Haala Ilaalcha Ortodoksii(ኦርቶዶክሳዊ ማዕቀፈ እሳቤ)
Відкрити в Telegram
Waa'ee Mana Kiristaanaa Fi Biyya Keenyaa Haala Ilaalcha Ortodoksiin Hubachuu የቤተክርስቲያናችንና ሀገራዊ ሁኔታዎችን በኦርቶዶክሳዊ ማዕቀፈ እሳቤ መረዳት
Показати більшеКраїна не вказанаКатегорія не вказана
273
Підписники
Немає даних24 години
-37 днів
-1330 день
Архів дописів
>Ormoonni hundi fuula isaa duratti walitti qabamu; tikseen hoolota re'ootarraa akka gargar baasutti, innis gargar isaan baasa. Hoolota mirga isaa, re'ootammoo bitaa isaa dhaaba.
(Maatewos 25:32-33)
✔️ Kanaafuu, Mootummaan Samii kan dhaalamtu:
Hojiin malee sanyidhaan miti,
Gaarummaadhan malee afaaniin miti,
Tokkummaadhan malee gargar ba'uudhaan miti.
https://t.me/rete14
✔️ Afuura Qulqulluu afaaniin galateeffatamu malee, Afuurri Qulqulluu afaaniin qoodamu hin jiru.
✔️ Namoonni Sinaa'oor bara addunyaa 3000 keessa Waaqayyorraa fagaatanii, dirree Sinaa'oor jedhamu qubachuun, Gamoo dheeraa du'aa itti oolan ijaaran. Waaqayyo Gooftaan immoo waaqa ta'uu isaatiin Mootiin mootummaa isaatiin, dargaggeessi haadha manaa isaatiin yoo isatti dhufan hin akkuma hin jaalanne, afaan isaanii torbaatamii tokkotti (71) jalaa qoode; walii galuu dadhabanii isaan gidduutti wal ajjeesuufi wal miidhuun dhalate. Hanga bara sanaatti garuu, hundi isaanii afaan tokkoon dubbatu turan. Kanaf, maqaan ishee Baabiloon jedhame; Waaqayyo achitti afaan lafaa hundaa wal makeeraatii; achirraas Waaqayyo lafa hundumaa irratti isaan facaaseera.
( Seera Uumama 11:9)
✔️ Kristos nama ta'ee addunyaa kana irratti waggaa soddomii sadiifi ji'a sadii deddeebi'ee, Wangeela barsiisee gara samii erga ol ba'ee booda, ol ba'ee guyyaa kurnaffaatti, du'aa ka'ee guyyaa shantamaffaatti Duuka Bu'ootaaf Afuura Qulqulluu erguun afaan addunyaa kana irra jiru hundaa isaaniif ibseera.
> Hunduu Afuura Qulqulluun guutaman, Afuurichis akka isaan dubbatanitti afaan biraatiin dubbachuu jalqaban.
(Hojii Ergamootaa 2:4)
✔️ Kanaafuu, Afuurri Qulqulluu afaan addaa addaa kan ibse akka ittiin waaqeffatamuufi addunyaan tokko akka ta'uuf malee, addunyaan akka ittiin qoodamuuf miti.
"Kanaa booda addunyaa keessa hin jiru, isaan garuu addunyaa keessa jiru, animmoo gara keetti nan dhufa. Qulqulluu Abbaa koo, akka keenya tokko akka ta'aniif warra naaf kennite maqaa keetiin eegi."
(Yohannis 17:11)
✔️ Afaan sababa ta'ee Waaqayyorraa kan fageessu yoo ta'e, inni Seexana malee afaan jedhamuu hin danda'u.
✔️ Afaan amantaarra caalee, nama mana kiristaanaarraa kan fageessufi Waaqayyoon kan gansiisu yoo ta'e; innis Waaqa tolfamaadha malee afaan miti.
✔️ Afaan kiristannummaarra caalee, " Amantiin Afaan koo kan hin kabajne naatti haa hafu" kan jechisiisu yoo ta'e; innis dhaloota kooluu Waaqayyoorraa butee kan nyaatu Yeeyyii malee afaan miti.
✔️ Afaan Waaqayyoon kan ittiin waaqeffannu malee, Waaqayyoon kan ittiin gannu yoo ta'e; sababa ta'ee Addaamiifi Hewaan kan gansiise Diiyaabilos malee afaan miti.
✔️ Afaan mallattoo dubbachuu (jechoota dubbachuu) malee, mallattoo eenyummaa miti, eenyummaas miti.
✔️ Afaan dandeettii keenyaan Waaqayyoon galateeffannee mootummaa samii kan ittiin dhaallu malee, mootummaa samiirraa kan ittiin baanu ta'uu hin qabu.
✔️ Jalqaba namni yeroo uumamu afaan ittiin walii galu kennameef malee, afaaniif jedhamee namni uumame hin jiru; mootummaa samiitiif malee afaaniif namni uumame hin jiru .
✔️ Duuka Bu'ootaaf afaan torbaatami tokko kan ibse, nama hundumaa afaan isaa dhaga'uun Wangeela akka ittiin barsiisaniif malee, "eenyummaa koo, mallattoo koo" fi kkf jechaa addunyaan Wangeelarraa akka fagaatuuf miti.
✔️ Dhaloota afaan dubbatutu jira malee, dhaloonni afaan ta'e hin jiru.
Fakkeenyaaf:
Nama Amhariffa dubbatutu jira malee, namni Amaara jedhamu hin jiru.
Nama Afaan Oromoo dubbatutu jira malee, namni Oromo jedhamu hin jiru.
Nama Tigriffa dubbatutu jira malee, namni Tigree jedhamu hin jiru.
Nama Agawiffa dubbatutu jira malee, nama Agaw jedhamu hin jiru.
Nama Arabiffa dubbatutu jira malee, namni Araba jedhamu hin jiru.
Nama Ingiliffa dubbatutu jira malee, namni Ingiliz jedhamu hin jiru.
Nama Faransaay*iffa dubbatutu jira malee, namni Faransaay jedhamu hin jiru.
✔️ Dhumarrattis, Waaqayyo murteedhaaf yeroo dhufu, nama hundumaa bakka lamatti qoodee "Qajeeltotaafi Hamoota" (Hoolotaafi Re'oota) jedhee gargar qooda malee; afaan isaaniin, gosa isaaniin, biyya isaaniin, ganda isaaniifi hidda dhaloota isaaniitiin hin hin waamu.
✔️ Ilma namaa hundumaatiif afaan Waaqayyo waliin ittiin walii galu Hojii (Gocha) isaa malee, jechoota afaanii miti.
Ayyaana Hafuura Qulqulluu / Pharaqliqoos
guyyaan guddaan kun t qulqulluu Sillaasee keessaa tokko kan ta’e Waaqayyo waaqayyoo Hafurri Qulqulluun Duuka Bu'oota Qulqulluu , Bartoota Qulqulluu fi Dubartoota Qulqulluudhaaf itti mul’atedha. Guyyaa kun isaan hundi kadhannaadhaan cimanii utuu kadhatan Hafuurri Qulqulluun bifa arraba ibiddaa hiramaniitiin irratti bu’edha. Kanaan dura Gooftaan keenya, Waaqni keenya Iyyasuus Kiristoosin Duuka Bu'oota Qulqullootaaf gaara guddaa Gaara Ejersaa (Dabre Zayit) jedhamu irratti utuu jiranii, “Hamma humna ol deebi'aa irraa fudhattanitti Yerusaalemitti kadhannaadhaan eegaa,” (Luqaas 24:36) jedhee isaan barsiisee ture. Maatiin dhibba tokkoo fi digdama (120) biyya Yerusaalem keessatti mana qulqullummaa keessatti tokkummaadhaan ta'anii kadhannaadhaan cimanii eegan. Maatiin 120 jedhaman kunis: Duuka 12, Bartoota/Tajaajiltoota 72 fi Dubartoota Qulqulluu 36 dha.
Erga Gooftaan Ol Ba'ee booda guyyaa kurnaffaatti, Waaqayyo Hafuurri Qulqulluun gara bakka Ergamoonni jiran, bakka isaan kadhannaa fi galataan itti cimanitti bifa ibiddaatiin gadi bu'ee tokkoo tokkoo isaanii irra taa'e. Kanatti aansuunis icciitiin isaaniif saaqame; Duuka Bu'oonni duraan sodaachaa turan wangeela barsiisuuf ni jabaatan; afaan adda addaatiin akka dubataniif beekumsi isaaniif kenname; eebba Waaqayyoos fudhatan. Waaqayyo humna guddaa fi kennaa samii kana isaaniif kenne faarfannaa fi ilillii guddaadhaan galateeffatan.
Guyyaa sanattis ayyaana Yihudootaa kan Ayyaana Shantamaa (Be'ala Hamsa) jedhamu kabajuuf biyyoota adda addaa irraa kan dhufan namoonni kumni hedduun sagalee faarfannaa fi ilillii guddaa Ergamootaa dhaga’an. Maatii dhibba tokkoo fi digdama keessaa tokko kan ta’e Qulqulluun Pheexros namoonni walitti qabaman hundi akka dhaga’aniif sagalee isaa ol kasee dubbii Waaqayyoo akkas jedhee barsiise: “Isin yaa namoota Israa’el , Waaqayyo Yesuus Kiristoos nu namoota nu fayyisuus nama ta’ee gara dachee dhufee, ‘Hojii badaa irraa deebi’aa, yakka hin hojjetinaa, qulqullummaadhaan jiraadhaa, gara koottis deebi’aa’ yoo isiniin jedhu; isin garuu utuu yakki tokko irratti hin argamin isa reebdan, gidirsitan, fannoo irrattis fannistan. Inni garuu Waaqa waan ta’eef du’a mo’atee ka’e. Inni ammallee abbaa dhiifama waan ta’eef cubbuu keessan irraa deebi’aa, qalbii jijjiradhaa,” jedhee barsiise.
Namoonni walitti qabaman hundi ni dinqisifatan. Sababni isaas duuka bu'oonni kanaan dura afaan tokko qofa akka dubbatan beeku turan. Yeroo kanatti garuu Waaqayyo Hafuurri Qulqulluun afaan torbaatamii lama (72) saaqeefi hunda isaaniitiif afaan dhaloota isaaniitiin barsiisan. dinqii kana kan argan hedduun Waaqayyoon galateeffatan. Gara Duuka Bu'ootaa dhiyaatanii, “Abbota keenya isin tajaajiltoota Waaqayyooti nu gorsaa. Akka keessan ijoollee Waaqayyoo akka taanuufi qulqullummaadhaan akka jiraannuuf maal gochuu qabna?” jedhanii gaafatan. Guyyaa sanatti namoonni gara kuma sadii (3,000) ta’an barumsa Qulqulluu Pheexrositti amananii Kiristaana ta’uuf dhiyaatan.
Qulqulluun Pheexrosis akkas isaaniin jedhe: “Kunoo hundi keessan qalbii jijjiirradhaa. Waaqummaa Iyyasuus Kiristoos amanaatii cuubbamaa.” jedheen. Guyyuma sanatti namoonni kumni sadii gara duuka Bu'ootaa dhiyaatanii cubbuu isaanii himatan; duuka Bu'oonnis ‘Waaqayyo isin haa hiiku’ jechaa cuuphaa dhalummaa (ijoollummaa) isaaniif kennu cuuphan.
Guyyaa sana irraa eegalee waggaa waggaadhaan guyyaa dhaloota Mana Kiristaanaa guddaa kan ta'e Ayyaana Pharaqliqoos kana nuti Kiristaanonni gammachuu fi galata guddaadhaan kabajina.
Eebbi Abbaa, Jaalalli Ilmaa, Tokkummaan Hafuura Qulqulluu Tsirha Tsiyoonitti gadi bu'e hunda keenya waliin haa ta'u!!!
>
በዓለ መንፈስ ቅዱስ / ጰራቅሊጦስ
ይህች ታላቅ ዕለት ከቅድስት ሥላሴ አንዱ አካል የሆነው እግዚአብሔር መንፈስ ቅዱስ ለቅዱሳን ሐዋርያት፣ ለቅዱሳን አርድእትና ለቅዱሳት አንስት የተገለጠባት ዕለት ናት፡፡ እነዚህ ሁሉ በጸሎት ተግተው በሚጸልዩበት ወራት መንፈስ ቅዱስ በተከፋፈሉ የእሳት ልሳን አምሳል የወረደበት ቅዱስ ቀን ነው፡፡ አስቀድሞ ጌታችን አምላካችን ኢየሱስ ክርስቶስ ለቅዱሳን ሐዋርያት ደብረ ዘይት በተባለ ታላቅ ተራራ ላይ ሳሉ እንዲህ ብሎ አስተምሯቸው ነበር “ኃይልን ከአርያም እስክልክላችሁ ድረስ በኢየሩሳሌም በጸሎት ቆዩ፡፡”/ሉቃ 24፡36/ መቶ ሃያው ቤተሰብም በኢየሩሳሌም ሀገር በምትገኝ በቤተ መቅደስ በአንድነት ሆነው በጸሎት በመትጋት ቆዩ፡፡ 120ው ቤተሰብ የሚባሉት 12ቱ ሐዋርያት፣ 72ቱ አርድእት/አገልጋዮች/ እና 36ቱ ቅዱሳን አንስት/ሴቶች/ ናቸው፡፡
ከዕርገት በኋላ በአሥረኛው ቀን እግዚአብሔር መንፈስ ቅዱስ ሐዋርያት ወዳሉበት፣ በጸሎትና በምሥጋና ወደ ሚተጉበት ሥፍራ በእሳት አምሳል /ምሳሌ/ ወርዶ በእያንዳንዳቸው ላይ ተቀመጠባቸው፡፡ ይሄንንም ሁኔታ ተከትሎ ምስጢር ተገለጠላቸው፣ ይፈሩ የነበሩት ሐዋርያትም ወንጌልን ለማስተማር ደፋሮች ሆኑ፣ በተለያየ ቋንቋዎች እንዲናገሩ እውቀት ተሰጣቸው፤ የእግዚአብሔርንም ጸጋ ተቀበሉ፡፡ ይህንን ታላቅ ኀይል እና ሰማያዊ ስጦታን የሰጣቸውን እግዚአብሔርን በታላቅ ዝማሬና እልልታ አመሰገኑት፡፡
በዚያም ዕለት በዓለ ሃምሳ የሚባለውን የአይሁድን በዓል ለማክበር ከተለያዩ ሀገራት የመጡ ቁጥራቸው በብዙ ሺዎች የሚቆጠሩ ሰዎች የሐዋርያቱን ታላቅ የዝማሬና የእልልታ ድምፅ ሰሙ፡፡ ከመቶ ሃያው ቤተሰብ መካከል አንዱ የሆነው ቅዱስ ጴጥሮስ የተሰበሰቡት ሁሉም እንዲሰሙት ድምፁን ከፍ አድርጎ ቃለ እግዚአብሔርን እንዲህ ብሎ አስተማራቸው፡፡ “እናንተ የእስራኤል ሰዎች ሆይ እኛን የሰው ልጆችን ለማዳን እግዚአብሔር ኢየሱስ ክርስቶስ ሰው ሆኖ ወደ ምድር መጥቶ ከክፉ ሥራ ተመለሱ፣ ኀጢአትን አታድርጉ፣ በቅድስና ኑሩ፣ ወደ እኔም ተመለሱ ቢላችሁ፤ እናንተ ግን ምንም በደል ሳይኖርበት ገረፋችሁት፣ አንገላታችሁት፣ በመስቀል ላይም ሰቀላችሁት፡፡ እርሱ ግን እግዚአብሔር ነውና ሞትን ድል አድርጎ ተነሣ፡፡ እርሱ ግን አሁንም ይቅር ባይ ነውና ከኀጢአታችሁ ተመለሱ ንስሐም ግቡ፡፡” በማለት አስተማራቸው፡፡ የተሰበሰቡት ሰዎች ሁሉ ተገረሙ፡፡ ምክንያቱም ሐዋርያት በፊት የሚያውቁት አንድ ቋንቋ ብቻ ነበረ፡፡ በዚህ ሰዓት ግን ሰባ ሁለት ቋንቋን እግዚአብሔር መንፈስ ቅዱስ ገልጦላቸው ለሁሉም በየቋንቋቸው አስተማሯቸው፡፡ ይህንንም ድንቅ ተአምር ከተመለከቱት ብዙዎች እግዚአብሔርን አመሰገኑት፡፡ ወደ ሐዋርያትም ቀርበው “አባቶቻችን እናንተ የእግዚአብሔር አገልጋዮች ናችሁና ምከሩን፡፡ እንደ እናንተ የእግዚአብሔር ልጆች እንድንሆንና በቅድስና እንድንኖር ምን እናድርግ?” በማለት ጠየቁ፡ በዚያች ቀን ቁጥራቸው ሦስት ሺ ያህል ሰዎች በቅዱስ ጴጥሮስ ትምህርት አምነው ክርስቲያን ለመሆን ቀረቡ፡፡ ቅዱስ ጴጥሮስም እንዲህ አላቸው፡፡ “እነሆ ሁላችሁም ንስሐ ግቡ፡፡ በአምላካችን በኢየሱስ ክርስቶስ የባሕርይ አምላክነት አምናችሁ ተጠመቁ፡፡” አላቸው በዚያው ዕለትም ሦስት ሺ ሰዎች ወደ ሐዋርያት በመቅረብ ኀጢአታቸውን ተናገሩ፤ ሐዋርያትም እግዚአብሔር ይፍታችሁ እያሉ ልጅነትን የሚያሰጣቸውን ጥምቀት አጠመቁዋቸው፡፡
ከዚያ ቀን ጀምሮም በየዓመቱ ይህችን ታላቅ የቤተ ክርስቲያን የልደት ቀን የምትባለውን በዓለ ጰራቅሊጦስን ክርስቲያኖች በታላቅ ደስታና ምሥጋና እናከብራታለን፡፡
በጽርሐ ፅዮን የወረደው የአብ በረከት፣ የወልድ ፍቅር ፣ የመንፈስ ቅዱስ አንድነት ከሁላችንም ጋር ይሁን!!!
Du’uti keenya hidhii xuuxuun,ija liphsuun morma gadi qabachuunifi fuula garagalchuun hin dhaabbatu.
Du’uti keenya qajeelaa fi qulqulluu qofaa fakkaatanii taphachuun hin dhaabbatu.
Du’uti keenya "Abbootiin, waldaaleen eessa jirtu, maaloo nu dhagayaa" jechuun hin dhaabbatu.
Du’uti keenya warroota nu ajjeesan kadhachuun hin dhaabbatu.
Du’uti keenya of kennanii, yaadanii, karoorfatanii hojjechuun dhaabbata.
https://t.me/rete14
ሞታችን የሚያቆመው ከንፈር በመመጠጥ ዐይንን በማፍጠጥ፣አንገት በመቀለስ ፊት በመመለስ አይደለም።
ሞታችን የሚቆመው ጻድቅ ጻድቅ በመጫዎት አይደለም።
ሞታችን የሚቆመው " አባቶች ማህበሮች የት አላችሁ እባካችሁ ስሙን" በማለት አይደለም።...
ሞታችን የሚቆመው ገዳይን በመለመን አይደለም
ሞታችን የሚቆመው ራስን ሰጥቶ አስቦ አቅዶ በመሥራት ነው።
https://t.me/rete14
Repost from Fantahun wakie ፋንታሁን ዋቄ
የመስጊድ ውስጥ የዉሀብያዎች የምርጫ ቅስቀሳ
"ብልጽግናን ማለትም አብይ አህመድን መምረጥ ግዴታችሁ ነው!"
"በዚህ ጾም ውስጥ በህልም አብይ አህመድ መጣብኝ። ቁመቱ ረዥምና ከእኔ በላይ ነው፣ ይሰው ሀሳቡ ከፍ ያለና ሩቅ ነው። ለእምነታችን፣ ለኦሮሞ፣ ለአገር እፈየሚበጅ እርሱን የሚያህል አይገኝ። ስነዴን መምረጥ ግዴታችሁ ነው።" ይላል።
ማን እንደሚያፈናቅልህ፣ ማን እንደሚያፍንህ፣ ማን እንደሚያርድህ ይገባሀል??
ካድሬ የጎሣ ጳጳሳቱንና መነኮሳትን አስቡና ልዩነታችን ይረዳችኋል። እነርሱ እንዲያው በደፈናው ለምርጫው ጸልዩ ከሚለው ሞርሞም እመነት የለሽ የታጋይ አመራር ለገዳዮቻችን ሕጋዊነትን በምርጫ ስም ለማጠናከር እገፍ እንገፍ ይላሉ።
Repost from "!!!የድምፅ አልባዎች ድምፅ(The Voice Of Voiceless)!!!"
ቤተ ክህነቱን የምተችበት 15 ምክንያቶቼ
አንባቢው ያስተውል፦
👉 እኔ የምተቸው ቤተ ክህነቱን እንጂ ቤተ ክርስቲያንን አይደለም
👉ቤተ ክርስቲያን በክርስቶስ ደም የተመሠረተች ናት ፣ቤተ ክህነት ግን በሰው የተመሠረተ ነው
👉ቤተ ክርስቲያን በምድር ላይ ያለች የእግዚአብሔር መንግሥት ናት ፣ቤተ ክህነት ግን አስተዳደራዊ ሥርዐት ነው
👉ቤተ ክርስቲያን አትሳሳትም ቤተ ክህነት ግን ይሳሳታል
👉 ይኽ ጽሑፍ ጥቂት እውነተኛ አባቶችን፣ለዓለም የሚጸልዩ ገዳማውያንን ፣በገጠር ያሉ የቤተ ክህነት መዋቅራትን አያካትትም
የምተችበት ምክንያቶቼ፦
1) ሲኖዶሱ ከሐዋርያት ሰንሰለት ተቆርጦ መለካዊና (ንጉሥ የወደደውን ዘመን የወለደውን የሚፈጽም)ሲሞናዊ(በእጅ መንሻ የሚሾም) ሆኗል።
2) የሲኖዶሱ መሪ መንፈስ ቅዱስ ቢሆንም አሁን ግን በትክክል በፖለቲካ ነው እየተመራ ያለው።ቤተ ክህነቱ ሁለተኛው የሥርዐቱ ጽ/ቤት ሆኗል።
3) ስሑት ሥርዐት በተቀያየረ ቁጥር አብሮ የሚቀያየርና ነውራቸውን ገንዘቡ እያደረገ የሚኖር ስለሆነ ነው ።ደርግ ሲመጣ ማደሪያው ሆኖ ፣ኢሕዴግ ሲመጣ ማደሪያው ሆኖ፣ ብልጽግና ሲመጣ ማደሪያው ሆኖ ቤተ ክርስቲያንን ያሳድዳታል ሐዋርያዊ ተልዕኮዋን እንዳትወጣ እንቅፋት ይሆንባታል
4) የሲኖዶሱ አባላት በዘር ኮታ የተሾሙ፣ጸረ ኦርቶዶክስ ፖለቲከኞች ቤተ ክርስቲያንቱን ያድክሙልናል በማለት በባትሪ ተፈልገው ያሾሙአቸው ናቸው።
5) የሲኖዶሱ አባላት ሀብት ማፍራት፣እንደ ኢንቬስተር በየከተማው ፎቅ መገንባት፣በየባንኩ ብር ማከማቸት፣ስለ ደሞዝ ጭማሪ፣ስለ ሀገረ ስብከት ቅያሪ መጨነቅ፣አውሮፓና አሜሪካ ሄዶ ዶላር ከመሰብሰብ ውጭ ስለ ቤተ ክርስቲያን ስደት ስለ ኦርቶዶክሳውያን እልቂት የማይገዳቸው ፈጽሞ አባታዊ ርህራሄ የማይታይባቸው ናቸው።
6)ሲኖዶሱ ነፍስ የገደሉና ያስገደሉ፣ምዕመናን በዘርና በቋንቋ የሚከፋፍሉ፣ በቅርስና ታቦት ስርቆት ሙዳየ ምፅዋት ግልበጣ ላይ የተሰማሩ ጳጳሳትን ብፅዕ ብሎ በአባልነት አቅፎ ስለያዘ
7) በኢትዮጵያ ምድር የዘር ማጥፋት ወንጀል ሲፈጸም፣ሚሊየኖች ሲሰደዱ፣ወጣቱ የቀይ ባሕር እራት የበረሃ አሞሮች ሲሳይ ሲሆን ቤተ ክህነቱ ጨውነቱንና ብርሃንነቱን አላሳየም መሪዎችን አልገሰጸም
8) ቤተ ክህነቱ እንደ ምዕራባውያኑ ሁለመናው ቁሳዊ ሆኗል።ሚሊየኖች እየተገደሉ፣እየተፈናቀሉና እየተራቡ ፣ሚሊየኖች ከእምነት እየወጡ ስለ ህንጻ ያወራል።
9) ቤተ ክህነቱ ቅድስና ጠል፣እውነት ጠል ፣ሊቃውንት ጠል ነው። ኦርቶዶክሳዊ ሕይወት የማይታይባቸው፣እውነትን የሚያሳድዱ፣ እውነተኛ ሊቃውንትን የሚያሳድዱ አቅመቢስ ሰዎች የተሰበሰቡት ነው።ወይ አይጠይቁ ወይ አይጠየቁ፣ወይ አያውቁ ወይ አያሳውቁ፣ወይ አይማሩ ወይ አያስተምሩ፣ወይ አይረዱ ወይ አያስረዱ....።ግራ የገባው ነገር።
10) የቤተ ክርስቲያን ገንዘቧና ፍትፍቷ ስለሚመች፣ምዕመናንም እንደ ፈረንጅ ላም ለመታለብ ስለሚመቹ በውስጧ ይኖራሉ እንጂ መዋቅሯን የተቆጣጠሩ አብዛኞቹ ኢአማንያን ናቸው።
11) ቤተ ክህነቱ ደሃ ጠል ነው።
👉 ቅድስና እና እውቀት ኖሮት ገንዘብ የሌለው መነኩሴ ለጵጵስና አይታጭም
👉 የፈለገ ሊቅ ቢሆን ገንዘብ ወይም ዘመድ ከሌለው አይቀርጠም።አዲስ አባባ ሎቶሪ የሚያዞር፣ውዳሴ ማርያም የሚሸጥውን ሊቅ ቤት ይቁጠረው።
👉 ገንዘብ ወይም ዘመድ የሌለው ካህን ዲያቆን አይቀጠርም።
👉ድሃ ሰው ወደ አገልግሎት አይቀርብም
👉 ድሃ ሰው፦ ልጁን ክርስትና ለማስነሳት ይቸገራል፣ቢሞትም የመቃብር ቦታ ለማግኘት መከራ ነው። 👉ክብረ ንጽህናቸውን ጠብቀው በተክሊል ለማግባት የሚፈልጉ ነገር ግን ገንዘብ የሌላቸው ወጣቶች ይገፋሉ ማንም ዞር ብሎ የሚያያቸው ሰው የለም።በጓደኞቼ ላይ የሆነውን እኔ ራሴው ምስክር ነኝ።
👉 በ ቤተ ክርስቲያን ደጃፍ ላይ የሚቀመጡ ነዳያንን እንደ ሰው ቆጥሮአቸው ፣መምህርና የንስሐ አባት የሚመድብላቸው የለም።መንግሥተ ሰማያት ለእነርሱ የማትገባ ሆኖ ነው? የተሻለ ሥጋዊ ኑሮ እንዲኖራቸው አይሠሩም ለይስሙላ በዓላት ሲመጡ ሕዝብ አስጨንቀው ጥቂት ነገር ይሰጣቸዋል ።ይህንን እምነት የሌሉውም ያደርገዋል።
13) ሁሉንም የግል ባንኮችን ሳይጨምር ንግድ ባንክ ያለው ገንዘብ40% የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን እንደሆነ ይነገራል።በዚህ ገንዘብ ፋብሪካዎችን ከፍቶ
👉 ተመርቆ ሥራ አጥቶ የሚሰቃየውን ወጣት፣በኢኮኖሚ እጥረት ትዳር መመሥረት ያልቻለውን ወጣት ማገዝ ሲገባቸው፣በችግር ምክንያት እምነቱን የሚቀይር እንዳይኖር መሥራት ሲገባቸው ገንዘቡን ግን እንዳሻቸው የሚጫወቱበት ጥቂት ግለሰቦች ናቸው፣የሚለወጡበት ጸረ ኦርቶዶክስ ተቋማት ናቸው።ንግድ ባንክ ሌሎች ቤተ እምነቶችን የሚረዳ ኦርቶዶክስን ግን የሚጠላ ነው።ከደሃው ሕዝብ ኪስና መቀነት የተሰበሰበን ገንዘብ ለእንደዚህ ዓይነት ተቋማት መበልጸጊያ ማድረግ ማድረግ ከስህተትም በላይ ስሕተት ነው።አሁንማ መንግሥትም ማንንም ማስፈቀድ ሳይጠበቅበት እየዘረፈ ይገኛል
14) ፖለቲከኞች ቤተ ክርስቲያንቱን ለመምታት እንደ መዶሻ የሚጠቀሙበት "የኢትዮጵያ የሃይማኖት ተቋማት ጉባኤ"የሚባል ጸረ ኦርቶዶክስ ተቋም አባል ሆኖ ቤተ ክርስቲያንቱን እየበደላት ይገኛል።
15)አሁን ባለው ተጨባጭ ሁኔታ ቤተ ክህነቱ ቤተ ክርስቲያንቱን ማሻገር አይችልም።በተግባር ከገዳይ ጎን ተሰልፎ በኦርቶዶክሳውያን እልቂት እየተሳለቀ ይገኛል።
መፍትሔ ምንድን ነው?
👉ቤተ ክህነቱ በሁለቱ በሁለት ማለያ መጫወቱን አቁሞ ሚናውን መለየት አለበት ።ወይ የቤተ ክርስቲያን መሆን ወይ ደግሞ ሀብቶቿን ምልክቶቿን አስቀምጦ ወደዚያው መቀላቀል።
👉 ኦርቶዶክሳዊው ማኅበረሰብ በጭፍን መንጋነት ከመነዳት ወጥቶ ቤተ ክህነቱ ወደ መስመር እንዲመለስ የራሱን ተፅዕና ማድረግ አለበት
👉የኦርቶዶክሳውያን መከራ የማይገዳቸው ምንደኞችን አባት ብሎ አለመከተል
👉 ጧፍ እጣን ለሌላቸው ፣በሴቶች ቀሚስ ለሚቀደስባቸው ለገጠር አቢያተ ክርስቲያናት ካልሆነ በቀር እንደ ካፒታሊስት ለሚያደርጋቸው ለከተሜዎች ምንም ዓይነት ገንዘብ አለመስጠት
👉እውነተኛ የቤተ ክርስቲያን አባቶችን ሊቃውንትን ወደ ፊት ማምጣትና የቤተ ክርስቲያን ልዕልና እንዲጠበቅ በጋራ ተጋድሎ ማድረግ
ኢዮሳፍጥ ጌታቸው
https://t.me/Eyo21e
Sammuun siyaasa gosaa duubatti hafaan faalame yaada kiristaanummaa yaaduu hin danda’u. Hammeenyi summaa’aan kun:
👉 Nu xiqqeesse malee nu hin baay’isne.
👉 Nu tabaarsee (nu salphise) malee nu hin kabajchiifne.
👉 Nu firdii jala geese (nu yakke) malee nu hin qulqulleessine.
👉 Nu faffacaase malee nu hin tokkoomsine.
Qalbii Ortodoksummaatiin wal hubachuu: dachaasuu ijaa fi socho’a hidhiitiin wal dubbisuun (wal baruun) nurraatii eegama.
Yaada dogoggoraa dhuunfaan dhageenye, jedhamee fi baranne of irraa baasnee gatuun, Ortodoksummaatiin guutamuu dha.
Bifa Fakkeenya Waaqayyootiin bocamnee hojjechuudha.
Namni hojjetu sheitaana fadhama dhuunfaa tokko qofa wajjin wal'aansoo qaba.
Namni hin hojjenne garuu, seexaanota fadhama foonii kumaatama wajjin wal'aansoo qaba.
https://t.me/rete14
ኋላ ቀር የዘር ፖለቲካ የለከፈው አእምሮ ክርስቲያናዊ ሀሳብ ማሰብ አይችልምና። ይሄ መርዘኛ ተንኮል ፦
👉አሳነሰን እነጂ አላበዛንም
👉 አዋረደን እንጂ አላከበረንም።
👉አስኮነነን እንጂ አላጸደቀንም
👉በታተነነን እንጂ አላዋሐደንም።
በኦርቶዶክሳዊት ልብ መግባባት፦በዐይን ጥቅሻ በከንፈር ንክሻ መናበብ ይጠበቅብናል።
በየግላችን የሰማነውን፣ የተባለውን፣ የተማርነውን ሥሁት ሀሳብ አውልቀን መጣል እና በኦርቶዶክሳዊነት መሙላት።
በእግዚአብሔር አምሳል መሳል ሁነን መሥራት።
የሚሠራ ሰው ከአንድ የግል ፍላጎት ሰይጣን ጋር ይዋጋል።
የማይሠራ ሰው ግን ከሺህ የፍትወት ሰይጣናት ጋራ ይዋጋል።
[የኔታ ገብረመድኅን እንየው]
Har'a dhimma kana akkan kaasu kan na dirqisiise, jibba ortodksummaan kan guutamaan leellistoonni siyaasa sanyii fi shororkeessitoonni , "nuti Tokko dha"*jechuun qumaara nurratti taphachaa waan jiraniifi. Oromiyaa keessatti Ortodoksiin Afaan Oromoo dubbatu ilaalcha dogoggoraa kanaan gowwoomfamuu hin qabu. Namoonni kun walfakkeenya malee tokkummaa hin beekan. Tokkummaa osoo beeku ta'ee, "Oromoo ta'ee Ortodoksiin hin jiru" hin jedhan turan; addaan baasanii nu hin ajjeesan, nu hin buqqisan, jireenya hawaasummaa, itti-gaafatamummaa mootummaa, aangoofi hojii, akkasumas hirmaannaa siyaasaa irraa nu hin fageessan turan. Warra nu balleessan waliin tokko ta'uu hin dandeenyu. Dhugaan jiru kanadha.
https://t.me/rete14
"Tokkummaa" (Unity) fi "Walfakkeenyummaa" (Uniformity)
Siyaasa, hawaasummaa, , falaasamaa fi jireenya guyyaa guyyaa keessatti yeroo baay'ee walitti makaman, garuu hiika, ka'umsaa fi galma guutummaatti adda ta'e qabu.
yaad-rimee lamaan kana bal'inaan fi gadi fageenyaan hubachuuf xiinxala gadbaa'e kana ilaaluun ni danda'ama:
1. Tokkummaa (Unity): Miidhagina Daneessummaa Keessa Jiru jiruudha.
Tokkummaa jechuun garaagarummaa osoo hin balleessin, wal-kabajanii fi wal-qabatanii galma, qajeelfama ykn mul'ata waloo tokkoon waliin dhaabbachuu jechuudha. Tokkummaan kun uumamaa fi fedhii irratti kan hundaa'eedha; garaagarummaa akka sodaatti(shakkiitti) osoo hin taane akka eebbaa fi miidhaginatti ilaala.
Fakkeenya (Metaphor): "Sabbata Waaqayyoof (Injifannoo) fi Ittoo Lukkuu" Akka Tokkummaatti ilaaluun ni danda'ama. Sabbata Waaqayyoo keessa halluun adda addaa jiru; halluun hundi eenyummaa mataa isaa qaba, garuu yeroo walitti dhufan sabbata waaqayyoo bareedaa uumu.ittoo Lukkuu mi'aawaa tokko hojjechuuf immoo maddoonni adda addaa ni barbaachisu. Shunkurtii, barbaree, dhadhaa, soogidda, qullubbii adii, jinjibila, mi'eessituu adda addaa fi elementii guutuu (fooni, indaanqoo ykn misirri) ni seena. Maddoonni kun hundi uumamaan bifa, dhandhama fi amala guutummaatti adda ta'e qabu. Maddoonni adda addaa kun hundi distii tokko keessatti walitti dhufee yeroo bilchaatu, wal-hin balleessan.
👉Shunkurtiin barbareedhaan "Ana fakkaadhu" hin jedhu.
👉 Dhadhaan qullubbii adiidhan "Amala kee balleessi" jedhee hin dirqisiisu.
👉 Maddoonni hundi amalaa fi gahee (Eenyummaa) uumamaa mataa isaa qabatee itti fufa. Garuu qofaa isaa turuu dhiisee galma tokkoof (distii tokko keessatti) waliin makamu. Mi'aan yeroo dhumarratti argamu kan shunkurtii qofaa miti, kan barbaree qofaas miti; dhumarratti kan argamu bu'aa waloo hundaa kan ta'e dhandhama haaraa fi nama hawwatudha. Tokko malee inni kaan guutuu ta'uu hin danda'u. Barbaree malee ittoon sun hin diimatu, soogidda malee immoo hin dhandhamamu. Wal-deggeranii fi wal-kabajanii miidhagina haaraa uumu.
> Cimina Isaa: Bu'uura bal'aa qaba. Namoonni eenyummaan isaanii osoo hin dhabaminii fi osoo hin cunqurfamin waan keessatti hirmaataniif, nageenya fageessaa fi amansiisaa fida.
Haala Hawaasummaa Keessatti: Biyya tokko keessa saboonni, amantiiwwan, afaanonni fi aadaaleen adda addaa jiraatanii, hundi isaanii wal-qixxummaa fi haqatti amananii, gaaddisa guddaa "Itoophiyummaa" ykn "Eenyummaa Biyoolessaa" jedhu jala waliin yeroo dhaabbatan sun tokkummaadha.
2. Walfakkeenya (Uniformity): Garaagarummaa Balleessuuf Duubatti hin jedhu
Walfakkeenya jechuun garaagarummaa guutummaatti balleessanii, nama, garee ykn hawaasa hunda bifa, ilaalcha, amantii, afaan ykn aadaa tokko qofa jala akka bulu dirqisiisuu jechuudha. Kun namaan kan hojjetame, mekaanikaalii fi yeroo baay'ee humni ykn cunqursaan (Coercion) kan dhufuudha. Garaagarummaa akka balaa fi diinatti ilaala.
Fakkeenya : Walfakkeenya akka "Omisha Faabrikaa(warshaa)" tti ilaaluun ni danda'ama. Fakkeenyaaf, bulooniin(screws) ykn kubbaaleen ijaarsoo maashinii tokko keessaa ba'an bifa fi bocni isaanii wal-fakkaataadha. Inni tokko isa kaan irraa kan adda ba'u amala mataa isaa hin qabu.
Kun immoo a yeroof qofadha. Namoonni garaagarummaa isaanii dhoksanii walfakkaachuu kan dirqaman seeraan, adabaan ykn sodaa humni uumuun waan ta'eef, dhiibbaan humnichaa yeroo laafu sirnichi ni diigama.
Haala Hawaasummaa Keessatti: Biyya tokko keessatti namoota jiran hundaan "Afaan tokko qofa dubbadha, aadaa tokko qofa calaqqisiisaa, amantii tokko qofa hordofa, ilaalcha siyaasaa tokko qofa hordofa" jedhanii dirqisiisuun agarsiistuu "Walfakkeenya" ti. Seenaa keessatti sirnoonni abbaa-irree Faashizimii ykn Kominizimii kan ragaa kanaan jiranidha.
"አንድነት" (Unity) እና "አንድ ዓይነትነት" (Uniformity)
በፖለቲካ፣ በማኅበራዊ ሳይንስ፣ በፍልስፍና እንዲሁም በዕለት ተዕለት ሕይወት ውስጥ ብዙ ጊዜ የሚቀላቀሉ ነገር ግን ፈጽሞ የተለያየ ትርጉም፣ መነሻና መድረሻ ያላቸው ጽንሰ-ሐሳቦች ናቸው።
እነዚህን ሁለት ጽንሰ-ሐሳቦች በስፋትና በጥልቀት ለመረዳት የሚከተለውን ዝርዝር ትንተና መመልከት ይቻላል።
1. አንድነት (Unity)፡ በብዝሃነት ውስጥ ያለ ውበት
አንድነት ማለት ልዩነቶችን ሳይደመስሱ፣ አክብሮና ይዞ በአንድ የጋራ ዓላማ፣ እሴት ወይም ራዕይ ዙሪያ አብሮ መቆም ማለት ነው።ይኽ አንድነት ተፈጥሯዊና በፈቃደኝነት ላይ የተመሠረተ ነው። ልዩነቶችን እንደ ስጋት ሳይሆን እንደ ጸጋና እንደ ውበት ያያል።
ምሳሌያዊ መግለጫ (Metaphor)፡ አንድነትን እንደ "ቀስተ ደመና እና ዶሮ ወጥ" ማየት ይቻላል። በቀስተ ደመና ውስጥ የተለያዩ ቀለማት አሉ፤ እያንዳንዱ ቀለም የየራሱ ማንነት አለው፣ ነገር ግን አንድ ላይ ሲሆኑ ውብ ቀስተ ደመና ይፈጥራሉ። ዶሮ
አንድ ጣፋጭ ወጥ ለመሥራት የተለያዩ ግብዓቶች ያስፈልጋሉ። ሽንኩርት፣ በርበሬ፣ ቅቤ፣ ጨው፣ ነጭ ሽንኩርት፣ ዝንጅብል፣ የተለያየ ቅመም እና ዋናው ማባያ (ሥጋ፣ ዶሮ ወይም ምስር) ይገባሉ።
እነዚህ ሁሉ ግብዓቶች በተፈጥሯቸው ፍጹም የተለያየ መልክ፣ ጣዕም እና ባህሪ ያላቸው ናቸው።እነዚህ ሁሉ የተለያዩ ግብዓቶች በአንድ ድስት ውስጥ ተገናኝተው ሲበስሉ፣ እርስ በርሳቸው አይጠፋፉም።
👉ሽንኩርቱ በርበሬውን "እኔን ምሰል" አይለውም።
👉 ቅቤው ነጭ ሽንኩርቱን "ባህሪህን አጥፋ" ብሎ ኡያስገድደውም።
እያንዳንዱ ግብዓት የየራሱን የተፈጥሮ ጣዕምና ሚና (Identity) ይዞ ነው የሚቆየው። ነገር ግን ብቻቸውን የነበራቸውን ብቸኝነት ትተው በአንድ ዓላማ (ድስት) ውስጥ በጋራ ይዋሃዳሉ።
ወጡ ተከሽኖ ሲያበቃ የሚገኘው ጣዕም የሽንኩርት ብቻ አይደለም፣ የበርበሬ ብቻም አይደለም፤ የሁሉም ድምር ውጤት የሆነ አዲስና የሚማርክ የጋራ ጣዕም ነው። አንዱ ካለአንዱ ሙሉ ሊሆን አይችልም። ያለ በርበሬ ወጡ አይቀላም፣ ያለ ጨው ደግሞ አይቀመስም። እርስ በርሳቸው ተደጋግፈውና ተከባብረው አዲስ ውበት ይፈጥራሉ።
ጥንካሬው፡ ሰፊ መሠረት አለው። ሰዎች ማንነታቸው ሳይገፈፍና ሳይጨቆን ስለሚሳተፉበት ዘላቂና አስተማማኝ ሰላምን ያመጣል።
* በማኅበረሰብ ዐውድ፡ በአንድ ሀገር ውስጥ የተለያዩ ብሔረሰቦች፣ ሃይማኖቶች፣ ቋንቋዎችና ባህሎች ኖረው፣ ሁሉም በእኩልነትና በፍትሕ አምነው፣ "ኢትዮጵያዊነት" ወይም "ሀገራዊ ማንነት" በሚለው ትልቅ ጥላ ሥር በጋራ ሲቆሙ ያ አንድነት ነው።
2. አንድ ዓይነትነት (Uniformity):ልዩነትን የመደምሰስ አባዜ
አንድ ዓይነትነት ማለት ልዩነቶችን በሙሉ አጥፍቶ፣ ሁሉንም ሰው ወይም ቡድን ወይም ማኅበረሰብ በአንድ ዓይነት መልክ፣ አስተሳሰብ፣ሃይማኖት ቋንቋ ወይም ባህል ሥር ማስገደድ ማለት ነው።ይኽ ሰው ሠራሽ፣ ሜካኒካዊና አብዛኛውን ጊዜ በኃይል ወይም በጭቆና (Coercion) የሚመጣ ነው። ልዩነትን እንደ አደጋና እንደ ጠላት ያያል።
ምሳሌያዊ መግለጫ (Metaphor)፡ አንድ ዓይነትነትን እንደ "ፋብሪካ ምርት" ማየት ይቻላል። ለምሳሌ ከአንድ ማሽን የሚወጡ ተመሳሳይ ብሎኖች ወይም የግንብ ጡቦች መልክና ቅርጻቸው አንድ ዓይነት ነው። አንዱ ከሌላው የሚለይበት ምንም የራሱ ባህሪ የለውም።ይኽ ደግሞ ውጫዊና ጊዜያዊ ነው። ሰዎች ልዩነታቸውን ደብቀው አንድ ዓይነት ለመምሰል የሚገደዱት በሕግ፣ በቅጣት ወይም በኃይል ፍርሃት ስለሚሆን፣ ያ የኃይል ጫና በላላ ቁጥር ሥርዓቱ ይፈረካከሳል።
በማኅበረሰብ ዐውድ፡ በአንድ ሀገር ውስጥ ያሉ ሰዎችን በሙሉ "አንድ ዓይነት ቋንቋ ብቻ ተናገሩ፣ አንድ ዓይነት ባህል ብቻ አራምዱ፣ አንድ ዓይነት እምነት ብቻ ተከቱ ፣አንድ ዓይነት የፖለቲካ አስተሳሰብ ብቻ ተከተሉ" ብሎ ማስገደድ የ "አንድ ዓይነትነት" መገለጫ ነው። ታሪካዊው የፋሺዝም ወይም የኮሚኒዝም አምባገነን ሥርዓቶች የዚህ ማሳያ ናቸው ።
ዛሬ ይኽን እንዳነሳ ያስገደደኝ ኦርቶዶክስ ጠል የዘር ፖለቲከኞችና የእምነት ጽንፈኞች " አንድ ነን" እያሉ ቁማር እየሠሩብን ስለሆነ ነው።ኦሮሚያ ላይ ያለው ኦሮሚኛ ተናጋሪው ኦርቶዶክስ በዚህ ስሑት እሳቤ ሊሸወድ አይገባውም።ሰዎቹ አንድ ዓይነትነትን እንጂ አንድነትን አያውቁትም።አንድነትን ቢያውቁትማ "ኦሮሞ ሆኖ ኦርቶዶክስ የለም"ባላሉ ነበር፣ለይተው ባልገደሉንና ባላፈናቀሉን፣ከማኅበራዊ ሕይወት፣ከመንግንግሥት ሀላፊነት፣ከሥልጣንና ከሥራ ፣ከፖለቲካዊ ተሳትፎ ባላገለሉን ነበር። ከሚያጠፉን ጋር አንድ ልንሆን አንችልም።እውነታው ይኽ ነው።
https://t.me/rete14
