ISIILAAM HAYYATI channel ❣️
https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog BARSUMAA SEENNAA RAASULLATIF HADISAA ADDA ADDA
Більше251
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
*بســـــــــــــــــــــــــــــم الله الرحمن الرحيم الحـــــــــــــــــمد لله رب العالمين والصلاة والســـــــــــــــــــلام على رسول الله صلى الله عليه وســـــــــــــــلم اما بعد الســــــــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــــــكم ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه*_
═════════════
*Sennaa Hadhaa Mu'umintoottaa iraa Aishaa Bint Abu Bakrii Siddiqi Hadhaa mana Ergamaa Rabbii SAW*
Kutaa 2𝑓𝑓𝑎𝑎
Barumsaa Kalessaa Kessati Hadhaa Aishaa dhaa ilalee Maqaa ishi dhaa Ummu Romaan , Da'aad Bint Uweeymir Ibn Abdi-Shamsi jedhamti Madinati Du'tee Ergaman Rabbii Qabrii kessati ishi Gadi busee Awalee Kahee Jennee dhabanee
Aishan Mucaan xiqoo Tana RA Ummu Romani Bobaa ishi jalatii Gudistee jechudhaa
Hadhi Aishaa dhaa Dubarti Muminaa Akkasumasi intali ishidhaa Aishan Hadhaa Mana Rasuullaa Rabbii tii Abban ishi dhaa Abu Bakri Siddiqii Aishan RA Waggaa 5 Nabi Rabbii Ergamanti dhalatee Egaa Rasuulli Ergamani bodaa Waggaa Shanafti dhalatee Yeroo kan Umiri Rasuullaa Rabbii dhaa 45 turee jechaadha
Ergaman Rabbii SAW Aishaa Waggaa 7 oso jirtuu Qadhimatani Egasii Rasuulli Rabbii Aishani yeroo Umiri ishi 9 gahuu ishi Fudhani Hadhaa Mana Tasifatani jechu dhaa
Aishan RA ijaa Rasuullaa Rabbii jalatii Gudatee gafaa Rasuulli Rabbii umiri isaan 45 tahuu Aishani xiqoo Turtee Rasuulli Rabbii ishi ilalaa Gudatee jechudhaa Abu Bakri Siddiqii imoo Rasuullaa Rabbii tifi Hiryaa ykn imoo Waltii dhufenyaa Qabuu jechu Ergamaa Rabbii Waalini
Yeroo Hadhi Aishaa dhaa oso Lubbun jirtuu Rasuullii Aishaa Akkaa Gudistufii Ummu Romani Niti himaa Turee Akkaa Gudisaa Garii Akkaa Gudistuu Da'aad ti ykn Ummu Romaniti himaa Turee jechudhaa
Shairi indunsin Malii jedhee Afaan Aishaa iraa Akkaa Waan ishani Dubbatee godhee
Maali kan Akkanti Narti qalii kuni
Malii Agartee Kan Akkanit Hiryootaa isaati irti Qalii
Muhammadi Mana isaa kessati Nagudisee
Ani imoo intalaa Siddiqii Sahibaa Ahmadi Hiciti fi Mulatatii Hiriyaa dhaa isaan Abu Bakri fi Muhammadi isaan imoo Waalii jalatanii
Ani Mo Ni dhugomsee Sahibumaa isaani jettee Akkaa Waan ishani Jetetii Gurbani Shireeni kun dubatee jechudhaa
Aishaan islamumaa Kesaati Dhalatee Abotii Muslimaa lamaa jidutii Gudatee jedhani isaan imoo Abu Bakrii Siddiqii fi Ergamaa Rabbii tii jechudhaa
Aishan Ni Amantee Namoottaa18 islamumaa Fudhatani bodaa Namni Amanee 19 Aishaadhaa
Aishan oso Rasuullii Rabbi ishaa lalaa jiruu Gudatee ykn oli dhuftee jechudhaa
Gafa Tokkoo Rasuullii Rabbii SAW oso Rafanii Abjuu Arganii Abjuu kessati Ufaanii Hariraa iraa Dalagamtee Bifti isaa Dhaa Magarisaa ta,ee Sammi Gubbaa Ergama Rabbiti Gadii Butee Yeroo Rasuulli Rabbii Banee Laluu Ufataa Kutamaa Kan kessati Fulaa Aishaa Argee Ni jedhamaa Ergamani Rabbii Aishani dhaa Hadhaa Manaa Kee Kan Adunyaa fi Kan Akirtii
Ergamani Rabbii nii jedhee Guyyan Lamataa oso Rafaa jiruu jibiril Natii dhufee Amalee Ufattaa Hariraa iraa tatee Halunii isaa Magarisaa tahee Nati Fidee jibiril AS Ergama Rabbi tuu Akkan jedhaa
Ufattaa Kan iti Amsi Fulaa Aishaa Arganii Jibiri ni jedhee Rasuullaa Rabbii tini Yaa Muhammadi ishen Tun Aishaa dhaa Hadhaa Mana Tee Kan Adunyaa ti fi Kan Akiraa dhaa jedheni
Amasi Yero Sadafaa dhaa Ni dhagahee Yaa Rasuulli Rabbii kan jedhanuu Aishani Hadhaa Mana Tee Kan Adunyaa fi Tani Akiraa ti ishin Sifi Tatee jirtii Yaa Muhammadi ishi tun tetii kan jedhamuu Sagalee Dhagahee Rasuulli Rabbii SAW jechudhaa Kaan imoo Takkahu Sheyxani Takkahuu ilmi nama Maleeykatii Fakkachuu hin Dandahanii Nidhugomsani Rasuulii Rabbii jechudhaa
Gadi Ati Sababa Kadijjaa tin Si Mudatee Suni Cabisii Qaalbii kun Sababa kanani Siraa demaa jedhanini Rasuullaa Rabbii tin SAW Jibiriltuu Akkan jedhani jechudhaa RasuulliRabbiti jedhaa Sagalee dhagahaa jiraani Sheyxani Maleeykati Fakkachu hin dandahu jechudhaa Asiti Rasuulli Rabbii Rasuullii Rabbii Ni Gammadani Qalbin isaani Boqqonnaa Argatee😊Egaa Kaadijjaa dhabani Cabini Qalbii isaani Mudatee Gafaa kan Amoo Bakkaa Kadijjaatti Si mudatee Si Fayuu demaa Yaa Muhammadi Yeroo jedhami Rasuulli Rabbii Ni Gammadani Qalbin isaan Boqoonnaa Argatee jechudhaa🥰
jzk itii Fufaa
3900
*Assaalamuu aleyikum Waaramatullaah waabarakatuh*
_Sennaa ummu salamah RDA gabibsinee yoo ilaluu_
Ummu salamah Hindi Binti Abi Umayyaa ibni mugiraah al makizumiya jedhamati RDA hadha Mu'iminotaa irraa ishee tokko ammas hadha mana ergamatii SAW
Hadhaa Mo'ummintotaa irraa kani Xumaraa Akiramtee isheedhaa
Bakkii dhalotaa makka mukkarama bakka itti dutee madinaa munawaraa Idoon qabari ishee baqaati awalamtee
godansaa hijraa lamaa batee jirtii waraa duraa isilamuma fudhatee irraayii
gama habashatii dhiraa fi dubartii wallti gafaa Jelqabaa 86 turaan isaan kesssaa ummu salamahn takka turtee ergasii ummataa qureshii irraa heduu Isilamumaa fudhatee dhagahani kara makka debina ergamaan Rabbii Saallaallaa Aleyih wasalma mafi debitani
Jedhani hameenyii qureshoonii musilmafi qabuu itti fufee akka gama habashatii debi'aan ajaja gafas nama gama hijraati bahe 36 jedhuu dhiraa 122 dubartii 18 faha jedhuu الله اعلم
Abban mana ishee ergamaa Rabbii SAW duraa wajin turtee abu salamah /Abdallah bani abdul asad Al makizumiya
Ergasi erga akka kara madinaa godanini ergamaa Rabbiitiifi heyyamaani dhufee ergamaan Rabbii SAW akka dhufani tasisee gama madinaa hijaraa bahu egalani ummu salamah fi abu salamahns gama madinaa hijraa bahu kahan yero isaan kahani bani Al makizumiya akka ummu salamahn gara madina abba mana ishee wajin hin demane dhorkaan ati demii intala tenyaa dhisii jdhani
Ergas jiduu wal dhabin umume da'ima salamah kani isaan yero santi qabani isa jiduu wali harkati qabu isan intalaa tenyaa futee hin dematuu jedhuu jarii bani asad immo ilma kenyaa jedhani harkati qabu ummu salamah harka fudhani akksiti isheen ilma isheetii fi abba waara isheetin adda batee oso Rabbiin kadhatuu oso yaddoftu turtee turtee sun amatas jedhu Rabbii bekkaa
ganama hundaa batee baga itti ilmaa fi abba mana isheeti adda batee sani tessee bosii hanga galgali gahuti jedhu tokko tokko immo goda ykn garaa wayii iraa tesse bosii jedhuu الله اعلم
ergasi waarii bani Al makizumiya qalbii cabani yaddoo ishee argani mali gonaa azaban jedhini gama madinaa dematu heyyamaa godhafi yero kana bani asad bira dematee yaa bani asad Waara ko nafi heyyamaan jiruu ilmo ka nafi kenaa jetee keninifi gama madinaa demate ......kutaa 2ffaa
Dogogaraa jiruufi dhifamaa❣️❣️🫶
https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog
ISIILAAM HAYYATI channel ❣️https://t.me/joinchat/AAAAAEeCEtcXUFhN9eNZog
BARSUMAA SEENNAA RAASULLATIF HADISAA ADDA ADDA
4410

3400
Repost from Chess Bet
Furmaanni waa maraa
Rabbiin harka jiraa
Hardha addunyaa fi
Borummoo aakhiraa
Rahmata nuuf goonan
Ilaahin ol aanuu
Akka hojii keenyaa
Tabba takka hin baanuu
Badii xiqqoof guddoo
Meeqa balleessinee
Abbaa biraa hin qabnu
Isatti dheessinee
Rahmata nuuf godhee
Nuuf haa araaramuu
Azaaba isaarraa
Warra baraaramuu
Rabbiin nu haa godhu
Jara milkiin tolee
Addunyaaf aakhiraas
Cinqirraa ofkalee.........
-Qaasim Kadiir.
Join || @Sano_Haji7
15520
✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪⚪
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔴ORO FEDERAL ⚪
🔴SHAGAR SHAGAR ⚪
🔴ORO SPORT ⚪
🔴COVID19 ⚪
🔴LAMMAA MAGARSAA⚪
🔴GALMA JECHOOTA OROMOO⚪
🔴AFAAN OROMOO ⚪
🔴GALMA JECHA JAWWE⚪
🔴OMN NEWS MEDIA⚪
🔴OROMIA NEWS NETWORK⚪
🔴HUNDA BAKKA TAKKATI⚪
🔴ODUU KOROONA⚪
26610
🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥🖥
Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegramidhaan JOIN Godhadha.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻💻
👇👇👇👇👇👇
OMN
GNN
OBN
ONN
FIB
OFN
HUNDAAF
OROMO TV
VOA AFAAN OROMOO
7900
JECHOOTA HAYYOOTA
ORO FEDERALISM
JAWAR MOHAMMED
LAMMA MAGARSAA
MARARAA GUDINAA
BAQALAA GARBA OFFICIAL
HAYYOOTA OROMOO OFFICAL
HUNDAAF
9700
Maalummaa chanalichaa An sitti hin himu ofumaa itti seenii ilaalii. Chanalii filatamaa fi fudhatama guddaa Qabuudha, Arguun Amanuudha kanaaf dura laali
👇👇👇👇
🍎Fastaqim oro channal
🍎Jechoota Gagaariii
🍎oro channal
🍎Barartootaaf
🍎Hayyootaaf
🍎Ummataa islaamatif
🍎Muslim channal
🍎Ethio channal
🍎Jimaa channal
🏆Jawar channal 🏆
🏆Abiy channal🏆
2400
Показати все...
2200
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#
7800
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.