuma qofa tehe malee kan uumama ta'e hundi isaa waan tola siif oolu irratti xiqqaattuus miira gammachuu akka ati itti ibsitee garsiiftu numa fedha. Rabbuma qofa kan waan ilma namaatiif godhu gaarii hunda  keessatti ilma namaa irraa faaruu fi galata hin eeyne. Faaruu fi galanni inni Rabbii tola isaatiin gabricha isaa ilma namaa kanatti qanani'een yoo gabrichi isaa kan faaruu fi galata Rabbii isaatiif dhangalaasu ta'e ammoo booddeen qananii isaa bareeddu san dabalatuma argata. Ilmi namaa ammoo xiqqaattuus guddattuus waan siif godhu, haajaa si baasu keessatti galata sirraa nu barbaadaa beeki. Arra afaanii baafatee nan galateeffanne yookaan na galateeffadhu siin jechuullee baatu; oolmaya guyyaa tokkoo keessatti maqaallee si dhawee takka osoo sin dhawin abaluun san bar yaaboo waa galatallee hin beeku jechuun isaa hafa hin qabdu. Ati ilma namaa taatee yoomuu haajaaf namatti haajamuu irraa hin duroomtu beeki. Garuu gaafa namni san haajaa si baase miira nama sanii eeguu fi gammachiisuun kee dirqama taha. Suniis kennaan bakka buufteefii waan haajaa si baase san deebisuufi osoo hin ta'in, yeruma sanitti jecha gaarii miira gammachuutiin dabaalameen abaluu kiyya hedduu naa galatoomii jechuuniidha. Miirri galataa kan ati arra isaaf quudhite kuni boruuf si gargaaraa quba qabaadhu. Arra isa ykn isii haajuma irraa arkkattee baate saniif galateeffachuun hulaa haajaa tan boruutiif sababaa sii taati. Galanni kan galfamuun ammallee kennaa waan barbaaddee yookaan itti haajamtee san qofa hin tahin ammaas. Gaafa jecha gaarii badii hegeree sitti boru nama sanirraa argattellee ati galatoomii numa ji'iin. Abaabayyuuf akhaakhayyuun teenya duratti mammaaysan “Dantaan abbaadhaa qoola sareerra nama raffifti” ja'an waan ta'eef.
Показати все...
Tanaaf nama galataa tahi. Nama tanuma isaa qofaan gaafa haajaa behe galata wallaalu hin tahin. Dhiifama...!!🙏😌 Ilmi namaa hundi hanga dhalatee jireenya lafaa kanarra jiraatutti hundi namaa dogoggoraadha. Hunda dogoggorraatiif ammoo dhiifama gochuutu booda aana. Dhiifama godhuun xiqqeenyaa fi gad aantummaa keessatti kan si herreeydu sitti fakkaachuu danda'aa. Garuu dandeeytii waan takka fageeysanii hubachuutu dhiifama nama gaafachiisa. Ilma namaati dogoggoraa yoomuu qulqullaawuu hin dandeeysu beeki. Yookaa jechaan yookaan ammoo gochaan dogoggorta ta'a. Ammoo dogoggora san irraa if duubatti deebitee sirreeffamatti fuula deebifachuuf wanni guddaan ati gootu yoo jiraate dhiifama qofa. Dhiifama godhuun boqonnaa sammuu gaarii fi tasgabbii onneeti siif kenna. Yaadoota silaa dhiifama godhee maaltu gaa ja'a je'ee dirree sammuu keessatti qabsoo gaggeeysuutu sirraa hara galfata. Kanaaf dhiifama godhuun barbaachisaadha. Dhiifamni kuni kan godhamu yeroo dogoggorri argame qofa tahuus hin qabu. Akhii namaa addunyaan tuni hoojmni isii waan taraa ykn faraqaa taateef arra ati dhiifama gootu boru dhiifamni galataa siif deebifamuu danda'a. Badii nama tokko kan jireenya kana keessa si wajjiin jiraatuu hoggaa sirratti argamuu badii sanii gartees dhiifama haa na gaafatanii qofa jattee eeguu osoo hin ta'in, gaafa garii ifii irraa bakka buutee dhiifama gaafachuulleen ni mala. Kuni ammoo guddina malee xiqqeenyaa miti. Akka nama mana tokko kan ibiddaan gubachaa jiru arkkee bishaaniin itti dirmateeti. Osoo ati nama mana gubachaa jiru san kan gaazaan yookaan banziilaan itti dirmattu ta'ee booddeen mana sanii maalitti akka booda aanu ijji si gartu qalbii ykn onnee fi sammuutu itti si dhukkubsata. Gaafa bishaaniin dhaqqabde san yoo tehe hoo faalluma kanaa miira gammachuu fi boqonnaa gaariitu onnee fi sammutti si maxxanfamee si hafa. Tanaaf nama dhiifama godhu tahi. Nama dhiifamaa tahuun ammoo ifumaafi beeki. Galataa fi dhiifamni mi'eeysituu dhandhama jireenya ilmi namaa waliin itti keessa jiraatuudha...!!🥰❤️
Показати все...
★*|[ Dhaga'aa! Qalbiileen Zikrii Allaahaatiin tasgabbooyti ]|*.
‌‎﴿ألَا بِذكْرِ اللَّهِ تَطْمئنُ الْقلوب﴾
★. Sababoota gurguddoo qalbiin namaa gammaduu fii tasgabbii argachuu kheeysaa tokko; Zikrii Allaahaa baay'isuudha. Dhugumatti Rabbi ﷻ baay'isanii zakkaruun qoma bal'achuu, tasgabbii argachuu,yaaddoo fii cinqiin namarraa deemuu kheeysatti Dhiibbaa guddaa ajaa'ibaa qabdi. ]|*💜.
📚الوسائل المفيدة للحياة السعيدة
https://t.me/zikraataju
Показати все...
Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

𖣘 نواقض الإسلام 𖣘 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗜𝘀𝗹𝗮𝗮𝗺𝗶𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗕𝗮𝗮𝘀𝗮𝗻 𝗪𝗮𝗮 𝗞𝗵𝘂𝗱𝗵𝗮𝗻 (𝟭𝟬) الشرك بالله 𝟭 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑾𝒂𝒂 𝑸𝒊𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑺𝒉𝒊𝒓𝒌𝒊𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 الرّدّة عن الإسلام مختارً 𝟮 𝑭𝒆𝒅𝒉𝒊𝒊 𝒚𝒌𝒏 𝑭𝒊𝒍𝒂𝒏𝒏𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒊𝒊 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒓𝒂 𝑮𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 من لّم يكفر الكافر كافرا 𝟯 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝑲𝒂𝒂𝒇𝒊𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒂𝒇𝒊𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖 𝑫𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒂𝒉𝒖𝒖𝒅𝒂𝒔 𝑯𝒂𝒂 𝑻𝒂'𝒖 𝑴𝒖𝒔𝒉𝒓𝒊𝒌𝒂𝒂𝒔 𝑯𝒂𝒂 𝑻𝒂'𝒖 𝑲𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆𝒏 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒊𝒔... من اعتقد ان ھدي غير النبيّ صلى الله عليه وسلم اكمل من ھديه ، أو أن حكم غيره أحسن من حكمه 𝟰 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 (𝒔𝒍.𝒘𝒍.𝒘𝒔) 𝒊𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒆𝒆𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒓𝒐𝒐𝒕𝒖 𝑰𝒓𝒓𝒂 𝑮𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝑩𝒂𝒌𝒌𝒂 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒊𝒊 𝒇𝒊𝒊 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂 𝑺𝒂𝒏𝒕𝒖 𝑰𝒓𝒓𝒂 𝑺𝒊𝒓𝒓𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑮𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑱𝒆'𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒍𝒍𝒆𝒆 𝑺𝒆𝒆𝒓𝒂 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒊𝒏𝒏𝒂𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂 𝑺𝒆𝒆𝒓𝒂 𝑩𝒊𝒓𝒐𝒐𝒕𝒖 𝑺𝒊𝒓𝒓𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝑮𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂 𝑱𝒆'𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 من أبغض شيأً ممّا جاء به الرّسول صلى الله عليه وسلم 𝟱 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 (𝒔𝒍.𝒂𝒍.𝒘𝒔) 𝒊𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑾𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒃𝒃𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑾𝒂𝒂𝒏𝒖𝒎𝒂 𝑻𝒂𝒌𝒌𝒂𝒍𝒍𝒆𝒆 𝒐𝒕𝒖𝒖 𝑻𝒂'𝒆𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒃𝒃𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑭𝒌𝒏 : 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝑫𝒉𝒊𝒊𝒓𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝑺𝒂𝒅𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒖𝒓 𝑭𝒖𝒖𝒅𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝑱𝒊𝒃𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒖𝒖 𝒇𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑲𝒖𝒏𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒊𝒏𝒂𝒂𝒇𝒔𝒊𝒔𝒖𝒖 𝑸𝒂𝒃𝒂 𝑴𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑺𝒂𝒃𝒂𝒃𝒂 𝑨𝒋𝒂𝒋𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝑯𝒂𝒚𝒚𝒂𝒎𝒂 𝑺𝒉𝒂𝒓𝒊'𝒂𝒂 𝑻𝒂𝒉𝒆𝒆𝒇 𝑺𝒆𝒆𝒓𝒓𝒊 𝑺𝒉𝒂𝒓𝒊'𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒃𝒃𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑯𝒊𝒏 𝑸𝒂𝒃𝒖 من استھزأ بالله ، أو الرّسول، أو القرآن، أوالدّين، أوالملاءكة، أوالعلماء، من أجل علمهم أو بأيّ شعيرة من شعائر الإسلام 𝟲 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝑸𝒐𝒐𝒔𝒂𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑯𝒂𝒏𝒋𝒂𝒎𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒚𝒌𝒏 𝑬𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒂 𝑰𝒔𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒆 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑸𝒖𝒓'𝒂𝒂𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊, 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒊𝒏𝒏𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒕𝒕𝒊, 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑴𝒂𝒍𝒂𝒂𝒚'𝒊𝒌𝒐𝒐𝒕𝒂𝒕𝒕𝒊, 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒍𝒍𝒆𝒆 𝑼𝒍𝒂𝒎𝒂𝒂'𝒐𝒕𝒂 𝑺𝒂𝒃𝒂𝒃𝒂𝒂 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂 𝑰𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒇 𝑱𝒆𝒄𝒉𝒂 𝑯𝒂𝒏𝒋𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒆 𝒚𝒌𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒄𝒉𝒂 𝑿𝒊𝒒𝒒𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒆 السّحر {𝟳} 𝑺𝒊𝒉𝒓𝒊𝒊 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒂𝒕𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑺𝒂𝒂𝒉𝒊𝒓𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑾𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒂𝒂𝒇 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑾𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒂 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖𝒅𝒂 مناصرة الكافرين ومعاونتھم على المسلمين {𝟴} 𝑲𝒂𝒂𝒇𝒊𝒓𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒇 𝑻𝒖𝒎𝒔𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒌𝒏 𝑮𝒂𝒓𝒈𝒂𝒂𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒇𝒊𝒊 𝑸𝒂𝒃𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑴𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑨𝒌𝒌𝒂 𝑮𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊𝒇 من اعتقد ان بعض الناس يسعه الخروج عن شريعة محمد صلى الله عليه وسلم {𝟵} 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝑮𝒂𝒓𝒊𝒊 𝑵𝒂𝒎𝒂𝒂𝒕𝒊𝒇 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒊𝒏𝒏𝒂𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑩𝒂𝒉𝒖𝒖𝒏 𝑯𝒂𝒚𝒚𝒂𝒎𝒂𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝑱𝒆'𝒆𝒆 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒆 الإعراض عن دين الله تعالى لايتعلّمه ولايعمل به {𝟭𝟬} 𝑨𝒎𝒂𝒏𝒕𝒊𝒊 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒊𝒏𝒏𝒂𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒓𝒂 𝑮𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑩𝒂𝒓𝒂𝒕𝒖𝒖 𝑫𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖𝒏𝒊𝒔 𝑯𝒂𝒂 𝑻𝒂'𝒖 𝑩𝒂𝒓𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖 𝑫𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖𝒏𝒊𝒔 𝑯𝒂𝒂 𝑻𝒂'𝒖 📙📚📒 https://t.me/zikraataju
Показати все...
Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

☘🖊. akka namni siif jaalate osoo hin taane akka rabbiin ﷻ siif jaalate ta'i. Atiin kun haqaan namoota faalleessuurraa osoo hin taane ajaja rabbii ﷻ faalleessuurraa gaafatamuuf akka teeysu jala murii beekhi. Namni rabbi ﷻ jaalachiisuuf dalagu nagya bahe. Namni namoota jaalachiisuuf jecha laffa'u halaakamee bade. 💜.
Показати все...
★. Sheikh Salih Al-Fowzaan [hafizahullah] akkana jedha
*|[ Namni ilmii shari'aa keessattuu immoo ilmiilee daruurii [dirqama itti haajamu] osoo wallaaluu du'e; Guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuuf jiraaata. ]|*.💜
📕شرح ثلاثة الأصول صـ 19
★. Har'a beekumsa Shari'aa dirqama itti haajomtu barachuuf dhiiste kan akkanatti karaan ittiin baratanilleen laaftee laaffifamte boru yeroo gaafatamte Maal deebistuuf teeysa. Dammaqi yaa akhii!.💜
Показати все...
🦋قُـطُـوفٌ هَـرَرِيــةٌ🇸🇦

★. Sheikh Salih Al-Fowzaan [hafizahullah] akkana jedha *|[ Namni ilmii shari'aa keessattuu immoo ilmiilee daruurii [dirqama itti haajamu] osoo wallaaluu du'e; Guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuuf jiraaata. ]|*.💜 📕شرح ثلاثة الأصول صـ 19 ★. Har'a beekumsa Shari'aa dirqama itti haajomtu barachuuf dhiiste kan akkanatti karaan ittiin baratanilleen laaftee laaffifamte boru yeroo gaafatamte Maal deebistuuf teeysa. Dammaqi yaa akhii!.💜

Показати все...
https://t.me/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId944125764 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

السلام عليكم و رحمة الله وبركاة Kabajamtoota hawaasa muslimaa hundi keessan baga ayyaana kabajamaafii jaalatamaa kanaan rabbiin isin gahe عيدالمبارك وكل عام وانتم بخير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال!! Iid Mubaarak!! Rabbi toltuu keenyaafii keessan nurraa haa Jaalatuu. كبِّروا واستبشِروا. اللَّهُ أَكْبَرُ، اللَّهُ أَكْبَرُ، اللَّهُ أَكْبَرُ، لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ، وَاللَّهُ أَكْبَرُ، اللَّهُ أَكْبَرُ، وَلِلَّهِ الْحَمْدُ.
Показати все...
https://t.me/community_bot/join?startapp=id_396 Earn Notcoin with Wallet challenge
Показати все...
Community

Start this amazing journey now ⚡️

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.