cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Hordofttu Sunna Rasula(saw)❤ official

@Islamicoficil https://t.me/Islamicoficil Kabajaan Nama tokko Amanti isaati Qabenyi guddaan isa Ammoo Sammu isaati Madalliin Namumaa isa immoo Amala isaati✍

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
245
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

sticker.webp0.22 KB
6.02 MB
ﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺﷴﷺ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g
Показати все...
Iccitii jaarsaafi jaartiin waliin qaban namaaf odeeysuun ykn wal saaxiluun guyyaa qiyaamaa fuula Rabbii duratti irra badaa namaa nama gooti. Hadiisa Abii Sa'iid Al-Khudriyyii irraa odeeyfameen, Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:- "Irra badaan namaa guyyaa qiyaamaa Rabbi biratti, nama jaartii isaa waliin rafee iccitii isii san facaase (namaaf odeeyse)" Muslimiitu gabaase عن أبى سعيد الخدرى رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم‏:‏ ‏ "‏إن من شر الناس عند الله منزلة يوم القيامة الرجل يفضي إلى المرأة وتفضي إليه ثم ينشر سرها‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏) ---- Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/shitoye143
Показати все...
Rahamani addan hin cinne Yoomuu siif haa ta'u kan Karaa kee dhabe yoomuu Galamă hin gahu ........ Yăă hăbibii Mûhămmĕd❣ ﷺ❣ فِـَـــَـــََدِاَكََ اَبٓٓٓي وََ اَِمَــََــيِ ياََرَســَــــوََِلَ اَللَه ❣ﷺ❣ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ❣ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g
Показати все...
Nama Halkan Malaaykaan Wajji Bultu Beektuu ? ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• ~Abdallaah Bin Umar irraa (Rabbi Isaan lamaan irraa haa jaalatu), Ergamaa Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Akkana jedhan:" Namni ququlleeffatee'¹' bule,malakaan uffata qaama isaatti aanu keessa bula!. Yeroo inni halkan keessa dammaqu;malakichi suni:"Yaa Rabbi gabricha kan kee kanaaf aararami,inni qulqulleeffatee bulee" jedha!!" Hadiisichi Qulqulluu dha! قال الإمام الألباني-عليه رحمات الله-:هذا حديث حسن صحيح" ________ ¹-Qulqulleeffannaan kuni;bakka lamatti qoodama; 1/Inni duraa;qulqullina isa qaamaa yoo tahu,suni ammoo;wadda'achuu (Wuduu'a godhuu) ykn wiissifachuu dha. 2/Inni lammataa;qulqullina keessaati,sunis badiifii dogoggora irraa gama Rabbii (Towbaa) deebi'anii keessa ofii dhiqanii buluu dha.... من كتاب (فيض القدير) للمناوي -رحمه الله- Hirriba dura wadda'atanii/weysifatanii rafuun bu'aalee armaan gadii qaba; -Sheyxaanni namatti taphachurraa ni baraara,waan malaa'ikaan nama wajji bultuuf -Namni fuula Rabbiitiif qophaa'ee buluu irratti nama gargaara -Dhukkuba xiin-sammuu guyyaa keessa nama borjaajessaa oolan irraa akka baraaraman ni gargaara -Dhukkuboota baakteeriyaa dhaan daddarban,sababa qulqullinni qaamaa hin jirreefis nama mudatan irraa nama ni barara -Hirriba qulqulluu,abjuu fokkotaa,hirriba keessa gurufuu irraa nama tiksa -Araarama Rabbii argachuufis carraa guddaa namaaf bana. Nagayaan Bulaa! Abjuu Keessan keessatti Nabi Muhammadiin isin haa garsiisu صلى الله عليه وسلم <<Alarmii Salaata Subhii Hin Dagatinaa>> By: Qilleensi Nasrii Bubbise ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g
Показати все...
𝑹𝒖𝒛𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒍𝒎𝒊𝒄 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𑁍

~Dubartiin salaata shanan salaattee ~Baatii Ramadaanaa soomantee ~Qaama ufii haraama irraa tiyifate ~Abbaa manaa ishetifi ajajamate, guyyaa qiyaamaa " Balbala jannataa tan barbaaddeen senti jedhan, ~Yaa rabii wara sana irra nuu godhi ☝️

📚Barumsi Keenya Har'aa kana fakkaata! ●Barumsa Eega Sirritti Hordoftanii Booda Liinkii asiin gadii tuquun Gaafiwwan Madaallii hojjadhaa. 🔗Liinkii Gaafiwwan Barnoota Guyyaa 3ffaa👇 •https://forms.gle/VPWhCFvvC8rwaKfh7 #Hubadhaa: Gaafilee Deebisuun Qaama Sagantaa kanaati💡 Rabbiin isin haa Jajjabeessu. Waan Kheeyrii HUNDAAF isin haa waffaqu🌹 https://t.me/Africa_Academy2
Показати все...
Gaafiiwwan Madaallii (Leenjii Hojii Qalbii) Guyyaa 3ffaa

Gaafilee Armaan gadii DHUGAA yookiin SOBA Jechuun filadhu.

PDF (5)
Показати все...
Leenjii 'Hojii Qalbii' (5) PDF.pdf5.87 KB
AUDIO (5)
Показати все...
Audio-Leenjii 'Hojii Qalbii' (5).mp35.99 MB
Guyyaa Sadaffaa: Barnoota Shanaffaa Hojii Qalbii keessaa: DHUGAA https://youtu.be/otcOtjkfvc4
Показати все...
Guyyaa Sadaffaa: Barnoota Shanaffaa (5) Hojii Qalbii keessaa: DHUGAA

Leenjii 'Hojii Qalbii' Dr. Abdallaah Kadiir

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.