208
Подписчики
-124 часа
-17 дней
-730 день
Архив постов
208
Namoonni hedduu wanti kun dhugaadhaa jechaa jirtu?
Deebiin Eeyyeen dhugaadha. Ani ofii kootiif yeroo lamaa ol withdraw godheen jira.
Link armaan gadii kana tuquudhaan bot isiniif dhufu start godhaa. San booda Channel jala jiru 4'n hunda join godhaa. Sana booda verify gochuudhaan hiriyaa keessan affeeraa. Jalqaba akkuma seentaniin Doolaara 2 kennaa isiniif kenna. Sana booda yoo namni tokko link keessaniin seene doolaara 1 argattu. Akkuma Balance keessan Doolaara 10 $ gaheen withdraw godhachuu dandeessu.
Link: https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=1826178936
Hundi keessanuu dafaa irraa fayyadamaa, yeroo muraasa booda tarii kafaltii dhaabuu dandahu waan taheef.
Akeekkachiisa: Bot kuni ammaaf kafalaa jira. Garuu yeroon inni kafaltii dhaabu hin beekamu. Yeroo barbaadanitti dhaabuu dandahu. Kanaaf hanga jiru irraa haa fayyadamnu!!
208
Aqlii xixiqqotti abjuu kee gurguddaa hin himin, osoo bakka hin geenne kaayyoon kee karatti si harkaa kufee lafatti hafaa beeki.
ila
Nama duniyaa wajji hojjattu filadhu,nama amantii kee wajji hordoftu addaan baafadhu,nama jiruu hawaasummaa wajjii jiraattu filii wajji jiraadhu malee,nasiiba imaluu dhiisi.
Jaaloo
Dhukkubbiifi laalaa dhandhaman malee bu'aan hin argamu,itti gaafatamummaa fudhatan malee Aangoon hin argamu,amanamummaa qabaatan malee jaalalli hin argamu,hujii irratti tattaafatan malee jijjiiramni hin argamu,naamusa qabaatan malee galmatti hin gahamu,waldhaanatan malee bilisummaan hin argamu,obsan malee firiin hujii hin argamu,carraaqatan malee carraan tokkollee hin argamuu hubadhu.
Obbolaa
Samii baldhoo,ardii diriirtuu,rooba samii,aduu baatu,qilleensa bubbisutu qixa sitti dhufa malee, kan achirraa hafe carraaqqii ati gootu keessa jiraa hubadhu.
Eeeee.
Al tokko tokko,boohaa kolfitaa laali,al tokko tokko nadaawaa milkooftaa argi,al tokko tokko biyyaa bahaa,biyya kee keessatti jaalala hawaasaatiin fagoodhaa ijaaramtaa hubadhu.
Haloo
Al tokko tokko waan wal-hin madaalle wal-hin madaalchisin,waan wal hin-fakkaanne wal-hin fakkeessin,bishaaniifi zeyitii wal-seensisuufis hin raatahin,haadhoofi kurree walitii hin galle walitti qadaaduuf hin ifaajin,hunduu quluu keessaa dhugu fakkaataa,quluu waljijjiira jettee hin dhama'inii,dandeettu quluu sana harkaa fuudhi, dadhabdu itti dhiisi malee yeroo kee hin qisaasin.
Yooo
Nama seequu kee duubaan imimmaan kee hin argine,nama gorsa kee duubaan lallaba jiruu isaa hin hubanne,nama dirmammuu qaana keetii duubaan madaa kee hin arginetti riqattee,lama quunca'aa hin oolinii,kophaa kee bahii,imimmaan hoo'aa ufirraa harcaasii ufiin qabaneessii cichii galma manaa baateefiif bakkaan gahadhu.
Santu Seeraa,beenuma beeni.
by Captain usman
208
qalbiin jaalala rabbii fi ergaama isa irraa yoo duwwaa taate
Jaalala makluuqatiin dararraamti
yaa rabbii salsabiila jaalala teeti fi ergaama keeti qalbii teenta keeysatti nu cophsii
208
Irra hedduun dhaloota amma guddachuu jiruu dhaloota karaa Rabbiin jaalatu irraa fagaatu ,haada Rabbii qabachuu irraa kan fagaateetu guddachu jira...!!
Hin ajaa’ibinaa...
Dhaloota kanas ta'ee warra isaan booda dhufan irraa hin ajaa’ibinaa, sababni waan isaan irratti guddataniitu laalama...!!
Dhaloota sirbaa fi muziiqaa irratti guddatan, hamma sirba halaalitti yaadanitti,dhaloota walleen lubbuu booharsiti ja’anii guddachu jira...!!
Dhaloota...
Namni masjiida jiraachisu akka nama daangaa dabreeti fi namni isaa wajjiin jiraachuun ulfaatutti laalan...!!
Dhaloota...
Waa'ee Nabiyyii isaanii ﷺ homaa hin beekne, hadiisa tokko kan hin qabanne, yeroo maqaan saanii dhahamu kan imimmaan hin dhangalaasne...
Haa ta'u ammoo, maqaalee wallistootaa, taphattootaa gadi fageenyaan qabatan, waa'ee isaanii xiqqoo fi guddoo kan beekan, garuu seenaa Nabiyyii kan hin beekneetu guddataa deemu jira...!!
Dhaloota...
"Jihaadni daangaa dabruudha" ja’amee itti himame, seera Rabbii dachii irratti gad dhaabuun akka waan jireenya gara-jabummaatti, fi shari'aan Rabbii bara kanaaf akka hin hojjennetti kan itti himame; hattuu harki isaa hin muramu, bifa xiinsammuutiin yaalama ja’anii itti himamee, fi inni eega fuudhee zinaa hojjate filannoon isaa ni kabajamaaf malee hin ajjjefamu ja’aniiniiti guddachu jira...!!
Dhaloota...
Salphina irratti guddatan, salphina amala godhatan waan hunda sodaatanii boolla sodaa keessa kan galan, fi matasaanii guyyaa tokkoofillee gara samiitti kan ol hin fuune...
haalli hawaasa nuti keessa jirruu kana ,namni kanaa miti ja’ee ammoo ni kijibe.
Yaa sheenaa teenya...
Ummata dhaloota hundarra caaluu turan, kan arra salphina irratti awwaalamte fi kabajaan isii badde,
Akka aduun seentutti guddinni isaanii seenaa qofa tahe.
Yaa Sheenaa teenyaa...
Qur'aana irraa fagaannee fi Sunnah daganne irratti, diin nama itti dalagu dhabee fi namni isa qabate akka dhamala ibiddaa qabatu fakkaate irratti ... sheena teenya..?
🖊Sharif Abdumalik
208
Maaltu si mudate ?
Fardiiwwan (dirqamoota) Rabbiin sirra kaaye duubatti harkistaa, yeroo kee ni hadiyyoomsita, salaata fajrii irraa dantaa malee rafta, arrabni kee zikrii irraa goggogee jira, rakaa lamaan halkanis irraanfattee jirta, qur’aana kee dhukkeen ukkaamsitee jirti !
Maal taatee?!
Waan Rabbiin irraa si dhoorge raawwachuu baay’iste, Haraam hojjachuus qaama godhatte.
Wanta haraam ta'e nama si cinatti hijjatu argitee onnee keetiinis ta'u hin mormine, kanaan kan ka'e jaalachuu jalqabde.
Yeroo kophaa kee jirtu Rabbii kee irraanfatte, lubbuu kees dagattee miite !
Gara Rabbii keeti deebi'i, dhimmoota kee hunda haala haaraaan qindeessi, beellama Rabbii waliin qabdu haaromsi, dadhabinaa fi dhibaa'ummaa kee firraa fageeysu, hifannaa irraahiis Rabbitti maganfadhu, gara Rabbii deebi'uufis ariifadhu.
🖊Sharif Abdumalik
208
ilmi Namaa...
1. Daawwitii fuuldura dhaabbatee of bareecha, garuu Fuula Rabbii dhaabbatee diliidhaan of xureessa.
2. Mana keessummummaan keessa jiraatu midhaagsuudhaaf waan qabu hunda fixata, garuu mana abad keessa jiraatutti waa invest godhuun itti ulfaata.
3. Qaama ofii guyyatti harka sadihi dhangaa sooruu hin irraanfatu, garuu lubbuu isaa guyyaa muraasa, torbaanota, ji'ootas ni irraanfata.
4. Namoonni maal naan jedhan jedhee cinqama, garuu Rabbi Maal naan jedha? jedhee hin cinqamu.
5. Ilmi namaa hanga guyyaa cidhaatiif qophaayu, guyyaa du'aatiif hin qophaa'u.
6. ilmi namaa hanga mana Jiimii dhaqee sibiila obsee baadhatu, baanaa xiqqoo salaata fajriitiif danda'ee ofirraa ol hin fuudhu.
@highlight
208
﴿وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَى (٤٠) ﴿فَإِنَّ الْجَنَّةَ هِيَ الْمَأْوَى (٤١)
Namni Rabbii isa fuulduraa dhaabbachu Sadaate fi Lubbuu Ofii fedhii badaa irraa dhoowwee. dhugumaatti Jannanni iddoo jireenya isaatti.
Suraatul An-Naziat 46:41
208
→" Muki Jaalalaa qalbii keessatti biqilee bishaan sodaa rabbii qofaafi hordoffii nabiyyichaatiin yoo oobafamu firii Godhachuun isaa shakkii hin qabu"!!!
208
→" Muki Jaalalaa qalbii keessatti biqilee bishaan sodaa rabbii qofaafi hordoffii nabiyyichaatiin yoo oobafamu firii Godhachuun isaa shakkii hin qabu"!!!
208
✨Allaah rabbaana nu geeysi
Ziyaara Ahmed
mandara nuura
makkaadha teessoon
MUHAMMAD
✨Oboonbolattin deemtulen
osoo na futee
madina rasuul keeysati
firaa na buufte!
✨Yaa qilleensati deemtu
karaa ji'aa qiblaadha
rasuula rabbiitin
mee salaama na jaadha!
208
Arafat..
A sea of white garments, sincere tears, and hearts completely turned toward Allah. 🥹
On this blessed day, status, nationality, and wealth disappear—only devotion and humility remain.
May Allah accept the du‘ā of every pilgrim and write our names among His guests one day. 🤲
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
