ru
Feedback
https://t.me/Ijooseera

 https://t.me/Ijooseera

Открыть в Telegram
460
Подписчики
+124 часа
Нет данных7 дней
+130 дней
Архив постов
Ramaddii Gargaartota Abbaa Seeraa ----------------------- (Onkoloolessa 11,2017 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gargaartota Abbaa Seeraa hundaaf-Ramaddii kan isiniif maxxansine ta'uu beeksisaa, bu'aa medikaalaa fi ashaaraa qabattanii bakka itti ramadamtanitti yeroon argamuun gabaasa akka gootan ni hubachiifna.

Posation:-Lecturer for woldiya university Experiance 0 year
Posation:-Lecturer for woldiya university Experiance 0 year

Follow this page for more daily information https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk

Beeksisa ---------------- Dorgomtoota dorgommii gita hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa leenjiin boodaaf dorgomaa turanii ILQSO akka seenan murtaa'e keessaa 1.Warquu Dhaqqabaa Kumaa 2.Shimallis Daanyee Tasfaaayee fi 3.Waaqjiraa Jireenyaa Sobbooqaa dorgomtoonni jedhaman mana murtii keessatti muudamanii waggaa lama kan hin guunne ta'uun eeruu uummata irraa argame irratti hundaa'uun qulqulleessa taasifamee waan mirkanaa'eef dorgomtoota leenjii akka seenan murtaa'e keessaa akka bahan kan taasifame ta'uu beeksisaa bakka isaanii eeggatoota ka turan bu'uura qabxii isaaniin wal duraa duubaan  1-Hundumaa Tarrafaa Qoosaa 2-Abbayyaa Namarraa Mangashaa fi 3-Yohaannis Abbabee Ittaanaa  leenjiif ILQSO akka seentan waamichi isiniif taasifamuu ni hubachiifna.Hub-1-ILQSO seenuuf waantota barbaachisan beeksisa duraan bahee ture akka ilaaltan 2-Dorgomtoonni  wal fakkaataan yoo jiraatan itti fufiinsaan eeruu akka nuuf kennitan waamicha dabarsina.

Bu,aa Qormaata kaadhimamtoota abbaa alangaa leenjii hojiin duuraaf galmooftani Qormaata bareefamaa %100 keessaa fudhachuun ni yaadatma , kanaafuu kaadhimamtooni parsantaa 100 keessaa qabxiin dhiiraaf 77% fii dubraaf 67.4 fi isaa ol fidan leenjjii hojiin duuraatif gaafa guyyaa 12/02/2017 irraa hanaga 13/02/2017 instiitiiyuutii leenjii fi Qorannoo seeraa Oromiyaa magaalaa Adaamaati argamuudhan galmooftanii leenjii akka eegaltan isin beeksiifna

Getaslawroom@https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk Calallii isa dhumaatiin dorgomtoota gargaaraa Abbaa seeraa leenjii akka seenaniif
+4
Getaslawroom@https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk Calallii isa dhumaatiin dorgomtoota gargaaraa Abbaa seeraa leenjii akka seenaniif murtaa'e. Miidiyaan Telegiraamii fuula hubannoo seeraa keenya Miidiyaa keessan kan ta'e hundi keessaanuu baga gammadan isiniin jedha Kallattiidhaan kan darban: Dhiira 70 Dubara 30 Eeggattoonni: Dhiirri 17 Dubarri 3 Maddi keenya Toora telegiraamii Mana Murtii Waliigala Oromiyaati Liinkii kanaan 👉 MMWO seentanii MMWO hordofuu dandeessu Share gochuudhaan nama isa laallatuuf qaqqabsiisaa. Kan bakka DAT ykn WIFI hin jirre jiranuuf TEXT ergaafii isinis gama keessaniin kara dandeessanuun bahadhaa.https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk

👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉follow getas law room for daily information by below link 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇�
👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉👉follow getas law room for daily information by below link 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/+WFtd-XXoYGk1ZTNk

Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjiin Boodaaf -------------------------- (Onkoloolessa 6,2017 MMWO,Finfinnee,  Caffee Araaraa)-Dorgomtoota Gita Hojii Gargaaraa Abbaa Seeraa Leenjii boodaatiif ✍Bu'aa waliigalaa Qormaata barreeffaamaa (30%) Qormaata Afaanii (20%) Barnoota(10%) Naamusa (20%), Yaada Uummataa (10%) bu'aa waliigalaa  90% keessaa jiru bu'uura sirna diriiree jiruun  gara  (100%)tti  jijjiiruun kan isiniif ifoomsine ta'uu beeksisaa dorgomtoota dorgomaa turtan keessaa  hangamtu fudhatama kan jedhu guyyaa muraasa keessatti kan isiniif maxxansinu ta'uu ni hubachiifna.