cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Kunfaa yakun🤲🤲🤲

[email protected]

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
209
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Naamusa salaamtaa Nabiin (s.a.w) akkana jedhan “Jannata hin seentan hanga amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, mee waan yoo isa hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu tessanitti.” muslimtu galmeesse. 1. Muslima hundarratti salaammatuu. Kamii hojii islaamaattu caala jechuun gaafatame nabiin (s.a.w) Akkana jedheeti deebisaa godhe “nyaata nyaachista, salaamtaa qaraata nama beeytuufii kan hinbeynerratis.” bukhaariifi muslim. 2. Salaamtaa daddafsiisuu. Nabiyyiin (s.a.w) Akkana jedhe “caalaan isaan lameenii ka salaamtaan jalqabe” bukhaariif muslim. Ammas nabiyyiin akki jedhe “xiqqaan guddarratti haa salaammatuu, kan deemu ka taa’urratti haa salaammatuu, namni lakkoofsaan waaxiqqoon heddurratti haa salaammatuu.’’ bukhaaritu odesse. 3. Salaamtaa deebisuu. Dura salaamtaa jechuun sunnaa jaalatamtuu, ammo deebisuun waajiba dirqama.salaamtaa ta sagaalee taatuu ta barruu taatuu yogguu siin jedhamte deebisuun dirqama, abbaa jedhe san agartu arguu baattuu. Aayyoo Aaishaan (r.a) akki jette Nabiin (s.a.w) akkana naan jedhe “yaa Aaishaa jibriil kanaatu salaamtaa siin jedha” jennaan isiinis osomaa isa hin argin wa’aleyhissalaam warahmatuLlaahi wa barakaatuhuu’’jette. Bukhaaritu odeesse. 4. Salaamtaa irra deddeebi’uu. Nabiyyiin (s.a.w) akkana jedhan “tokkoon keessan obboleessa isaatti yogguu dhaqe haa irratti salaammtuu, egasii yoo gidaarri, yookaa, dhagaan, yookaa mukni isin jidduu bahees irrumatti salaammadhu.’’ abuudaawud odesse. 5. Yeroo salaamtaa harka wal fuudhuu. Nabiyyiin keenya (s.a.w) akkana jedhan “Kanuma tahe haa tahuu muslimtoonni lama walitti dhufanii harka wal fuunaan osoo isaan addaan hin bane isaaniif araaramamu malee hin hafan.” abuu Daawud odeesse. 6. Joollee daa'imarratti salaammatuu. Anas ibnu maalik (r.a) akki jedhe Nabiyyiin keenya joollerra dhufeeti irratti salaammate jedhe’’ muslimtu odeesse. 7. Salaamtaa yeroo deemsaaf ka’anii. Nabiyyiin (s.a.w) akkana jedhe “tokkoon keessan teessootti yoo dhufe haa salaammatuu, yoo taa’uu fedhe haa taa’uu, eegasii yogguu ka’u haa salaammatuu, ta duraa ta boodaarra jabeeyfamtuu miti’’ tirmizii fi abiidawud odesse. 8. Salaamtaa barruufii midiyaarraa dhufte deebisuu. Sheek abdul’aziiz ibnu baaz Rabbi rahmata isaa haa godhuu akki jedhe “bakka akkanaa tanatti salaamtaa deebisuun fardii walirraa gutani. inni hedduu ummataatii waan salaammatuuf gariin isaanii deebisnaan ni gaya. ammoo haa tahuu irra caalaan hundi nama dhagayee deebisuun barbaachisaadha. ragaan kan waliigalaa waan taheef.’’ Majmuu’a fataawii ibnubaaz 693\9. Naamuusa teessuma Naamuusa hirriiba Naamuusa salataa Naamuusa karaa demsaa fi Akkataa salataa nabiyyii (S. A. W. ) Argachuuf https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha Join sher ☝️☝️☝️☝️👆👆☝️ waliif gochuun miseensa keennaa ta'aa
Показати все...
Kunfaa yakun🤲🤲🤲

[email protected]

As wr wb 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 ergan koo obboleeyyan akkiraa warra dubartootatif ✅ Muuziqaa fi karaa haramatin kaan dhiratti bilbiltan kabajaa qulqullummaa keessanii fi eenyummaa keessaan kan rakasaa gootu, karaa midiyaale Hawaasa garagaratin fodadhan bataan kan kaayyoo hin tanee irraa jiratan jaalatan jibbitan guyyaa tokkoo inumaa dutaa siree jana'izaa saan irraa numaa ciftaa jalaate osoo hin taane dirqidhan ✅Yadadhuu yaa obboleettii too siree jana'izaa saan irraa yeroo ciftu kophamaa keti malee hiriyoota, Mati tokkollen si wajjin irraa hin cisan marree guyyaa saan Rabbiin maal jechuu tesaa of yadadhuu ✅Rabbiin waan ati hojjatuu osoo hin ta'in kan ati garaa kee kessatti yaadeyu ni aargaa ✅NAA argaa osoo bektu haqaa rabbii irraa haqaa namaa caalchistee Guyyaa saan Rabbiin maal jechuu tesaa Guyyaa tokkoo tasaa guyyaan kee gahee siree jana'izaa saan irraa cifte siree saan irratti dhiqamudhaf tesaa 😄GARUU YAADATE BEEKTAA? ✅Siree saan irratti dhiqamtee carqii firee sadi'i qofaan maramte adduniyaa irraa carqii kaanafi amala kee malee yeroo wantii tokkoo si wajjin hin bunne qabrii ✅Namaa Rabbiin rahmata godheef malee irraa baay'een namaa yeroo cidhaa isaani qamaa isaani dirree baasan keessaa jirraa ✅Nabbiyyiin rabbii (S. A. W. ) Akkii jedhaan ummataa kiyyaa kessaa iraa caalan waaraa azaaba dubartoota qamaa isaani dirree baasanidha jedhaan ✅ YAA RABBII !!!!!!!!!!!!!!!!!!! ibbidi Addunyaa ibbidaa jahanaam irraa hangaa Caaltuu beektaa??? Yaa rabbii ibbidaa jahanaam irraa najaa nu baasii ✅ yerro amma kanati cidhaa isaani muuziqaa garaagaraatifi daansi dhiraa fi dubara walitti naqamani danasaan, akkasuma cidhaa manaa dhisaani Dirre irratti fi hootelaa garaa garaa keessati yeroo godhataan keesaa jirraa Namaa Rabbiin rahmata godheef malee irraa baay'een namaa waan kanaa irratti kufee jiraa ✅Rabbiin sodadhaa Yaa obboleeyyan tiyyaa namaa yeroo cidhaa isaani uffataa cidhaa ufatee osoo hin fudhiin ykn osoo hin herumne kan boollaa seenee meqaa meqaa ✅Yaa obboleeyyan tiyyaa duniyyaa gabaabaa kanaaf maaf cinqamtaan kaan ADDUNIYAAN tun deertu itti fakkaatee sin sobin ykn hin gowwomin bay'ee gabbabdudhaa 👉 Ergaan koo kan biraa ✅ Ijaa keessan kaan kulaatani fi qaamaa keessaan dhiraati garsisuuf kan quulaa demtaan of eegi 🔥 Kessattu idoo kanaa irratti naaf qalbefadhaa ✅. Fuula keessan dilbataan kaan garaa galchitani fi jalabibaa ufaatani waan Rabbiin loolchisu dalagdaan of eegi daangaa rabbi hin tarkanfatin ✅. Rabbiin si argadhaa dubartoota maqaa fi eenyummaa keessaan jalaabiban fi hijaaban dhoksite social media irratti waan haramaa hojjatu miidiyaa hawaasa irraati obboleeyyan ketiti guufu tatuu of eegi ✅. Abboo Kanaa nurraa dhiisii sin dhagahu kaa yoo kan jetuu tatee rabbiin loolchisaa jirtaa bekkii Rabbiin gafururahim jettee hin sobamin waan taatu hin bektu ✅. Obboleettii tiyaa social media irraatti eenyummaa isaani dhoksaani namaa nyachuu barbaadan dhiirti jirtii jireenyi isaani fedhiin isaani dubartoota fedhii isaanitiif jechaa ittii fayyadamuuf kan dhaabbatan jiruu waan ta'eef of eegi. 👉. Rabbiin sodaadhu fayyaa hangaa kanaa ga'uu Rabbiin sif kennee isaa hin eegatuu tanaan daqiiqaa garaa sakanditii garaa siree jana'izaa irraa ciftuu si godhaa garaa rabbii debbi'ii DU'UU kettin duraa Dubartiin biraa immoo jirtii yeroo manaa Baatuu fuula isii dibataa dibate,ijaa isii kulaate, hidhii ishii dimesitee , qomaa ,harkaa ,lukaa ,rifeensaa ishii qullaa gootee surree kahatee ,ufaata isii qaqqabu kahatee manaa Baatuu ergaan isaa 👇 1️⃣. Anii isiniif rakkasaa 2️⃣. Garaa kootii goraa 3️⃣. Zinaadhaf qopha'ee 4️⃣. Aana argachuuf 5️⃣. Dhammati bay'ee sin gaafatu 6️⃣. Naatii kalaahati Rabbiin wajjin waraanaa walitti haa banuu faalaa jechaa rabbii haa yaanu ergaa isaati
Показати все...
Obboleettii tiyaa taan karaa kanaa kessaa jirtu Rabbiin sodaadhu garaa rabbii deebi'i Rabbiin waan sitti caal jedheef dalagaa kee sitii jalaate osoo hin ta'in rahmata qabeessa fi haa ati garaa isaa debituf sitii caalise malee akkaa atii badii hojjaten si aadabu ni danda'aa turee ✅. Obboleettii tiyaa taan badii irraa jirtuu garaa rabbii keeti debbi'a wallahi waabillahi Rabbiin namaa garaa isaa towbaa taasise qebbaladhaa akkasumas badii isaa garaa keyrii isaaf jijjiraa marree maal eegdaa DU'AA'IN KEESSANIN NA HIN DAGATINAA NAMNII RABBIIN SODAATU EERGAA KANAA SHER GOCHUU HIN DAGATINAA YOO SABBABA ATTI SHER GOTEF NAMNII TOKKOO BADII IRRAA DEBBI'EE RABBIN AJRII GUDDADHAN SADARKAA KEE JAANATA KEESSATTI OL SI FUUDHAA https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha https://t.me/yoolalandhagayoonyatandhadhaasha
Показати все...
Kunfaa yakun🤲🤲🤲

[email protected]

Repost from Turkish Series
Показати все...
Mehmed Fetihler Sultani 26 ተርጓሚ አሊ መህዲ.avi548.69 MB
Kurulus Osman 266 ተርጓሚ አሊ መህዲ.avi524.98 MB
Kurulus Osman 265 አሊ መህዲ.mp4607.43 MB
MEHMED FETIHLER / መህመድ ፈቲህ            ክፍል፡ 25    የቪዲዮ ጥራት 📎: HD          ✅በትርጉም🇪🇹 👉 @MehmedEthiopia 👈 👉 @MehmedEthiopia 👈 የ ዩቲዩብ ቻናላችንን 👇👇ሰብስክራይብ ያድርጉ https://youtube.com/channel/UCGRP4oXIVqSYkhg76cZbAdw
Показати все...
Mehmed Fetihler Sultani 25 አሊ መህዲ.mp4589.23 MB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🛡⚔️ 🅂ELEHADDIN 🄴YUUBI 51A.B & 52A.B ⚔️🛡 በትርጉም አመሻሽ ላይ
Показати все...
ያለ ትርጉም
Показати все...
SELEHADDIN EYUUBI  51A.B & 52A.B ያለ ትርጉም.mp4873.74 MB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🛡⚔ 🅂ELEHADDIN 🄴YUUBI 51A.B & 52A.B ⚔🛡 ያለ ትርጉም
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.