cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Kuttaayee Tube

Oromiyaa, oromoo, oromummaa, afaan oromoo, namummaa! https://t.me/KuttaayeeTube

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
366
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Please wait
Показати все...
👍 3
👎 1
Add a comment
Показати все...
Shamarran Abbaa manaa gaarii argachuuf, wantoota kanneen raawwadhaa. //ምርጥ የወንድ ጐደኛ ለሚትፈሊጉ ሴቶች፣ከአዉኑ

#Subscribe #Like #Commentshamarran abbaa manaa barbaadaniif, viidiyoo kana daawwadhaa

👍 2
👎 2
Add a comment
Показати все...
ሱዩም ተሾሜ ለፕሮቶስታንት የለዉን ጥላቻ ተናገረ። //Seyoume Tashome Speaks against Protestant. //Jibba Pirotestantiif

Seyoum Tashome, Natnael Mekonnen, Abel Birhanu, Miktrovic ሁላቹም አከብራቾዋሎኝ። ግን ከፕሮቶስታንት እምነት ጣታቹን ኣንሱት።

👍
👎
Add a comment
Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey filannoo injifachuu isaani ibsamee guyyaa tokko booda ajjeefaman! Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebey haleellaa irra ga’een lubbuun isaanii darbuu ibsameera. Preezdaant Idiriis Deebey yeroo 6ffaaf biyyattii bulchuuf filannoo injifachu isaani guyyaa tokko dura kan ibsame yoo ta'u, lola finciltoota waliin gaggeeffameen haleellaa irra qaqqabeen har’a lubbuun isaanii darbuu ibsameera. Filannoo Preezdaantummaa biyyattiitti gaggeeffameen %80 sagalee ummataa argachuun isaanii ifoomee ture. Tibbana Imbaasiin Ameerikaa biyyatti keessatti argamu finciltoonni kan akka Bookoo Haraam haleellaa geessisu waan malaniif lammiileen Ameerikaa biyyatti gadhiisanii akka bahan hubachiise ture. Maddi: Reuters @kuttaayee tube
Показати все...
👍 1
👎
Add a comment
Показати все...
#Shorts. Filannu moo dhiisnu? Maaliif? // We will elect or not? why?

👍 1
👎
Add a comment
Indiyaa bilisaa Maahtamaa Gaandii! ~~~~ Bara biyyi Indiyaa bittaa warra Ingilizii jala turteetti, Maathamaan Gaandii, lammii biyya Indii kan ta'e, maqaa haalli yeroo sanaa akka waamuuf isa dirqisiisuun osoo hintaane, maqaa isa sammuu keessaan Indiyaa waamaa ture. Indiyaa bittaa jala jirtuun Maahtamaan, "Indiyaa Of Dandeessuu!" jedhee waama. Indiyaa bittaa jalaa jirtu kanaan mee maaltu akka haala kanaan waamu godhe? Kun gaaffii hinqabu! Indiyaa bilisoomtuu sammuusaa keessaa waamaa jira. Biyyi Inglizii lafaafi qaama nama biyya Indii qabatte malee, sammuu nama biyya kanaa hinqabanne. Kana immoo hunda miti kan hubate. Muraasa gochaafi jechaan kana lallaban keessaa tokko Maahtamaa Gaandiiti. Bilisummaan inni waamaa jiru kun qabatamaan dirree Indiyaa irra jiraachuu baatullee, sammuu nama kanaa keessa fuuldurri Indiyaa ture. Waan argaa jiru kana gara dhugaatti fiduuf, imaala isaa kanaaf qajeele. Kan baay'ee nama ajaa'ibu, namoonni hedduun, "Wanti gochaa jirtu gonkumaa waan ta'uu hindandeenyedha. Indiyaa of dandeessee dhaabatte osoo hin taane, Indiyaa bittaa jalaa qofaa argaa jirra. Namni kun sammuutu darbe ta'a," jechaa turani. Haamileen nama sana jabaa waan tureef, kanaan hindhaabamne. Qabsoon isaa hanga aarsaa lubbuutti waan isa gaafateefis hinmararsiifanne. Aarsaa lubbuu isaa! Namni fuuldura isaatti waan mil'anne, kan addunyaa sammuu isaa keessaatti waan haaraa tokko hinargine, nama biraarraa adda of baasee imaala akkanaa deemuun ni ulfaata. Waa malee waa hinhimani! Seenaa nama kanaarraa maaltu baratama? Maalis irraa barte? Wanta ati agartuu yaadakeen argaa jirtu siifiifi sii qofaatti argama jira ta'uu mala. Namootaaf waan haaraa waan ta'eef, sitti qoosisuurra darbee hanga arii'atamuufi aarsaa lubbuu si gaafachiisuutti deemsisuu danda'a. Isa kanaaf deebiinkee akka namoonni sirraa barbaadanitti osoo hintaane, akka mul'annikee galma gahuu danda'utti ta'uu qaba. Walii galle! Maahtamoota bara keenyaa yaadachaa, dilbata gaarii! ©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2021 ~~~~ @Orobook
Показати все...
Harmee ogeettii, kan mucaashee ajjeese ajjeeste! (¿) ~~~~ Harmee ogeettii tokkotu turte. Ogummaan harmee kanaa baay'ee nama ajaa'iba. Yeroo ta'e, namni tokko mucaashee waraanuun ishee jalaa ajjeese. Ajjeessaa mucaashees, suuta suuta, yeroo eeggatteetu galaafatte- ajjeeste! "Kan mucaashee ajjeese ajjeessuun ogummaadhaa? Yoomii kaasetu nama ajjeessuun ogummaa ta'e,...ajjeesaanis ogeessa jedhamee waamame,...?" akka jechaa jirtu shakkii hinqabu. Kun, anattuu akkanuma gaaffii ta'ee ture. Akkana ture dubbichi:- Biyya Amerikaatti haadha ilma xiqqaa tokko qabdutu turte. Guyyaa tokkoo oduu gaddaatu garashee dhaqe. Kunis, ilmishee kun biillaadhaan waraanamee afaan du'aarra akka jiru. Bifuma gaddisiisaa kanaanis lubbuunsaa darbe. Yeroon booda, namni mucaashee ajjeese murtiitti dhiyaate. Namni ajjeese kunis, ijoollee ganna 14 hincaalledha. Yeroo kana harmeen kun, ija muca ilmashee galafatee kanaa ilaalaa, "Ana amani, anunatu si ajjeesa" jechuun itti dhaaddatte. Murtii waggaa saddetii fudhachuun, gurbaan gara mana sirreessaatti fudhatame. Yeroo mana hidhaa kana keessa jiru kana, namni deemee isa gaafatu tokkollee hinturre. Kan baay'ee nama ajaa'ibu garuu, harmeen ilmishee jalaa du'e kun deddeebitee isa gaafatti. Waan isa barbaachisus geessuufii itti fufte. Waanti ta'aa jiru kun, gurbaatti gaaffii guddaa uumuunsaa wal nama hingaafachiisu. Osooma akkanaan jiranii, turtiin adabbiisaa nidhumate. Yeroo kana gaaffii tokko gaafatteen; "Yeroo asii baatu maal dalagda?" Innis akka waan hojjetu homayyuu karoorfatee hinjirre isheetti hime. Sanaan booda, akka ofitti fudhattee haala hojii mijeessuufii dandeessu edda hubachiifteen booda, garasheetti fudhatte. Haala hundumaas mijeessiteefii hojiisaa itti fufe. Yeroo muraasaa booda, gurbaa sana ofitti waamtee, "Waanan yeroo tokko, yeroo mana hidhaa seenuuf jettu siin jedhe niyaadattaa?" jetteen. Gurbaanis boquusaa gad cabsee, "Eeyyeen nan yaadadha,....akkamittiinan hirraanfadha!" jedheenii. Isheenis deebiftee, "Anis akkuman jedhe godheen jira. Kan mucaakoo ajjeese ajjeeseera" yeroo jettu mucaan rifannaa guddaadhaan garashee ilaaluun, "Maali anoo jiraa, yooman du'e?" jedheen. Isheenis, "Kanan ajjeesuu barbaade foonkee osoo hintaane, eeyyummaakee isa ittiin mucaakoo ajjeeftedha. Kanasimmoo, guyyaa ati hidhamtee kaasee deddebi'ee si gaafachuufi gaarummaa sitti agarsiisuuni. Ati guutumaatti jijjiiramtee jirta; nama mucaakoo ajjeese sana miti. Kan mucaakoo ajjeese sun du'ee jira!" yeroo jettuun, imimmaan qabachuu dadhabe. Walittis marmani. Guyyaa sanaa kaasee, akka haadhaafi ilmootti waliin jiraachuu itti fufani. Akkanaan, harmeen ogeettiin ajjeessaa ilmaashee ajjeefte. Waanan jechuu barbaade ifaadha! Ajjeessaa jireenya keenyaa adda haabaafannu. Ajjeessaan beekumsa, qabeenya, gammachuufi yeroo keenyaa inni sirriin eenyu? Namni tokko dhukkubsatee mana yaalaa yoo deeme, ogeessi fayyaa dhubbicha balleessuuf nama yaala malee nama sana miti. Eeyyeen, kan dhabamsiifamuu qabu nama badii raawwate yookaan kan hammeenyi keessan mul'ate osoo hintaane, badisa nama keessaati. Hamaan nama keessaan dalagamu, namni hamaa ta'uuf ragaa miti. Kanaafuu, ajjeessaa isa ta'e qofaa haa ajjeefnu! ~~~ Waanan dhagahe irraan qindeesse. ©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2021 ~~~ @Orobook
Показати все...
OGUMMAAFI DUBBII NAMA OGEESSAA! ~~~~~~~~~~~~~~~ Kan dubbise ni hubata; hubachuun beekumsa. Beekumsa haalaan fayyadamuun ogummaadha. Mee waa'ee ogummaafi dubbii ogeessaa kitaaba tokkorraa mil'adhe, waliin haaqooddannu!👇👇👇👇👇👇👇 Ogeessaa: "Ani dukkana keessatti arguu nan danda'a." Dhibaa'aa: "Erga dukkana keessatti arguu dandeessee, maaliif ifaa baattee deemtaree?" Ogeessicha: "Namoonni akkakee dukkana keessatti arguu hindandeenye dhufanii akka natti hinbuuneefin ifaa baadha, " jedhee jedhama. #Dukkana dhibaa'aaf ifti ogeessaa qorichaadhaatii, xiqqo haadaballu; fakkeenya biraa:👇👇👇👇 ~Yeroo tokko, dargageessa tokkottu beelaan rukutamuun, daabboo gogaa baatee waan ittiin nyaatu barbaachaaf mana nyaataa karaarra jiru wayiitti dhiyaatee dhaabata. Xiqqo osoo hinturiin, fooliin fonii manicha keessaa bilchaachaa jiruu dhufee afaan isaa hancufaan guuchise; innis fooliima kanaan daabbicha alalfatee liqimse. Abbaan mana nyaataa sanaa dhaabbatee kana hundumaa edda hubateen booda, fiigee gateettii dargaggeessa hiyyeessa kana qabee, "Gatii foolii ittin daabboo nyaattee kanfali!" jedheenii. Dargageessichi homaa of harka akka hinqabne itti himeen booda, akka isa gadhiisu, ta'uu baannaan seeratti akka wal dhiyeessan gaafate. Kanaan, abbaan manaa qabee abbaa seeraatti dhiyeeffate. Haala jiru sirnaan hubatee booda, abbaan seeraa, "Gatii foolii dhangaa sanaa, dargageessichi kanfaluun sirriidha" jedhe. Abbaan murtii abbaa mana nyaataa sana ofitti waamee, ariitiin qarshii giphii isaa keessaa baasee walitti sukkuumuun gurra isaatti qabee sagalee dhageessisee qarshicha giphii isaatti deebifate. "Natu kanfalaafitii iddoo dhuftanitti deebi'a," jedhe abbaan seericha. Haalichi bitaa kan itti gale, abbaan mana nyaataa sun, "Yaa abbaa murtii, qarshii sana sagaleesaa na dhageessiste malee yoom naaf kanfalte?" jedhee gaafate. Abbaan murtis, "Dargageessichis, nyaaticha niurgeeffate malee hinnyaanne!" jedhee deebiseefii. Ogummaan murtoo galateeffachiisaa nama kennisiisa. Kitaaba "ጥበብ .....ከጲላጦስ" jedhurraa hiikuun kan qindeesse: Abdiisaa Ejjetaati ~~~~ @Kuttaayee Tube
Показати все...
👍 1
👎
Add a comment
Показати все...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

👍
👎
Add a comment
Watch "Jaal marroon deebii dinqisiisaa kenne/Jabbiloonni Abiy maraatte. #Nuti_Shanee miti. WBO/OLA" on YouTube https://youtu.be/UdumrqIZbM0
Показати все...
Jaal marroon deebii dinqisiisaa kenne/Jabbiloonni Abiy maraatte. #Nuti_Shanee miti. WBO/OLA

Namoonni maatii chaaneliikoo hin taane, #Subscribe naaf godhaa. waan daawwattaniif ulfaadhaa.

👍
👎
Add a comment
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.