Crypto Highlights
Открыть в Telegram
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
Больше6 255
Подписчики
-424 часа
-257 дней
-12030 день
Архив постов
6 255
+1
Guyyaa har'aa sa'aatii 4tti giveaway qabna. Giveaway keenya kana irratti hirmaadhaa.
@kush_crypto1
@kush_crypto1
6 255
Guys ammallee animal haaraan dhufaa jira maqaan isaanii Bat🦇 fi Owl🦉 jedhamu.😱
Yoom gurgurama?🤔
Animal Kun gurgurataa jalqabuuf sa'aatii 9:40 tu hafe. Animal Kun PPH(profit per hour) 60k $ZOO tokens dha.
Gatiin isaa meeqa?🤙
Gatiin isaa ammaaf beekamaa miti probably🤔 100k+ ol ta'a jedheen yaada (yaada dhuunfaati👤) mee hanga dandeessan feed walitti qabadhaa.
Akkamitti Feed walitti qabatu?
Feed argachuuf:-
1. Task hojjechuu
2. Nama Invite(afeeruu) gochuu
3. Feed star ⭐ dhaan bituu ykn TON 💎 bituun.
Have a good 👍 day ☺️
6 255
Earn Crypto Daily! Start Mining Now!
Mine Crypto, Your Way, with Aurevia Join Aurevia revolution and start mining directly from Telegram. It's easy, it's fun, and it's the future of finance.
Start here: https://t.me/AureviaBot/mine Don’t miss a beat!
Join telegram: https://t.me/AureviaCryptoofficial
Follow on X:https://x.com/AureviaCrypto
6 255
Repost from አስገራሚ እዉነታዎች
Boqonnaan deebii jalqabeera hundi keessan gara live stream 🔥🔥
Tamsaasa kallattii sagaleen dhaggeeffachuuf!! 👇👇
https://t.me/Dambalii_beekumsaa?livestream
6 255
Namoonni channel kana bituu barbaaddan keessaan na dubbisaa.
1. Channel Kun monetize ta'ee jira akkuma argitan TON 💎 1 ol hojjeteera.
2. High view qaba
3. Active member dha
Gatiin isaa nama hin amansiisu baayyee xiqqaadha.
100% Trusted✅
Bitachuu yoo barbaaddan asiin na dubbisaa:- @dero_tk
6 255
Repost from አስገራሚ እዉነታዎች
Tapha Liverpool fi Tottenham taasisan tamsaasa kallattii sagaleen dhaggeffachuuf liinki armaan gadii fayyadamaa!! 👇👇
https://t.me/Dambalii_beekumsaa?livestream
6 255
6 255
Ergaan kun Ariifachiisaadha📣📣📣
Obboleettiin keenya Aasiyaa Kaliifaa Ambaasaaddara Adduunyaalessaa 'Huawei 2025 Seeds' ta'uuf piroojektii giriinii tokkoon biyya keenyaa Itiyoophiyaa bakka buutee dorgomaa jirti.
Dorgommiin kun X (kan duraan twitter jedhamaa ture) irratti gaggeeffaamaa kan jiru yoo ta'u xumuramuuf sa'atii muraasa qofatu hafe. Kanaafu linkii gadii kanaan seenuun bifa kanaa gadiitiin Asiya kan jedhu tuquun salphaatti filadhaa.
Link፦ 👇👇👇
https://x.com/Huawei/status/1876208823259869610?t=jr2On2atBsJH4_vDanrXGQ&s=35
Dorgommichi xumuramuuf sa'aatii 6 gadi qofatu hafe waan ta'eef dafaa obboleettii keenya nuuf tumsaa, #share gochuun kaaniinis nuuf ga'aa
@kush_crypto1
@kush_crypto1
6 255
#PIXELO
Airdrop gaaridha jedheen yaada keessuma namoota Fee kaffalti garaa garaaf TON barbaaddanif...
Hojiin Kun yoo eegaluuf barbaaddanif Link gadiin ergaa start gootani seentanii afaan English filachuun launch gochuun keessa seentu
San booda Task isaati yoo dandeessan nama affeerun Token keessan funaannattu
Token pixelo 55k (1 TON) ta'a✅
Token keessan kana January 15 ykn guyyaa 7 booda TON deebisun withdraw gochuu dandeessuu!
Kanaaf yeroon jalqabuun gaaridha!
Eegaluuf 👇👇
https://t.me/pixelo_bot?start=6613311743
https://t.me/pixelo_bot?start=6613311743
6 255
✔️Lostdogs Bitget irratti Deposit banamee jira, Deposit kunis yeroo dhiyootti ni eegala
6 255
Guy's waa'ee Finch coin quba qabduu?
Finch coin farming isaa kan dhaabbatu January 11th dha guyyaa 3 boodadha, guyyaa kana gidduutti warri hin jalqabne dollar 10$+ ol argadhaa nama afeeruu qofaan.
Jalqabuuf {as tuqi}.
Finch coin earn gootan immoo withdraw gochuun kan dhaabbatu January 20 dha guyyaa 12 booda jechuudha warri earn gootanii hin bafanne ammuma baafadhaa {withdraw your finch}
Guyyaan Finch coin presale xumuru immoo February 1 dha guyyaa 22 booda jechuudha.
Guyyaan Finch coin guruguruu,namaaf dabarsuu ykn hold gochuun jalqabu immoo February 2 dha guyyaa 23 booda dha.
Finch coin airdrop
6 255
🐾PAWS TERO DHIHOTTI WAAN HARA EEGA⚠️
👣Kan yaddani asitti waan haara egga jedhani jiru🏴☠️
Maal isinitti fakkata comment ⬇️⬇️
@KUSHCRYPTO1🌟
@KUSHCRYPTO1🌟
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
