uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Відкрити в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Показати більше
Країна не вказанаКатегорія не вказана
769
Підписники
+824 години
+567 днів
+12730 днів
Архів дописів
Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ

Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa
Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa fudhatan hedduu ta'aniif Barattoota koorsii hadiisaa keessatti akka walii galaatti qabxii ol-aanaa galmeessan yeroo dhihootti adda baafne kan isin beeksifnu ta'a!! 📚 Koorsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa Guyyaa boru irraa eegale kan jalqabu ta'a. 📖 Imala beekumsa keessanii ammaas nu waliin itti fufaa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a. 📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!! ☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan
Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalee hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara gar
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna. ✅ Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin: 📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu. 🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti  deebitanii qoramuu dandeessu. ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!! 🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoota keenya kabajamoo qormaata xumuraa barnoota Hadiisaa hojjattanii jirtuu??

اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎

📢 Yaadachiisa Cimaa. Barattoonni haarawa galmooftan ykn sababa tokko tokkoon qormaatilee darban qoramu hin dandeenye qormaata kana qoramuu ni dandeessu. 🔖 Kanaafuu barattoonni haga amma qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!! 👉 Linkii Qormaataa!! 👇👇👇👇👇👇👇 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66

Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata f
Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata fudhachuu hin dandeenyee nutti himaa jiru. 📌 Sababoota kanneen ilaalcha keessa galchuun qormaata xumuraa carraa xumuraatif guyyaa tokkoof (sa'atii 24f) banaa akka ta'u goone jirra. 🔖 Kanaafuu barattoonni haga ammaa qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!! 👉 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa barattoonni 11,000 ol qoramanii jiru. Atihoo qoramtee jirtaa?
Anonymous voting

📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Hanga ammaatti
📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Hanga ammaatti warri qormaata hin fudhatin ammuma qormaata fudhadhaa, carraa keessan hin dabarsinaa!! 🏆 Qoramaa, Badhaasaafis dorgomaa! 🔥 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh

📣YAADACHIISA CIMAA!! ➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaata xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700
📣YAADACHIISA CIMAA!! ➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaata xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700 ol qormaatamani jiru. Isinhoo?? ➡️ Barattoonni sababa gara garaatin hanga ammaatti qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan guyyootti hafan keessatti fudhaa!!! 👉 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

“Leenca wajjiin adamsuu yoo barbaadde, saree wajjiin hin fiigin. Mul’ata kee guddaa namoota mul’ata xiqqaa qabanitti hin kenn
“Leenca wajjiin adamsuu yoo barbaadde, saree wajjiin hin fiigin. Mul’ata kee guddaa namoota mul’ata xiqqaa qabanitti hin kennin.” “If you want to hunt with lions, don’t run with dogs. People who lack vision may destroy the great vision you have for your life.”

➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii fi barattoonni tokko tokko rakkoo gara garaatin qoramuu hin dandeenyeef jecha guyyaa lamaaf hanga guyyaa Kibxataa 18/08/2026 halkan sa'aatii 1:00 dheereefamee jira. ➡️ Kanaafu, barattoonni sababa gara garaatin qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 ============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa
📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa guyyaa har'aa halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa kana fayyadamuun ammuma qormaata fuudhaa, imala beekumsa keessani nu waliin itti fufsiisaa!! Maal kana qofa?? 🏆 Barattoota koorsii jalqabaa barnoota hadiisaa kana keessatti qabxii ol'aanaa galmeessaniifis badhaasni qopheeffamee jira! 🥇1ffaa-5,000 birr 🥈2ffaa-3,000 birr 🥉3ffaa-2,000 birr 💡 Nu waliin baradhaa; Qoramaa; Badhaafamaa!! 🗣Hubachiisa Qabxiin (Firiin) qormaataa fi Deebiin sirriin erga qormaanni cufame booda ifoom! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

📣 YAADACHIISA CIMAA!! Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 Barattoota Keenya Kabajamoo,
📣 YAADACHIISA CIMAA!! Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaata Xumuraa barnoota Hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 8100 ol qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo Qoramtanii jirtu❓❓ 📝 Qormaanni guyyaa boru Dilbata 16/08/2026 sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. Kanaafu, barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma qoramaa!! 🏆 Carraa kana hin dabarsinaa; Linkii qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaat fudhadhaa, badhaasaas argadhaa!!! 📌 Hubachiisa: Firiin (Qabxiin) qormaataa fi deebiin sirriin erga qormaanni cufamee booda ifooma! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_Xumuraa

📈 Olka’iinsa filadhu; dandeettii fi carraa kee hin daangessin. ✨ Har’a filannoo gaarii godhi; boru bu’aa filannoo keetii arg
📈 Olka’iinsa filadhu; dandeettii fi carraa kee hin daangessin. ✨ Har’a filannoo gaarii godhi; boru bu’aa filannoo keetii argatta.

🚨 HUBACHIISA BARATTOOTAA! 🎥 Barattoonni hanga ammaatti hin galmaa'in Viidiyoo armaan olii kana sirriitti ilaaluun galmaa'aa. Qormaata qoramuuf, website irratti galmaa’uun dirqama. Kanaaf, barattoonni hanga ammaatti website irratti hin galmoofne, carraa kana hin dabarsinaa! Har’uma galmaa’aa. 🔗 Liinkii galmee: 👇👇👇👇👇👇👇 https://orm.africaacademy.com

📣 Yaadachiisa Cimaa! Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Hadiisaa website irratti kennamaa jira. Qorm
📣 Yaadachiisa Cimaa! Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Hadiisaa website irratti kennamaa jira. Qormaata kana ilaalchisee qabxiilee armaan gadii kana sirriitti hubadhaa!! 🔅 Qormaata kana qoramuu kan danda'u jalqaba nama website irratti galmaa'ee dha. 🔅 Erga deebii qormaataa guuttan booda xumura irratti " Submit all and finish" kan jedhu cuqaasuu hin irraanfatinaa. Yookiin qormaata akka hin xumurreetti ilaalama. 🔅 Qormaataaf sa'aan daangeeffame hin jiru. Kanaafu barattooni qormaata jalqabdanii submit godhuun duratti sababa garagaraatin irraa baatan itti deebitanii xumuruu ni dandeessu. 🔅 Barattoonni linkiin qormaataa isin seensisu dide sababa networkiitin ta'uu waan danda'uuf irra deebin yaalaa. 🔅 Barattoonni haarawa galmooftan ykn sababa tokko tokkoon qormaatilee darban qoramu hin dandeenye qormaata kana qoramuu ni dandeessu. ❌ Hubachiisa Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Garee_Teknikaa_irraa