Diinaa'ol Kumaa
Відкрити в Telegram
Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.
Показати більшеКраїна не вказанаКатегорія не вказана
1 384
Підписники
Немає даних24 години
-17 днів
-2030 днів
Триває завантаження даних...
Схожі канали
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
вересень '26
вересень '26
+5
в 0 каналах
серпень '26
+18
в 0 каналах
Get PRO
липень '26
+1 433
в 4 каналах
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 11 вересня | +1 | |||
| 10 вересня | 0 | |||
| 09 вересня | +1 | |||
| 08 вересня | +1 | |||
| 07 вересня | +1 | |||
| 06 вересня | 0 | |||
| 05 вересня | 0 | |||
| 04 вересня | 0 | |||
| 03 вересня | 0 | |||
| 02 вересня | 0 | |||
| 01 вересня | +1 |
Дописи каналу
| 2 | Maanuwaalii_qallabaa_foyya'ee_fi_qajeelfama_qabeenya_beeksisuu_MMN.pdf | 354 |
| 3 | Darbiinsa Yeroo Raawwii Murtii;
Murtiin Tokko Guyyaa Murtaa’ee Kaasee Yeroo Hangamii Keessatti Raawwiif Dhiyaachuu Qaba?
============================================================
Seera Deemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa (SDFHH) kwt 384 fi Murtii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa glm Lakk 35018 ta’erratti gaafa 18/02/2001 kennamuun Jildii 8ffaa keessatti maxxanfame
==============================
Namni beela bahuuf haalli addaa fi amalli addaa yoo jiraate malee miidhaan nyaachuu akka isa barbaachisu Saayinsiin fayyaa kan ibsu yoo ta’u irraa caalaa fi baratamaanis bilcheeffatanii nyaachutu gorfama. Otuu hinbilcheessin fayyaa namaafis ta’ee pyscho namaafis hintolu.
Haaluma kanaan midhaan bilcheeffachuu qofa otuu hintaane kan bilchaate yeroodhaan myaatamuu baannaan ammas summi’aayuu ykn faayidaan ta’uun isaa beekamaadha.
Namni haqni ykn mirgi ykn dantaan isaa jalaa tuqame iyyannoo ykn hamannaa isaa qaama abbaa seerummaa , yeroo hedduu Mana Murtiitti , qabutti dhiyeeffatee kabachiifachuu kan qabu yoo ta’u kanas daangaa yeroo seeraan ibsame ykn hiikkoo seeraan kennameen ibsame keessatti fayyadamuu yoo hafe mirgi isaa kan daangeffamu akka ta’e beekamaadha.
Akkasumas murteessifachuu qofa otuu hintaane waan murtaa’eef yeroodhaan hordofatee raawwachiifachuunis barbaachisaa akka ta’e duraanii hubachuun miidhaa irraa nama oolchaa.
Jecha biraatiin akkuma nyaanni bilchaate yeroodhaan nyaatamuu yoo baate faayidaan ala ta’uu danda’u murtiin tokkos yeroodhaan raawwiif yoo dhiyaachuu baate daangaa yeroon daangeffama. Kunis SDFHH kwt 384 jalatti galmeen raawwii murtii altokko baname sababa adda addaan giddutti yoo cufames hanga waggaa 10 giddutti deebi’ee socho’uu akka danda’u tumamee kan jiru yoo ta’u abbaan mirgi murtaa’eef yeroo waggaa 10 keessatti akka fedhe galmee raawwii sochoofachuun raawwachiifachuu akka danda’u kan agarsiisudha.
Haata’u malee guyyaa murtiin kenname ykn nyaatichi bilchaate irraa kaasee waggaa 10 keessatti murtiin raawwiif yoo dhiyaachuu baate darbiinsa yeroo waggaa 10n kan daangeffamu akka ta’u Dhaddachi Ijbta MMWF SDFHH kwt 384 caqasuun galmee Lakk 35018 ta’erratti hiikkoo dirqisiisaa gaafa 18/02/2001 kennuun Jildii 8ffaa keessatti maxxanfamee argama.
Kanaaf, namoonni mana murtiitti waa isiniif murtaa’e ykn fira ykn hiriyaa murtaa’eef qabdan yeroo barbaanne raawwachiifanna jettanii nyaata bilchaate ol hinkaahinaa dafaa raawwachiifadhaa, akka yeroodhaan raawwachiifatan hubachiisaa. | 441 |
| 4 | Darbiinsa Yeroo Raawwii Murtii; Murtiin Tokko Guyyaa Murtaa’ee Kaasee Yeroo Hangamii Keessatti Raawwiif Dhiyaachuu Qaba?
============================================================
Seera Deemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa (SDFHH) kwt 384 fi Murtii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa glm Lkk 35018 ta’erratti gaafa 18/02/2001 kennamuun Jld 8ffaa keessatti maxxanfame
==============================
Namni beela bahuuf haalli addaa fi amalli addaa yoo jiraate malee miidhaan nyaachuu akka isa barbaachisu Saayinsiin fayyaa kan ibsu yoo ta’u irraa caalaa fi baratamaanis bilcheeffatanii nyaachutu gorfama. Otuu hinbilcheessin fayyaa namaafis ta’ee pyscho namaafis hintolu.
Haaluma kanaan midhaan bilcheeffachuu qofa otuu hintaane kan bilchaate yeroodhaan myaatamuu baannaan ammas summi’aayuu ykn faayidaan ta’uun isaa beekamaadha.
Namni haqni ykn mirgi ykn dantaan isaa jalaa tuqame iyyannoo ykn hamannaa isaa qaama abbaa seerummaa , yeroo hedduu Mana Murtiitti , qabutti dhiyeeffatee kabachiifachuu kan qabu yoo ta’u kanas daangaa yeroo seeraan ibsame ykn hiikkoo seeraan kennameen ibsame keessatti fayyadamuu yoo hafe mirgi isaa kan daangeffamu akka ta’e beekamaadha.
Akkasumas murteessifachuu qofa otuu hintaane waan murtaa’eef yeroodhaan hordofatee raawwachiifachuunis barbaachisaa akka ta’e duraanii hubachuun miidhaa irraa nama oolchaa.
Jecha biraatiin akkuma nyaanni bilchaate yeroodhaan nyaatamuu yoo baate faayidaan ala ta’uu danda’u murtiin tokkos yeroodhaan raawwiif yoo dhiyaachuu baate daangaa yeroon daangeffama. Kunis SDFHH kwt 384 jalatti galmeen raawwii murtii altokko baname sababa adda addaan giddutti yoo cufames hanga waggaa 10 giddutti deebi’ee socho’uu akka danda’u tumamee kan jiru yoo ta’u abbaan mirgi murtaa’eef yeroo waggaa 10 keessatti akka fedhe galmee raawwii sochoofachuun raawwachiifachuu akka danda’u kan agarsiisudha.
Haata’u malee guyyaa murtiin kenname ykn nyaatichi bilchaate irraa kaasee waggaa 10 keessatti murtiin raawwiif yoo dhiyaachuu baate darbiinsa yeroo waggaa 10n kan daangeffamu akka ta’u Dhaddachi Ijbta MMWF SDFHH kwt 384 caqasuun galmee Lkk 35018 ta’erratti hiikkoo dirqisiisaa gaafa 18/02/2001 kennuun Jld 8ffaa keessatti maxxanfamee argama.
Kanaaf, namoonni mana murtiitti waa isiniif murtaa’e ykn fira ykn hiriyaa murtaa’eef qabdan yeroo barbaanne raawwachiifanna jettanii nyaata bilchaate ol hinkaahinaa dafaa raawwachiifadhaa, akka yeroodhaan raawwachiifatan hubachiisaa. | 1 |
| 5 | Qaj_Sirna_Dhaddachaa_Manneen_Murtii_Oromiyaa_Lakk_23_2018_3.pdf | 652 |
| 6 | +1 The_role_of_political_elites_in_nation_building_in_contemporary.pdf | 628 |
| 7 | Deebii malleen baruu barsiisuu (2) (1).doc | 701 |
| 8 | Deebii malleen baruu barsiisuu (2).doc | 646 |
| 9 | +1 Gaaffilee Malleen Baruu Barsiisuu (1).pdf | 671 |
| 10 | +1 Law dictionary .pdf | 931 |
| 11 | GUCA WALIIGALTE GAA'ILAA (1).pdf | 931 |
| 12 | cc3b07c9-5fea-4ac8-aa1f-b74d0b0bddaa_New Criminal Code 2018 Final (1).pdf | 926 |
| 13 | cc3b07c9-5fea-4ac8-aa1f-b74d0b0bddaa_New Criminal Code 2018 Final.pdf
https://www.hopr.gov.et/admin/Files/2026/8/19/cc3b07c9-5fea-4ac8-aa1f-b74d0b0bddaa_New%20Criminal%20Code%202018%20Final.pdf?fbclid=IwY2xjawT1EQhwZG9mAWV4dG4DYWVtAjExAHNydGMGYXBwX2lkDDM1MDY4NTUzMTcyOAABHk1kzXBhODsojVefeqjuY07j1Ri1_W2UA6eca873neRiqKAI5KFxQA8S2LuZ_aem_XCxesaUHHY3F3Sd5YYMduQ | 1 |
| 14 | 5👉Hojjetaan ofirraa falmachuuf carraa argatee?
6👉Mindaa guutuu dhaabuun maaliif barbaachisaa fi madaalawaa ta’e?
👇👇👇👇👇
Deebiin gaaffilee kanaa seera ifaa irratti yoo hin hundaa’in, xalayaa “National ID hin qabneef mindaa hin kaffalamu” jedhu irratti legality, ultra vires, due process, proportionality fi remuneration rights irratti falmii seeraa cimaa uumuu danda'a. | 837 |
| 15 | 12) 👉Seeraan ala aangootti fayyadamuu;
13)👉 Iddoo hojiitti miidhaa koornayaa raawwachuu;
👇👇👇👇
👉Kanaaf gaaffiin murteessaan:
“National ID dhabuu” badii naamusaa ta’ee eessa irratti tumame? Yoo seerri badii sana hin tumne, akkasumas mindaa guutuu dhaabuuf aangoo addaa hin kennine, xalayaa bulchiinsaa qofa irratti hundaa’uun adabbii haaraa uumuu irratti gaaffiin seeraa ni ka’a.
4. “Mindaa dhaabuun adabbii miti” yoo jedhame hoo?
👇👇👇👇👇
👉Mootummaan:
“Kun adabbii miti; National ID dhabuu irraa kan ka’e kaffaltiin mindaa hin raawwatamne.” jechuu danda’a.
Garuu maqaan tarkaanfii sanaa qofti murteessaa miti. Qabiyyee fi bu’aa isaa ilaaluu qabna.
Hojjetaan:
1👇hojii isaa hojjechaa jira;
2👉hojii mootummaa raawwachaa jira;
3👉tajaajila isaa kennaa jira;
4👉garuu ID dhabuu qofaaf mindaan isaa guutummaatti dhaabbate, tarkaanfiin sun qabatamaan adabbii hojjetaa( employment sanction) fakkaachuu danda'aa??
Kanaaf “administrative measure(tarkaanfiin bulchiinsaa) ” jedhanii moggaasuun qofti, tarkaanfii sana seera, due process(adeemsa seeraa kan eegatee) fi proportionality(madaalamummaa) irraa bilisa hin godhu.
5. Due Process(Adeemsa seeraa kan eegee ykn seerawwaa
👇👇👇👇
Hojjetaa tokko irratti tarkaanfiin bulchiinsaa ykn naamusaa yoo fudhatame, yoo seerri akkas gaafate, inni:
1👉sababaa tarkaanfii sanaa beekuu;
2👉ibsa kennuu;
3👉ragaa dhiyeessuu;
4👉murtii sana mormuu ykn review gaafachuu; yoo barbaachise
5👉ol’iyyannoo ykn mana murtii fayyadamuu danda’uu qaba.
Kanaaf xalayaa waliigalaa:
“National ID hin qabdu; kanaaf mindaan kee ni dhaabbata.” jedhu qofti, yoo adeemsa seeraa barbaachisaa ta’e malee hojiirra oole, due process irratti rakkoo qabaachuu danda’a.
6.Proportionality( madaalawaa
👇👇👇👇
Kun falmii keessatti qabxii cimaadha.Kaayyoon mootummaa — hojjettoonni National ID qabaachuu — kaayyoo seera qabeessa ta’uu danda’a.
Garuu gaaffiin itti aanu:
Mindaa hojjetaa guutummaatti dhaabuun kaayyoo kana galmaan ga’uuf barbaachisaa, madaalawaa fi reasonable (sababawwaa) dhaa?
Mootummaan karaa biroo fayyadamuu danda’a:
1👉beeksisa;
2👉yeroo dabalataa;
3👉akeekkachiisa;
4👉galmee dirqamaa;
5👉tarkaanfii naamusaa seeraan tumame.
Yoo tarkaanfiiwwan salphaan kaayyoo mootummaa galmaan ga’uu danda’an, mindaa guutuu dhaabuun excessive ykn disproportionate ta’uu isaa irratti falmii uuma.
7. Ilaalcha Addunyaa fi Afrikaa
👇👇👇👇
ICESCR Article 6 fi 7 mirga hojii fi haala hojii haqaa fi mijataa, akkasumas fair remuneration waliin walqabatu eegu.
Akkasumas, African Charter Article 15 namni hundi haala hojii equitable fi satisfactory keessatti hojjechuuf mirga qabaachuu mirkaneessa.
Kana jechuun, mootummaa irraa tarkaanfiin hojii fi mindaa irratti fudhatamu arbitrary(akka feetee) ta’uu hin qabu; seera, fairness fi reasonableness waliin deemuu qaba.
8. “Legal Bridge”(Riqicha seeraa) barbaachisa
👇👇👇
As keessatti yaadni ijoo tokko jira:
National ID policy → employment consequence
itti ce’uuf legal bridge barbaachisa.
Jechuun:
“National ID qabaadhu” jechuun dirqama ta’uu danda’a; garuu “yoo hin qabaanne mindaa dhabda” jechuun bu’aa seeraa dabalataa waan ta’eef, bu’uura seeraa isaa adda baasuun dirqama.
Yoo bridge sun seera keessatti hin jirre, tarkaanfiin bulchiinsaa ultra vires(aangoo seeraan ala fayyadamuu) ta’uu danda’a.
Xumura Legal Opinion(yaadama seeraa)
👇👇👇👇👇👇
National ID qabaachuun barbaachisaa ta’uu mootummaan gaafachuun isaa ofumaan seeraan ala miti. Garuu National ID dhabuu qofaaf hojjetaa mootummaa hojii isaa raawwachaa jiru mindaa isaa guutummaatti dhabsiisuun, bu’uura seeraa ifaa, aangoo qaama murteessaa, adeemsa seeraa fi proportionality malee, seera qabeessa jedhamee fudhatamuu hin qabu.
Kanaaf gaaffiin hojjetaa tokko akkana ta’uu danda'a:
1👉Keeyyata kamiin?
2👉Labsii kamiin?
3👉Aangoo eenyuutiin?
4👉Adeemsa kamiin? | 745 |
| 16 | National ID Dhabuu Qofaaf Mindaa Hojjetaa Dhaabuun Seera Qabeessaa?
👇👇👇👇👇👇
Gaaffiin bu’uuraa:
“Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa (National ID) qabaachuun barbaachisaa ta’uu nan fudhadha. Garuu National ID dhabuu qofaaf mindaa hojjetaa mootummaa dhaabuuf seerri ifaa eessa jira?”
👇👇👇👇👇👇
Gaaffiin kun National ID barbaachisaa dha moo miti? jedhu miti.
✍️Mootummaan hojjettoonni eenyummaa isaanii sirnaan akka galmeessisan gaafachuu danda’a. Garuu dirqama eenyummaa sana cabsuu fi mindaa hojjetaa guutummaatti dhaabuu waan tokko miti.
1. 👇National ID fi mindaa: walitti dhufeenya seeraa
Labsii Digital Identification Federaalaa Lakk. 1284/2015 Digital ID biyyaalessaa diriirsa; kaayyoon isaas eenyummaa namaa sirnaan mirkaneessuu fi tajaajila adda addaa keessatti eenyummaa amanamaa fayyadamuudha.
👉Kana irraa ka’uun mootummaa irraa:
“Hojjetaan National ID/Fayda haa qabaatu.”
jechuun bu’uura seeraa qabaachuu danda’a.
Garuu gaaffiin itti aanu:
“National ID hin qabneef mindaa isaa dhaabi” jedhu keeyyata kami keessatti tumame?
✍️Digital ID’n ragaa eenyummaa ta’uu isaa qofa irraa, Digital ID dhabuu = mindaa dhabuu jechuun bu'uura seeraa qabaachuu qaba.
2. Mirga mindaa fi Heera Itoophiyaa
👇👇👇👇👇👇
Heerri FDRE, Keewwata 42, mirgoota hojjettootaa, dabalatee haala hojii fi remuneration ilaalchisee eegumsa kenna.
✍️Kanaaf mindaan hojjetaa kennaa mootummaa osoo hin taane, hojii hojjetaan raawwate waliin walqabatee mirga seeraan eegamee dha. Yoo mootummaan mirga akkanaa daangessuun barbaadame, gaaffiin jalqabaa:
1✍️“Bu’uura seeraa kamiin?” jedhu ta’uu qaba.
Qajeeltoo(Principle) seeraa beekamaan:
👇👇
✍️No penalty without legal basis.
👉Adabbiin bu’uura seeraa malee hin jiraatu.
Kanaaf, yoo National ID dhabuu badii ykn dirqama hojii cabsuu jedhamee fudhatame, badii sun maal akka ta’e, adabbiin isaa maal akka ta’e fi eenyutu murteessu akka danda’u seerri ifatti agarsiisuu qaba.
3. Seera Hojjettoota Mootummaa Oromiyaa
👇👇👇👇👇
Labsii Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 215/2011 keessatti tarkaanfiiwwan naamusaa adda addaa, kanneen akka akeekkachiisaa fi adabbiiwwan mindaa, akkasumas tarkaanfiiwwan hojii irras gaggeessuu sirna seeraatiin qindaa’anii jiru.
👉kwt. 9. Kaffaltii Mindaa
👇👇👇👇
1) 👉Manni hojii mootummaa kamiyyuu, dhuma ji’aatti hojjettoota
isaatiif yookiin bakka bu’oota seeraa isaaniitiif kaffaltii mindaa ni raawwata.
2)👇 Mindaan hojjetaa mootummaa kamiyyuu:
(a) 👉Hojjatichi waliigaltee isaa barreeffamaan yoo ibse ykn mallattoon yoo mirkaneesse;
(b)👉 Ajaja Mana Murtiitiin;
(c) 👉Bu’uura seeraan tumameen yoo ta’e malee qabamuu ykn hir’ifamuu hin danda’u.
3) 👉Akkaataa keewwata kana keewwata xiqqaa 1 (b) yookiin (c) tiin, mindaan hojjetichaa ji’aan kan citu mindaa isaa ji’aa keessaa
harka sadi keessaa harka tokko caalu hin qabu.
👇👇👇👇
Kwt. 70 Balleessaawwan Adabbii Naamusaa Cimaa Hordofsiisan
👇👇👇👇
1) 👉Ajaja seera qabeessaan kennamu
kabajuu dhiisuu, maal na dhibdeedhaan, dhibaa’uummaadhaan yookiin ta’e jedhee sirna
hojimaataa yookiin imaammata mootummaa hordofuu dhabuudhaan hojii irratti miidhaa geessisuu;
2) 👉Ta’e jedhee dhimmoota tursiisuu
ykn abbootii dhimmaa deddeebisuu;
3) 👉Hojiin akka hin hojjatamne ta’e jedhee jeequu ykn warra jeeqan waliin wal ta’uu;
4) 👉Tarkaanfiiwwan adabbii naamusaa salphaadhaan of-sirreessuu dhabuudhaan sababa gahaa malee deddeebi’anii hojii
irraa hafuu ykn sa’aatii hojii kabajuu dhabuu;
5)👉 Iddoo hojiitti dubbii kakaasuudhaan wal-reebuu;
6) 👉Machii barsiifataan ykn araada baala sammuu adoochuun summaa’uun hojii miidhuu;
7) 👉Matta’aa fudhachuu ykn akka kennamuuf gaafachuu;
8) 👉Iddoo hojiitti gocha faallaa hamilee uummataa ta’e raawwachuu;
9)👉 Hanna ykn gocha amantaa hir’isuu raawwachuu;
10)👉 Gocha gowwoomsuu ykn dogongorsuu raawwachuu;
11)👉 Qabeenya mana hojichaa irratti ta’e jedhee ykn dagannoodhaan miidhaa geessisuu; | 569 |
| 17 | +2 Labsii,Dambii fi Qajeelf.Hojjatootaa-1.PDF | 515 |
| 18 | +7 Fooyya'iinsa_Seera_Daldalaa_Harawaan_Dhaabbileee_Daldalaa_1.pdf | 661 |
| 19 | +9 qabeenya deebisiisuu irratti xiinxala gababaaa (1).pdf | 449 |
| 20 | Labsii-Lak-248-bara-2015 (2) (3).pdf | 664 |
