uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Відкрити в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Показати більше
Країна не вказанаКатегорія не вказана
769
Підписники
+824 години
+567 днів
+12730 днів
Архів дописів
📚 Yaadachiisa Kabajamtoota barattoota keenya, Qormaanni torbee lammaffaa har'a sa'aatii 1:00 irratti ni banama, inshaa'Allaah. Hanga yeroo sanaatti barnoota keessan sirriitti irra deebi'aa dubbisaa; qormaataafis of qopheessaa. 📖 Milkaa'ina qormaataa isiniif hawwina. 🤲 Rabbiin beekumsa bu'a qabeessaafi milkii isiniif haa kennu. @SiinqiiAakhiraa

Kabajamtoota barattoota keenya Qormaata torbee lammaffaatif qophaa'aa jirtuu?

Gaafii kana irratti hirmaadhaa 👇 Ulaagaalee (sharxiilee) Salaata Jumu'aa nama irratti dirqama taasisan keessaa 3 barreessi. @SiinqiiAakhiraa

Namni cinqatee qomti itti dhiphattee oowwi mataan bahe kan Keessi isaa nagaya ta'uu, tasgabbaa'uu fii gammachuu argachuu fedh
Namni cinqatee qomti itti dhiphattee oowwi mataan bahe kan Keessi isaa nagaya ta'uu, tasgabbaa'uu fii gammachuu argachuu fedhu,kan Diliin isaaf dhiifamuu,Cinqiin isarraa furamuu fii yaaddoon isarraa deemuu barbaadu" Rasuula ﷺ irratti salawaata haa baay'isuu" اللهم صل وسلم على نبيك محمد @SiinqiiAakhiraa

♥️Nabiyyii Keenna Urgaahaa ♥️ “Waan urgaawu hunda urgeeffadhee, waan hanga Ergamaa rabbii ﷺ urgaahu hin agarre" Jedhe Anas Ib
♥️Nabiyyii Keenna Urgaahaa ♥️ “Waan urgaawu hunda urgeeffadhee, waan hanga Ergamaa rabbii ﷺ urgaahu hin agarre" Jedhe Anas Ibnu Maaliik (RA) Kaadimni ergamaa Rabbii Salawaata Nabii keenya Urgaahaa irratti heddumminaan buusi ﷺ اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم... اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى اله وصحبه وسلم @SiinqiiAakhiraa

• Daqiiqaalee guyyaa jumu'aa keessa jirta. « Saalihtoonni nabiyyii ﷺ irratti salawaata heddummeeffachuu keessatti wal dorgomaa oolu har'a. Qooda kee salawaata buusuu irraa qabdu ofitti hin xiqqeessin. Ati Rasuula ﷺ irratti salawaata tokko buusuu keetiin rabbiin ﷻ salawaata 10 sirratti buusa. Sadarkaan 10 olsiif fuudhamteeti diliileen 10 sirraa buufamti. » 《اللَّهُمَّ صَلِّ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما صَلَّيْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ، إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ علَى مُحَمَّدٍ وعلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كما بَارَكْتَ علَى إبْرَاهِيمَ، وعلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.》 @SiinqiiAakhiraa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Y
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii @SiinqiiAakhiraa

2. Abuu Zarri al-Ghifaarii (RA) Erga gosa isaa Islaamummaatti waamee booda, Islaamummaan gosa kam keessatti akka babal'atuuf gahee guddaa taphate? A) Gosa Banuu Haashim B) Gosa Qurayzaa C) Gosa Thaqiif D) Gosa Aslam @SiinqiiAakhiraa

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa barnooata Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (P
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa barnooata Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. ➡️ Barattoonni ammaan dura Marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa ammaan dura chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Firiin (Qabxiin) Qormaata torbee, Firii (Qabxii) walii galaa barnootichaa irratti waan dabalamuuf kana beektani qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. https://t.me/SiinqiiAakhiraa

Gaafii kana irratti hirmaadhaa 👇 1.Maqaan sirriin Sahaabaa beekamaa "Abbaa Zarri Algifaarii" jedhamuun beekamuu isa kamidha? A. ka'ab ilma Aasim B.Jundub ibn Junadaa C) Sa'ad ibn Abii Waqqaas D) Usaamaa ibn Zayd Deebii Comment jala kaayaa 👇 @SiinqiiAakhiraa

📣Yaadachiisa Cimaa!! Barattoota keenya Kabajamoo, 🔖 Barattoonni Qormaata torbee jalqabaa hin qoramiin hundi Qormaanni banamee jira waan ta'eef hanga har'a halkan sa'atii 1:00 linkii qormaataa fayyadamuun website irratti qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50 ============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. @SiinqiiAakhiraa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Hadiisaa kutaa 12ffaa hojjadhaa 👇 https://quizzory.in/id/6a740eb9527a5bfb7763e578

[@download_it_bot mp3] hadiis 12.mp39.04 MB

Kutaa Kudha lammaffaa(12)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.55 MB

📚 Kutaa Kudha Lammaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/aMKvsO62rFU?si=4D6tkwv37_71gMZT

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🌹 Jazakumullaahu Khayran Kabajamtoota Barattoota Keenya ! Gaaffii hirmaachisaa irratti yeroo fudhattanii hirmaattan hundumaaf galata guddaa qaba. Hirmaannaan keessan barnoota keenya caalaatti miidhagsa, jajjabeessa, fi bu'aa qabeessa taasisa. Rabbiin beekumsa isiniif haa dabaluu, hojii gaarii keessanis isin irraa haa qeebalu. Hirmaannaa keessan akkanummatti itti fufaa. 🤝 Galatoomaa! Baarakallaahu fiikum. @SiinqiiAakhiraa

Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Barattoonni qormaata torbee tokkoffaa barnoota hadiisaa hanga ammaatti qorame lakkoofsi isaan
Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Barattoonni qormaata torbee tokkoffaa barnoota hadiisaa hanga ammaatti qorame lakkoofsi isaani 8500 hin ga'u. Barattoota 45,000 ol irraa hangana qoramuun hedduu xiqqaadha. ➡️ Nutis barattoonni hedduun sababa gara garaatin isaani miijatu dhabuutif qormaata kana fudhachuu dadhaban kan jadhu ilaalcha keessa galchuun qormaata kana warri hin qoramiin akka qoramuuf carraa lammaffaa kenninee jirra. 👉Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50 ============================== 🖍 Kanaafu barattoonni hanga ammaatti qormaata kan hin fudhatin hanga boru sa'ati tokkotti liinki qormaataa fayyadamuun akka qoramatan isin yaadachiifna. 📣 Hubachiisa: Qormaanni torbee Firii (Qabxii) keessan kan walii galaa koorsii irratti waan ida'amuuf hundi keessan qormaata kana fudhachuun isin irraa eegama. Qormaata Gaarii!!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Gaafii kana irratti hirmaadhaa 👇 Odeessan hadiisa kanaa eenyu 👇 "مَا مِنْكُمْ مِنْ أَحَدٍ إِلَّا سَيُكَلِّمُهُ اللَّهُ، لَيْسَ بَيْنَهُ وَبَيْنَهُ تُرْجُمَانٌ، فَيَنْظُرُ أَيْمَنَ مِنْهُ فَلَا يَرَى إِلَّا مَا قَدَّمَ، وَيَنْظُرُ أَشْأَمَ مِنْهُ فَلَا يَرَى إِلَّا مَا قَدَّمَ، وَيَنْظُرُ بَيْنَ يَدَيْهِ فَلَا يَرَى إِلَّا النَّارَ تِلْقَاءَ وَجْهِهِ، فَاتَّقُوا النَّارَ وَلَوْ بِشِقِّ تَمْرَةٍ". وَفِي زِيَادَةٍ: "وَلَوْ بِكَلِمَةٍ طَيِّبَةٍ". Deebii Comment jala kaayaa 👇 @SiinqiiAakhiraa

Gaafii kana irratti hirmaadhaa 👇 1. Garaa garummaa "Fardii Ayni" fi "Fardii Kifaayaa" jidduu jiru fakkeenya waliin gabaabsii ibsi. Deebii Comment jalatti barreessaa👇 https://t.me/SiinqiiAakhiraa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Hadiisaa kutaa 11ffaa hojjadhaa👇 https://quizzory.in/id/6a72cd40e5e8e6795afca785