cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

JESUS CHRIST IS COMING

Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira; yommus adduma addaan akka hojii isaatiitti gatii isaa in kennaaf*. Mat:16:27 Chaanaalii Keessaan! Subscribe our youtube channel👇 https://youtu.be/9_zR-11-rpA

Більше
Рекламні дописи
20 591
Підписники
+4524 години
+3787 днів
+88330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from N/a
Фото недоступнеДивитись в Telegram
💙Get 100K Followers on tiktok in 10 minutes♨️♨️👇
Показати все...
⭕️Tiktok Followers⭕️
💠Get Now💠
Sagantaan keenya guyyaa harraa kana fakkaata ture. Kanarattis goolabama❗️ Hamma torbaniitti torban gaarii siniif hawwina❗️ Youtube kenya Subscribe nuuf godhaa 👇 https://youtu.be/XeBCutO1UFg?si=A26g2GDyU0zwy70Q Gudda galatoma🙏 Ayyaannii siinif haa bayyatuu #Maaraanaataa Yesuus ni dhufa❗️❗️❗️❗️✝
Показати все...
8🕊 2👍 1
Gaaffiilee macaafaa Dhugaa ykn soba 1) Macaafni Zakaariyaas raajichaa boqonnaa 13 qaba. Deebii: Soba 2) Yesuu bartoota isa muraasa fudhate gaafa gaara irratti ol bahe guyyaa 6 booda dha jedha macaafni. Deebii: Dhugaa Filadhu! 3) Yesuus bishaan irra deemaa gara bartoota deemuu isaan dura bartoonni gara biyya mal jedhamu deemani? A.Galiilaa B.Betsayidaa C.Yihuudaa D.Deebii hin qabu Deebii:B( — Mar. 6:45) 4) Haadhi dubartii morma Yohaannis cuphaa gaafatte maqaan ishee eenyu jedhamti? A.Saphiiraa B.Liidiyaa C.Herodiyaas D.Heroodis Deebii:C 5) Yo’aanaan haadhi manaa Kuuzaa eenyu dha? A.haadha manaa mootii dha. B.Dubartii ejjituu dha. C.Obboleetti Maariyaam dha. D.Bartuu Yesuus dha. Deebii:D Deebii gabaabaa kenni! 6) Namichi Yesuus mana isaa waan galeef qabeenya qaburra wallakkaa isaa warra deegaa dhaf laate eenyu jedhama? Deebii:Zakiwoos 7) Maqaa dubartoota Yesuus duukaa buhani tarreessi! Deebii:Maariyaam magdala,Yo'aanaa,SusaanaaLuq:8:1 8) Namichii Naazireet keessaa waan gaariin bahuu dandahamo jedhee Filiphoosiin gaafate eenyu dha? Deebii: Naatinaa’eel (yoh:1:46) 9) Bishaan kuufamaan masaraa mandara Yerusaalemitti gashu bukke dhan jiru maal jedhama? Deebii:Betzataa(yoh:5:1) 10) Yesuu karaan gara abbaatti geessu isa tahuu isaa kanini itti dubbate wangeela kam keessatti dha? Luqisii isaa himi! Deebii: Yoh:14:1-14
Показати все...
6👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namoonni badhaasa guyyaa harraa gaaafii olaanaa deebisuu dhan dorgommii kana moo'atan beekamee jira. Namoonni kunis👇 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 1,Sadarkaa tokkoffaan gaaffii 10 keessaa 8.5 deebisuu dhaan #Dawit 2,Sadarkaa lammaffaan gaaffii 10 keessa 8 deebisuudhaan #Waaqtolee 3,Sadarkaa sadaffaan gaaffii 10 keessaa 8 deebisuun #Dawit_kenea Dorgommii kana mo'atanii jiru!! 🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 Baga Gammaddan!!!!! Badhaasa keessan fudhachuu ni dandeessu. Share💥share💥Share    @jesuschristiscomingforus          📌JOIN📌 Comment✍️ @Jesusisonroadbot
Показати все...
6👍 3
Namoonni dorgommii guyyaa harraa kana moo'atan adda baafamanii jiru❗️
Показати все...
10
Namoota dorgommii guyyaa harraa moo'atan adda baafnee sinitti himna nu waliin ture lallaba wangeelaa dhaggeeffachaa nu eegaa❗️
Показати все...
9
Daqiiqaan siniif kenname dhumeera kana booda deebii hin simannu❗️
Показати все...
👍 3
Daqiqa 15 siniif laannera hunda isa bakka tokotti sahati siniif kenname keessati karaa karaa kanaa nuf ergaa❗️👇 @JCSupportteam
Показати все...
7🔥 1
Deebiiwwan keessan bakka tokkoti karaa @JCSupportteam kanan nuf erguu dandeessu. 🙏
Показати все...
3👏 1
Deebii gabaabaa kenni! 6) Namichi Yesuus mana isaa waan galeef qabeenya qaburra wallakkaa isaa warra deegaa dhaf laate eenyu jedhama? 7) Maqaa dubartoota Yesuus duukaa buhani tarreessi! 8) Namichii Naazireet keessaa waan gaariin bahuu dandahamo jedhee Filiphoosiin gaafate eenyu dha? 9) Bishaan kuufamaan masaraa mandara Yerusaalemitti gashu bukke dhan jiru maal jedhama? 10) Yesuu karaan gara abbaatti geessu isa tahuu isaa kanini itti dubbate wangeela kam keessatti dha? Luqisii isaa himi!
Показати все...
👍 8
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.