cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qaanqee Bilissummaa

Gadaan kaan Bilissummaatii

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
227
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Kabajamtoota hordoftoota channeli kanaa bakka jirtan hundatti nageenyi kiyya isin haa dhaqqabu. An gama kiyyaan beekkumsa tiqqaan qabuun hangan danda'e takka fuula kanarratti isiniif qooduf qopiidha. Isin ammoo akka nama hedduu bira gahuuf hiriyoottan keessanii fi group adda addaatti fuula kana forward godhaa. maaltu beeka heddummina namaa keessaa wantin asirratti barreessu kun tarii nama tokkoof lamatti abdii horuu, onnachiisu fi waa barsiisuu danda'a. Kun anaaf waan guddaadha fedhiin kiyyas kanuma. Kan kanarraa hafe yaada qabdan naaf barreessaa yaanni keessan ana wajji jiraachuu keessan agarsiisa anas daran akkan barreessu na jajjabeessa. Galatoomaa! Isinin jaaladha. @ilmanesruu @ilmanesruu
Показати все...
Waraanni Bilisummaa Oromoo summiifi diinota Qabsoo Oromoo haleelaa jira. Godina Jimmaatti Bashaashaa bakka Abiy ittiin dhaadatu WBO diinota haleelee to'ateera. Godina Wallagga Bahaa Aanaa Nuunnuu Qumbaa keessaa gandoota Afur WBOn to'ateera. Egereen Oromiyaa: biyya walaba, saba bilisa, kan uummanni fedhiisaatiin waan hunda murteessudha.
Показати все...
Waraanni Bilisummaa Oromoo summiifi diinota Qabsoo Oromoo haleelaa jira. Godina Jimmaatti Bashaashaa bakka Abiy ittiin dhaadatu WBO diinota haleelee to'ateera. Godina Wallagga Bahaa Aanaa Nuunnuu Qumbaa keessaa gandoota Afur WBOn to'ateera. Egereen Oromiyaa: biyya walaba, saba bilisa, kan uummanni fedhiisaatiin waan hunda murteessudha. @Daandiibilisummaaf
Показати все...
Ilmaan oromoo qe'ee irraa buqa'an rakko cimaa kee jiran. Odeeffannoo #MN Adoolessa 11/2021 Kaaba oromiyaa godina Walloo keessatti buqaatoonni oromoo Finxaaleyyii Amaaratiin qa'ee isaanii irraa buqa'an rakko ulfaata kee jirachuu jiratoota itti dhiyeenyaa qaban irraa mirkaneefannee jira. Ilmaan oromoo Aanaa jiillee dhumuugaa eddoo gargaraa irraa buqa'an ammaaf wasan qurqur hangaa tokko mul'ataa jira malee hedduun ummata qe'ee isaanii irraa buqa'an rakkoo cimaa kee jiran. Gandi wasan qurqur kan mukaaf dhagaan isaa ibiddii itti shidamee gubatee kan gaaddisii namni jalaa taa'ullee hin jirre aduun baranaa sun irratti caamee amma roobaan akka malee qabamanii waan godhan dhabaaf roobaa kee rafaa jirachuu maddi keenyaa kun nuuf himee. Kan Aanaa Arxummaa furse silaa akka nama Awwalamee jirutti abbaan kanaa namni jedhuunu dhabamee mana barumsaa keessatti rakkataa jiru. Warrii magaalaa kamisee irraa maqaa wallootiin Lakoofsaa Baankii banee qarshiin irratti bu'aa turee yeroo saniif waan gadi niyaatanii fi hangaa tokko waan uffataa butanullee garuu ammaa yeroo ummati qa'ee isaatti deebihuu fedhuu kanatti callisuu filatanii akka jiran jiratootaa waan kana itti dhiyeenyaa qaban irraa mirkaneefannee jira. Akka jiraatooni komii ofii ibsataa jiranitti (Facebook Fb )gubatti qarshiin akkana dhufee kan jedhamu argaa jira malee lafatti ummata kee bu'anii wantti hojjatamee yeroo oowituu sanii as waan godhamee tokko hin arginee jedhuu. @Daandiibilisummaaf @Daandiibilisummaaf
Показати все...
Dhaamsa Jawaar Mohammed narraa qeebalaa Oromoo tiyyaa As Wr Wb akkam jirtuu nagayaa hidhaan qoraasuma dhiiraati guyyaa tuniis ni dabra waa akkasitti hin hafuu injifannoo fi bilisummaan wal garraa Jabaadha qabsootti fufaa je'e Hayyuun Jawaar mohammad ==================================== guyyaa har'atti beellama qabnaa turree fayyaa isaanii ilaaluuf sa'a dheeraa ulaa jala nu oolchanii booda ol nu naqanii Haallii Fayyaa jara amma wayyaa qaamaan huqqataniis Hamileen isaan Arbaa caalaa ksn garaa naraasee intallii Obboo Dajanee, Roobsaan Dajanee Xaafaa Bohaa turtee Abbaa isii ammo hin booyiin isiin ana mitti kan guddisee Oromootu isiin guddifatee bara Wayyaanee yeroon hidhaa jiru kan isiin nyaachiise ,barsiisee ,isiin jiraachisee oromoodha jedha Dhaamsa kiyyaa kun :- maatii qabsaawota mana hidhaa jiranii ,irraa wareegaman meeqaan keessaatu yaadate gargaara jira? @Daandiibilisummaaf
Показати все...
#Ammee —————— "Ibiddi Harka namaatiin qabatan nama hin gubu" Bilxiginnaan teessoo isaanii tikfachuuf jedhanii, ilmaan Oromoo gama hundaan akka muka qoraaniitti bobeessaa jiru. Lola Naannoo Tigraayii fi Amaaraa jidduutti deemaa jiruuf, milishootaa fi Poolisii Oromiyaa fe'anii deemuuf Konkolaataa TATA'n 150 qophaahee kaambii leenjii woraanaa magaalaa Bulbulaa galee jira. #HUB:- Ilmaan Oromoo woraana mootummaa abbaa irree kana keessa jirtan hundi dammaqaa. Mootummaa aangoo ofii dheereffachuuf jedhee ibiddatti isin oofu jala hin oofaminaa asi deebi'aa Ummata keessan cinaa dhaabbadhaa.” @Daandiibilisummaaf
Показати все...
☞︎︎︎"Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama." ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Показати все...
Akkuma beektaniif! Abiyyi Waraana Ethiopia fi Eritrea tigraay keessaa baasi jedhamnaan, Waraana Eritrea achumatti dhiisee ofiif biraa baafate. Tigraay Isayyaasif kennuu isaati moo Namichaan waraana kee baasi jechuu sodaatee callise?? Baruma akkam keessa jirra yaa jarana? Kan Jaarsi keessummaaf jaartii sireerratti dhiisee ofiif mana dhiisee deemu. 😂😂🤣🤣🤣🤣 Ayiii Yaa Bilxiginnaa!!
Показати все...
RAKKINA ☞︎︎︎"Baayinni rifeensaa,baayinni copha bokkaas, akkuma beekamuu hin dandeenye baayinni rakkinaas sammuu nama mulataa xureessuu hin danda`u. Namni akkasii madaala jireenyasaatii ni eega."
Показати все...
Dhimma Cufamuu Imbaasiwwan 30 tahanii irratti qondaala Ol'aanaa Dhimmicha itti dhiheenyan beeku tokko gaafannan yoo maal naan jedhe gaaridha? Kaan booda itti deebinaa Ammaaf "Birrii Xaffaa." Hariiron Biyyoota kanaan wajji qabnu fooyya'uu caalaa badaa deemaa jira. Guyyarraa waan gurra keenyaf tolu dhagahaa jirra kan jedhu qabadhuwii!!! 😁🤣🤣😂
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.