cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

🌷🌾💐🌾🍃🎋Prosperity 🌾💐🍃🎋

PROSPERITY FOR EVER!

Більше
Рекламні дописи
497
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Oromummaan kabaja Oromiyaan badhaasa Diina oromoo cabsu Nutu of irraa dachaasa Qaama nu mormu kamuu Kaanee dura dhabbanna Saba nu jibbu kamuu Tokko taanee falmanna Tokkummaa keenya cimsuuf Ni dhaabbanna wol cinaa Qaama bakkeedhaa dhuftee Jibbaa keenya labsituuf Oromoon koo wol taanee Bakketti ishee galchina Hin feenu qaama kamuu Kan tokkummaa keenya jibbu Oromoon koo ammarraa Saba waan isaa tuqeef Haa hammaatus haa jabaatus Yoomuu dhiifama hin qabu.
Показати все...
Adolessaa 1/2014 [WPBBMD] Akka qorataan beekamaan Anthony D. Smith jedhamu barreessetti sabni tokko akka sabaatti beekamuuf wantota akka ragaatti lakkaawwaman gurguddoo keessaa tokko gootota waloo qabaachuu amanuudha. Gootonni kunneen warra dagaaginaafi bilisummaa sabichaatiif yaadatamaniifi seenaa keessatti iddoo addaa qabaniidha. Fakkeenya dhaloota itti aanuuti. Gaarummaa (virtue) guddaan yaadatamu jedha qorataan kun. Goota waloo himachuun mallattoo tokkummaa ta'uu dubbata. Siidaawwan goototaa initiative PMNO Obbo Shimallis Abdiisaatiin manneen barnootaa Ifa Boruu Bultii addaa keessatti ijaaramanii eebbifamaa jiran yoon ilaalu saba jabaa, himata tokkoofi hidhata jabaa qabu ijaaruuf mul'ataafi kutannoo jiru agarsiisa. Gootonni siidaan isaanii Manneen Barnootaa Ifa Boruufi dhaabbilee biroo keessatti ijaaraman warra naamusa olaanaa qaban, tokkummaafi qananii sabaatiif wareegaman, kanneen dhaloonni irraa baratuudha. Gootota walooti. Gootota kana ganda dhalootaa isaanii keessaa baasanii akkuma isaan Oromoo maraaf bakka Oromoon jirutti ijaarsisuun ammoo mul'ata saba tokkoome, dhaloota naamusa qabu, of bira darbee sabaaf yaadu ijaaruuti. Hiikkoon isaas dhaloota dhufuuf guddaadha. Facaatii Siidaawwan kanaa yoo ilaallu: 1. Siidaan Haile Fidaa .... Dodolaa (M/B Ifa Boruu Dodolaa), 2. Siidaa Qees Guddinaa Tumsaa (Haramaayaa- M/B Ifa Boruu) 3. Siidaa Dr Sheik Mahaammad Rashiid ( YNO _ Baatuu), 4. Siidaa Abuna Pheexiroos (Magarsaa Badhaasaa) _ M/m Ifa Boruu Nageellee Booranaa, 5. Siidaa Looreet Tsegaye Gebremedin/Qawweessaa ___ Akkaadaamii Hoggansa Oromiyaa, Adaamaa, 6. Siidaa J/ Taaddasaa Birruu .... M/B Ifa Boruu Najjotti, 7. Siidaa Onismos Nasib (Abbaa Gammachiis/Hiikaa) ...... M/B Ifa Boruu Ambootti, 8. Siidaa Sheik Bakrii Saaphaloo ..... M/B Ifa Boruu - Boorana, 9. Jen Waaqoo Guutuu fi akkasumas kannen biroo.
Показати все...
Repost from N/a
Galateeffannaa Bulchaa Godinaa Like,Share,Comment,Post gochuudhaan hawaasa isaan galateeffatan biraan gahaa. https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=pfbid0Au6Dg1Deg87muewh3xkn6xxx3Myf7guL4LKmVdrA4YHcefGEjiw74aeFzXFo8cKdl&id=100010339981327
Показати все...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Repost from N/a
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.