cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

GIRRISAA@CULULLEE

Culullee

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
183
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

-Jawar Mohammed jechuun nama osoo qawwee hin hidhatiin diina qalamaan kuffisee nutti agarsiise. -Nama osoo Aangoo hin argatiin biyya nagaadhan bulchee nutti agarsiise. -Nama mul’ata guddaa qabuu. -Nama fakkeenyummaa guddaaa qabuu. -Nama kutannoo dinqisiifamaa qabuu. -Nama akka Amala Neeysal Mandeellaa walfakkaatuu qabu. -Nama mana hiidhaa keessa osoo jiru Abdii fi kutannoo mul’ata isaa tan boruu dubbatu. -Tokkicha Omishtuu warshaa sabboontoota fi gootota hayyoota kumaatamaa. -Jawar jechuun qabsa’aa qofa osoo hin taane warshaa sabboontoota, goototaa, hayyootaa fi falmattoota waardiyyaa Oromoo fi Oromiyaati. Jawar waaqni abbaa haqaa kan murtii kennu inni abba haqaa waaqayyo mana rakkiinaa san keessa sii haa baasuu. Abbaa haqaa haqoo haqa waaqni abbaan haqaa mana rakkiinaa kan siin hin mallee san keessaa rabbii sii haa baasu!
Показати все...
Waraanni Bilxiginnaa hanqina meeshaa lolaa fi hanqinni nyaataa akka isa mudate himamaa jira. Guyyaarraa guyyaatti moo’amaa deemuun jaraa waraanni PP mooraalii dhabee salphaatti akka harka kennatu taasisaa jira. Waraanni Tigraay ammoo tooftaa qaxxaamuraan waraana PP hojiin ala godhu fayyadamaa jira jedhu. Waraana bifa kanaan deemaa jiru ilmaan hiyyeessaa itti bobbaasuun lubbuu qisaasuudha. Loltuu baay’ee qabaataniif hin moo’an. Kaayyoon lolaniif jiraachuu baannaan loltuun mooraalii hin qabaatu. Loltuu kaayyoo qabu tokkotu kuma of dura hiriirsa. Ilmaan Oromoo achi deemtanii hin dhuminaa! Bosona Oromiyaa seenaa saba keessaniif falmaa! http://t.me/Girrisaficulullekoo
Показати все...
GIRRISAA@CULULLEE

Culullee

Seenaan Bara dargii deebi’ee…. Maatiin ijoollee ofii Kaadiroota Bilxiginnaa jalaa dhoksuuf iddoo baay’eetti rakkachaa akka jiru Odeeffannoon nu gahu ni Ibsa. Falli isaa Fincila wolirraa hin cinnee eegaluu qofa. Taa’anii gara du’aa deemuuf murteessuu irra!
Показати все...
Jawaar Mohammed - May 31/2020 Kanaas jedhee ture :- “GORSA: Dabballoonnifi qondaalonni Bilxiginnaa jidduu kana jecha 'baandaa' jedhu irra deddeebi'anii dubbatu. Jechi kun Afaan alagaati. Nama ykn garee dantaa, ilaacha ykn ejjannoo sabaa ykn biyya ofii ganee orma jalatti hiriire jechuudha. Kan saba ganee ormatti gale. Kan alagaa faana hiriiree eeboo harkaa qabu saba ofiitti garagalchee darbatu jechuudha. Namnii/ gareen akkasii eenyu akka ta'e ammaaf ummataaf dhiifnee, baandaa jechuun Afaan Oromootiin KITTILLAYYOO jechuu akka ta'e wal haa hubachiifnu. Kanaafuu arrabumaafillee afaan alagaa ergifachuu dhiisaatii afaanuma keenya kan jechi isaa cirracharra baay'atutti fayyadamaa jechuufi :” http://t.me/Girrisaficulullekoo
Показати все...
GIRRISAA@CULULLEE

Culullee

Mootummaan Tigraay boojuu haaraa itti aanee seenuuf lafa qopheessuuf jecha boojuu duraan turerraa 1000 har'a gadhiiseera. http://t.me/Girrisaficulullekoo
Показати все...
GIRRISAA@CULULLEE

Culullee

Albamiin Hacaaluu “Maal Mallisaa” iTunes Worldwide Chart irratti sadarkaa 3ffaa irratti argama. ====//==== Albamiin Hacaaluu Hundeessaa Waxabbajjii 28 gadhiifame “Maal Mallisaa?” jedhu, gabaa muuziqaa internetii iTunes irratti, albamoota addunyaarratti hedduu gurguraman keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama. Albamiin kun Kanaadaa fi Awustraaliyaatti albamii hedduu iTunes irratti gurguraamaa jiru sadarkaa 1ffaa irratti argama. US keessatti ammoo sadarkaa 2ffaa irratti argama. Albamiin kun biyyoota hedduu keessatti sadarkaa 'Top 10' jedhaman keessaa galee jira. Chaartiin kun sa'aatiidha sa'aatiitti akka gurgurtaan dabalaa ykn hir’achaa deemeen kan geggeeddaramaa deemudha iTunes chaartiin albamoota weellistoota sirbi isaanii gabaa intarneetaa ITunes Store irratti gurgurame waliin madaaluun kam akka caalaatti gurguramaa jiru sadarkaan kaa'a.
Показати все...
Sirbi Albamii Hacee "MAAL MALLISAA?" jedhu waxabajji 21/2013 Wixata dhufu kana akka eebbifamu hedu oromoonni hundi hawwii guddan eega jirra. Kanaaf yadanno Hacee akka ta'u Warroonni T-shirt Hacee kana gadi barbaddan kara lakkofsa bilbilaa 0911286636 0910771464 nu argachu dandettu tesso kenna Adaama " Jirra.. Jirra..jirraa....jirra Jirra..jirra..jirraaaa Jirra.. Jirra..jirraa....jirra Jirra..jirra..jirraaaa Jirra bullee barii arguuf Garaa nu ballisee yaa nuhii.. Yaa nuhii Yaa nuhii.. Yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii/4..."😭😭😭❤️❤️❤️ http://t.me/Girrisaficulullekoo
Показати все...
Yakka ittiin himatame irraa bilisa jedhamee namni gadi dhiifame haala kamiinuu Mootummaatu gadi dhiise hin jechisiisu. Adeemsa seerri barbaadu keessa darbee ragaan yakkamaa (balleessaa qabaachuu isaa mirkaneessu) dhabamnaan manni murtii bilisa ittiin jedha. Kuni aangoo Mana murtiiti. Mootummaan ykn paartiin biyya bulchu adeemsa akkanaatiin gadi dhiisuu hin danda'u. Kanaafuu, ololli mootummaan hidhamtoota siyaasaa gadi dhiisaara jedhu daldala siyaasaa nama seera hin beekne ittiin gowwoomsuuf gadi baasaaniidha waan ta'eef ummanni keenya irraa of eeguu qaba.https://t.me/Girrisaficulullekoo
Показати все...
GIRRISAA@CULULLEE

Culullee

AMMEE: Jaal Abdii Raggaasaa murtii manni murtii kenneen erga gad lakkifamee booda deebifamee qabamee jira. Humnoonni mootummaa Qaallittii naannoo Masjiidaa'tti deebisanii Jaal Abdii Raggaasaa fi Jaal Jabeessaa qabanii hidhanii jiru.
Показати все...
Gindabareet ============ Waraanni mootummaa, Gindabirattitti, midhaan daldaltootaafi hawaasaa kan konkolaataan fe'emee deemu, shaneef guurtu jechuun irraa buufachaa jira.
Показати все...