uk
Feedback
MUBE TECH 1💎

MUBE TECH 1💎

Відкрити в Telegram

✅️All Cryptocurrency Airdrop & Technologies information. ✅️Share ,Join @MubeTech1 ✅️Inbox 📥 CEO :- @MubarakSj 🏅

Показати більше

📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу MUBE TECH 1💎

Канал MUBE TECH 1💎 (@mubetech1) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 18 310 підписників, посідаючи 7 472 місце в категорії Технології та додатки та 1 876 місце у регіоні Ефіопія.

📊 Показники аудиторії та динаміка

З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 18 310 підписників.

За останніми даними від 18 червня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 1 140, а за останні 24 години на 324, загальне охоплення залишається високим.

  • Статус верифікації: Не верифікований
  • Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 1.21%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 0.91% реакцій від загальної кількості підписників.
  • Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 217 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 162 переглядів.
  • Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 2.

📝 Опис та контентна політика

Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
✅️All Cryptocurrency Airdrop & Technologies information. ✅️Share ,Join @MubeTech1 ✅️Inbox 📥 CEO :- @MubarakSj 🏅

Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 19 червня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Технології та додатки.

18 310
Підписники
+32424 години
+6597 днів
+1 14030 день
Архів дописів
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Hubachiisa👇 Qormaanni Bahe jedhame gad dhiifama jiru fi nuf ergamaa jiru bayyeedha. Haa tahuu garuu san keessaa ka dhugaa Barbaanne isiniif erguuf. Hanga Ammaa eega jirra. Qormaata boru kan sirrii Hanga Amma nu bira hin geenye. Kanaaf Akka nu bira gaheen Check goone isiniif Maxxansina. Hangasu obsa hin burjaja'ina. Yoo bahe Walumaan baha Yoo hafees Walumaan hafa guuututti. Bahe nu bira gahu hin oolu. Abshiira. Yaadachiisa. 👇 Namni. Odeefannoon Qormaata isin bira jiru @MubarakSj asin nutti erga Check goone maxxansina. Group kana join godha Asirratti odeeffannoo waliif qooda hangasu. Channel kenya Join godhu hin dagatina. 👇👇 https://t.me/MubeTech1 👇👇 @Mubarakshksiraj

🔥Qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuu Yoo kan barbaddaan tahe amumma aritiin Add Free kan jedhuu tuqa seeenaa👇
🔥Qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuu Yoo kan barbaddaan tahe amumma aritiin Add Free kan jedhuu tuqa seeenaa👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

Facebook keenya kana Follow gootani Achiin nu Hordofuu hin dagatina. 1ffaa.👇👇 Facebook Kanan nu eega. Mubarak Sheikh Siraj Yoo dubbiin jajjabaatte. Achiin dhufna. 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/18m9WACWQA/ Warri reefu Follow gootan san ka. 2ffaa.kanaas Follow godha. Page keenya ka Qormaata Kanaas Follow godha.👇 https://www.facebook.com/share/1C6saAMUW1/ Hundii keessan daqiiqaa 10f achi dhaqa Facebook lachu follow godha kootta. Kun hundii isnumaaf jenneeti. Hin hifatina.

Ministry Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018 Gosa Qormaata SAAYINSII WALIIGALA Hangasuu Kanatti Obsaa nu eega. @Mube
Ministry Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018 Gosa Qormaata SAAYINSII WALIIGALA Hangasuu Kanatti Obsaa nu eega. @MubeTech1 @Mubarakshksiraj

Ministry (Amaarriffa) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. Amaaraffa. Akka afaan Dhalootatti. Akka Af
+7
Ministry (Amaarriffa) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. Amaaraffa. Akka afaan Dhalootatti. Akka Afaan lammaffattis. Laale isiniif ergina. 👇👇👇👇👇 Qormaata biroos ni jira isiniif ergina. Channel Telegram kenya Join godha namaas itti afeera nu eega. 👇👇👇👇👇 @MubeTech1 @Mubarakshksiraj join godha Facebook Qormaata join godha.

Ganama maalifi maal qabda Qormaata dafaa naf hima.

Qormaata Ministry kutaa 8ffaa Bara 2018. Kan boruutis nu eegaa obsaan. Garuu Telegram Channel keenya irratti Hordoffiin Qaama
Qormaata Ministry kutaa 8ffaa Bara 2018. Kan boruutis nu eegaa obsaan. Garuu Telegram Channel keenya irratti Hordoffiin Qaama seeraa godhamaa jira waan taheef. Telegram keenya irra yoo Rakkoo dhufee. Facebook keenyan kanan kan wal agarru taha. 👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/share/18m9WACWQA/ Link kana tuqa Follow godha qoppaawa nu eega. Abdii hin murru. Jabaadha. 👇👇👇👇👇👇 Facebook Qormaata Mubarak Sheikh Siraj @MubeTech1

Qormaata Boruu Ministry kutaa 8ffaa 2018. Barbaada jirraa Obsaan eegaa. @MubeTech1

Qormaanni Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Ministry guyyaa arraa Akkam ture.
Anonymous voting

Family @MubeTech1 Guyyaa 2n kana Wahe Technology fi Cryptocurrency Jiddutti dhaabne. Gara Qormaata kutaa 8 jollee Teenya gargaaruutti waan fuulefanneef nu of kolcha. Ministry Xumurree walitti deebina. Rahaa teessan furadha.🥰

Qormaanni Sa'a booda maalifi maali. Argattan moo gaafii.?

Qormaata Afaan Oromoo Ministry Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Ammaf gaafii kana qofa arganne. Afaan Oromo fi E
+1
Qormaata Afaan Oromoo Ministry Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Ammaf gaafii kana qofa arganne. Afaan Oromo fi English waan hafe bi barbaanna hangaa ganama. (Barattoonni qormaataf deemtan rafaa.) Asumaan nu Hordofaa 👇👇👇 @MubeTech1 @Mubarakshksiraj

Deebii Herreega Qormaata kutaa 8ffaa bara 2018 Check Godha.🙏 Jarjara taate dubbiini. Jabaadha @MubeTech1 @Mubarakshksiraj
Deebii Herreega Qormaata kutaa 8ffaa bara 2018 Check Godha.🙏 Jarjara taate dubbiini. Jabaadha @MubeTech1 @Mubarakshksiraj

Qormaata Download godhuu fi Share godhus ni dandeessan amma Irra bane jira hojjata amma.

Hubachiisa Qormaanni Harargee Arsi Bale shawa. Iddo fedhe jedhus. Oromiyaa keessa taanan hundi tokko abshiira. Hin Sodaatina keenya miti jattani. 2ffaa. Deebii hojjannee isiniif maxxansuu yaada qabna. Qormaata barbaadu fi gaafi dalaguun yeroo fedha waan taheef. Namoonni Channel fi Group teenya keessa jirtan Sadarkaa barnoota gaarii irra jirtan Qormaata nuti Maxxansine hojjedhaati Group irratti deebii sirri qofa maxxansa. Hanga nuti Qormaata barbaanne dhufnuu. Barattoonni ofi keessaniif shakala hojjedha. Jabaadha hundi keessanuu. Nuti kana ka goonuf. Jollee teenya Amala hin taane barsiisu oso hin taane. Naannoon Amaara fi Tigree fi kkf. Qormaata Alatti baasani hojjatani qabxi gaari fidu. Jolleen Oromo ofii isaani hojjatani qabxii gaarii fide kaanis yoo kufe nuti nutti dhagayaam saniifi. Nu ofkolchaa. Janna.

Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA Nannoo feetan y
+1
Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA Nannoo feetan yoo jiraattan isin fayyadaa. Channel Telegram kenya Join godha namaas itti afeera nu eega. 👇👇👇👇👇 @MubeTech1 @Mubarakshksiraj join godha

Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA Nannoo feetan y
+1
Ministry (GADAA FI LAMMUMMAA) Qormaata Biyyooleessaa kutaa 8ffaa bara 2018. Gosa Qormaata. GADAA FI LAMMUMMAA Nannoo feetan yoo jiraattan isin fayyadaa. Channel Telegram kenya Join godha namaas itti afeera nu eega. 👇👇👇👇👇 @MubeTech1 @Mubarakshksiraj join godha